Marii kanii jedhamuu Mootummaa Gabooffatottaa Nafxanyaa Minilikii walliinii Araaraa kanii jedhamuu Hiinjiiruuyyee.Abiy Ahamed of Ethiopia Government and fi Generali Maroonii Wallinii Duubachuu Qabuu Akkattas Oromiyaa ittii Bilisommituu.Oromiani Bilisommuu qaabidiyyee.OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Yooyaa moha Oromo gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Abdi(abdulfatah) kan akka like lij-iyyasu nuf dhiyyatta hayyu qaroo
Kadiri mamad jalala ONE❤
Rabbii waboo kenyaa bilisummaa dhan yaa galchuu🎉🎉
Mohaa Namaa jedhamu sagalee Oromoo fi Oromiyaa Tokkicha qaxxaa 10000 💪 mohaa Oromoo Gandummaa kani hinqabne Leencaa Oromiyaa Biqilchii ta'a 💪💪
Translate to English
❤❤❤❤
Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤wabo wabo
King abdiabdoyuya
Baga jirate
Leencaa Daggalaa Raasu ,.WBO ABO.!!!!!🎉
Yaa rabbiin dhugaa godhiii walii gachii
Hayyee..🤔
Down down abiy ahmed ali
Marii kanii jedhamuu Mootummaa Gabooffatottaa Nafxanyaa Minilikii walliinii Araaraa kanii jedhamuu Hiinjiiruuyyee.Abiy Ahamed of Ethiopia Government and fi Generali Maroonii Wallinii Duubachuu Qabuu Akkattas Oromiyaa ittii Bilisommituu.Oromiani Bilisommuu qaabidiyyee.OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Oromoon nagaa argachuu qabdii oromooyyaan nagaaha argaachuu qabdii
WBOn wobii ummata isaatiif sablammii Biyya sanaati Qabsoon itti fufa injifannoon nidhufa iinshaa’allaah nibilisoomti oromiyaan nibilisoomti
Oromoon moha nama jedhu hin qabdu
hagam dhugaadhaa? eessatti dubbatan? iddoon hin beekamuu?
Jalalali qophedha
Afufutuu
😮😮😮😮😮
Mobilli change flagg
Obb Tayyeen jal-Marroo ajjeesiisufi waye marii dubbatu mlee gaafii WBO deebisuufi waan hin taaneefi wbon of- qopheesi akka harka hinkennine, hubadhu. Nafixanyaan marii hinbeeku.
Mobilli billisumadha
Kaardii gubstas!!!
❤❤❤❤❤❤