Nama Biratti Qofa Jaalalasaa Anatti Agarsiisa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 4 окт 2024
  • Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
    Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
    Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
    +251937386564
    Join Us
    Telegram: t.me/oromia24
    Facebook: / oromia24
    #Oromia24 #oromia #Ethiopia
  • РазвлеченияРазвлечения

Комментарии • 156

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад +18

    Bagaa nagadhaa nuf dhuftee gamachis keenyaa 🤝 yaa obboleeti koo kan ofi irraa dhisii dalagaa kee dalagadhuu🤨 hojiin rabbii hin beekamu yeroo biyyaa galtuti walitti deebitani walin jirachuu dandeessuu 🖕😭 qarshii kee garuu itti hin ergini🤔

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom5917 3 года назад +15

    Osoo qophii fayaa orom ililii dhagefachaa jiruu gammee dhufee😁❤

    • @kokobegetachew731
      @kokobegetachew731 3 года назад

      Baga nagaa dhuftee gamachis
      Qophii kee sirtii namatii tollaa yeroo hundaa jabbadhuu

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@kokobegetachew731 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад

      Obsee kottu maati naaftahii lubu

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад

      @@kokobegetachew731 maati naaf ta'ii kode

  • @jemilajemu6158
    @jemilajemu6158 2 года назад

    Ittin deebi,in qarshi keetis ittin ergin waan rabbin sif qoode hin dhabdu

  • @bonnitube8999
    @bonnitube8999 3 года назад +1

    Gammee bay'een sii yaade dhugaa rabbi uuuuuuuuuufffffff

  • @zahrajamal9906
    @zahrajamal9906 3 года назад +7

    Itti hin dee'ebin rabbin kan sif qoode lafa sif qaba birri keetis itti ergin mucaa biyya koo😭

    • @xaajji2054
      @xaajji2054 3 года назад

      Matii nafi tahii sanyii ko

    • @karimafamily1746
      @karimafamily1746 3 года назад

      Zahra maatii naaf ta'i sanyii koo

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@xaajji2054 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔

    • @taimort350
      @taimort350 3 года назад

      Ittii. Hin deebini kan rabbii sifii qoodee egadhuu😂❤💚💔💔

    • @xaajji2054
      @xaajji2054 3 года назад

      @@monetijalala6104 tolee atisi kotuu

  • @masiibmareeno616
    @masiibmareeno616 3 года назад +6

    1ffaa Isiin duran laalee ummaata ciinqii fi qashtii😂❤👌

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 года назад +1

    Yaa oboleti tiyaa biri hin ergin calisii ilaali isaa muca biyaa koti uuuuùuuffffffffff abshir ni darbaa guyaa toko ishahalaa ❤❤❤🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🙏🙏🙏

  • @romanyeeagarolij3268
    @romanyeeagarolij3268 2 года назад

    Boor jirenya kee jequu waan dandahuf dhisuu qaban jedha an kans hara kan boritu calaa

  • @kwtkwt5420
    @kwtkwt5420 3 года назад

    Itti hin debihinii rabbii hiree gara biraa siif haa basuu

  • @roobee1353
    @roobee1353 3 года назад +1

    Namicha kanatti hin deebi'iin

    • @burtetube
      @burtetube 3 года назад

      Saanyii koo matii nafi tahi

  • @خديجهالبيت-ض7ك
    @خديجهالبيت-ض7ك 3 года назад +1

    Inni birri kee malee si hin Barbadu ati nama rabbi sif hire hin dhabdu isati hin deebi'iin

  • @masaratbirruu7879
    @masaratbirruu7879 3 года назад +2

    Bagaa nagan dhuftee gamee please matii naaf ta.aa mee

  • @rozaoromo2120
    @rozaoromo2120 3 года назад +1

    Bayye gaaridha jabaadhu itti fufi
    Garuu ati akka waan shamara taate yeroo hundaa "qophesitufi qindesituun ana gamachis tashometi " jechun kee maalifi?
    Amma Asoosama osoo nuuf dhiyeesitee bayye natti tola
    Obblessa keenya Gamachiis💪

  • @torfatorfa9395
    @torfatorfa9395 3 года назад

    BagaaNagaaDhufteeGameeKeenyaa❤❤❤

    • @burtetube
      @burtetube 3 года назад +1

      kotuu matii nafi tahi saanyii

  • @AbdallahAbdallah-nq2vm
    @AbdallahAbdallah-nq2vm 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Anadhufuu gameekoo

  • @dinkechemeda4462
    @dinkechemeda4462 3 года назад

    ilaame lubu ko Ani Akkaa oboletti keettii wattaa toko sigorisa udumadhisittii amaattii qqaabiduni waqayyoo kettii boi uda da da adha in 🙏🙏🙏📖📖📖💯💯💯💯💯💯

  • @uaealain7176
    @uaealain7176 Год назад

    Kan rabbii sif kenne Lafa jiraa

  • @hananaol8484
    @hananaol8484 3 года назад

    Hin jiratin adda ba'ii mucakee giddifadhuu nitiin baatee maa galtee jennan dubbii hafee dabaluu jedhaan matakeetii wajjin hin caabiin kan rabbii siif kennuu osoo wal hin mufachisiin qabbannan jirattattii waqakee kan biraa naaf kennii jedhitii kadhadhuu birri immoo itti hin ergiin

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад

    Anaa dhufuu game kenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @yeshehe8276
    @yeshehe8276 3 года назад

    Bagga naggan dhufte

  • @hawwiitarreessaa6363
    @hawwiitarreessaa6363 3 года назад +3

    aboo dhiraa baraa kanaa maluuma wayyaf kaa biri birii jechuu malee waa biraa dagatee duraa guguftee namaa kadhatee arkatii namaa galfatii bodaa amoo ol batee mataraa namaa tesi icci namumaa baraa kanaa

  • @cellandsell9245
    @cellandsell9245 3 года назад +1

    Sirritti qoradhuu dhirri amma gantuu qofa mata koo irra kaase

  • @amiryutubdiiro5799
    @amiryutubdiiro5799 3 года назад

    Baga nagan dhufte

  • @ነፍሴንአደራእመቤቴ
    @ነፍሴንአደራእመቤቴ 3 года назад

    Jabaadhu Gamme keenya

  • @RiqichoTube
    @RiqichoTube 3 года назад

    Anaa dhufu Oromia 24

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад +4

    2ffaa antu lale iliman cinqii hara'a siin durse 🙄😉🥰

    • @fuhadraayyyaa669
      @fuhadraayyyaa669 3 года назад

      Ishii sifii taa

    • @xaajji2054
      @xaajji2054 3 года назад

      Malo kotuu matii nafi tahii berhane ko

    • @karimafamily1746
      @karimafamily1746 3 года назад

      Berhane maatii naaf ta'i sanyii koo

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@fuhadraayyyaa669 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞

  • @ayyuutube9030
    @ayyuutube9030 3 года назад

    Eree maal si godhaa kuun qarshiikef maalee siraa jaalala hin qabuu caraa biraa yaalii maalee Bor gafaa gaaltemoo biriikee siraa nyatee si Ari,a

  • @arsiishaashee4911
    @arsiishaashee4911 3 года назад +4

    Kuni bineessa maalee ilmo namiti ofi eganne gochuu qabd dhisuu siifi woyaa

    • @xaajji2054
      @xaajji2054 3 года назад

      Kotuu matii nafi tahii sanyii ko

  • @tayitutube6246
    @tayitutube6246 3 года назад

    Waqaayyo qoodaa sif kennaa koodeekoo Abshir

  • @zumerazumera26
    @zumerazumera26 2 года назад

    😢😢💔💔💔

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 Год назад

    😭😭😭😭

  • @burtetube
    @burtetube 3 года назад

    galatoom gammee

  • @foziamangistu9805
    @foziamangistu9805 3 года назад +1

    Anii Gaaffii Nattii Ta'aa Yeroo hunda Peejiin Kun Sabskirayebiinsa Maa Ol hin Guddaatuu??

  • @burtetube
    @burtetube 3 года назад

    ufuuuu dhiiraa baraa hana

  • @chaltuchaltu4743
    @chaltuchaltu4743 8 месяцев назад

    Nama nababane wajin jirachu ufatadha hadhoko
    Tsaloti godhi jabesito waqqaayyoo ni siresa qabi gari isafi yakenu

  • @marufbashirii5163
    @marufbashirii5163 3 года назад +1

    Leesh

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Maruf mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍

  • @sifaamamiyyee3306
    @sifaamamiyyee3306 3 года назад

    Hayyyyyi dhiraa baraa kanaa

  • @SumayyaSumayya-ul8dr
    @SumayyaSumayya-ul8dr Год назад

    Malii jalaalii Akkanaa duraa malifii ba,AA galas see dhogee qofa balaanisi kee Atumumitii egadhuu

  • @tekootube
    @tekootube 3 года назад

    welcome gammee

  • @orotube44
    @orotube44 3 года назад

    Well come gamee like

    • @burtetube
      @burtetube 3 года назад

      oro kotuu matii nafi tahi

  • @rehimatijan2235
    @rehimatijan2235 3 года назад +2

    Dhirrii Barra Kanas Nuu Gamsise Birri biri Jedha🤦‍♀️ Atti Birii Kee Ittin Erginii Dura Hin Sardaminiti Abba Ilmo Ketitii Mee Birrah Gahii Waanuma Jiruu Hunda Ilalii San Boda Waan Murtesite Murtesii

  • @kadijashiko3398
    @kadijashiko3398 3 года назад

    Taa akkaa annatiiiii

  • @sanyii.hachalu.hundessa3559
    @sanyii.hachalu.hundessa3559 3 года назад

    Welcome.gamee.😍😍😍

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад

    Dhiiissii Namiichi Sifi hin taauuuu

  • @jituuoromiyaa5976
    @jituuoromiyaa5976 3 года назад

    Bagaa nagahan dhuftee gamee

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i mee lubuu kooo

    • @jituuoromiyaa5976
      @jituuoromiyaa5976 3 года назад

      @@orotube44 tolee atilee nafi tahi 😊🥰

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад +1

      @@jituuoromiyaa5976 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💞

    • @jituuoromiyaa5976
      @jituuoromiyaa5976 3 года назад

      @@monetijalala6104 tolee atilee nafi tahi 😊😊

  • @muktarabdo1184
    @muktarabdo1184 3 года назад

    Well come gamme seneesa fi beeka Kenya

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i mee

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад

      Muktar kottu maati naaftahii sanyiiko

  • @muna24tube66
    @muna24tube66 3 года назад

    Osoo kiyaa hin dhiftii

  • @biftuutube4389
    @biftuutube4389 3 года назад

    Welcome to 🥰🥰Anii Lamafaaa Ilalee🥰🥰

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i mee lubuu

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад

    Wel Come Gammee

  • @ebisaguta5200
    @ebisaguta5200 3 года назад +2

    Itti hin debin

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i mee lubuu kooo

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад +2

    Malaqaa Kee itii in keenin Argaa isaa Kanaa balagee

  • @xaajji2054
    @xaajji2054 3 года назад

    Baga ngaa dhftee gammee

  • @asyiadhufe4641
    @asyiadhufe4641 3 года назад

    Welcome gamee
    Qarshii kee itti in ergiin

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom5917 3 года назад

    Wel come gamee💖

  • @sanyikoo1428
    @sanyikoo1428 2 года назад

    Hin jitatin

  • @ayilin6862
    @ayilin6862 3 года назад

    Itti hin deebi'in qarshike ke garu funyansa qabi erra deefadhu seeranu yoo ta'e likiskisi kun binensa male kun nama miti muca biyyako limmuko

  • @YashiKappa
    @YashiKappa 8 месяцев назад

    Zim jedhii hojii kee hojetadhuu birri kee itti hin ergin

  • @almazbirhanu8134
    @almazbirhanu8134 3 года назад

    Gonkumaa hin jiraatin isa waliin

  • @biftuutube4389
    @biftuutube4389 3 года назад

    2 Anaa 🤝

  • @yeshawaalijiyeshawaaliji9184
    @yeshawaalijiyeshawaaliji9184 3 года назад

    walinienijiratinii

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 года назад

    Wanii hundaafi birrii kee itti kennii garuu biyyaa gallii illii kaa jaallaa yoo In qabanee In ulftaa hadhoo koo

  • @hawagali8140
    @hawagali8140 3 года назад +1

    qarshi kee qofaa iti kenini isaa bodaa gali biraa demii lali yoo akumaa duraa ta'a tee biraa demi😓

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад +1

      Maatii nafi ta'i mee lubuu kooo

    • @hawagali8140
      @hawagali8140 3 года назад

      @@orotube44 sif godhe

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад +1

      @@hawagali8140mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔

    • @hawagali8140
      @hawagali8140 3 года назад

      @@monetijalala6104 oke

  • @muna.sitira3516
    @muna.sitira3516 3 года назад

    Itititi debinini jireyayaa matakekee jiradhuu birikesi kawadhuu higowamini fanamo hijiratini kananaa walini

  • @jamaalinternment8483
    @jamaalinternment8483 2 года назад

    M

  • @ajbbbadriyaabaalee8679
    @ajbbbadriyaabaalee8679 3 года назад

    maaqa.ke.ma.sodate.re😁

  • @nuuradiiniimaaan1048
    @nuuradiiniimaaan1048 3 года назад

    Hi

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Nuuradiin mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔

  • @bayisegirma7228
    @bayisegirma7228 3 года назад +1

    Eerga si dhiphissuu waaliin hin jiratani

  • @youssefreda6260
    @youssefreda6260 3 года назад +1

    Ittii hin debi.in kesumahu naminii fakesu garii mitii

    • @burtetube
      @burtetube 3 года назад

      kotuu matii nafi tahi saanyii

  • @almazbirhanu8134
    @almazbirhanu8134 3 года назад

    Hiriyaa bira qabadhu birriis hin erginiif!

  • @chellereyes1012
    @chellereyes1012 3 года назад

    🌹Well

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Chelle mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад

    dhisii ofira kana kode too wajiin hin jiratin boda inuu sii kadhata yokiin arga kee jedhiin birri kee ittin ergii ati gadii gargari jedhin dhirii isa bichadha erga sii fene kadhate jalati siriyu hin bona itti boni ofifi sii kadhata

  • @naanneetyoutube4013
    @naanneetyoutube4013 2 года назад

    Dhiisi maal gaaffii qaba birrii kee itti kennite boru hin maraatta

  • @fatumurad2805
    @fatumurad2805 3 года назад

    Yoo ini kan bira hin fune yoo amala isa qajelche iti Debi,i malif jenan abba ilmo ketiti wan tahef ilmof jecha wan hin tane qabdu hati

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Fatu mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад

    Wayii Dhirraa baraa Kanaa

  • @maliyaismail291
    @maliyaismail291 3 года назад

    Hin debin ega sin kabajnee

  • @oromoonjaalallaa9652
    @oromoonjaalallaa9652 3 года назад

    Mee matii naaf ta'aa Oromoo koo

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i tiruu

  • @zxczxc3083
    @zxczxc3083 2 года назад

    Itti hin debi'in argasa

  • @aasiiqaasim9602
    @aasiiqaasim9602 3 года назад

    Birrima kee qofa itti hin kennin sanaan ala ahaa badu sirraa itti hindeebi'in

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      Aasii mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад

      Aasii kottu maati naaf ta'ii bareeduko

  • @kadijanagaash8049
    @kadijanagaash8049 3 года назад

    Abshir hojadhu biyati gali

  • @oromoonjaalallaa9652
    @oromoonjaalallaa9652 3 года назад

    Na dursitaan

  • @galanetujuba2472
    @galanetujuba2472 3 года назад

    malo obbolleti ko birri itti hin erginni ati bori warqeedha

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад +1

      Galane mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔

  • @oromoonjaalallaa9652
    @oromoonjaalallaa9652 3 года назад

    Ergaa sii hin barbaduu jedhee dhissii kaa

  • @chaltujemal4747
    @chaltujemal4747 3 года назад

    Walumati araram sexani jidu kesani ha badu

  • @caltuuarsiiyoutube8563
    @caltuuarsiiyoutube8563 3 года назад

    iti.hin.debee.kodee.too

  • @Oromo846
    @Oromo846 3 года назад

    💖💖🌳🌳💖💖

  • @Oromo846
    @Oromo846 3 года назад +1

    😲😲😲🙄

  • @yeshawaalijiyeshawaaliji9184
    @yeshawaalijiyeshawaaliji9184 3 года назад

    😢😢

  • @hayyatijimmaaagaroosanyimo2081
    @hayyatijimmaaagaroosanyimo2081 3 года назад

    Hi

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i mee lubuu

  • @Oromo846
    @Oromo846 3 года назад +1

    💖💖🌳🌳💖💖

    • @orotube44
      @orotube44 3 года назад

      Maatii nafi ta'i mee lubuu kooo