Filmii islaamaa " Carraa~Hojii " Guutuu Isaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024

Комментарии • 677

  • @ayanabdallah4171
    @ayanabdallah4171 Год назад +59

    Allahu akkubar Maashallah yeroo hedduu suheyb wanni nati tolun dubbii yeroo dubbatu dubbii quubsaa tan yeroo takkati adawi capsitu itti gad dhiisa, adawii karaa feeten itti dhufte hunda jechuma tokkon kuffisa!! Maashallah rabbiin ammallee beekumsa beekumsaa olii sif haa dabalu jabaadhu suheyb, sii fii saahiban keetis dalagaa ajaaibatin gad dhuftan Maashallah !! Filmii kana obsan eegaa turre arra nuf fiduu kessanif jazaakumullahu kheeyran!!

    • @umeyriwood3964
      @umeyriwood3964 Год назад +2

      Dhuga keti galatomi ❤❤

    • @NASRATUBE-pu3ur
      @NASRATUBE-pu3ur Год назад +1

      Dhugaa ❤ketii

    • @NASRATUBE-pu3ur
      @NASRATUBE-pu3ur Год назад +2

      Suheyb kenyaa Rabbiin sii wajii haa jiratuu wan Garii nuf hojatee jabadhuu Heeduu siin bonaa Galatomii Namatii toltaa

    • @jamalomer1555
      @jamalomer1555 3 дня назад

      Wallay Nama akkana yaarabbinuufheddummeessi❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @hamzaxahaofficial9136
    @hamzaxahaofficial9136 Год назад +17

    Laa hawla walaa quwwata illaa billaah 😢 Wlhi filmii Akkanaa Jiruu Tiyya Kheysatti Hin laalle Yaa suheybi Khiyya Ati muslimaaf Tokkicha miliyeena caalu Aaaaaaaaaah........................ Miiraan Itti ibsu Hin Beekhuu Rabbiin Sirraa Haa jaalatu

  • @biftumohamed1773
    @biftumohamed1773 Год назад +54

    Walay wan das nama ja.u yade garuu naftahe suu

  • @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
    @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 Год назад +24

    Yaa Sobahan allah wallahi Anu biyya ormatti yeroo dheraaf dalga dhabee Rakkon wan nama gotu argee jira .Rabbin Rakkata kenya hunda furmta ha Latuu🤲اللهم ماسلي علي حابيبينا اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ

  • @FAHMI_DEEN
    @FAHMI_DEEN Год назад +20

    وَمَنْ يَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ فَهُوَ حَسْبُهُ ❤❤❤❤

  • @Muraadmuslim
    @Muraadmuslim 7 месяцев назад +1

    Eee wallaaahi billaahi atiin kun nama addaati❤❤❤❤

  • @YasinKamle
    @YasinKamle 7 месяцев назад

    Wallahibilahi Ani waning jau hinbeku yaa suhebi janatarrahin botaa tiyya sifkanna❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hasee270
    @hasee270 Год назад +1

    Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar
    Masha'allah masha'allah tabarakallah wollahii filmii islaama dhamsaa gudda of keessa qabu akkana hanga har'a takka argee hin beeku rabbin siirra haa jaallatuu kana hundaa kan xaarteef dinii islaama guddisuu jetteti rabbin beekumsaa kana olii dabalee siif haa kennu ilmii Hayyu Hayyudha!! jabaadhuu jabaa Nama .

  • @sabaatol
    @sabaatol Год назад +1

    Jechota biraa hin qabu💔mashaa allah ♥️ jabadhaa wan heddu gaarii jirtani

  • @saada2267
    @saada2267 Год назад +2

    Mashaa allah 🌹🌹🌹❤️❤️❤️ yaa suhebie kenya hojji akkan namati tollti ani akka kotti bayye gamade bayye gadde jabadhu itti fuffi hojji akkan wan bayye arnota nama tayyu mashaa allah rabbin sirra haa jallatu ✅🥰

  • @MarweTupe-ue6ns
    @MarweTupe-ue6ns Год назад +1

    Wallahi jabaadhu jajjabeeko jabaa ofii Abbaatu Jabeeffata
    Heddu Tola Wallahi hbb galatoomi filima kana nuuf dalaguu keetif buhaa bahii meeqa kessa dabarte

  • @Gazi896
    @Gazi896 Год назад +4

    Well Come Suhee koo hojiin kee hedduu bareeda garuu dadhabina Kee kana ummanni osoo beeke gaariidha osoo kan Ormaa taate sa.aa tokko keessattuu 50k oliitu daawwata akkasuma like 10k ol taha keenya Kuni sa.aa 2 keessattuu 1k hin guunne maalif garuu😢😢

  • @muazdeso7252
    @muazdeso7252 Год назад +3

    Filmiin kun jalqabaa waan ta'eef bareedadhaa❤ garuu haqina tokkotokkoo akka fulduraaf sirreessitan abdii qaba inni maali rakkoo suursagalee fi ammas atti eega nama rakkata tatee qamanis uffani keetiis hojji keeti wajji wal fakkachu qaba galatoomaa jabadha itti fufa🙏🏻

  • @roza9238
    @roza9238 Год назад +2

    Mashallaha Rabbi isinira haa jallatu walahi heddu takka namati tola diraman keessan saw saw saw saw saw saw saw saw ❤❤❤❤

  • @SihaamNuur-o9w
    @SihaamNuur-o9w Год назад +14

    Masha allah❤❤
    اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا وحبيبنا ونبينا محمد ❤❤❤

  • @madinasultan722
    @madinasultan722 Год назад

    Maashaa Allah Maashaa Allah Maashaa Allah Tabaarakallah JZK rabbin isinirraa haa jaalatuu ammas itti nuu fufaa baarakallahu fii kum❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @yousuftofik1134
    @yousuftofik1134 3 месяца назад

    Maa shaa Allah ❤️❤️❤️ Joo keenya Qaalii ❤️❤️ Hedduun itti gammade hojii tee Hay Maa shaa Allah ❤️🎉

  • @SalaamShaamil-ht4fx
    @SalaamShaamil-ht4fx Год назад +2

    ❤❤very nice film ❤❤

  • @Husseentubeoffical
    @Husseentubeoffical Год назад +1

    Allaahu akbar walaayi osoon laaluutiin booye kan rabbiin natti ragaa bakki naboochise nuti waan saba caalu islaamummaa qabna bakka ja'u sanii

  • @Sabontuabrahim-dy8tj
    @Sabontuabrahim-dy8tj 10 месяцев назад +1

    ws wr wb masha Alha masha 🥺🥺🥺♥️♥️♥️Alha SAw Saw obaleesa kiyya kaa Rabbiin obalewan nu godhe abdi kutin Rabbii sicin jira Ishaa Alha jajabadhu 🤲🤲😭😭😭

  • @merkurii2850
    @merkurii2850 Год назад +10

    Masha Allah❤❤ Alhmdulillah wagga 3f Akkas egaa turee filma kana Wly hawwii dhan egaa turee Alhmdulillah kan arra nu gaee Rabbiin sii haa miilkeesuu ilma nama guddaa Jabaadhuu ❤❤❤

  • @NaolAh-nq6yk
    @NaolAh-nq6yk Год назад +1

    Hbbi ♥️ ♥️ ♥️ ♥️ Maashaa Allah Itti nu fufaa 😘🤩

  • @abdulfatahahmed5721
    @abdulfatahahmed5721 Год назад +1

    Jabadhu bro kaa biralle ni daleyda je'etiin yaadaa

  • @imanabdi5542
    @imanabdi5542 Год назад +1

    mashaa alla obboleysaa kiyyaa qaali

  • @SaddaamHassan-z8z
    @SaddaamHassan-z8z Год назад +2

    Subhaanallah allahu akbar laaila haillallah Muhammadun rassuulullah subhaanallah allahu akbar laaila haillallah Muhammadun rassuulullah subhaanallah allahu akbar gammachuu addaatin eegu turre filmii carra hojii kana hanga amma laffaatani nuun gau keessaniif jzk keyran galatoomaa rabbiin beekkumsa beekkumsa caalu rabbiin isinf haa kenni jzk keyran ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @saadaabdala2930
    @saadaabdala2930 Год назад +6

    Beautiful dirama Mashallah jabbana

  • @fatiya.abdusamad4227
    @fatiya.abdusamad4227 Год назад

    mashalllh jajabadhu akii fillh mashallh walhii shababaf suma qabanaa mashallh jabadhuu sii bira jirra sah islama nuutii

  • @Otubers17
    @Otubers17 Год назад +7

    Amazing Actors and Director
    Shu kiyya jabadhuu ❤

  • @aarifisaaq478
    @aarifisaaq478 Год назад +2

    Www filmii islaamaa bareedaa akkanaa hojjatee namni fakkeenya namaa tahuun kun hedduu nama boonsa dhugaa rabbii❤❤❤
    Kana caalaa akka ati ittti fuftee hojjattu abdiin sirraa qaba

  • @nadhiabdi2452
    @nadhiabdi2452 Год назад +1

    Masha Allah suheyb wan bareda daleyde jabadhu oboleysa kiya rabin si ha gargaru umri dhertu rabi sif ha kenu 🥰🥰🥰

  • @AhmedGemeda-fl1xj
    @AhmedGemeda-fl1xj Год назад +1

    Maashaa allaah jabaadhaa rabbiifjechan isin jaaladhaa

  • @AbrahimAbdurazak
    @AbrahimAbdurazak Год назад

    Jabaadhu Akka Bakka guddo geessu Abdii sirraa qabna wly suheybi rabbif jecha siin jaaladha .❤❤❤❤❤

  • @ummuabdallahkajeelatuujann5884
    @ummuabdallahkajeelatuujann5884 Год назад +1

    Mashaa Allah mashaa Allah Allahu Akubar wallahii hojii baredaa hojatanii
    yaa rabbii shababaa keenyaa hundaa karaa keeyrii irraatii jabesiii ❤

  • @lish1986
    @lish1986 Год назад +7

    Love you suheyb don't give up please make more

  • @oroboytube133
    @oroboytube133 Год назад +1

    Ooh maashallah akkuma jechoota kee mimmiidhago San gochoonni keetille heddu namatti tolaa umrii dheeradhuu❤❤❤

  • @AhmedinSufiyan
    @AhmedinSufiyan 3 месяца назад +1

    Maasha allah

  • @Nibraashow1
    @Nibraashow1 Год назад

    Maasha Allah suheyb qaali keenya ati sjaalanna garuu immoo jazaa ke rabbiin jannataan siif haa kaffalu umrii nuuf dheeradhu

  • @ZidnaMedia
    @ZidnaMedia Год назад

    Osoo qabadhee Kumaa dhibbaa 100000 sii gumacha Innaa natii toolee irraa kan ka'ee❤❤❤❤❤

  • @abuhuzefadaalu8922
    @abuhuzefadaalu8922 Год назад

    Waaheddu yadadhee waaheddu baradhe jabadhuu heddu galatomi sin jechun naxxiqata ❤

  • @muayyadfuad4638
    @muayyadfuad4638 Год назад

    MASHAA allaha jabadhu filmin afan oromo tan muslima hin jirtu

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Год назад

    maashaallah
    maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤maashaallah maashaallah Taabarakaa wan heeduu iraa baranaa isaAllaah

  • @you___man
    @you___man Год назад +3

    Masha allah jabadhu obboleysa khiya ❤❤❤😢

  • @FAXUMA898
    @FAXUMA898 Год назад +2

    Waggaa meeqaa sii ergaa turee Bagaa nagaa dhuftaan Alhamudulillaahi 💖

  • @dahabodiresweet3166
    @dahabodiresweet3166 Год назад

    Mashallah walahi hendu takka namati tolla akkanumati jabadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @musabman-1237
    @musabman-1237 Год назад +2

    Wallaahi Masha Allah suheybi shekh ameen akkanatti karaa nuuf bani❤

  • @nasriiumer4805
    @nasriiumer4805 Год назад

    Masha Allah bareeda
    Kheeysaafu gosumaan tan obbollummaa ballessitee Wal nu wallalchitee jirti

  • @alamudinhussen5194
    @alamudinhussen5194 Год назад

    Maashaa Allaah Allaahu akbar wallaahi barumsaa guddaa irra argadheen jira habiibi

  • @hayatmuktarr3000
    @hayatmuktarr3000 Год назад +5

    Sallallahu Aleyhi wassallam

  • @dartu-hj2fv4yn1i
    @dartu-hj2fv4yn1i Год назад

    Masha allh masha allh masha allh masha allh hedu namati tolaa barnota guda qabee jabadhuu jaba kenyaa heduu sin boonaa👍👍👍👍👍👍leecaa kenyaa❤❤❤❤❤

  • @nasruabdalla5713
    @nasruabdalla5713 Год назад

    Maashaa Allaaah
    Ilma Abbaa caalu
    Sihaagodhu hàbîïbí jabaadhu
    Bakka guddaa nigeessa

  • @mohammedmariya1525
    @mohammedmariya1525 Год назад

    Masha Allah obbolleessa khoo qaalii fi jaallaatamaa rabbiin siihaa jaalatuu siirrahiis haa jaalatuu jabaadhu itti fufi

  • @وريفالكناني
    @وريفالكناني Год назад

    Masha Allah erga guddaa qaba of keessaa galatoma Rabbii umrii keessaan nufa dherresu

  • @safiyaaars4458
    @safiyaaars4458 Год назад

    Mashalllaah Tabarakalllaaah jabadhaa Qaqaliwani tenaa ❤❤❤❤❤❤woww rabiin bakanii isni hagayuu Urajiwanii dinii ❤❤❤

  • @SAMRQASM-r1k
    @SAMRQASM-r1k Год назад

    Jechaa ittin sii ibsuu dhabee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ allahu akubaa yaa qu'rana rabbii Kalima Olli ta'aa namani sii qabatee yomiyuu ofii ta'aa

  • @Khurfooahmed8457
    @Khurfooahmed8457 Год назад +1

    Dhugaa jechaan ittin sii ibsuu qabuu ulfaadhuu suheeybii ❤

  • @Ayyunnejalatudinniislam
    @Ayyunnejalatudinniislam Год назад

    Masha allah masha allah masha allah walah umriii nu dheradhu ani filmi kana magala nayrobittin lale garu ammale irra dadebi,e lalu jira filmi yaro duratti afan oromotin kaa muslima hojjatame ❤❤❤❤ heddu sii dinqisifadha jabadhu ilma muslima

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa 5 месяцев назад

    Masha Allah tabarkalah Rabin umarii nuf si ha dheresuu qali kenya 😢❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @Oroomoo11
    @Oroomoo11 Год назад +3

    Waliifii dabarsaa akaa dhagahamuu akaa yutubii isaa irratii dhagefatanii viyoo gudatuufii qabaa

  • @AliyyiiMuhamed
    @AliyyiiMuhamed Год назад +1

    Suheyb mashallah tabarakallah wow amazing 😊😊😊

  • @alamtube242
    @alamtube242 Год назад +1

    Yaa mashaa Allah Baga nagaan dhufttee yaa suheeybi sheek amiin welcome too

  • @bushradine203
    @bushradine203 Год назад

    Mashaa allah jzk keyran ammallee gara fuula duraatti nuuf hojjadhu rabbi siif haa laaffisu

  • @seennaaluubbu9621
    @seennaaluubbu9621 Год назад +1

    Onnee tiiyyaa naa caabee Wly uuuffff yaa ummaataa musliima Rabbii naa haa qacheechuu 💔💔😭😭

  • @mubashiraatbintmuhammad3597
    @mubashiraatbintmuhammad3597 Год назад

    Baga Rabbin si gargaaree Obboleessa kiyya Qaali ergaa guddaa of keessa qaba Nama qalbbi Fayyaa qabuuf Rabbin jazaa kee jannatul firdowsiin siif haa deebisu 🤲🤲🤲

  • @amiinahmad2310
    @amiinahmad2310 Год назад +1

    جَزَاکَم اللَّهُ خَيْرًا
    ماشاءاللہ 💐 عمل جیدً
    Rabbiin isinirraa haa jalaatu
    Ammalleen rabbiin sin haa garagaruu jabadha iti fufa! 💐

  • @hafeshow7263
    @hafeshow7263 Год назад +1

    Waan bayyee namatti tolu barumsas erra argatanidha garuu imimaan qabachun dhadhabe dhugaa laafa kana jiru

  • @KURAT462
    @KURAT462 Год назад +2

    Wow mashallaha wallahii rabbif jechan isin jaalladha rabbin isiinif haa laatu umurii dheertuu risqii baldhoo dalagaa gaari Gammachuu biyya lammanii🎉inshallah❤

  • @YasminUsman-vb6mr
    @YasminUsman-vb6mr Год назад +1

    S.A.W wly heedu takka bareda umrii nuf dheeradhu wly wan takka hin tane wan heedu gudda barumsa irra namaf tahe keysafu yeroon jiru tana keysa haalan wan deema jiruti wly yoo kun barumsa nuf hin tane wani birra nuf hin tahu ja,etin yada wly imimanin hin qabne na bochise😢jzkh si jaalana akka itti nuf fuftu si gafana❤❤❤

  • @IbrahimAlwan1
    @IbrahimAlwan1 Год назад

    Wallahi hedduu takka bredaadha Bekkumsa islaamummaa guddaa if keysaa qaba

  • @rihanahajo-iq6oq
    @rihanahajo-iq6oq Год назад +1

    Mashaa Allah Rabbi sirraa haa jalatuu jazaakallaahu kheeyraan

  • @wirtuunagayaa
    @wirtuunagayaa Год назад +2

    Masha allah Mashaa allaah nidandeesaa Habibi jabaadhu

  • @susuqueen8925
    @susuqueen8925 Год назад +1

    Wow heddu takka das jatani 🧑‍🤝‍🧑❤❤

  • @ummiiy
    @ummiiy Год назад

    Allahmdulila Allahmdulila way bayee naamati toltaan 😢😢😢😢jabadhuu sub

  • @birraAbse
    @birraAbse Год назад

    Maasha Allah jabaadha ilamaan leenci nuuf dhale hojiin keeysan heddu nama gammachiisa

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Год назад

    ❤❤❤❤❤ heduu natii namatii toltaa wan waridhaa Galatomii warii Akkaa kiyatii jaallatan Suheyb Like godhaa❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 umrii dhertuu wagaa kumaa caltuu Rabbii siif haa kenuu

  • @dineeusmail7722
    @dineeusmail7722 Год назад

    Mashaa allhaa bayyee nattii tollee .
    Very Very good 👍 👏

  • @beruhaadinan
    @beruhaadinan Год назад

    Mashallah umrii dheertuu hojii gaggaarii waliin siif ha kennu

  • @azizaahmedazizaahmed5536
    @azizaahmedazizaahmed5536 Год назад

    Mashallah obboleysa kiyya jabaadhu hoji bareedaarra jirtaa

  • @fuadmohammad7949
    @fuadmohammad7949 Год назад +5

    Masha allah 😢😢😢 galatoomi suheyb hojii ummata muslima dammaysitu hojjette jirta

  • @mubarakkedir903
    @mubarakkedir903 Год назад

    Mashalla filmii bayyee bareedadha
    Gafii. Farhaan daa'imni xiqqan maal
    Akka ta'e nuuf hin ibsine

  • @imadudinabdulakim1699
    @imadudinabdulakim1699 Год назад

    Umar zamana khanaa sihaa godhu ilma abbaa caalu tahi shu dhugaa umrii teetiifii hujiin tee waan ajaaibaati masha allaah

  • @rihanaabdulahiofficial
    @rihanaabdulahiofficial Год назад +1

    👏👏👏 Masha Allah yaro dheraadhaaf egaanture filmi gorsa addaa if kheysa qabu jabaadha ammale itti fufaa jolle Ganda khiyaa jolle dire 👌🥰😘 garu immimaan narraa fixani 😢

  • @Haniitechno
    @Haniitechno Год назад

    Maashaa allha obbaleessa kiyya suheb heddu takka laffate rabbi laffati te si ha gammachisu brother ❤❤❤ good work

  • @umeyriwood3964
    @umeyriwood3964 Год назад +4

    Hedu Hedu ega ture finally gadhifame inshallah 2to go ❤❤

  • @amanabdusemed4714
    @amanabdusemed4714 Год назад

    Filmii hedduu namatti tolu waahedduus nama barsiisu dhugaa Kabiraas isinirraa eeyna suheybow❤

  • @Carcar12-023
    @Carcar12-023 Год назад +1

    Maashaa allaah waa hedduu irraa baranne jabaadhu ful-duras akka itti nuuf fuftu si deeggarra❤

  • @mayedalbdwawi2514
    @mayedalbdwawi2514 Год назад +1

    Mashalah mashalah mashalah tabarakalah bayee namaa tollaa rakataa kenaa hudaa rabiin rakoo haabaduu hin shallah 😭

  • @FaizaAbrahim-i7s
    @FaizaAbrahim-i7s Год назад

    Wow masha alh bro jajabadhu kabiras itifufi wowowow ❤❤❤❤❤❤❤

  • @dursishatube1610
    @dursishatube1610 Год назад

    Anilleen kanin hin kijibne wallaahi waanuma kiyyaa yoo jette nin Amana
    Waayeen filmii kanaa garuu ergaa ati dabarsite yummuun irraa hubadhu
    Anilleen dhiifama godhee fii gochaa isaanii sanitti akka qaan fataan gargaarra rabbiitiin inshaa allaah ni godhaaf dhiifamaa hanga arraa garuu irraa fagaadhee jiraachaa jiraa ilkaan adi qofa garsiisaa
    Jzk rabbiin umrii sihaa dgeerassuu habiib kiyyaa❤❤❤❤❤❤❤❤😘🥰😘🥰❣🌹

  • @falmataasabaa7612
    @falmataasabaa7612 Год назад

    Mashallah film kana waggaa 2f egaa turee kaa Rabbiin hadhaa naa Egee akka anni laluu naa godhee wlh anni Rabbiif jechaan sii jaaladhaa ❤❤❤

  • @AsmaBeauté-x8j
    @AsmaBeauté-x8j 2 месяца назад

    Allah akkubar Masha.allaah Masha.allaah Masha.allaah

  • @Sidiiqaasiraajsheekaa
    @Sidiiqaasiraajsheekaa 10 месяцев назад

    Mashaa allhaa Raabbiin sira Haa jalaatuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Heeduu sii jalaanaa

  • @oromiyaaadem6878
    @oromiyaaadem6878 Год назад

    Mashaa Allaah filmii gorsa bareeda qabu turee, garuu obbaleysa khee osoo siif fayyee nungarsiisin fixxee maaloo maaloo

  • @muazshafi3311
    @muazshafi3311 Год назад

    Masha Allah Filmiin Akka Ajaa'ibaatti Hojjatamee Ka'ee Sagaleen Xiqqoo Rakkoo Qaba

  • @maafuz-lk2kx
    @maafuz-lk2kx Год назад +1

    Jabadhu suheybi

  • @orochalenge
    @orochalenge Год назад +2

    Pls oromoo 500k laluu qabaa

  • @jimmaaabajifar533
    @jimmaaabajifar533 Год назад

    Mashaa Allah mashaa Allah Rabbin sirrahjallattuu jabadhuu ❤❤❤❤❤

  • @abdushekurmohammed8930
    @abdushekurmohammed8930 Год назад

    Maashaa allaah suheeyb kheenya ammallee oliin si Haa deemuu waan jabaate mara siif Haa laaffisuu❤❤❤❤❤

  • @kennakoo8528
    @kennakoo8528 Год назад +3

    Maasha Allah jabaadhu brother rabbiin hujii kee hunda sirraa hajaalatu ❤

  • @falmataahmed4373
    @falmataahmed4373 Год назад

    Jabadhuu wan garii hojataan qalamnii keessaan ha margisuu

  • @na3emana3ema83
    @na3emana3ema83 Год назад +1

    Akkasi maashaa allaah❤❤
    aartin karaa hin taane(waa hunda laaquu) qofaan hin ibsamu asiinis ni ibsama✅🥰 baga ibsitan qaqqaaliiwwan keenya hamtuun isin hin arkhin