Dr ani dhibee garaachaa duraanis nin qaba amma garuu aka malee nadhukuba nyaata hoguun nyaadhu hafuuraatu nati cita aka ukaamamati nati ulfaata yaa dr galatoomi furmaata naaf himi rakachaatin jiraa
Doctor Rabiif jeedhaa nati himmaa me ana yeroo bayee garaa kiya nyaata xiqoo yon nyaadhe na bokkoksa garuu sagaraan kiya dura bayee na dhukkubaa naf bahuu dida garuu yeroo bahu goggaa wan taheef uduu kiya na mure sagaraan koo amma garuu bakka na mure san cafii uduu irraa na dhitahee dhitahee na dhoha garuu amma dhohuu dide me Rabiif jeedhaa qoricha isaa naf himmaa 😭😭😭
uuuuuufff ijooleen biyaa arabaa jiruu baayinaan dhiibee kaanaf saxilaamneraa raabii nufaa laafiisuu maale😢😢😢
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐭𝐢 𝐰𝐨𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 😢😢😢😢
Dhuga keti 😢😢
Dhuga keti nam5 ni olbeka
Dhuga keti wlh 😢❤
Maal warrii biyyaa kessamo nagadha iiiiiiiiiiiiii😮😮
Guddaa Galatoomi Dr. Umurii nuuf Dheeradhu Namakoo❤❤
Hojiikee wolitiqabaajirra telegiraamarrati gurupii qooeessitee sobaaan nuajjeeftee jirta Dr.fayad Getu
Eegumsaa karatti goree
Beekumsii dheebuu Hello DrAbiyyii Ahmed Dubbisi DrIlkaaniin DrNaaf yaad Geetuu jeequmsaan Dhibee garaa amiin yaarabbii injifannoo
Dhibee yeroo hawaasa lidatu Ayyalow kaffiyalow dukkana ifaa
Siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad
Fayyaan faayaa nurraa hir'isii walumaan deemnee UstazKaamil aswrwb yaannis waraanaa qabeenyaa
Ok Ebbifamaa Nagaan wqy isinf yaa bayatu D//naf yadi// lakkoofsa keessanin barbade gaafii isin gafadhu qaba
Burte matii naf tayii lubuu maloo
Amiin amiin lubbuu daldala Biyyaaf biyyeettiis walumaan isinis Rabbiin isin ha jaalaatti/true
Umrii dheeraadhaa horaa deebanaa Bulchiinsa bultiinis fedhiin lubbuu biraadeemnee
Dhuguuban yeroo bayyee ittiin cannaqamuu dhaa waantin nyaadhuu hunduu nagubaa yeroo yeroottii dhiiga natufsisaa maalii furmaanni koo Dr naa deebisaa adaraa
Dr Anii Yeroo Baay'ee Baay'ee Gubbaa Garaachaa naati Cimmaa jiraa Maataa Dhukkubiin ilee Uuuuuuufffff
Do www bayee namatii tola barumisii ke jabbadhuu ittiifufii
Anis mission mudannoo Baqqalaa Garbaa humna baratuu keessatti ijjis waraanaaf birumatti arginaan jechama mallaszenawii ardaa mariif walumaan ijaa bakkuma jirtuuti wal'ansaa jechama UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb
Wallaahi homa natti jiru irraa dubbattee uuuuuuuffff galatoomii
Dr rabii jedhii naa debisi anii biyaa ormaa jiraa ofii xuri lagu akka horii goradhaniti naraa yadhaa jiaa kamaa naraa geehe abachu dadhabe maloo naraa hin darbin
Dr Bagaansiqunname Aniis hararumabakakami ganamaan haadhamanawjiindhufa
Sarch godhii lallii shake off kunii bayyee gariidhaa dhibee garachaafii dr mee nafi himmii
Galatim garuu dhuqubb nff him malee ddawwa nuff himmii bayinan.biyyaa Nama jirannaa
Gatii ilkanii tokko Bitamuu eth..ti meqaadha tokko isaa meqaanis mo micamaa wani betuu iraa nuf godhii mee Dr..🤲🌍
Amma haasa keef goorsaa keef galatoomii garuu osoo waan furmaata taahu qabu tokko osoo nuuti hiimtee bayyee gaariidhaa!!
maatii natii luubbuu
Galatomii dr kenyaa mee Asumanii Dawanii Maddasii mallii
Ani umrii ijolumaa kotiran qabas hammaa haraatitiin rakkadhaa manaa shalas demeen turee cogaradhaa nan jedhan yoo xiqatee waggaaa 9 nar gutee ani hammalee akkasumtii biyyaaa ormaa jiraan yeron haruu fii nyataa xiqooma ishii in nyaanee heduu na gubaa
Ufiii Anille Akkasii
Fayyaa
Jennaaka ofii dhukubsacha
Qomoo koo hundii keesaanu kotaa matii nafi ta'aa mee 😍😍🌷🌷
atisi nafi tadhi kaa
Nyaata.ayachu.nati.hintolu.bikka.hadhuraa bira fii.mudhii.Walin.bay.eee.naadhukkuba
@@sakoabdi6615 maati nafi tai mee sanyii koo
Woooow galatomaa nufi jiradha hirmee dheradha 👍👍👍👍
Dr dhibeen garaachaa natti hammaachaa jira nyaata isin gaariidha jettan phaastaa,makaroni,dicha yoon nyaadhu hedduu natti hammeessa
Amma sadarkaa na sodaachisu irraan na ga'eera.yaala yemmun deemu immo shirophi qofa naaf kennu qorichi kan biraan qoricha sangaati kan isaan naaf kennan liqimsuuf heddu ulfaata
Maalidha furmaanni ko biyya ormmaatti hafuu kooti heddu natti hammachaa jira 😭😭
Thanks Dr.nafyada getu
Promotion BARUCK PRESENTS nuf godha
matii natii luubbu
Dr bishaan baay'ee dhuguufi
Yeroo fican yeroo yeron hittifachu dadhabu.malii
Dr Laphee koo naa dhukkubba😭 hanga kokeeti nyaanni oli naa garagala madamin tiya mana Yalla naa fide homa naa hin cabne malii naa woyya😭😭
Baga naghn nuf dhuft dhugaa keti rakon dhukuba lape baye naca naqa jiiraa koodee
Ani Singiggoo Bay'ee Narakkisa Durumarraa Kaasee.Qashtii Galatoomi.
Dr dhugaa akkasuma na godha arkka na dhugubba na hixachisa
Gudda Galatoomaa Dr keenyaa fayya hin dhabiina ❤️💚❤️
maatii natii luubbuu
Wayyee Jiratuu.nagumaa obbolawanyiikoo. Adaraabayyee.tokkoo.naadhukkubaa.kalenyi.koo.kessanyii.naadubisaa😊😊😊😊😊😊😊😊adaraabayyee.tokkoo.naadhukkubaa.kalenyi.koo.obbolanyiikooo.amanaaa.rabiiworii.kanaaargitanyii.hundiii
Gaalatoomi Dr keenyaa🙏🙏❤
Dr, Nf, qorsaa isaa maqaa naf bareesaa mee anii biiyaa ormaa jiiraa bayyee rakkadhee jiiraa
Bayee namatii tolaa doctor galtomii 💞💞💞💞💞👌👌👌👌❤💚❤💚❤
Galatoomi hedduuuu yaa dr garuu ani dhibee garaachaa niin qaba damma yoon nyaadhu hedduuuu na dhukkuba
Dr ani baye dhukkuba mana yaale deme garu dhisuu didee bishaan fi anaan bicha yo dhugee naf waya nyaata kaamiyu na dhukkubsa Mali me
I love you from the heart our doctor!❤
Fayyaa fi Nagan sig ha ta.u Dr welcome gudaa galatomii Dr
Baayyee Galatoomi Dr 🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤wowowowowow doctor keenyaa nuuf jiraadhaa Anaa kuunoo baayyeen naa dhukkuba mallattoo isiin jettaan kun hundii naarraa jiraa😢😊
Galatomii galataa guddaa qabda umrii nuuf dheeradhu. Horii bulii.barnoota heduu namati tolu fayyaa irraa nuu barsiisu keetif galatomii 👍👍👍👍💝💞
Dhukkuba garaa yoo itti cimee opooreeshii ta’ee namoonni ergaa fayyee boodaa akka duraanitti hojii humnaa hojeechuu ni dandaa’aa moo hin dandaa’uu
Kabajamaaf jaallattamaa Dr keenyaa gaaffii ani qabu tokko qorichi dwarfism maaliif fayyada amma barbaadeeni
Bayyee Galatomii Dr Abbaa cabsaa keenyaa nuf jiradhuu😍😍❤❤❤
Thakn you
❤❤❤❤❤❤
Baayyee Galatoomi Dr 🙏
Dr maloo dawaa boba jalatii naa.ya'ee na hosisaa furmata isaa dhabee please dawaa isaa naf himi ❤
GALLATOMAA
Dr NAF YADI
me naf debisahaa garako keessaa yeron qaqahabuu nadhukubahaa me malinii rakinii isahaa ????
Dr affatuu na hadhayaa na hudhaa maali ijalamaatu na dhukkubaa
Galatomii Dr
Ulfaadhu Docter Fayyaa hin dhabin💕🥰
Dr akkuma attii jettee kana na dhubaa
Guddaa galatomma Dr 🙏🙏🙏
Bayyee.galatoma.Dr.keenyaa
Dr ani dhibee garaachaa duraanis nin qaba amma garuu aka malee nadhukuba nyaata hoguun nyaadhu hafuuraatu nati cita aka ukaamamati nati ulfaata yaa dr galatoomi furmaata naaf himi rakachaatin jiraa
Akami nagh jirtu dhifama wolini gara dadhabe me
Thank you dr
Dhugaa ani garaa koo na gubaa baayyee jabaata keessoon isaa😢😢😢
Jiraadhu yaa nama gaarii Dr waa hundaa jabeessa saba ofii Galatoomi🙏❤
Lubuu matii naf tayii
Galtomi dr kenya
maatii natii luubbuu
@@saliharayya2409 maati nafi tai mee sanyii
Qoriichaa cugaraa nufii hiimaa🙏🙏🙏🙏❣️❣️❣️❣️🎉🎉🎉
Dr anan onnee kiyyaf harmaa koo harkaa ko qabatee na dhukubaa
Yaannis waraanaa humna Abbaa Bashannaanttuu aswrwb DrAbiyyii Ahmed Dubbisi injifannoo hawaasaa humni barsiisuu Canada injifannoo DrNaafa yaadarraa
Dr akkam jirta fayyadha dhifama bayee rakacha jira Mali furmani
Matan samuu kessati na dhukubaa naraa yaa kan yaa kun Mali Yoon itii dibadhee dhisaa dr
Doktoor, bayee, galatomi, dhukubaa, bayee, hawaasaa, kenyaa, rakkisu, nuf, dabarsite, 👍👍👍👍
Dr adaraa nuf imaa
An qormaa ko kesaa
Akaa defuu sagalee
Waii basaa
Galatoomi dr nafyad gorssii kee bayyee nu fayyaadee.
Sumayya maati nafi tai mee sanyii koo
Galatomi Dr kenyaa fayya hin dhabini bayee rakacha turee
Ebbifamii dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa
Doctor Rabiif jeedhaa nati himmaa me ana yeroo bayee garaa kiya nyaata xiqoo yon nyaadhe na bokkoksa garuu sagaraan kiya dura bayee na dhukkubaa naf bahuu dida garuu yeroo bahu goggaa wan taheef uduu kiya na mure sagaraan koo amma garuu bakka na mure san cafii uduu irraa na dhitahee dhitahee na dhoha garuu amma dhohuu dide me Rabiif jeedhaa qoricha isaa naf himmaa 😭😭😭
Dhiita xixxiqo tokkorra gara lamati egaasi moo gara sadiiti gaara gara kessaatti na bahan maa, inni kuni dr furmaata dhaabe
Ebbifama doktor
Anaa dhufuu kaa mee dawaa isaa nufii himmaa kaa wanni irraa betaanni iraa
Guddaa galatooma doktoor dhugaa dubbachuu taanan waa baay'een irraa baree
Dr qaalii namaa nif jiradhuu🙇
Almii kootu maatii naaf ta,i lubbuu too
Dhifamaa wajjiin D.. Anii yooma waa nyadhu waa dhuguu garaan naa bokokaa
Akkam nagaa jirtuu D esatii argamtuu biya kesaa jirtumo dhifamawajin
An na rakkisaa jira dr mal naf wayyaa midhaan nyachaa hin jiru tasuma na gubaa
Nuufi jiraadha dr koo urmii dheerraa 🥰❤️💝💟
Dr dhibeen cugara milikin saa malidhaa
Do marumaan jala nadhukuba nati imi maloo rakadheera dhugaa anurakora kasssee ufati nadhukuba dawasa malidha?
Gudaasa galtoomii dr❤️❤️🙏🙏
Dr galatomaa barumasaa heduu bareedaa mee lakofsaa kesaan naaf kenaa heduu isinitii. Hajamee dhifamaa gudaa garuu
Dr Yeroo marsaa lagu nati dhufe bay,ee na dhukuba tora hadhura koo gadi qama sala oli kana bay,ee na dhukuba akam godha please nati himi
Dhugaa waqaayyoo lapeekoo.bayyee.nagubaa.malatefinafi.igalee...manayaladhaquu.idaduu..waqaayyoo garuu.isadaa
Nuuf jiraadha doctor keenya fayyaa hin dhabinaa🙏
Eebbifama Doctor
🎉doftor lakkos kee nafi ergii
Dr gaafii qabaa dhifaama woliin nafii debiisaa anaa yeroo heduu gaaraanii kiyyaa naa dhukkubbaa maliifii akkaa taa.ee nafii hin gaalee
Garachaa koti fi marimaantu naa madayee akkmi godhu qabaa naaf himaame
Jecha 1 irra deddeebiin dubachuu malif sitti baree dr?
Gudda galatoomi dr kenyaa gaaffi qaba maloo dhukkubba qoonqoo ykn tonsilii furmaata isaa?
Baayyee galatoomi ulfaadhu Dr.
Gamee kootu maatii naaf ta,i please
bay,ee galatomaa fr
Anis naa gubbaa gaarako naa bokokaa kuni maali giseen nyaadhe turu naagubbaa malif dokter
Dr kenyaa galatoomi furmani isaa mallii ree wayoo Ana Laphee kiyya bayee naa gubata guba keesa darbee hirba naa dhowaa natti ulfata hirba na dhowa
Mudannoo beekumoo
Eegumsaa dhaqabaa seequun ifaa
Ebifamii hadhoo koo waqaayyoo sihaebisuu
Laphee Koo naguba dugdaa dubaan akkasumas ancufuti baayisee afaan Koo keessa madaa
Analleen baayyee nadhukkuba garu kan inni natti ka u yeroo waan barbarre qabu nyaadhu qofa nadhukkuba
Galatoma Dr kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhiifamaa Dr. Ani imoo gaateeti koo irraa hin na gubaa , qaamni koo yeroon waan ho'aa dhuguu qaamni koo hundduu baay'ee na gubbaa faalii isaa malii?
D galatomii Dr ijolen biya araba hojatan kan lape guba dhabe hin jiru 😢😢😢😢
Dhugaa ketii Dr galatomaa
Baay'ee gallaatomaa Dr Nafyad ❤️❤️❤️❤️👍🏻👍🏻👍🏻
matii naatii luubbuu
Zamzam maati nafi tai mee sanyii koo