AKKAATAA FAYYADAMA YEROOTU WAL-CAALMAA FIDA! LUBA Dr. GAMMACHIS DASTAA | HOGGANSA | MO'AA TV

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 21 окт 2024

Комментарии •

  • @Asha-tt6xn
    @Asha-tt6xn 5 месяцев назад +1

    Wow wow wow wow Waaqayyoo isin haa Eebbisuu Dr keenyaa 😊❤❤❤❤❤❤❤

  • @yoobsanasaffaa0917
    @yoobsanasaffaa0917 5 лет назад

    Eebbifami! Dr.Gammachiis.Waaqayyo jireenya isa caalu sana biraan isin haa gahu.

  • @Grandas7358
    @Grandas7358 Год назад

    Thanks for the upload! God bless u Dr Gammachis❤

  • @ayantuelemowaaqayyootiksee5933
    @ayantuelemowaaqayyootiksee5933 5 лет назад

    Ameen Ameen haleluyyaa maqaan waaqayyoo yaa ulfatuu Ameen dachaa ebbiifamaa namaa waaqayyoo Gammee

  • @phaawuloostolasaa9913
    @phaawuloostolasaa9913 Год назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuu ❤❤❤❤ game koo garruuma naa ciibsiitam rabii dabalee sii nuuf yaa ebiisuuuy❤

  • @jiregnagaramutarafa8592
    @jiregnagaramutarafa8592 4 года назад

    the man that God sent for transform and teaching. Thanks Dr. Gemechis
    your are my life changing Teacher long life with health and wealth

  • @berhaneguta578
    @berhaneguta578 Год назад

    Amen amen amen

  • @derebu7830
    @derebu7830 Год назад

    Uuuuffeèeee barii keessan ha ebbifamuu nuf jiradhaa maloo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @waqayyootikseekotianihomah3827
    @waqayyootikseekotianihomah3827 3 года назад

    Goofttan baraf jirenyakeesaan gudda haa eebbisuuu nama Waqayyoo

  • @darartuutadesewojody1763
    @darartuutadesewojody1763 5 лет назад

    Wooooow Wooooow gooftaan isin haa eebbisuu ebbifamaa

  • @iloveyoudad1487
    @iloveyoudad1487 5 лет назад +1

    Wow dhagee fadheen qufuu dadhabe moloo dafadfaa gadi nuuf dhisaa ebifmaa dr

  • @dabalakabada6472
    @dabalakabada6472 3 года назад

    Waqayyoo abbaa Koo sin ha ebbissuu

  • @abbagarriiyesusulfaadhu6010
    @abbagarriiyesusulfaadhu6010 5 лет назад

    Uuuuuffffeeeeeeeee
    Ebbiffamma bara baran
    Baayyee isin jallanaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲👏👏👏👏👏❤🧡❤

  • @lensamasama4834
    @lensamasama4834 Год назад

    AMEEEN AMEEEN Ebiifamaa👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @fathimaethiopia1377
    @fathimaethiopia1377 5 лет назад +2

    Woowwwoooo barnotaa kana namin hirmate carra qabeessa waqqayyoottii

  • @dinkekuwait7569
    @dinkekuwait7569 3 года назад

    Amen Ebifam

  • @sifookakuu7715
    @sifookakuu7715 5 лет назад

    Goftaa bara jirenyaa keessanii haa ebbisuu ebifamaa dacha dachanii dhugumaa barusaa jirenyaa Namaa jijirudhaa ebbifama

  • @ganeetganeet1883
    @ganeetganeet1883 5 лет назад

    Guddaa Galatoomaa Dr Gamee

  • @fasikatamiru4419
    @fasikatamiru4419 5 лет назад +1

    Maaloo akkam akkan isin jaaladhuuuuu waaqayyo bahaf gala keessan haa eegu, bara keessan haa eebbisu, umrii nuuf dheeradhaa, manni keessan alli keessan maatiif hojiin keessan maqaaa yesuusin haaa eebbifamu DR gammee baayeee baay’eeen isin jaaladha, guyyaa tokko waaqayyo osoo isin na hin agarsiisin na hin ajeessiiin bayyeeen isin jaaladha, bara 2005 akka Ethiopiati waan waaqayyo karaa keessan karaa TV 📺 labsii ifaa, natti dubate guyyaa sadaffatti naaf rawwate guyyaa tokko qaaman isin argee osoon isinitti himee nan gammada, abbaan koo yesuus isin haa eebbisu dachaaa ❤️😰😰isinan jaaladha

  • @حمدانالعزيزي-ز1ح
    @حمدانالعزيزي-ز1ح 3 года назад

    Uuuuuffffeeeeee Ebbifama ebbifama ❤️❤️❤️❤️❤️💓💓💓💓

  • @fikrudebela1148
    @fikrudebela1148 5 лет назад

    eebbifamaa luba Gammachiisiin waayayyo haa eebbisu luba ogeessa,...

  • @tegalmbetametlekethemerttb3494
    @tegalmbetametlekethemerttb3494 4 года назад

    ዋው ይህ ትምህርት ፕሮፍስር ነን ብለው ባለፈ ታርክ የኦሮሞ ህዝብ አያለቀስ ስላለፈው ታሪክ አንዲያስብ አያረጋቸው ህዝቡን የምታወናብዱ ስሙ ያለፈው ታርክ ኣልፋል ስለዛሪ አናስብ ስምታችዋል
    Tankyou GBU d/ gemhes

  • @mimijaleta1493
    @mimijaleta1493 5 лет назад

    Ameen

  • @waaqqaayyoogaridhaaa5971
    @waaqqaayyoogaridhaaa5971 5 лет назад

    Ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen eebbifamaa 😍😍😍😘😘😘

  • @AyantuTolasa
    @AyantuTolasa 10 дней назад

    Waaqayyo utu ebbbisu isin haa ebbisu

  • @faaruumedia
    @faaruumedia 5 лет назад

    waaqayyoo isiin yaa eebbisuuu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @kebedegalesa9058
    @kebedegalesa9058 5 лет назад

    thank you Lord

  • @obseetarikkuu8191
    @obseetarikkuu8191 5 лет назад

    Dr Gamachu ebbifama

  • @YadesaOlana
    @YadesaOlana 2 месяца назад

    Eyyega Dr yaanni keessaan bayye na bitera geru Amma ammatti hojii matako qaabadhe in jiru maal akkan hojjedhurratti naaf kadhame

  • @furtuuintalaaarsii8749
    @furtuuintalaaarsii8749 4 года назад

    Ebbifamaa ❤️❤️💔💋

  • @MahboobaMa-vz2jk
    @MahboobaMa-vz2jk 10 месяцев назад

    Barumsa nama jijjirudha

  • @Mrmurre
    @Mrmurre 7 месяцев назад

    my hero Gammachis

  • @daraartuuoro6694
    @daraartuuoro6694 Год назад

    ❤❤❤

  • @maeenmansoor2090
    @maeenmansoor2090 5 лет назад

    Omg Eebbifamaa

  • @urjiduguma3416
    @urjiduguma3416 4 года назад

    BLESSED

  • @kerayub2681
    @kerayub2681 4 года назад

    welcome MO’AA TV

  • @Singer_Megertu_Official
    @Singer_Megertu_Official 5 лет назад

    Namni mul'ata gaarii fi ifaa qabu yeroo hundumaa fuuldurri isaa ifaadha.

  • @xuruuwiliisaa.3284
    @xuruuwiliisaa.3284 5 лет назад

    Eebbifaa nuu jiraadhaa isin abbaa oromootaati

  • @lomibacha8202
    @lomibacha8202 5 лет назад

    www eebbifama sagalee dhaggeffanne hin qufnef ilalladha bana jijjirudhaa eebbifamaa

  • @FiromsaDadiGelon
    @FiromsaDadiGelon 3 месяца назад

    Galatoma

  • @Grandas7358
    @Grandas7358 Год назад

    Biyya kanatti immoo wanti rakasi YEROO dha. Keessa ba'aniyyuu yeroo gubuuf yeroo qabu!
    Bakkan itti yeroo dabarfadhun barbaada jedha baayeen. Utuu KAAYYOO uumameef baree silaa...(yeroon nun ga'u kan yeroo gubuu mitiiti)

  • @biranee.fiqiree3817
    @biranee.fiqiree3817 5 лет назад

    barnoota nama jijiruu Ebifamaa Waqayyoo bara jirenyaa kessan haa ebisuu

  • @fathimaethiopia1377
    @fathimaethiopia1377 5 лет назад

    Anile hirmadhe ittin gedaramera baay'ee isnni jalanna guyya tokko garu qammank tenye idnni irra tajajilamna gaf tokko