Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Wow jabaadhaa ijoollee dabalachaa jirtu maaloo ammayyuu warra qaalii entertainment dabaladhaa mee
Akaa ani qosaa keeeßani jaladhuu wwwwwoooo jabadhaa garuu osoo guyaguyani isin lalaa olee hin qufuu obolewani koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wanti diramaa kaana dirama bira addaa nati godhu affan qulqquludha dubbatu ❤jaabadha qosa erga guda qabudha
Dansaadha. Continue more jajjabaadha.
Yaada:Haalli uffannaa Inistiraakterii haala qabatama isaan keessa jiranuu fi uffannaa barsiisota bara kanaa kan biyya keenyaa waan sirriitti agarsiisu natti hin fakkaanne
Dhugaa hundi keessan baay'ee namatti toltu jabaadhaa!!👍👍❤❤❤
Maloo nuf dherreessaa Satii 1:30 nuf hata,uu ❤❤❤
Thanks so much 🙏WHAT A GENERATION
Daqiiqaan maaliif gabaabbataa deemaara ree hardha baayye tokkon kolfaan du'e itti fufaa jabaadhatii
Maatii hirkoo jabadha ❤❤❤ galata gudda qabdu 😂😂😂😂😂😂😂😂
Wayyoo hirkoo ,😂😂😂😂😂 lammii bagaa nagaan dhuftee qalii oromoo koo. Hunduu keessanuu nuuf jiradhaa qaqalii koo
My favorite episode 😍❤️❤
Nuf jajjabadha Ishiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baayye Baayyeen isin jaallanna artistoota keenyaa
Woooooowooooo jabaadhaa ijoolee keenyaa sin jalaana baay'ee❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ Deramaa akkasi yoo Hojetan oromoon Hundumtu hin ilala, kanan alaa
Wow akkan isin jaalladhuu umrii dheeraa nuuf jiraadha qaaliiwan keenya❤❤❤
Gammeef gedion ittii nu dabalaa 😂❤
Waaqoo fi Amoo🥰🥰❤️❤️😀😁
ayi barsiisaa😂 biraanuu naggaa jala darbuu hin qabduuyyu ture😂😂😂 what a generation jedhe instructor🎉
Bayyee namatii toluu jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Tuqaa hin jedhamu qabxii jedhamamale xuqaan afaan amhaaricn yaadamee afaan oromootti kan hiikkamedha so jchoonni akkasi akkasii haasirreeffamu
Kkkkkkk siniitti haa toluu jabaadha❤❤❤❤
Jabadha bay'ee namati toltu🎉🎉❤❤❤
gurbaa qaalii entertainment kana waan fiddaniif galatoomaa
bara malii keessaa jiraa?
Wayiinee Amalakee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Hirkoo hojii kee kanna mee😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤ hidhamuun dhirumadhaa kaaa😂😂😂
😂😂😂❤
Diraamaan kun suutuma suuta na dabbaraa deeme. Wanti isin waa'ee barsiisaa hojjetaa jirtan hin madaalu. Tarii waa'ee barsiisaa Yuuniversiitii (Instructor) hin beektan ta'a. level keessan ol kaasaa...
Inistractor kana barsiisaan😮😮😮
What generation ?
Dhiraa ta,ee Kan hin hidhamnee dhiraree😊😊😊😂😂😂😂😂😂
🤪🤪🤪🤪🤪🤪
Diuramaa musiigii
What's a generation 🎉🎉🎉🎉❤
Amanuel ❤waqoo tulii❤ lalisa❤ maloo gammeef gedion fidaa😅 gammeen nama kolfisisa akkuma waaqoo😅
Wowww ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉we come nagaa dhufta ❤ 💚 ♥
Reef bo'aaruu jalqabne
It's very nice comedy Kip it up
HOJII GAARIDHAA QAALIWANII SABAA ITTI NUUF FUFAA JABADHAA NUUF JIRADHAA HEDUU ISSIN DINQISIFADHAA
Continue we are aba gada lijoch
Hhh jabadha das nama jedha
Wow bayyee namati tolaa 😍😍😍😍
Maaloo nurraan tursiisina😢😢😢
Nan hidhameem jedhaa hirkoon😅😅😅😅😅
Baayyee nama bohaarsa jabaadhaa itti fufaa
Milkesn ko malif kesa dhibe
❤❤❤❤❤ bagaa nagaan dhuftaan
Yerosan Lata
Anif beekumsii walitti rukutamnaan balaadhaaKirkirri lafa umamaa😂😂😂😂😂
Dhuguma ati dhimma barsiisaa irratti akkasitti hojjettee nudaawwachiisuunkeetti ani sitti gaddeera. Barsiisaan akkasii kutaa biyyaa keessatti eessa jiraa? Nuti barsiisonni safuu qabna. Sammuu nagaan barattoota keenya barsiifanna. Siin eenyutu sibarsiise?
Kkkkkkk wawu baay'ee isiinirraa bareedaa uuuupha
Ijoollee qaalii qabeenya oromootaa!
sa'aatii meeqatti , guyyaa kam Etv irratti darbaa?
Jaalala addaa isiniif qabna dhugaadha!
irkoo dheeraa fi irkoo gabaabaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣hedduu nuf galatooma nama bohaarsas abbaa hubateef baruumsa guddaa qabas
Baga nagaan dhuftaan ❤❤❤❤❤❤❤
Warrii qaaliis dhufaan
Isaa barsiisaan namaa irraa ejetuu kanalee biranuu biraan nuuf gahaa yaa sabaa 😂😂😂
Maaloo gammee fi gedion itti nu dabalaa caalaattii akka mi'aawuuf
tuqaa ishee jettu kana qabxii jedhaa sirreessaa.
Maalifi garuu barsiisa qeequn maalif barbaachise ree
Isa dhugaa barsiisaa irraa bu'aa hin dabbara.
Rooban obboleessa hirkooti moo?
Woowww. It’s so amazing 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Hirkoo isaa qolaa kitabaa baressee 😂😂😂😂😂😂😂😂
Wayo gara koo qaqalii wanii ijolee oromiyaa kesaa itumaa jabesa ergaa gudaa qabaa ofi kesaa 👍👍👍👍👍
Waggaa 1000000 jiraadha !! kan akka keessan naa bashannansiisaa jiru ammaatti hinjiru !!!!!
❤❤❤
Gammee itii dabbala bayye barreedaa
Kunii biraanuu nagaa ilaa dhimii baraanotaa dhuga isfii erigaa😢
❤❤❤ Baay'ee namatti tola 🎉
😂😂😂😂😂😂jabadha qaxalee ijolee😅
Hojii gaariidha jabadhaa.
Wooowww ❤❤❤its so amazing waaqo ❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏💪💪💪
Wayi barsisa hin arifatin😂😂😂😂
Dhugaa jirtudha kun. Barsiisaanis - barataanis.....
Him dhiisu kabajakoo😂😂Eebbifamaa
Wayyoo Waaqoo 😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
"atti keessaatti iyyuu...!?", feedhii isaanii gutachuuf hoggansa isaanii ykn tajjaaajila Keenan daheefatanii namaa tokkoo lafa hojjiitiis yaa ta'uu manaa baruumsaatti dhiibbaa irraan gahaan jiruu ibsa .galatomaa!!.
Welcome amazing 👍👍👍
woy Hir-koo 😂😂
isin jaalannaam .jajjabaadhaa !
What's generation ❤❤❤
Akkam akkam gogodhati kun .nati tole
What is janeretion jedhe instracter😂😂😂 jabaadhaa baguma torbee geenye
Kkkkkkkkkk ❤️ ❤️ ❤️ ❤️
namni garraamii rifeensi keessa gala 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Woooow❤❤❤❤❤
Woww❤❤❤❤❤❤❤❤
Ergaa ajaa'ibaa dabarsitani!❤❤❤
Isin dhiira ta'uufis hin yaaddan jechuudha isin 😂😂😂
Garuu dabbaraa jira jarana nama maa dabaltuu
Hayii irkoo 😅❤💚❤️💪
wow wow 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
abbaa qolaa🎀
Dhaloonni haa kolfuu😂😂😂😂😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅
Wayi😂 barsisa hin arifatin😂😂😂😂
Baayyee namattitola
dhiraa isiin...😆😆😆😆😆😆😆
❤❤❤jabadhaa
Wow jabaadhaa ijoollee dabalachaa jirtu maaloo ammayyuu warra qaalii entertainment dabaladhaa mee
Akaa ani qosaa keeeßani jaladhuu wwwwwoooo jabadhaa garuu osoo guyaguyani isin lalaa olee hin qufuu obolewani koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wanti diramaa kaana dirama bira addaa nati godhu affan qulqquludha dubbatu ❤jaabadha qosa erga guda qabudha
Dansaadha. Continue more jajjabaadha.
Yaada:
Haalli uffannaa Inistiraakterii haala qabatama isaan keessa jiranuu fi uffannaa barsiisota bara kanaa kan biyya keenyaa waan sirriitti agarsiisu natti hin fakkaanne
Dhugaa hundi keessan baay'ee namatti toltu jabaadhaa!!👍👍❤❤❤
Maloo nuf dherreessaa Satii 1:30 nuf hata,uu ❤❤❤
Thanks so much 🙏
WHAT A GENERATION
Daqiiqaan maaliif gabaabbataa deemaara ree hardha baayye tokkon kolfaan du'e itti fufaa jabaadhatii
Maatii hirkoo jabadha ❤❤❤ galata gudda qabdu 😂😂😂😂😂😂😂😂
Wayyoo hirkoo ,😂😂😂😂😂 lammii bagaa nagaan dhuftee qalii oromoo koo. Hunduu keessanuu nuuf jiradhaa qaqalii koo
My favorite episode 😍❤️❤
Nuf jajjabadha Ishiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baayye Baayyeen isin jaallanna artistoota keenyaa
Woooooowooooo jabaadhaa ijoolee keenyaa sin jalaana baay'ee❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ Deramaa akkasi yoo Hojetan oromoon Hundumtu hin ilala, kanan alaa
Wow akkan isin jaalladhuu umrii dheeraa nuuf jiraadha qaaliiwan keenya❤❤❤
Gammeef gedion ittii nu dabalaa 😂❤
Waaqoo fi Amoo🥰🥰❤️❤️😀😁
ayi barsiisaa😂 biraanuu naggaa jala darbuu hin qabduuyyu ture😂😂😂 what a generation jedhe instructor🎉
Bayyee namatii toluu jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Tuqaa hin jedhamu qabxii jedhamamale xuqaan afaan amhaaricn yaadamee afaan oromootti kan hiikkamedha so jchoonni akkasi akkasii haasirreeffamu
Kkkkkkk siniitti haa toluu jabaadha❤❤❤❤
Jabadha bay'ee namati toltu🎉🎉❤❤❤
gurbaa qaalii entertainment kana waan fiddaniif galatoomaa
bara malii keessaa jiraa?
Wayiinee Amalakee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Hirkoo hojii kee kanna mee😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤ hidhamuun dhirumadhaa kaaa😂😂😂
😂😂😂❤
Diraamaan kun suutuma suuta na dabbaraa deeme. Wanti isin waa'ee barsiisaa hojjetaa jirtan hin madaalu. Tarii waa'ee barsiisaa Yuuniversiitii (Instructor) hin beektan ta'a. level keessan ol kaasaa...
Inistractor kana barsiisaan😮😮😮
What generation ?
Dhiraa ta,ee Kan hin hidhamnee dhiraree😊😊😊😂😂😂😂😂😂
🤪🤪🤪🤪🤪🤪
Diuramaa musiigii
What's a generation 🎉🎉🎉🎉❤
Amanuel ❤waqoo tulii❤ lalisa❤ maloo gammeef gedion fidaa😅 gammeen nama kolfisisa akkuma waaqoo😅
Wowww ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉we come nagaa dhufta ❤ 💚 ♥
Reef bo'aaruu jalqabne
It's very nice comedy
Kip it up
HOJII GAARIDHAA QAALIWANII SABAA ITTI NUUF FUFAA JABADHAA NUUF JIRADHAA HEDUU ISSIN DINQISIFADHAA
Continue we are aba gada lijoch
Hhh jabadha das nama jedha
Wow bayyee namati tolaa 😍😍😍😍
Maaloo nurraan tursiisina😢😢😢
Nan hidhameem jedhaa hirkoon😅😅😅😅😅
Baayyee nama bohaarsa jabaadhaa itti fufaa
Milkesn ko malif kesa dhibe
❤❤❤❤❤ bagaa nagaan dhuftaan
Yerosan Lata
Anif beekumsii walitti rukutamnaan balaadhaa
Kirkirri lafa umamaa😂😂😂😂😂
Dhuguma ati dhimma barsiisaa irratti akkasitti hojjettee nudaawwachiisuunkeetti ani sitti gaddeera. Barsiisaan akkasii kutaa biyyaa keessatti eessa jiraa? Nuti barsiisonni safuu qabna. Sammuu nagaan barattoota keenya barsiifanna. Siin eenyutu sibarsiise?
Kkkkkkk wawu baay'ee isiinirraa bareedaa uuuupha
Ijoollee qaalii qabeenya oromootaa!
sa'aatii meeqatti , guyyaa kam Etv irratti darbaa?
Jaalala addaa isiniif qabna dhugaadha!
irkoo dheeraa fi irkoo gabaabaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
hedduu nuf galatooma nama bohaarsas abbaa hubateef baruumsa guddaa qabas
Baga nagaan dhuftaan ❤❤❤❤❤❤❤
Warrii qaaliis dhufaan
Isaa barsiisaan namaa irraa ejetuu kanalee biranuu biraan nuuf gahaa yaa sabaa 😂😂😂
Maaloo gammee fi gedion itti nu dabalaa caalaattii akka mi'aawuuf
tuqaa ishee jettu kana qabxii jedhaa sirreessaa.
Maalifi garuu barsiisa qeequn maalif barbaachise ree
Isa dhugaa barsiisaa irraa bu'aa hin dabbara.
Rooban obboleessa hirkooti moo?
Woowww. It’s so amazing 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Hirkoo isaa qolaa kitabaa baressee 😂😂😂😂😂😂😂😂
Wayo gara koo qaqalii wanii ijolee oromiyaa kesaa itumaa jabesa ergaa gudaa qabaa ofi kesaa 👍👍👍👍👍
Waggaa 1000000 jiraadha !! kan akka keessan naa bashannansiisaa jiru ammaatti hinjiru !!!!!
❤❤❤
Gammee itii dabbala bayye barreedaa
Kunii biraanuu nagaa ilaa dhimii baraanotaa dhuga isfii erigaa😢
❤❤❤ Baay'ee namatti tola 🎉
😂😂😂😂😂😂jabadha qaxalee ijolee😅
Hojii gaariidha jabadhaa.
Wooowww ❤❤❤its so amazing waaqo ❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏💪💪💪
Wayi barsisa hin arifatin😂😂😂😂
Dhugaa jirtudha kun. Barsiisaanis - barataanis.....
Him dhiisu kabajakoo😂😂
Eebbifamaa