- Видео 393
- Просмотров 28 736
QOPHAAYI_KIRISTOOSI_DHUFUUFII
Добавлен 23 окт 2011
“Of eeggadhaa! Miindaa guutuu akka argattaniif, kanaa achi inni itti dadhabdan hundinuu isin duraa in bada.”
- 2Yoh. 1:8
“Look to yourselves, that we lose not those things which we have wrought, but that we receive a full reward.”
- 2 John 1:8 (KJV)
- 2Yoh. 1:8
“Look to yourselves, that we lose not those things which we have wrought, but that we receive a full reward.”
- 2 John 1:8 (KJV)
2Ximotewos Boqonnaa 4
2Xim. 4:1 WAAQAYYO DURATTI, KIRISTOOS YESUUS isa warra jiranii fi warra du'anitti faraduuf jiru durattis, maqaa isa deebi'ee mul'atee, mootummaa isaas argisiisu sanaan cimsee sin gorsa.
2Xim. 4:2 Dubbicha lallabi, ?Kun yeroo dha, kun yeroo miti? utuu hin jedhin qophaa'ii argami! Nama balleessaa isaa hubachiisi, ifadhu! Obsa hundumaan gorsi barsiisis.
2Xim. 4:3 Barri itti namoonni barsiisa sirrii fudhachuu jibban dhufuuf jira; bara sanas akka hawwa isaaniitti, barsiisota wanta gurra isaaniitti tolu isaan barsiisan walitti in sassaabbatu.
2Xim. 4:4 Isaan dubbii dhugaa dhaga'uu irraa gara galanii, gara mammaaksa amantiitti in goru.
2Xim. 4:5 Ati garuu waan hundumaatti gara itti gortu beeki! Dhip...
2Xim. 4:2 Dubbicha lallabi, ?Kun yeroo dha, kun yeroo miti? utuu hin jedhin qophaa'ii argami! Nama balleessaa isaa hubachiisi, ifadhu! Obsa hundumaan gorsi barsiisis.
2Xim. 4:3 Barri itti namoonni barsiisa sirrii fudhachuu jibban dhufuuf jira; bara sanas akka hawwa isaaniitti, barsiisota wanta gurra isaaniitti tolu isaan barsiisan walitti in sassaabbatu.
2Xim. 4:4 Isaan dubbii dhugaa dhaga'uu irraa gara galanii, gara mammaaksa amantiitti in goru.
2Xim. 4:5 Ati garuu waan hundumaatti gara itti gortu beeki! Dhip...
Просмотров: 23
Видео
2Ximotewos Boqonnaa 3
Просмотров 4616 часов назад
2Xim. 3:1 Guyyoota gara dhumaatti yeroon sodaachisaan akka dhufu hubadhu! 2Xim. 3:2 Namoonni warra ofittoo, sassatoota, of jajoo, afuufamoo, arrabsituuwwan, warra abboota isaanii fi haadhota isaaniif hin abboomamne, galata hin qabnee, warra wanta qulqullaa'aadhaan morman in ta'u. 2Xim. 3:3 Warra jaalala of keessaa hin qabne, warra araara hin jaallanne, warra maqaa namaa balleessan, warra of hin...
2Ximotewos Boqonnaa 2
Просмотров 2221 час назад
2Xim. 2:3 Akka lotuu Kristos Yesusitti dhiphina sana keessaa qooda qabaadhu! 2Xim. 2:4 Namni loltuu ta'ee lolaa jiru, isa loltuu godhee isa qacarate sana gammachiisuudhaaf, bukkeedhaan waa argachuudhaaf hojii warra kaaniitti lixuu in dhiisa. 2Xim. 2:5Namni dorgomeetti jiru akka seera isaatiitti yoo dorgome malee, gonfoo mo'ichaa hin argatu. 2Xim. 2:7 Wanta ani dubbadhu kanas itti yaadi, gooftaa...
Ilmummaa Yesuus Kiristoos
Просмотров 51День назад
Kiristoos dhuguma Ilma Waaqayyootii?? Yoo ta'e Ilmummaa Akkamiiti? Ilmummaan Isaa yoom irraa jalqabe? Luq. 22:70 “Hundumti isaanii, "Egaa ati ilma Waaqayyoo ti moo ree?" jedhan; inni immoo, "Isa ta'uu koo isin iyyuu in jettu" jedhe.” Yoh. 10:36 “Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, 'Ani ilma Waaqayyooti' jedhe kanaan, attamitti 'Waaqayyoon arrabsita' jettu ree?”
2Ximotewos Boqonnaa 1
Просмотров 42День назад
2Xim. 1:9 Waaqayyo nu fayyisee isaaf akka qulqulloofnuuf nu waame; nu waamuun isaas akka akeeka isaatii fi akka ayyaana isaa isa durii durii jalqabee karaa Kristos Yesus nuuf kenneetti malee, akka hojii keenyaatti miti. 2Xim. 1:10 Amma garuu ayyaanni isaa dhufa fayyisaa keenyaa Kristos Yesusiin nutti mul'ifameera; inni humna du'aa cabsee, jireenya, badiisa ooluus karaa wangeelaa ifatti baase. 2...
1Ximotewos Boqonnaa 6
Просмотров 2514 дней назад
1Xim. 6:12 Wal'aansoo amantii isa gaarii sana jabeessii qabi! Jireenya bara baraas harka kee keessa galfadhu! Isaaf waamamtee, dhuga-baatuu baay'ee duratti amantii kee ba'eessa gootee beeksifteetta. 1Xim. 6:13 Fuula Waaqayyoo isa wanti hundinuu akka jiraatu godhu, fuula Kristos Yesus isa Phonxos Philaaxos duratti amantiidhaaf ba'eessa godhee dhugaa ba'e durattis kana sitti nan kenna. 1Xim. 6:15...
1Ximotewos Boqonnaa 5
Просмотров 3214 дней назад
1Xim. 5:19 Dhuga-baatuu lama yookiis sadii yoo qabaate malee, hadheessa maanguddoo tokko irratti dhi'aate hin fudhatin. 1Xim. 5:20 Warra cubbuu hojjetan immoo, warri hafan akka sodaatanitti, hundumaa duratti ifadhu. 1Xim. 5:21 Seerrata kana wal caalchisuu malee, nama tokkos utuu hin loogin akka eegduuf WAAQAYYO DURATTI, KRISTOS YESUS, ERGAMOOTA WAAQAYYOO warra fo'aman durattis kaksiisee sitti d...
1Ximotewos Boqonnaa 4b
Просмотров 4921 день назад
1Xim. 4:8 Namummaa foonii cimsuuf of qoqqopheessuun wanta muraasaaf nama gargaara; nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qoqqopheessuun garuu,wanta baayyeedhaaf nama gargaara; jireenya ammaaf, isa dhufuufis abdiin isuma keessa jira. 1Xim. 4:12 Dubbii afaan keessaa ba'uun, akka jireenyaatiin, jaalalaan, amantiidhaan, of qabuudhaanis amantootaaf fakkeenya ta'i! Namni tokko illee ijoollummaa keetiif si hin...
Waldaa Kiristoos Yesuus fi Aangoo Ishee
Просмотров 2821 день назад
Mat. 16:18 Anis sittan hima, akkuma PHEXROS jechuun DHAGAA jechuu ta'e, ati dhagaadha; anis dhagaa hin sochoone kana irratti WALDAA KOO NAN IJAARA, gooftummaan du'aas matumaa waldicha irratti humna hin godhatu hin mo'us.
1Ximotewos Boqonnaa 4a
Просмотров 1621 день назад
1Xim. 4:1 Bara booddeetti namoonni tokko hafuurota wallaalchisoodhaa fi barsiisa hafuurota hamootaa duukaa bu'anii, amantii wangeelaa irraa akka garagalan, Hafuurri Qulqulluun keessaa baasee in dubbata.
1Ximotewos Boqonnaa 3
Просмотров 4428 дней назад
1Xim. 3:15 Tarii yoo ani tures namni warra mana Waaqayyoo keessatti amala attamii qabaachuun akka isaaf ta'u, akka beektuuf kun si gargaara; manni kunis waldaa Waaqayyoo jiraataa, isa utubaa fi demdemoo dhugaa ta'ee dha. 1Xim. 3:16 Nama Waaqayyoo ta'uu keessa iyyuu dhoksaan guddaan akka jiru amanamaa dha; kanaafis,"Inni foon uffatee mul'ateera, hafuurichi dhugaa galcheeraaf,ergamoota Waaqayyoot...
Bu'uura Adiveentistii Guyyaa 7ffaa fi Dhugaa Waaqummaa | Kutaa 4
Просмотров 31Месяц назад
“Isuma dur kaa'ame sana malee homtinuu hundee biraa kaa'uu hin danda'u; hundeen dur kaa'ame sunis Yesus Kristos.” 1Qor. 3:11
MOOTUMMAA WAAQAAYYOO, CIDHA ABBAAN ILMAA ISAATIIF QOPHEESSEE FI 1844
Просмотров 35Месяц назад
“"Mootummaan waaqaa mootii ilma isaatiif cidha godhatetti fakkeeffama.” Mat. 22:2
1Ximitewos Boqonnaa 2
Просмотров 59Месяц назад
1Xim. 2:4 Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha. 1Xim. 2:5 Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha; inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha. 1Xim. 2:7 Isa kanaafis ani lallabaa, ergamaas ta'een jira; kanas ani dhugaan dubbadha malee hin sobu; amantiidhaan dhugaadhaan geggeeffamees warra saba Waaqayyoo h...
1Ximotewos Boqonnaa 1b
Просмотров 62Месяц назад
1Xim. 1:12 Ani, Kristos Yesus gooftaa keenya isa hojii koo kanaaf humna anaaf kenne kana, "Amanamaa dha" jedhee hojii isaa irra na dhaabuu isaatiif nan galateeffadha. 1Xim. 1:15 Dubbiin, "Kristos Yesus cubbammoota fayyisuudhaaf gara biyya lafaa dhufe" jedhu, amanamaa dha; guutummaatti fudhatamuunis in ta'aaf; warra cubbamootatti lakkaa'aman sana keessaa immoo ani isa duraa ti. 1Xim. 1:17 Mootii...
Taajjabdoota Tajaajilaa fi Fayyina Keenyaa
Просмотров 65Месяц назад
Taajjabdoota Tajaajilaa fi Fayyina Keenyaa
Bu'uura Adiveentistii Guyyaa 7ffaa fi Dhugaa Waaqummaa | kutaa 3
Просмотров 33Месяц назад
Bu'uura Adiveentistii Guyyaa 7ffaa fi Dhugaa Waaqummaa | kutaa 3
ISA KANAAFIS ANI LALLABAA, BARSIISAA, ERGAMAAS TA'EEN JIRA
Просмотров 43Месяц назад
ISA KANAAFIS ANI LALLABAA, BARSIISAA, ERGAMAAS TA'EEN JIRA
Bu'uura Amantii Adiveentistii fi Dhugaa Waaqummaa | Kutaa 2
Просмотров 75Месяц назад
Bu'uura Amantii Adiveentistii fi Dhugaa Waaqummaa | Kutaa 2
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma namaa waqqayyoo ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
😢
Eebbifama
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ebifama Ebifama Ebifama waqayyo sin haa ebisu Ebifama
Ameeeeen Ameeeen Ebifama Ebifama Ebifama ❤❤❤❤❤❤
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️♥️♥️♥️
Ebbifmma ebbifmma
Amazing
Amazing
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma name waqqayyoo ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ❤❤❤
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️♥️❤️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma
Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏❤️♥️
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️♥️♥️♥️♥️♥️
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma namaa waqqayyoo ❤❤❤❤ ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏🙏
Amen 🙌 amen dhugaa atis Eebbifam 💕🙏
Amen Amen Amen Amen Amen Amen ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏🙏❤️♥️❤️😘♥️📚📚📚📖📖📖❣️❣️🙏🙏🙏🙏
Nagenyii waqqayyoo isinifii haa bayyatuu nama waqqayyoo ❤❤❤❤❤❤
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏🙏📚📖📖❣️❣️❣️♥️👈🙏🙏🙏
Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🎉🎉🎉🙏🙏🙏
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏🙏🙏❤️❤️❤️📚📖👈❣️❣️❣️🙏🙏♥️😘😘😘
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma nama waqqayyoo ebbifmma ebbifmma 🙏❤❤❤
Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏❤️♥️♥️♥️
@@TigeeTube Eebbifam atis Guddaa waaqayyo si haa Eebbisu
Ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma ebbifmma 🙏❤️❤️❤️♥️♥️
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉📚📖📖📖📖📖👈❤️🙏🙏🙏😘😘😘😘
Dubartiitti tun Israel sababi Isa muldhaata Yohaannis kessaatti Boqonnaa 1-1:19 sensuuma Boqonnaa 2-4 waldaa kiristaanatti Boqonnaa 5-19 galgalaa woggaq torbaatti Kanaaf ammaa dubartiitti boqonnaa 12 kessaa jiruu waldaa kiristaana jechuu hin dandeenya?
❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏📖📖📚📚👈👏👏🙏🙏
❤❤❤❤❤
Good job ,may God bless you 🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤
Guddaa Eebbifam John dhugaa
🙏🙏🙏
AMEEN eebbifami 🙏🙏
🙏🙏🙏
ameen eebbifami haadhoo koo ergaa baayyee itti yaadamuu qabuudha 🙏
viidiyoon hundi isaa naaf seenaa hin jiru,maal ta'e!
@@alemutemesgen1795 mee garuu laali kaa suutuma tartiibaan post godhaarra
Amen Eebifam barumsa ghudada Waqayo siebesu
Uuufee barumsaa gudaa qabaa dhugaa Ebifamaa ❤
Bilbilakee nuu kaa'imee maaloo
@@Visionarygeneration application jechuu keedhaa ?
@@qophaayi_kiristoosi_dhufuu5059 lakkoofsa bilbilaa jechuu kooti. Nuyis gareedhaan qo'annaa waan qabnuuf waan tokko tokko waldeeggarra jedheeni.
Lakkoofsa bilbilaa jechuu kooti.
0912720121
Manfasin meeqaatu jiira?
@@MilkeessooHirpo lama qulqulluu fii xuraawa kuun kan namaati
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉👏👏👏👏👏👏
eebbifami
karaa youtube si hordfaan jira galatomi!
Ameen eebbifami 🙏 kun dhugaa jirudha
Barsiisa gaarii