Zakkaariyaas Boqonnaa 5

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 30 окт 2024
  • Zak. 5:2 ergamichi immoo, "Inni ati argitu kun maali?" jedhee na gaafate; ani immoo, "Macaafni maramu dheerinni isaa dhundhuma digdama, bal'inni isaa dhundhuma kudhan ta'e tokko utuu balali'uu nan arga" jedhee nan deebiseef.
    Zak. 5:3 Inni immoo, "Kun abaarsa isa guutummaa biyya lafaatti dhufuu dha; cinaacha caaffatichaa isa gar tokko irratti, 'Namni hatu hundinuu raawwatee in bada'; cinaacha caaffatichaa isa gara kaanii irratti immoo 'Namni sobaan kakatu hundinuu raawwatee in bada' kan jedhutu jira.

Комментарии •