Hamzan Mahammad fi Booniyyee Walin Jiraachu Hin Danda'an Ja'e Wal Lolan
HTML-код
- Опубликовано: 6 фев 2025
- Hamzan Mahammad fi Booniyyee Walin Jiraachu Hin Danda'an Ja'e Wal Lolan
#Mirqansa show Congratulations#2024#
#dachas oromoo#
#dachaas mohammed#
#dachas ta'uu sabrina#
dachas jamal 2024. Afaan Oromoo fi Jechoota Dinqisiiso#
#dachas jedhama#
#sabrinaa jamal#
#is isha fi makii dha#
#sagalee waraabuu#
#Adam tube#
#hamaadha#
#furmate tube#
#dachas mohammed#
#warda nolee#
#ibsa damina#
#nyaata ethiopia#
#ibisha & makii#
#adama tubi#
#raayyaa abbaa maccaa#
#dachas oro#
#dachas oromo music#
#oromo#
#risqo#
#zamano#
#dachas muhammad music#
#makii ibisha#
#najash mohammed 2024#
#warda oro#
#dachaas#
#dachas mahamed#
#dachas muhammad#
#dachas oromoo#
ibsisha and makii#
#makii#
#murti guuto#
#dachas jamal 2025#
#ibsishaago#
#masud nasro#
#nyaata arabia#
#oromo music 2024 new#
#sabrina fi dachas#
#sabrina jamal 2024#
sirba dachas#
#dani royal#
eritrea#
#ibsisha#
#nashida afaan oromo#
#ramzi malka#
#sabrina jamal fi dachas#
#warda#
#warda happy 2024#
#dacha#
#dachaas oromoo#
#dachas music#
#dachasoromo#
#family jalala#
#farhan new music#
faxayira#
#faya jiru#
#fekiya show#
#ibs ishaa and makii#
janiye 19#
#kadir martu#
#muziqa afaan oromo 2024#
#nasra gursum#
#new najash mohammed 2024#
#nyata araba#
#obn#
#sabontu oromo#
sabrina jamal new music 2024#
#sof umar app#
#tapswap code#
#ustaz abu mujahid#
#@patshow#
#abba abdi#
#abdi#
#afif mohammed taj#
#afla fikir90#
#ahmed culullee#
#akkata tiktok itti banatan#
#ali muhammad dima#
#alii birraa new music#
#ameerika#
arm workout#
#asli#
#baroo shekinah husen#
#biftu show#
chemistry grade 9 unit 3 afaan oromoo#
Sheekni kun miskina dhugaa rabbi❤waan isa boqachiisu rabbi haa keennufi du'a'i goodhafi obboleewwan. Qeequ dhiisati😢
Mashaaaa'Allaah ani yaada Hamzaa fi obboleessa keenna kadiir ni deeggara,garuu namni media irratti hangana wal-godhe lafatti kanaa oli omaa shakkii hin qabu.
Hundaafuu rabbiin ishii haa qajeelchu
Anilee wly❤
@@NureeJimmaa-et5pyinnii hin raggaa qoyyii shiirrakkiidhumaa. Wly😢😢guyyaa lama bichaa wajjiin bulatan jedhee 😂
Haa wajji gubatuu dhiisa haa tahu malee yoo isheen shifeera taate ima wajji bulan
akkana kuno mashaallah rabbiin isinirra haa jaalatu
Kadiir fi hamza sirrii jiruu deeggaraa mubariiki kabajaa
Nama sadaqa barate yero huda sadaqa barabada sanifu m.d bayana nama sadaqa barate
Wly ustaazni kun miskinaa 😢😢Rabbiin rahmata ha godhuuf
Mashallah hamzaa rabbii dabale sif akenu
Hamzaan dhugaa jedhe ishiin balageedha
Wallahi jechi Hamzaan jedhe dhugaa dha intalii bayee balaage dha😢
Sirii hin saalifatuu noorimaali jetii rabbii sii haa laafisu sijalaa daalifadhe uuuuuu
Dhugaa keeti hamzaa saa.a egee nyatuu egaani hindandaahanii jedha oroomon hintaali wan bartee him dhistuu😮😮😮😮
Hamzaan.dhugaa.jedhee
Wlh bilaah hin jedhamuu kaan diguufi kan ijaaruu rabbiin qofaa rabbiin waliin isaan haa bilchuu wlh warii arbsitaan rabbii ofitti hin dalansiisina 😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa kuni jirenyafi in tau rabbii sodadhu qanfadhu mucatii
Jechi hamzaa dhuga garuu jaalala shek ticha jabduu
Dhugaa jedhee Ustasaa hamzanii wly
Hamzan nama mo jinidha duranu kanumasa lala
mashaallah
Sibichaa mitii hamazaa nulee shakii keessaa jiraa
Waanii sheek hamazaa jedhe sirriidha waanii hkn fakkatuu
Qoyii badiima hiyumati moo
Qanyiin hin jiruu Subahaanallah Normal dalagee jetti sanuu dhifamaa hassaa Ani ilmaa namaatti Dongogoreeni hafee
hamzaan shekh jaabir dhugaa jedhe intalli garuu baalageedha
Hamzaan,dhukaa ketii
Wly dhugaa dubachuuf anis akkuma hamzaa natti fakaata woliin hin jiraatanu na argitani tenyee ilaalame
Ee miskinaa wly 😭😭😭
Duraan hin galu jetee. Hama salpadhee jetee nagalcha jetee mitti abbamana kotii bicuusi achi. Siqnan nadhiisa jetee sodaate nagalcha jetee mitti duraan kadhanan hingalu kan jedhe isidha mitti
Rabii.haa.lafisu
Mobe aba miskina 😢😢😢😮😮🎉🎉
Aboo qaallicha goowwaa ustaaz booniyyee kana akkam irraa taana
Sila ustz booniyye yeroo jettan booniyyemmaan ustz jettaniin moo ustz mohammad jettan😂😂😂😂😂😂
Wly hamza shekh jabir dhugadha je e
Dubbiin hamzaa dhugaadha
Wallahi jacha hamza nindegara gurba kun osohinmarane jalaqaba
Kun baraanuu Waa hin baruu dhiisaa
Sijala saalifane inaalillaahi
Itaala dayuusaa tanaa utoo ormaa irraa muruudhaa sillaa
Yes
Abo namichatti hudhamtuu kana ajjeesani aara galfatani hin boqanna 😅😅😅giingee wohiidhaa 🤛🤛
Kun. Waan rabbiin. Dhoskee sataradha jedhe isiin midiyaara baftee afate hin yeelaatu ina dubatumo afanin qabajete kun yo herumteyu abba mana dhiifte.dhira bira wojin juraati ta a ilaala
Mashallahhamzaa
sa wr wb yaa ummata mslimaa dhageeffadha muslimummaan akkana qabdii nama badii kiyya jedhe maaf irra hin dabrine isiniimi rabbiin badii keessa yoo gama kiyya deeebitan isiniif dhiisa dilii keessan kan jedhe isin maqaa islaamummaa baattani badi takkatti tana irra dabruun isinitti ulfaate islaamummaan tana hin qabdu ummati ittaqullah
Intali nama safu akkam akkam ishe hodha
Dayusaa akka ustazaa Muhammad bayyan kanaa namaa irraa haa qabuu. Dhiraa dayyusaa duruu hin jaladhuu rabbiin kiiyaa kaa akka gaaraa kiyyaa waa beekuuf anaaf kamaa akka ani barbaduu naf keenee alhamduu Lilah.garuu dubartii dubaa dubboo hin beekne kaa jedhaan kaa akka boniyee kanaa .birrii guuraaf fudhatee namichaa kanif haa lixuu.isiini ammoo isiiyuu hin geetani kaa dubartii gadhee tanaaf iyyitaan .meqaatu dhibbeen rakkataa jirraa . Kaa duriyee fanaa iyyaa oltaanif. Hin oltuu taa hamzaa sheekii jabir jedhee imaa caqasnaa.
Normal now 😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉
😭😭😭😭😭
Bo.uu hedaa shekinii
"Gowwan hin dhalatin dhalatulle hin guddatin" jedhama
Goggii
😢😢😢😢❤❤❤❤
akkkkkkkk
😂😂😂😂 ay boniyyeee
Subhaan allahaa mali namishi akana😂😂
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Dhugaa jiruu kanumaa
Itaali akaam godhattii
Harkata goti Norma jete baraa😅😊
As wr wb akkam jirtan
Jaarsa isii San dhiisaa intaal gaafadha
Sharmuxaaa 😂😂😂😂
Hinitalii tunii balagee wahitii wly akkami issi gogodhaa
Umataa horii wal dhagefachuun hin jiruu qarshii qofaa kan barbadaan😂😂😂
Kadhate bare kanaafi
😂😂😂😂😂😂😂😂😅
Normalo ok😅😅😅😅😅
Namtichi gowwaadha
Subahana Allah
👍👍👍👍
Tuun intalti seexnaa kessaa dubata 😢
Amaayuu of jaajjuu kanna maal godhuu maaloo maatii qabdii laataa garuu waayoo salphaanee hoo😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
K🙏🙏👌👌💪💪👌👌❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Lalame yaa umata isile huma yada naratin kenina malaquma nugargara calisa inis hhhh dema dalagadha
Rajii hamzaa😂😂😂
Maaltuuu keesaa isiin naaaqaee dhiisaa
16:28
Itala sobde baduu hidei dhisa osoo nikaya qabduu duriyee wajii aksa tate😢😅
Birii takkaa hin garigarinaa malii kuni dayusinii hinitaluu walalumaa issa lalitee akkanaa godhatii
😲😲😲😲😳
Sharmux
Maatii naaf ta'aa Oromo koo
Maali akkuma maali dalmatian waaluman waalin haxumuran itti dhisa maali fakkata baay'etu jira garaggara isaani
Kkkkkkklk
Mohammda bayyan jinni boniye irra qabe jinni humna qabu keesssa hin bayu😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😊😊😊😊😊😊
Istaza kana fayyaa qabu kuni😢 akka waan dubbartin dhababtee tana saalphattuu wajin uuuffff 😅😅
Auzubilaah salfatuu mucatin😳🙊🙊🙊🤷♀️🤷
😢😢😢😢
Astaagfuullaahiii kaan jaariii hiin saalfaanee maalltuu isiin gaahee
Kana namichaa dayyuussaa😅😅😅😅😅
Mucatiin ma qafanee 😅😅😅 Garuu
😂😂😂😂
Hin saalfattuu silaa kuni maali kuni gowwaa uuuffff
tuni guya lama walin hibultu hindararamina sanu hinqafatu hamzaf debikaniti
Ayii dugaa keeti yaa hamiza shek jaabir😂😂😂😂😂
Subhanallah itali hin qafatuu akamitii hasoftii😅😅😅
Oduu hin ofanaa aasiraa malii ishin wadaa lamaa malii hojachaa turtee moo vedoo maraa turtee
Kaan uduu mulisuu isii kan gargaramu isiii
Tish salphoo kannaa Afaan qabdii moo hin dubaatimoo kun😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
😢😢😢😢😢😢😢
😂😂😂😂😂🎉🎉
😂😂😂😂😂😂
Hamzaa jechuun sharmuuxa jechuudhaa hamzaa shek zakaakir