Filannoon Ameerikaatti Sadaasa Dhufu Gaggeeffamu Fagoorraa Yommuu Ilaalamu| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 сен 2024
  • Yuunaayitid Isteetisi filannoo pireezidaantii kan bara 2024 taasisuuf kaadhimamtoonni duula na filadhaatti jiru. Kaadhimamaa paartii warra Rippaabilikaanii kan ta’e pireezidaantii duraanii Doonaaldi Tiraampi irratti turban darbe duula na filadhaa osoo taasisaa jiruu yaaliin ajjeechaa irratti raawwatameera. Pireezidaanti Joo Baayideen warra Dimokiraatirraa filannichaa keessaa of baasuun nama biraa bakka isaa akka buusuuf gaaffiin irratti dhiyyachaa jira. Filannoo walii galaa Ameerikaatti Ji’a Sadaasaa dhufutti gaggeeffamuuf jiru fagoorraa yommuu ilaalamu maal fakkaataa? Jechuun Mitikkuu Fiqaaduu ogeessa Saayinsii siyaasaa Itiyoophiyaarraa gaafateera.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии •