CAALAA BULTUME (QEERRANSO) "GOOTA HEDDUTU DHALATE" NEW OROMO MUSIC 2018

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 фев 2025
  • CAALAA BULTUME QEERRANSO "GOOTA HEDDUTU DHALATE" NEW
    OROMO MUSIC 2018
    RE-UPLOADING THIS VIDEO & AUDIO IS PROHIBITED!

Комментарии • 1,2 тыс.

  • @gutematefera3855
    @gutematefera3855 6 лет назад +8

    Qeerramsoo kiyya baay'ee natti toleera jabaadhu.Abdii danuu sirraa qabna.
    Hafuuftuun hojiin ishee hafuufuudhuma.

  • @chapitsegaye
    @chapitsegaye 2 года назад +34

    የፊንፊኔ ኦሮሞ ነኝ የዘፈኑ ትርጉሙ ባይገባኝም ዝም ብዬ ደግሜ ደግሜ አዳምጠዋለሁ። ቄሮ አምቦ ጃራ አባ ገዳ ከሚሴ ዋቆ ጉቱ ጅማ ኦሮሞ።....

    • @Tiba-qv1lb
      @Tiba-qv1lb 2 месяца назад +1

      😂😂😂😂😂😂አድነን

    • @Lili2025hasset
      @Lili2025hasset 2 месяца назад

      🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣​@@Tiba-qv1lb

  • @beyenefeye9428
    @beyenefeye9428 7 лет назад +15

    Atis goota goota caalu Caalaa sabboonaa sabaa! Itti himi akkanati leenca sanyii leencaa!! I am proud of you our hero Chala Bultume!

  • @fathimafathima6654
    @fathimafathima6654 7 лет назад +85

    አንተ ልጅ ምን አይነት መታደል ነው ድምፅህ በጣም ያምራል ጉልበት አለው አኔ ፈሪዋ እንኳን ያንተን ሙዚቃ ስሠማ ደፋር የሆንኩ ይመስለኛል እማምላክ ትጠብቅህ

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa1620 5 лет назад +6

    Caliyee koo waqaayoo umirii kee nuuf haa dheresuu jabadhuu waqaayoo sii wajiin haa ta'uu ❤❤❤❤❤❤❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @gadaaoromoo1885
    @gadaaoromoo1885 7 лет назад +20

    Leencicha Ilma Bultumee An Waanan siin jedhuuyyuu hin qabuu Waaqayyoon Umurii kee haa dheereessu!👌❤WBOkoo

  • @falmataamahaamad9336
    @falmataamahaamad9336 7 лет назад +8

    Caalaa sanyii dhiiraa
    Nuuf jiraadhu ilma
    Dhiiraa.ergaan qabu
    Yoo siif jiraadhu qeerroof
    Qarreen abdii sirraa qabu
    Ammas hojiin kee kan
    Biyya san keessatti sadarkaa
    Gudda gahe sirba keetii kanaafuu
    Nuuf jabaadhu.

  • @Abugidaable
    @Abugidaable 4 года назад +81

    I’m from Tigray & supports Oromo freedom from any repression power’s!!!!Oromos paid priceless amount for current Ethiopia 🇪🇹 we all deserved freedom and self rule,Tigrayan are ready to die for Oromo freedom 💪💪💪.We will never Neftegna comes to rule again the Democratic Ethiopia 🇪🇹!!!! Neftegna Ethiopia is gone for good and will never return👌

    • @LagatafoStudio
      @LagatafoStudio  4 года назад +9

      Please share my channel for tigrayan brothers thank you

    • @Abugidaable
      @Abugidaable 4 года назад +5

      @@LagatafoStudio already done👍

    • @Liban8
      @Liban8 2 года назад

      Do you have the guts to come here and talk about Freedom! Do you think we forget what you did to us the last 30 years? You know how many fam members I lost.. you fuckinh parasite 🖕🏽

    • @amanris2517
      @amanris2517 9 месяцев назад +2

      Oromo forever

    • @السلااتبتا
      @السلااتبتا 7 месяцев назад

      😊

  • @HHJJKKKK
    @HHJJKKKK 3 года назад +14

    የሚለውን ባላውቀውም በጣም ያዛዝነኛል። ደስ ይላል በርታልኝ

  • @mcell168
    @mcell168 4 года назад +5

    Yomiyu hin bonaa nuti oromoon Qerrookoo nafijiraadha Rabiin ijaa hamturaa isiina hambisuu👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @maxamuudabdirezak5521
    @maxamuudabdirezak5521 3 месяца назад +3

    I'm from Somali county, I love like oroma people and their nitty-gritty.

  • @mahadermetiku7566
    @mahadermetiku7566 3 года назад +26

    I am oromo but i can't speak i love oromo music and i am proud oromo people

    • @Waqo-Bilisummaa
      @Waqo-Bilisummaa Год назад +2

      You need to make effort.
      It's not good not to know your first language kindly

  • @lemilelisa1672
    @lemilelisa1672 7 лет назад +10

    Kan jecha kee irra sagaleen kee qaxalee kenyaa ❤💚❤WBO koo

  • @sifanbedada3876
    @sifanbedada3876 7 лет назад +7

    Imanan siharkaa jiraa falmadhuu dhalooni qubbeee dhugaa jettee qabsoo oromtootaa waqqayyoon haa milkessuuu

  • @Bilal-oi6kl
    @Bilal-oi6kl 11 месяцев назад +6

    I'm From America 🇺🇸 I love oromo music❤

  • @fatumatube5204
    @fatumatube5204 2 года назад +10

    ብሰማው ብሰማው የማልጠግበው ሙዚቃ እፍ ትላቅ ሚስጥር ያለው ለየት ያለ ሙዚቃ ይመችህ ዘፍነኸዋል

  • @ashenafigirma2127
    @ashenafigirma2127 3 года назад +29

    i am not oromo but i love caalaa bultum songs they are fantastic.

  • @dahernazar280
    @dahernazar280 3 года назад +31

    The way I loveed and i used to enjoy this song when i was in debre zeuit or Bishoftu ,you can not imagine, am from Djibouti 🇩🇯🇩🇯

  • @oromokoodhigakoo5792
    @oromokoodhigakoo5792 7 лет назад +3

    Waw caalaa keenyaa gaachanaa ummataa hedduu galanni kee bilisumna haa ta'u. Warri sirba kana ilaltan like gochuu hin dagatinaa😍😍
    Quuqamaa saba keenyaa ibsite 👍👍

  • @JamamaBuzunaa
    @JamamaBuzunaa Год назад +3

    🎉🎉🎉caalaa maaloo atii kan hin dagattiin sirbaa tokkoo wa'ee WBO basii ni bilisomnaa atii sirbaa basanaan❤❤ natuu rajes 🎉

  • @ሀርቡየፍቅርሀገር
    @ሀርቡየፍቅርሀገር 9 месяцев назад +3

    ኦሮሞኛ መናገር አልችልም ግን የኦሮሞ ልጅ ነኝ ሳዳምጠውም በኦሮሞነቴ ኩራት ይሠማኛል💪💪💪❤❤

  • @alhamdulillahyaaallah8482
    @alhamdulillahyaaallah8482 6 лет назад +4

    Wayoo caalaa lubbu kooti olitin sijaaladha yoomun fb irrati suurake ilaluu immimaan miti dhiigan booyuf ka'aa 😭😭😭garuu wanti jedhama jiruu kun osso hojikee miti ta'ee nati tolaaa garuu hojike tanan balleessitita rabbi hojiike hin goodhiin caalaa 💔💔😭💔💔👍🖤🖤💙🧡🧡🧡

  • @ዉሸትአልወድምዉሸትአልወድ

    ጫላ ሁሌም ድምፅህን ስሰማ ልዩ ስሜት ይሰማኛል ስወድክ እኮ ምን ልሁን ኦሮሞ + ኦሮሙማ i love you for ever 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😢😢😢💪💪💪💪💪💪💪💪

    • @boonttuwalloo9852
      @boonttuwalloo9852 7 лет назад +6

      Tig Tig ኦሮሞ + ኦሮሙማ = ፍቅር ነው ማሬ እኔም እንደዛው ዘፈኑን ስሰማ ውስጤ ይደውልብኛል

    • @Tamamelias
      @Tamamelias 7 лет назад +3

      Tig Tig We love you .

    • @جابررشيد-ط2ط
      @جابررشيد-ط2ط 7 лет назад +2

      falmatu haqaa itii qabadaa

    • @boonttuwalloo9852
      @boonttuwalloo9852 7 лет назад

      جابر رشيد maal jete naf hin gale

  • @irreessaagela5107
    @irreessaagela5107 7 лет назад +2

    Baga nagaan dhufte Qeerransoo. Sirba yeroo waliin deemudha namatti tola. Jabaadhu bilisummaan dhiyaatte yaa gurbaa!

  • @ebesadegefa1738
    @ebesadegefa1738 7 лет назад +6

    wow baayyee kan namtti toluu fi nama ajaa'ibuudha jechooti ati fayyadamtu .Galnnii koo Bilisummaa siif hawwa

  • @zalikaaabduramanioromiyaah8615
    @zalikaaabduramanioromiyaah8615 7 лет назад +3

    Maashaallaah bagaa rabbii issiin gamachisee yaa oromoo tiyyaa gamadee gamadaa bilisummaa harkkaan qabanee jabadhaa qeroo nufii jiradhaa🙌🙌🙌💪💪💪💪❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏💋💋💋💋💋💋💋💋💋👄👄👄👄👄👄👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌

    • @zalikaabaleebilisumanihi9424
      @zalikaabaleebilisumanihi9424 6 лет назад

      zalikaa Abduramani oromiyaa harmee abduramani namaa dhugaa jeteni bilisumani oromooo tenaa 💗💘💗❤💙👄💓🌙😏☺😶🙄☝🌷🌷🌷🌷

  • @محمدمحمد-ز7ذ1ظ
    @محمدمحمد-ز7ذ1ظ 7 лет назад +66

    ኦሮሞነት መታደል ነው ጫላ የኛ ጅግና

  • @zewudneshdemeku
    @zewudneshdemeku 4 месяца назад +2

    ጫላ በጣም ነው የምወድህ አንደኛ ነህ እድሜና ጤና ይስጥህ

  • @mesisaanyiihacaluuhundeess85
    @mesisaanyiihacaluuhundeess85 5 лет назад +4

    Hundii keessanu galata gudda qabduu akkanatti jajjabeessu qabna wellisitota keenyaa cinna haa dhabanu👍👍👍👍👍👍👍

  • @daughteroftheking3220
    @daughteroftheking3220 Год назад +15

    What a powerful voice and message thank God for our incredible artists. Oromumaaa is incredible.

  • @0romowbo556
    @0romowbo556 7 лет назад +25

    woooowwwwwwwooowwww caalii keenya baay'ee baay'eee baay'eee bareeda bulii turii umrii dheeraadhuu rabbiin dheebbuu nuu haa baasuu waanta jedhuu qabuu bagaa keenyaa taatee kana caalaa jechaa sii ibsuu hin qabu

    • @KirarTube
      @KirarTube 7 лет назад

      Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
      Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ruclips.net/channel/UCNyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ
      maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.

    • @rozaausmanasdfasdf182
      @rozaausmanasdfasdf182 6 лет назад

      0romo Wbo woww caala kenaa gudisee namati tolaa mayaa orom metastatic💞💞💞💞

    • @shasholastname7375
      @shasholastname7375 6 лет назад

      0romo Wbo wwwwww callaa jabadhuu

  • @asterusenaster2925
    @asterusenaster2925 7 лет назад +2

    wowowowo bayyee namatii tolla caalla jabadhuu qeroo koo rabbii sin gargaru imimama lolee fi dhigaa ololee bakka dhugaa yaa olchui amalee👍👍👍

  • @harartubejb2353
    @harartubejb2353 7 лет назад +4

    Dhugaa dubbachuuf ati sirbii kee hundii kan haala yerooti fi seenaa oromoo waliin wal qabatudha.jirachuu Caalaa bultumee shanyii goota 💪💪💪💪💪💪

  • @firealemu9304
    @firealemu9304 7 лет назад +3

    Caalaa Leenca sabaa gaafa eennummaa keef quuqamtee saba keetiif dhamaatee waan gaari gaarii gumaachitu kabajnii fi jaalalli siif qabdu akka ibidda kosii lixeetti gadi seenee dhiiga wal nu gaha. Namni itti fayyadama jechoota kee xiinxallee, yeedaloo fi walaloo sirboota kee keessa jiru sirritti caqase uf wallaalaanuu uf bara, sabas ni bara ! Galatoomi umrii dheeradhu !

  • @loveonly501
    @loveonly501 6 лет назад +4

    Wayyooo sirba warraaqsaa onnee namatti hortu
    Sabboonaa keenya caalaa bultume goota keenya jabaadhu sii jaalanna

  • @oftahiijiraadhu1070
    @oftahiijiraadhu1070 7 лет назад +8

    Nuuf jiraadhu Qabsaaha keenya hedduu sijaaladha ❤❤❤

  • @hayidarzaakir752
    @hayidarzaakir752 7 лет назад +16

    Akkasi qeeransoo koo jajjabee ilma sabaa heddu nama hawwata jabaadhu

    • @KirarTube
      @KirarTube 7 лет назад

      Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
      Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ruclips.net/channel/UCNyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ
      maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.

  • @moviegallery2616
    @moviegallery2616 7 месяцев назад +3

    ድምፁ ቅላፄዉ በጣም ያምራል። ጆሮ ላይ ሁሌ ያቃጭላል።

  • @oromoofirst789
    @oromoofirst789 7 лет назад +106

    ኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡ
    ድጋሜ ድጋሜ ድጋሜ
    ኮራው ኦሮሞ በመሆኔ
    ጫላ ብልቶሜ ምርጥ ዘፈን ነው በርታ
    Oromoo koo jabadhaa

    • @khanqamar300
      @khanqamar300 7 лет назад +5

      Oromoo First hanna

    • @boonttuwalloo9852
      @boonttuwalloo9852 7 лет назад +11

      Oromoo First በትክክል ኦሮሞነት ኩራት ነው ይመችህ/ሽ

    • @مرادمحمد-ج6ر
      @مرادمحمد-ج6ر 7 лет назад

      Bayee namatii tolaa

    • @KirarTube
      @KirarTube 7 лет назад

      Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
      Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ruclips.net/channel/UCNyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ
      maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.

    • @etegg8335
      @etegg8335 7 лет назад

      Calaa. Bultuumee. Jajabbinaa. Siif
      Hawaa. Jabadhu

  • @abdiimaatiwos8314
    @abdiimaatiwos8314 7 лет назад +3

    goota qaxalee akkasii qabaachuu caalaa wanti nama boonsu hin jiru. jabaadhu abdii sabaa huubi ija si hin bu'in!!

  • @masiisaanyiihacaluuhundees5191
    @masiisaanyiihacaluuhundees5191 6 лет назад +4

    Caaliyee saanyii mootii baga rabbii bilisummaa argite gota gota caluu dhalotaa qubee👍👍👍👍👍

  • @murtiDancer
    @murtiDancer 6 лет назад +3

    Hanga jaaladhu hin beeku caalaa Kana jiraadhuu malee maal siif tahuu dandaha qeerransoo Koo 😘😘😘♥️♥️♥️♥️♥️🔥🔥

  • @sifanphonetastic5667
    @sifanphonetastic5667 7 лет назад +57

    የኔ ምርጥ ኦሮሞ ድምፅህን ስወድልህ እኮ
    ዘፈንህ በሙሉ ትልቅ ታሪክ ያለው ነው ውድድ የኔ ኦሮሞ።

  • @kedukiniso7877
    @kedukiniso7877 7 лет назад +3

    wowwww caalaa bultume ijaa dinaa irraa haafii umrii dheeraa siif hawwa jabadhuu abdii sabaa galannii kee bilisummaa oromoo haa taa'uu

  • @zalikaabaleebilisumanihi9424
    @zalikaabaleebilisumanihi9424 6 лет назад +3

    Calaa koo umrii kee siiha dheresuu calaa jechuun utubaa oromiyati calaa ijaa hamtuni sii hin argini 💜💗💗💙❤😏☺😶🙄💙💙🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @imaanagotoowanihinnyaanuud3273
    @imaanagotoowanihinnyaanuud3273 6 лет назад +3

    Jabadhu lammii kiiya bakajirtutii rabbiin nagaayan nuuf sihadhisii bayyee siijalanna injifannon Kenya qabsahaan nikufa qabssoon ittii fufaa jabadhu waliwajjiin jiirra jabadhu nimonaa

  • @sifaanhailebpower7248
    @sifaanhailebpower7248 6 лет назад +30

    dammaqinsa egii dina alagaan kolfa nama cinina yaa afuftu mal fokkorii qilinxo gale jira kormii caaliyee oromoo ta'u kotii nan gammada me warri oromo ta'u kesaniti gammadan liken naf ibsa isin jaladha ijoole oromooooooooo qomookooo

  • @barakatcell8147
    @barakatcell8147 6 лет назад +2

    Bayyeeeeeeee nati toleera jabaadhu sanyii goota dhugaa keeti caaluu oromoon hundi akkaa sii jalaatu gutumaan gututi abdi qaba samiiraa shaashee iraa

  • @jitudatishi2832
    @jitudatishi2832 6 лет назад +3

    Bayye bayyee bareda jabadhu cala kana qofa udu hin taini kabiratinisi si ena!!!!!!!

  • @damenagirma3968
    @damenagirma3968 7 лет назад +6

    Well come back my hero! Jechaan ittiin si ibsu hin qabu caaliyee wish u long live!

  • @hawaethiopia8129
    @hawaethiopia8129 7 лет назад +3

    Caaliyeee shanyii lencaa nuuf jiraadhuu umri dheraa siif kenu wollahii waan ofii
    Gaalani kee bilisumaa dha inshaa Allah

  • @rabiyaataajawar6267
    @rabiyaataajawar6267 7 лет назад +2

    Wowowwwwwwwooowweww caliyee jajabee koo nuuf jiradhuu galanii kee bilisummaa haa ta'uu

  • @bilisumahunde8015
    @bilisumahunde8015 7 лет назад +15

    Good Job! I'm proud of U. LOVE OROMUMA .VICTORY FOR OROMOS!

  • @ቢፍቱበላቸው
    @ቢፍቱበላቸው 6 лет назад +24

    እንካንም ተወለድኩ ከኦሮሞ ኦሮሚያ ለዘላለም ትኑር

  • @daheloaboubaker2188
    @daheloaboubaker2188 Год назад +12

    I m from djibouti and i love oromia people i listing this song for revolution oromia

  • @urjiiabadir4692
    @urjiiabadir4692 7 лет назад +2

    Abshir ni faman dhukkubaa sumuu itii tan baran in shaa allah

  • @barakatcell8147
    @barakatcell8147 7 лет назад +3

    Ati keena waan keena tateef bayyeen….. Iti gamadeera caaluu bayyee nati tolta jabaadh

  • @azizahann5922
    @azizahann5922 5 лет назад +4

    Waahuu bayee naatitoolaa jaajaabaadhuu yaawaniofi jiraadhu yoomiiyuu

  • @boonttuwalloo9852
    @boonttuwalloo9852 7 лет назад +54

    እንኳን ተወለድኩ ኦሮሚያ ምድር ላይ ይመችህ ጫላ ኮ akkasitan si beeka goota koo baguma keenya taate

    • @KirarTube
      @KirarTube 7 лет назад +1

      Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
      Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ruclips.net/channel/UCNyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ
      maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.

    • @ቢፍቱበላቸው
      @ቢፍቱበላቸው 6 лет назад

      falmatu haqaa 😍😘

    • @elnadnard7903
      @elnadnard7903 6 лет назад +1

      Wawww nice Oromo music keep it up our brother

    • @Sas-f2w
      @Sas-f2w Месяц назад

      😂😂😂ጋላቹ

  • @teklittewelde1487
    @teklittewelde1487 Год назад +43

    I am from Tigray and I am interested in this song I downloaded ✊👊🌳

  • @seudahmedseudahmed8192
    @seudahmedseudahmed8192 Год назад +5

    Tegaro and oromo legend ❤❤❤ iam from Dubai

  • @BilalDine-jm9gj
    @BilalDine-jm9gj 4 месяца назад +2

    i am from ethiopia goood music🎉

  • @hundesabeksisa
    @hundesabeksisa Год назад +3

    am no words just amazing's about your job and your idea you are always really do good job time to time am proud for Chala Bulte biggest our hero.....shoa....

  • @muziqamuzik6491
    @muziqamuzik6491 3 года назад +3

    😙😙😙😙😙😙😙😙 lubu ko mal sigodhu ufffff yimachi abo

  • @lovechalto1297
    @lovechalto1297 4 года назад +3

    Nuf.jiradhu.sanyii.hamtuni.sin.argin.kode.dhuga.argadhaa.lamii.koo.jabadhuu.caliyee.koo👌☝💪💪💪💪💪💖💝💞💕💞💕

  • @matthiashenok2472
    @matthiashenok2472 6 лет назад +83

    I'm from Tigray I love Oromo and the music

    • @wariotedecha9197
      @wariotedecha9197 4 года назад +4

      But the music is against your atrocities !!

    • @kidustemesgen1206
      @kidustemesgen1206 4 года назад

      🖕🖕🖕🖕But you really hate the historical amhara people

    • @guyomamo7129
      @guyomamo7129 2 года назад +1

      @@wariotedecha9197 maybe he doesn't understand the content of the song 😂

    • @mahmoudomar9373
      @mahmoudomar9373 2 года назад

      ​@@guyomamo7129he is juntes

    • @abdiahmad7547
      @abdiahmad7547 2 года назад

      Where is tigiray

  • @arstay8949
    @arstay8949 7 лет назад +15

    Leenca dhiiraa baroodi sirraa bareedaa.....umurii nuuf dheeradhu.

    • @taibhfa8575
      @taibhfa8575 6 лет назад

      ars tay samarNasser617rbxditontonltahuynglalu

  • @aayatethiopia5959
    @aayatethiopia5959 7 лет назад +1

    lencaa sabaa nuuf jiradhu caaliyyee sanyii goota jajaabee qaroo keenya umrii nuuf dheraadhu sanyii koo😍😍😍😍❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤

  • @kamilnaim7749
    @kamilnaim7749 7 лет назад +8

    wooow caala keenya heddu siin boona hojii gaarii hojetaajirta hanga yoona jabaadhu Korma sabaaf dhalate

    • @KirarTube
      @KirarTube 7 лет назад

      Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
      Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ruclips.net/channel/UCNyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ
      maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.

  • @rooziitaaarsii1335
    @rooziitaaarsii1335 7 лет назад +3

    💪💪💪💪❤❤❤umrii dheeradhu qomoo koo galanni kee bilisumma haa tahuu ija adawa irra hafi

  • @svartaberget7791
    @svartaberget7791 6 лет назад +11

    I`m addicted to this song. Just can`t get enough.

  • @rozaintalaarsii9890
    @rozaintalaarsii9890 7 лет назад +8

    Wwwwwwwwww jabadhuu lammii koo ijii dinaa sii argin 💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💘💘💘💘

  • @ahmedgeriba9548
    @ahmedgeriba9548 7 лет назад +9

    nuuf jiraadhu, ilma akka kee rabbi gudeeda kee keessaa nuuf haa baasu."akkanatti diina ummata keenna hollachisi kaa."

  • @abdihashim2717
    @abdihashim2717 7 лет назад +2

    wow yomiillee ati wanta haaraa hin dhabdu sirbii kee moo akka dammaa mi'awaa (sweet ) , caalaa koo nama tolta jabadhu

  • @meazagetuu4140
    @meazagetuu4140 4 года назад +4

    Jabadhu gaa yaa sanyii gotaa nufii jiradhuu❤💚❤💚❤💚❤💚❤❤🐅

  • @AbasMahmud-y5d
    @AbasMahmud-y5d 3 месяца назад +5

    Where is 2024😢

  • @HuaweiHuawei-mt1vp
    @HuaweiHuawei-mt1vp 4 года назад +13

    Caalaa, Koo, Oromootichaa, Sayii, Taadee, Biiruu, Jabadhuu, 😍😍😍❤️❤️👍👍👍💪💪💪💪👈

  • @batteyahmad3782
    @batteyahmad3782 7 лет назад +1

    dhugaa keetii nafi jirrdha bay'ee dhugaa waqayyooti damma qeerroo koo sanyii wani ofii wayoo oroma jabadhu 🌷🌷❤❤❤👌👌👌🖒🖒❣💔💔💔

  • @bsitaye387
    @bsitaye387 6 лет назад +6

    ጫላ ቡልተም ድምፅክ ውሥጤ ነው እካንም ኦሮሞ ሆንክ ኦሮሞነቴ ኩራቴ ይመችክ ደም የኔ 😘😘😘😘😘

  • @tukuhari9689
    @tukuhari9689 7 лет назад +8

    keep it up our true freedom fighters with motivational music of struggle. Jajjabaadhaa Jajjabeewwan keenya

  • @samiraahmad1808
    @samiraahmad1808 7 лет назад +3

    Woww calaa caliii yomiyuu nuti oromodhaa jabadha waren oromo tatan 👌👌

  • @dekebobassa3295
    @dekebobassa3295 7 лет назад +1

    Wawww bayyee namatii tolaa jabaadhuu itti fufiii gaalanii kee bilisummaa haa ta'uu sanyii leenca❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷💝💝💝💝👏👏👏👏👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @teshometefera3100
    @teshometefera3100 5 лет назад +12

    ህዝበ ኦሮሞ በገዳ አምላክ ዳግም ወደ ጨለማ ላሌመግባት ኢትዮጵያን በሰላም ጠብቋት፡፡ በተለይ እርስ በርስ መዋደድ መደጋገፍ የግድ ይላለል፡፡

    • @tigistdaniel3309
      @tigistdaniel3309 3 года назад

      ዘፈኑ ምን እንደሚል ገብቶሃል ? አሁንም መከፋፈልን ነው የሚሰብከው

  • @hdjfhxj2828
    @hdjfhxj2828 7 лет назад +1

    jabaadhu caaliyee yoomiyyuu si jaalanna nuti ummanni oromoo."qabsaa'a ilmaa"

  • @nebiyou7
    @nebiyou7 7 лет назад +20

    On repeat ....feeling motivated 👏🏾

  • @debelateshoma7404
    @debelateshoma7404 7 лет назад +5

    Nuuf jiraadhu Caala koo, si jaallata sabni kee Dhiroo.!

  • @fikadulemmu8742
    @fikadulemmu8742 7 лет назад +18

    Caala, is the best of best singer ; lovely Oromo boy !

    • @Tamamelias
      @Tamamelias 7 лет назад

      Fikadu Lemmu we love you thanks

  • @MohammedAbdu-rq7ye
    @MohammedAbdu-rq7ye Год назад +5

    im wollo oromo ilove this song

  • @lifewithhanine7296
    @lifewithhanine7296 7 лет назад +5

    wow
    caalaa
    nicaalata
    bilisumaa
    jiraadhu
    sabona
    kiyaa
    ilmaan
    oromoo
    ummaata
    kiyaa
    ta.u
    akanaa
    ta.ubatusi
    maali
    jiraa
    ilmaa
    biyaa
    koo
    waalirraa
    nuyabuchu
    ilmaan
    hadhaa
    tokko

  • @fayyeeyahya9942
    @fayyeeyahya9942 6 лет назад +1

    Mucaan kun Yaaboo silaa nama taphaa hin turree akkuma onnee Ummataa seenen waan garaa nama nyaatuu Deebi'ee harka isaa xureesse ....

  • @አሚታወንድሙ
    @አሚታወንድሙ 6 лет назад +26

    የኛ ጀግና ሺ አመት ኑርልን ዘፈኖችክ ኡሉም የማይጠገቡ ናቸው

  • @aberadiro8504
    @aberadiro8504 7 лет назад

    Caalaa ani dhugaa rabbii waanuman siin jedhu hin qabu waaqni uumaan keenya umurii kee nuuf yaa dheeressu! sanyii dhiiraa ,sanyii gootaa, horii buli.

  • @Rayastudio1
    @Rayastudio1 2 года назад +3

    Sirbotaa afaan Oromoo polotikaa keessa tokkofadhaa❤👍👍

  • @lemeboneto6790
    @lemeboneto6790 7 лет назад +7

    Onest oromo artist 👍 peace and Love ,wining sprit always with you all🐓

  • @SamsungSamsung-wi7no
    @SamsungSamsung-wi7no 7 лет назад +7

    Caalaa leencaa keenyaa ijii dina sirra haa qabuu waqayyoo jiradhuu umurii dheeraa sabbona koo ❤💚❤

  • @siifaanyoni4094
    @siifaanyoni4094 7 лет назад +2

    Uuuuuufffeee oromoo koo💔💔💔Calee koo nuf jiradhu Lecaa sanyii Lecaa ija dina sira haqabu ❤💚❤

  • @teferageleta4982
    @teferageleta4982 10 месяцев назад +1

    Mukukula kiyya❤

  • @mekkaakumbi6410
    @mekkaakumbi6410 7 лет назад +7

    wow Jajabbee jabadhuu sanyii koo gallanii kee bilisummaa siifii haa ta'uuu

    • @stufita1063
      @stufita1063 6 лет назад

      wawoo bay,ee bareda calaa sabona oramoo jiradhu

  • @malgashi69
    @malgashi69 5 месяцев назад +1

    I love and enjoy this song love orom people from muqdisho somalia ❤

  • @farhaanhuseen475
    @farhaanhuseen475 2 года назад +4

    I love Oromo people i am from Madagaskar