Deebiin isaa Quinine taa a,sabaabni isaas cinchonism is a reversible side effects of quinine, including tinnitus, decreased hearing, headache, nausea, vomiting, dysphoria and visual disturbances waan taa ef. guddaa galatooma ❤❤❤👍👍 baay ee tokko isin jalaanna akkanuman itti nu fufa
Answer D Because of quinine is first line for pregnancy woman whom is first trimester for uncomplicated malaria but quinine is adverse effects is cinchonism is tinnitus
The answer is D b/c quinine is a pathological condition caused by an overdose of quinine or quinidine. Quinine large dose may lead to severe (reversible) symptoms of cinchonism.thank our teacher .
Coartem(Arthemether + Lumefantrine) and Artesunate is not administered in first trimester of pregnancy Chloroquine phosphate is administered pv not Pf uses Quinene Best treatment So The answer is "D" Thank you 🎉🎉🎉
the Answer is D. b/c Quinine side effect have #cinchonism like: -Tinitus, ab. pain, Hypoglycemia, V. disturbance, confusion, Thrombocytopenia 👉Gaaffii: Quinine haadha garaa qabduuf 1st line jenneeti jirra. osoo S/E kana fakkaatu qabuu akkamitti haadha garaa qabduuf 1st line treatment tahuu danda'a? yoo rakkoo tana uume hoo? erga kennineef hoo s/e kana ittisuuf maal jala kennuu qabna Teacher?
Deebiin D b/c A B C No given bc first Trimester Px mother So Answer D bc Quinine dihydrochloride S /E cinchonism.AkI .Hypoglycemia. Thrombocytopenia So I think 🤔 Approch Answer Quinine
Wow amazing
nuu jabadhaa barsisaa keenyaa
Wow jabaa keenyaa nu jabeeffamu qabdu🥰🥰🥰🥰
Guddaa galatoomi........kanneen Akka -imnc, neonatal jaundice,dm,heart failure irratti mee balinaan nuuf hojedhu qaalii keenya osoo qormaanni hin gahin baatii lama qofatu hafaa
Wow Dhugaa Baayyee Baayyee Baayyee Galatoomaa Barssisaa Jabaa keenyaa Nuuf Jiraadhaa Nuuf Jabaadha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ameen🙏🙏🙏Galatoomi
Good learning
hayyee milk healthy science irraa Kan nu tajaajilaa jirtan guddaa galatoomaa 🙏🙏🙏
Wow bayy'eee barreeddaa dhugaaa jabadhaaa gru kutaaa kutaaa isaaa otoo safisaan daftanii nuu fidaaniii gaariidha
Galatoomi nuuf jabaadhu
❤❤❤❤❤❤baay'ee jaalladheera.
Wow thank you so much
I have just hundredstood.thank you
Thank you so much doc
hedduu namatti tola.guddaa galatoomaa..afaan oromoon kan qophaa'e datan hedduu waan hin jirreef jajabeefamuu qaba.
🙏🙏🙏🙏
Wow master baayee ñamatii tolaa baayee sin jallannaa dhugaa❤❤❤❤❤❤
🙏🙏🙏Galatoomi
🙏🙏🙏Galatoomi
Deebiin isaa Quinine taa a,sabaabni isaas cinchonism is a reversible side effects of quinine, including tinnitus, decreased hearing, headache, nausea, vomiting, dysphoria and visual disturbances waan taa ef. guddaa galatooma ❤❤❤👍👍 baay ee tokko isin jalaanna akkanuman itti nu fufa
Our brilliant lecture
🙏🙏🙏
Nice
Galatoomaa
Baayee garidh galatoma Dr
answer B
Galanni keessan danuudha guddaa galatoomaa🙏🙏
Nuf jiradhaa lafee dugdaa nuf tatanituuu baratotaa fayyaaf waqayyoo hunduma kessaan ha ebbiisuu!!!!
Jabaa nama jabadhuu
Bayyee nutti toleera nuuf jiraadha,nuuf jabaadha
🙏🙏🙏🙏
Baay'ee baay'ee naa galatoomii!!!!!!
Galanni keessan, galaana.❤❤❤
🙏🙏🙏❤
❤❤❤Hayyuukooo! Nuuf jiraadhaa!
Ameen🙏🙏🙏
Thank😮😮😊
Jechan ittiin isin ibsun dhabaam
Doctor koo baayyee nuuf galatoomi garuu nuuf bu'uu dideera akkamiin buufana? Dhiifama woliin .
Answer D Because of quinine is first line for pregnancy woman whom is first trimester for uncomplicated malaria but quinine is adverse effects is cinchonism is tinnitus
wow my road achievement❤❤❤❤❤❤ i love you so mutch♥♥♥♥♥♥♥
🙏🙏🙏🙏
D. Quinine. Cinchonism is a condition resulting from an overdose or prolonged use of quinine or related compounds
🙏🙏🙏
Maal akkam namatti tolaa OMG Waaqumti isn ha eebbisu
🙏🙏🙏Ameen, galatoomi
jabaakoooo
D, is the answer galaatoma barsiisaa
Cardiovascular diseases nuuf fidaa mee doc
Baay'ee nuuf galatoomi nuuf jiraadhu salaalerraa
Amharic ormigna limasima
Doctera keenya nus baratta kessani nuf jabaadha isin horddofa jirra nuf jabaadha kuta itti anus nuf arifachiisa
Guddaa galatoommaa
Sab isaa yeroo namni hundi argamtu waanta eef
Guddaa galatooma GIT irrattis nuuf ojjedhaa!
Barsisa hayyuu biyyaa bay,ee namatti tolaa hallumaa kanaa itti nuf fufaa keessumattu gaafiilee medical surgical nursing department commen Kan ta,aan nuf itti fufaa .
Hayyee, galatoomi🙏🙏
Galatooma ❤ gimbii irraa
Hayyee,🙏🙏🙏
The answer is D b/c quinine is a pathological condition caused by an overdose of quinine or quinidine.
Quinine large dose may lead to severe (reversible) symptoms of cinchonism.thank our teacher .
Thank you🙏🙏
Barumsa keessaan baay'ee jalaadhee galatoma nufii jiraadha teacher
Ameen, galatoomi
5A
❤
Nuuf jiradhaa barsisafa koo
❤❤❤❤❤
Galatomaa
🙏🙏🙏
Maf hin hojjeettu bars?
Amma hin hojjeta ilaalaa
4B
Coartem(Arthemether + Lumefantrine) and Artesunate is not administered in first trimester of pregnancy
Chloroquine phosphate is administered pv not Pf uses
Quinene Best treatment So The answer is "D" Thank you 🎉🎉🎉
🙏🙏🙏🙏
B
Yaada:
Haalli baruuf Barsiisuu kee baayye baayyee bareedaadha ani akka namq tokkootti adeemsi ati itti barsiisaa jirtu waan natti toluuf haaluma kqnaan itti nuu fufiin siin jedha.
Hayyee, yaada keef galatoomi. Itti fufna.
Isinis sharee gochuun haamilee nuuf ta'aa
the Answer is D.
b/c Quinine side effect have #cinchonism
like: -Tinitus, ab. pain, Hypoglycemia, V. disturbance, confusion, Thrombocytopenia
👉Gaaffii:
Quinine haadha garaa qabduuf 1st line jenneeti jirra. osoo S/E kana fakkaatu qabuu akkamitti haadha garaa qabduuf 1st line treatment tahuu danda'a? yoo rakkoo tana uume hoo?
erga kennineef hoo s/e kana ittisuuf maal jala kennuu qabna Teacher?
Akka carraa fiduu danda'aadha malee namni 100 yoo fudhate namni 100 cinchonism agarsiisa jechuu miti.
Hypoglycemia waan qabuuf gaafa kenninuuf waan itti daballuuf qabna jedheen ture viidiyookoo keessatti.
Daa'ima garaa keessa jirtu irratti rakkoo hin uumu jechaa jira guideline 2021.
Viidiyocha keessatti waan baayyee jedheera dhaggeeffadhu.
12:00_2:00
C , Artesunate bS loss of con. Complicated malaria soo 1st line drug Artsunate
Deebiin D b/c
A B C No given bc first Trimester Px mother
So Answer D bc Quinine dihydrochloride S /E cinchonism.AkI .Hypoglycemia. Thrombocytopenia So I think 🤔 Approch Answer Quinine
The Answer is D because cinchonism is caused by overdose of quinine.
🙏🙏🙏🙏
Telegram keessaa chennal maal jedhuu
Milki Health science tutorial center
D
Why not A, B or C
please work in amharic or english only for ethiopian
3D
Thanks ❤= 96% ግን ለምንድነዉ በአማረኛ የማትናገር መምህር?
The answer was 'D'
Answer is D
Me drug interactions nuuf hojadhu
Hayyee🙏
A
B is correct answer
Quinine
2D
Thank you so much
D b/c pregnant women to give quinine
Blood film
hn hojjetu maal tahe
Daqiiqaa murtaa'ee nu eegaa furaa jirra.
1B is answer
Bayye sii jallana bayye nuu jajabesartta sanyi kenye gallatomi❤❤❤
Gudda galatooma maaster baay'ee namatti tola dhuagaa
Answer d because women is the pregnancy
MILKI MEDIA GALATNI KEESAAN GUDDADHA
Thank you
❤❤❤❤❤
Baayee garidh galatoma Dr
D
Why not A, B or C
B
D
❤❤❤❤❤❤❤
D