Tayyeen dhugaadhan rakkoo yeroo Amma ummaan oromoo ittii jiruu enyuunuu olitti Nama hubaatee fi duubbatee kanfuu Nama Kan dhibuu fi komaachuu dhisaati sagaalee taafii ware bira dhisaa oromoon duraanuu ergaa darbee iyyuu male walqabachuu hin beekuu
Taayyeen dhiira,goota,gamna,qaroodha,hayyuu fii beekaadha.akkas tahuu isaa hojii isaatu ragaadha.risk yoo kaahuu balaa dilana ulfaatu fudhatee gunyaan diinaa jala taa'ee kana gochuun isaa really really really so amazed I would like to say to him wonderful keep it up.
Taayyee dandea was my class mate when we used to attend AAU. since then i know him that he is the man of his bearings. waan itti amane malee hin hojjatu
Gaafa qabsoo bara 2018 Umar Huseen Minister of Agriculture Etho durii, Akkas jedhee ture, Yoo miseensi OPDO'n 1 dhugaa dubbate ABO nuun jedhu. Yoo nuti waa'ee media dubbanne OMN fi gabaastu nuun jedhu ture. Jedhee ture mee asumaan waa'ee Umar Huseeniif Takkala Uma nuu gaafadhu
Dhugaaf du'uun jennata . Taayyeen jabaadha . Pp garuu nama dhugaa dubbatuu hin feetu
Tayyeen dhugaadhan rakkoo yeroo Amma ummaan oromoo ittii jiruu enyuunuu olitti Nama hubaatee fi duubbatee kanfuu Nama Kan dhibuu fi komaachuu dhisaati sagaalee taafii ware bira dhisaa oromoon duraanuu ergaa darbee iyyuu male walqabachuu hin beekuu
Bineensi namoota haqa dubbatan nyaachuu baren Taayyeef sodaadhe. waan fedhe ta'us haqaaf.
Rabbiin ffurmataa umataa oromatif haalattuu
Garruu nageynii hiin jirruu ubadhuu wbo koo
Taayyeen har'as boruus nuf diinaa sababni isa taayyeen lubbuu ijoollee oromoo baay'ee ciccimoo fi haadholee keenyaaf waggaa shan guutuu kan ficisisaa turanidha
Abiy bulguu namaa nyatuu ta'u dr laamaa magarsaa waqoo iraatii arginee.nuuf haraa mitti.dr keenyaa gaalaatoomii
Haqaa bee❤
Namni badii isaa baree dhugaa oromo dubbaanaan qeeqamuu hin
Warrii biraas isa akka hoordafaniif
Tayye riga kasala amma enumatu akkasi usa farsa kaa Yaa rabbi koo maqan issa dagatamu yomu Ee miskina
OMN sagalee umataa
ijaaf gurraa umataa
Nuf jiraadha❤❤❤❤
Omn ijaf gurra ummata oromoo bashashaan keenya dubbii fiteera nama oromoo gane milkahee hin jiru jedhee turee dhumi dubbi sanuma tahee jawar mahammad king jawwee❤❤❤❤❤
Taayyeen dhiira,goota,gamna,qaroodha,hayyuu fii beekaadha.akkas tahuu isaa hojii isaatu ragaadha.risk yoo kaahuu balaa dilana ulfaatu fudhatee gunyaan diinaa jala taa'ee kana gochuun isaa really really really so amazed I would like to say to him wonderful keep it up.
Taayyee dandea was my class mate when we used to attend AAU. since then i know him that he is the man of his bearings. waan itti amane malee hin hojjatu
Ejjannoon Obbo Taayye sirriidha aggoo irraa kaafamuu hin qabu.
Dhugaa dubbachuuf namni Oromoof Oromummaa qabu hedduun ammas pp keeysa ni jiru,yaannummaan oromoota achi keessa jiraniituu namaaf hingalu
Yaa lammii koo siif gamte
Waaqayyoo nuuf haa dubbatukaa
Hacaaluun ajechaan oromoo haa dhabatuu jedheef ajefamee ammas Tayeen ajechaan oromoo haa dhabatuu jedhee
Ajaayiba Doctor Molkeessaa wanti ati as irratti Dubbatte Hundinuu Taayyee Irratti Godhamee jira!!
TAYYEEN NAMA ABIYI CAALAA HUBATAA FI BEEKAA DHA MAL GODHUU UMMAATI OROMOO OFII HIN BARTUU YOMIYYUU GARBUMMAA DHALOOTAA DHALCHISAA JIRUU KANAAFUU UMMATAA OROMOO SIIF WAYYOO SIIF DHUMAATEE KANAATI ANSEE SHIMEEN HIDHAAMUUF JIRAA
Taayye angoorkasun mmaali muuldhiiss oromoof dr milikessa Adaan baabaase oromoof hiimuu
Ab Taayyeen maallaqa konkolaataa keessa kaawatee deemu waan dhoowataniif fincile hin gowwaaminaa
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉jiraadhuu umurin kee haadheeratuu haadhoo koo ijjoollee oromoo ajjeessaa kan jiruu bixiiginnaadha
Kabinootaaf ergaa nuf dabaarsa xumuraaratti of akkaa ta'aanif dursaani of beeku qabu. Basaastus akkeekkachisas kennaafi
Namoni barefamaa kanaa dubiftaan umataa wallaggaa lixaa anaa begiif dirmaadha yaroo amaa kanaati ijollee manaraa demani funaanaa jiruu ijollee manaa baqatanii belaan dhumaa jiruu demtaani hidhatuu jechuudhan umataa gidirsaa jirti kabinneen bilxiginaa annaa begii qondallaa fi nanaawaa isaati sagalee nuu ta.aa umani ofiifuu dhukkubaa busaan midhamaa belaan midhamaa jiraa sagalee nuu ta.aa 😢😊
Obbo Taayyee Danda'aa Cuukkoo San nyaatee akka nu garsiisu feena.
"Lagannaan Cuukkoo hin dabalatu"jedhee Sabboontota Sabaaf-Sab Lammiif Qabsaayanii biyya ijaaruuf hojjatanitti qoosaa ture.
Mootumma wojjiin yeroo turetti Ummata nagahaa Miliyoonaan ficcisiisaa ture. Ee Magan.
Taayyeen akaa Abiiyif hojaata jiruu ammaa of baree Guudaa galaatoomaa hundii kesanuu araa duubaatee dhugaa bilsiigiinaan jibinsaa oromoof qabuu Dr milkeesaan hagalatoomuu
Taayyeen dura eenyu akka haacaaluu fi Abdujjaar hussen nujalaa galaafate hanuuf saaxiluu
Akkanumatti isin lamshesee namichii kuni namani oromoo ganee kaa milkeeyee hin jiruu jedhee beekkan keenyaa jawar yaddadha
Taayyeen yoo hin afshoolamin manahidhaatti deebi'uu isaati
jabaadhaa, odeffannoo owituu akkanaa fuuldurafis nubarbaachisa.
Galgalli harree kan warabeessaatii
Taayyee nagaati
Yes yes of course wal marihadha wan oromo irati jiradha
Sobnii sirra mullatara oromo hingowomsin barri walgowomsu hafera
Rabbiin dhigaa oromo haa basuu inshallaa 😢😢
Dr milkessa yero hunda dheyesu qabda oromo birati lamaafi inn tokkuma yero hunda ❤
Taayee Dandda'aa
Warra Jihaadaa tole ykn bareede, Namnni Mootummaa Hamaa Ilmma Namaatii Rifaatuu hin qabne yoo Fuul dura isaa dhaabbatee dhugaa itti himee Mootummaan sun Ajjeese Warra Jannataati Kanaafuu Taayen Warra Jihaadaa tole ykn bareede.
Nuu jabaadha isin wajjiin rabbitu jiraa
baga Arian tayee yeroo akkam gaddaf bohicha kessa turre san bayee nu qaladee hundaa isii rabbi achii haa fixuu osoo jarri Achii tesse afaan oromo dubatu dhabde ummani qataa falmate namicha kana ofirra darbate jaraa dhigaa oromotin taphate warri nanno oromia tunin hattun
Taayee dandaa heeduu turrtee billxiginaa gabiisitee Amoo Bagaa sii.Arri.anii !!😅😅😅😂😂
Aab Taayichoon hojii gootaati hojjatan
Taayyeen taate Amma kanuma oromoon keeysa jirtuu dhugaadhaaf jedhaa ja.ee Dubacha jirra
dhugaadha dr.milkessaa naman bayyee jalaadhuu nama dhugaa
Kashalabbee rabbiin biyya saniin qabate
Deebisaan Taayyee, Diraamaa Abiyyi oromoo burjaajeysuuf hojjatamee kana hin shakkama.
Hamma Oromoon WBO waliin ta’e seeraana guyyaa Namaa Nattu ufi irraa Buqqisuu qaba Abiy Diina Oromootti Lammaan haasaa jirraa Dajanee 🤷♀️🤷♀️
dogongorri opdo guddaa gaafa 2018 Jawar jara gorsu maalif didan.Lammaa Lammaa kaadhimaa jedhee ji'a tokkoo ol keessaan akka gorsaa ture nutti himeera
D.Milkessa dhugumaan Nama dhugaati.
Obbo Taayyeen ejjennoo harraa isaanii kan maggaarajaa duuba dhoksatti ture agarsiisa , kaleessasi akeeka gaarii , kaayyoo gaarii akka qaban ,ejjennoon isaanii harraa ni agarsiisa . Macaafa qulqulluu keessaa ,macafa nahimiya 1 irratti namni Nahimiyaa jedhamu ,haala biyyi isaa keessa jirtu ilaalchisee..nagaan ishee diigamuu , sabni isaa salphina guddaa keessa akka jiru yommuu hubate ,iddoo inni jiru utuu isa hin dangeessin …qananiin dhunfaa koo kan lammii koo natti hin caalu jechuun ,iddoo mijataa dha ,gara iddoo mijataa hin taanetti ,iddoo,qananiin jiruu ,gara iddoo qananiin hin jirretti ,dhugaadhaaf jedhee aarsaa ofi godhee hojii isa diigame deebisanii ijaarutti ofi bobbaase ,waaqayyoo inni abukaattoo dhugaa ,wabii namoota dhugaaf dhabbatan ta’eesi isaa wajjin ta’ee isa milkeesse .
Akkasumas obbo Taayyee Danda’a haala mijataa.. konkolaataa V-8 ‘n deemuun ,haala mijataa keessa jiraachuun ,nagaa lammiin isaanii dhabee dhiphina keessa jiraachuun boqonnaa isaan dhowwee jennaan akkuma Nahimiyaa , nagaa lammii isaaniif nagaa ijaaruuf yaada gaarii ,seexanaan ala kan hin miine qabatanii ka’uun isaanii baay’ee Waaqayyoof galata galchuun akka nurra jiru hubachiisaa ,Waaqayyoo abbaan dhugaa immoo akka isaanii wajjin jiru yaadachisaa ,eenyullee isaan dura kan dhabbatu Waaqayyoo wajjin akka wali lolu beeksisaa , lammiin hundinuu akka amantii isaatti kadhannaan akka wajjin dhabbatu nan gaafadha . Dhimmi kun kaayyoo ministara keessaa hojjechaa turani reefuu hojii eegalan jechuun ni danda’ama . Amma xalayaan isaaniif kenname waajira keessaa isaan baasee gara dirree waa’ee nagaaf hojjetanitti isaan baase . Sababa kanaaf abbootiin amantaa garaagaraa waa’een nagaa adda dureen kan isin ilaalatu obbo Taayyee cinaa dhabbachuun ,sochii waa’ee nagaaf eegalame cinaa akka dhabbattan maqaa waayyoon isin gaafachaa , waamicha kana fudhachuu yoo diddan Waaqayyoo akka gatii guddaa isin baasisu durse isin beeksisa .
Walumaa galatti obbo Taayyee Danda’aa , eejjennon isaanii ammaa , faallaa nagaa kan ta’e seexanaan ala ,eenyunillee waan hin miineef namoonni marti kallattii garaagaraan waa’ee nagaadhaaf haa sochonu .
Akeekachiisi koo kan biro immoo , namoota akka obbo Taayyee waa’ee nagaatiif nagaadhaan sochii gochaa jiran dura dhabbachuu kan barbaaddan harki Waaqayyoo waan isin miidhuuf ofi eegadhaa.
Dhumarratti..barri kun bara dhumaa biyya lafaa rawwachuudhaaf mallattoo hedduun itti mirkanaa’aa jiru waan ta’eef ( wangeela maatiyosi 24:6-7 irratti Lolaaa fi oduu lolaa dhaga’uuf jirtu , akka hin naanetti ilaalladhaa ,kan akkasii kun ta’uu irra jira ; kun garuu amma illee dhuma isa miti , sabni saba irratti in ka’a ; beelli , socho’I lafaas iddoo adda addaatti in ta’a “ akkuam jedhu kun amma ta’aa jira waan ta’eef , namni hundinuu waan gaarii duwwaa hojjechaa ,cubbuu hojjeteef immoo qalbii jijjirachaa.. gooftaa yesuus akka isaaf jedhe du’e amanuun qophii guyyaa guyyaan gochaa dhufaatii gooftaa akka eeggatu jechuun waamicha koo jaalala guddaadhaan ni dhi’essa .
waaqayyoo oromoof haa dhaabatu.
Akka oromo tti wal wama marihdha walloo oromo fii oromiya irati
Sharranyoota Abiyyi Oromoodha jedhee ofitti isin siifnaan biifa keessan itti biiftan
Obboo Dajane galatoomii
D/r milkesaa Abiy Ahmed Farraa Nagah Oromo Taruun bekama.dhaa !!❤❤❤❤
Dr Milkeessaa kabajaa waliin garuu utuu sobuu baattee gaariidha
Taayyen aangorraa ka'uun isaaf hokkora ka'uuf maaltu yaadama
Dhugaan oromoo gana waaliitti jaraa maqaa😢😢
Raabbii isaa haa salphisuu tayyee harichaa jawar Muhammad❤❤ abbara ture baada udaan tayyee 😅😂isee baga sitti caabsee Abiyooti😂
Yees
Taayyeen namoota qabsoo oromoo dandii irraa maqsan ture.innuu maqfamuu qaba.
warii keniya jirani wborati dulluu hadisani kesuma Abreham biru
Taayyeen Nilsen mandela Oromoo giddu kanati.
Haa ta'u malee warraa keessaa baqaateerra woyaa jechu koti.
Munnichi ministeeraa dhala namaa miti saree kaakkaa namaa nyaattudha, warri akka namaatti ilaaltan hindogoggorinaa!
Abiyyi nama Oromoof carraaquu yaalu paartii isaa keessaa gaggeessuun kufaatii isaati
Waan Taayyee kna afarsuun Oromoof yaaduu miti. Taayyee opdo-odp-pp ta'ee Oromoo miidhaa kan ture fi dhumaatii jiruuf itt gafatamaa dha. hin afiuufinnaaee
PPn angoof barcuma ishee tifkachaa jirti kanaafidha dhiigni ilmaan oromoo ganaa isin gaafata 1 jedhee jalqabeera! taayyeenis duraan arrabsoo, maqa balleessii WBO irratti kan dubbataa ture keessaa tokkodha. waaqatuu hojii hojjechaa jira kanaaf innumti geggeesse ABIY ofii isaaf hojii isaa ni argata!
Siyaasa caccabaa Softiwerii wayyaaneen itti suphitedha
Oromoo fi Oromiyaaf humnii waranaa Kan ABO-WBOn durfamuu kana ilittiin Oromoo kan siyaasaa PP hordafuun alaati humna kana jabeefatan siyaasaa gara garaa oromoon hordafuus akka Mirgaatti kenameef walitti hiyataan Biyyaa ofii dhunfachuu irratti Ilitoon siyaasa Oromoo wal qabataan irratti hojjachuun yeroon barbachisuu Ammaa
Waqaayyoo beekaa dhaloonii jalatee cakatii hin namiinee. Dhugaa sabaa kenyaa habasuu waqayoo😢😢😢😢😢
Walayii dhugamaa jetani namichi Abiyii jedhamu bulguudha
Amaarri hudduu keessa garafaa si haa bulchitu hayyee Xeerii!
Warri akka Taayyee Danda'a fi gartuu isaa warra diinni itti fayyadamee waan isaan keessa jiru keessa fixee kosii isaanii itti cuqqaalee gate akkasii qabsoo bilsummaa Oromoo keessa waan hin fayyanneef miidyaatti baasanii baay'ee isaanii odessu gaarii natti hin fakkatu.
Dr milkeessa jabbaa keenya nuf jiraadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome OMN Abiyii Nama Dr Lammaa Magarsaa gaane fi Nama Haacaaluu Hundeessaa galfatee waan har,aa miit jechi Harmaane jedhuu ittii Xiqaata dhugaa Abiyiit Namichi dhigaa Qeerroo fi Qarree Oromooti Anagoot Ollii bahee Oromoodhuma Lafaraa Fixaa jiraa dhigiin Ilmaan Oromoo ganna isaa marachaa Abiyi ishaala
maaliif gara nilsat itti deebisuu dadhabdan. biyya keessatti ilaaluun hin danda'amnne
Dhugaa kee jetee qoqa koo ufataa. Adda oromoo ufataniifii oromoo miitii. Isanii warii nunyatee 😢😢😢😢😢😢😢 obolaa lamman walii nyachiisanii 😢😢😢😢😢
Thanks!
Guddaa Galatoomaa doktorri milikeessaa fi Gaazexeessaa Dajanee fi OMN saglee sabaa hunda 💖🌿💖🌿
Translate to English
dhugaan Hacaluu gadii ba'uuf jetii
Taayyeen Yeroo isaa eeggatee gadi ba'e!
Gaafa qabsoo bara 2018 Umar Huseen Minister of Agriculture Etho durii, Akkas jedhee ture, Yoo miseensi OPDO'n 1 dhugaa dubbate ABO nuun jedhu. Yoo nuti waa'ee media dubbanne OMN fi gabaastu nuun jedhu ture. Jedhee ture mee asumaan waa'ee Umar Huseeniif Takkala Uma nuu gaafadhu
tayye dubbi sirri jedhe j.tadden isiin kanum jedhee
Thanks Doktor for all explanation ❤
𝗡𝘂 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗮𝗮𝗳𝘂𝘂 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮.
🙈Osoo barumsi uleen kan namaa galuutii harreen pirofeesara taati ture.
😇Nama deebii irraanfateef maatrikii irratti deebifnaaf (Raddaatii Taxi)
🏆Waancaa fi baalageen afaan baldhatan
💗Takka jaalachuun jaalala,lama jaalachuun daldala.
🔨Namni mataa madooshaa qabu namni hundi mismaara itti fakkaata.
🥊Fuula waanyummaan daalacheesse dhadhaan hin ibsu.
🪴Osoo kan dubartiin qonnaan argamtu taatee dhiirri hundi qotee bulaa ta'a ture.
🫵🏿Waanyoo fi nyaarri hin guddatan.
🌚Gufuun ganama si dhahe galgalas yoo sitti deebi'e,gufuun dhagaa miti situ dhagaa malee
🛖Wal jalaa haa siqnuu Rabbiin malee nu hundinuu dhihotti buuna.
♻️Ilmi namaa biqiltuu aramaan jireenyaa itti baay'ate.
📕Dubbisuu yoo dandeette namni hundi kitaaba.
⚫️Sammuun jallataa laabraatoorii sheeyxaanaati.
Isan yeroo sana malif dabarsitanni saf kennitanif
Hadara Jawar Mohammed nu dhiyeessa yeroo bira
Jabaadhaa. Sabni oromoo hamma jirutti OMN ni jiraata.
Taayyeen hojiisa nyaate bilxiginaadhaf jedhetuu umataa oromoo xiqeessa baahee nuf girrisaa nun jedhe maqaa nuti baaase 😢
Dajaane Dublin Abyii namandhiiba
Jabaadhaa dhiite hinhaftuu
Itiyoophiyaan afaan qaawween ijaaramtee afaan qaawween buti .
Namoota akka keessanii yeroo fudhatanii jeequmsa biyyi koo keessa jirtu hubataniif biyya gatii guddaa kaffalaa jira. Harkifannaa jechuun dhabamuu irra wayya, yoo abbeen harkifatellee, dhugaan qalbii irraa waan ta'eef, bu'aan isaa maal iyyuu yoo ta'e, ummataaf jecha kan kaffalamu waan ta'eef Galatoomaa jenna.🙏
Tayeni.senaa.dalage.wadrbe.iraa.kani.haftu.cala.kanafi.ejanoni.tayefudhate.sirdhaa👌
Dhimaa laamaa waan bekktaan dr nuuf ibsaa
Aangoo yeroo isin dhooggatan as baatanii maqaa Oromootiin kakattan
Abiyyi bulggu ummata oromoiti hundda isiitu ganaa nyaate fixu heda
Omn sagalee ummata oromoo
D, milkeyssa bayye galatomi oromon osso waa hubate nigahaf
Tayyeen gootummaan waan jiru dubbatee jira. Garuu, obboo Lammaan maaliif caldhisa jettee yaadda : milkeessaadhaaf
WAA'EE YAA'II SAREE immoo nuyitti himaa.....
Nageenya taayyeetiif amma sodaachisuun isaa beekamaadha achuma taae maal akka godhuu qabus maalgodhuu qabaa
Galatoomi omn sagale umata
Yes yes dhuga keti
Taye danda will be successful if taye go right now and he join OLA, & he become OLA spokesman!