MARAMEE HARQAA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 14

  • @ararsahaile5777
    @ararsahaile5777 10 лет назад +1

    Sagalee miidhagaan ergaa cimaa .Yeroon sirba kana dhaggeeffadhu seenaa wayiitu natti dhaga'amee na boochisuu fedha.

  • @urjiiamboo964
    @urjiiamboo964 6 лет назад +1

    Uuuuuuuuufffffffffff
    Qomokoo biiyonsiitii yasalphatuukaa. Beyee hin kasasaniikaa. Jenaniikee ciisaa yargatuu seenanii siindagatuu

  • @sobbooqaadabalee7457
    @sobbooqaadabalee7457 8 лет назад +1

    Artisti maarameen hojii onnee oromootaa keessaa ishee hin baafne keesse dabarte. Dhaloonni qubee ammoo sirboota ishii kana argachuu qaba. Marameen sirboota jaalalaa osoo hin weellisin sirboota warraqsaa yoomuu oromoon irraffachuu hin dandeenye qabdi. Ani gama kootin sirba ishii goobanaa lammaffaan jedhu hanga ammatti sirba kamiinuu hin madaalchisu. Maarameen oromoof jettee of kennite.

    • @metibrukti737
      @metibrukti737 Год назад

      Personally I don't know her I have no idea who she is but then the song is amazing wow

  • @boseemorka9846
    @boseemorka9846 9 лет назад +1

    dhugummaa ibsituu dukkaanadha nuuf WBOn nuu jiradhu.

  • @misrataha7140
    @misrataha7140 9 лет назад

    uffffffffffffka qabsoofu kiyya rabbii raamata siif haa godhuti

  • @omarhhem2708
    @omarhhem2708 6 лет назад +1

    Yaaa du.a kan enyurraahu hin oollee silaa har.a jiraattee bilisummaa gamachuu kana agartee

  • @dessalegnayana6197
    @dessalegnayana6197 6 лет назад

    Seenan yoomiyyuu si yaadata.

  • @yadesaprintingadvert1684
    @yadesaprintingadvert1684 3 года назад

    LUBBUU KEE WAAQ JANNATA NUF HAA KENNU

  • @lensaaabbaayyiikoo2824
    @lensaaabbaayyiikoo2824 6 лет назад

    yaa bareedu koo biyyee innuma si nyaate gootiti koo

  • @misrataha7140
    @misrataha7140 9 лет назад

    please leenca kiyya sirba gootitti Artist maaramee kana yoo si bira jiraate dabaliiti post nuu godhi

  • @abduselamtaju9843
    @abduselamtaju9843 10 лет назад

    heerri uumamaaa walabaa ol ka;aa harkaan wal-qabaaa

  • @abrahimtatooromo5469
    @abrahimtatooromo5469 10 лет назад

    Yaa Uummta isinan jaalladhasisinan galateeffadhas garuu hamma yoomiiti kan teenyee boonyu? Nuti namaagadii? Hakaanu harka wal qabannee! !!!!!!!!!!!!!!