Kadir atii Artist qofaa osoo hin tanee hayyuu fi beekaa oromoo yoon jedhee homaa na hin salfaachisu. Atii ummataa oromoo biraati galaata fi idoo guddaa qabdaa. Jaabadhu hunduu darbee yeroo Alaabaan bilisummaa inni dhugaan ol bahuu Dachee kenyaa irraati wal arginaa. Galataa fi kabaaja guddaa nu biraa qabdaa kadir.
sirbi afaan oromotin sirbaamu💔💝💘💋👄❤ nama hawwata hawwi kessan comantif fi like dagadha namni afaan hin beynehu fitti hammata wannin ajaaibu warri like gadebisuf kuni nama moo jaldeysatu bilbilaan demaa silaa hu hin bittani like hin gotani màlif like gad debiftaani hamilee nama cabsitaan
Kadir atii Artist qofaa osoo hin tanee hayyuu fi beekaa oromoo yoon jedhee homaa na hin salfaachisu. Atii ummataa oromoo biraati galaata fi idoo guddaa qabdaa. Jaabadhu hunduu darbee yeroo Alaabaan bilisummaa inni dhugaan ol bahuu Dachee kenyaa irraati wal arginaa. Galataa fi kabaaja guddaa nu biraa qabdaa kadir.
wayiiiiiii kadirii Kenya.sabbona.orommo.kan dinnaf guyya tokko harkaa.hin kenini ammale nuf jirardhu rabbiin umrii kee sii haa dhersuu
Sagale kadir bayye nama hawata nuf jiradhu kadoo Kenya sirbis sirra tolaa waa hunda ketu bareda dhugaa sagale kee dhagefatani qufani💞💞💘💘💘👌💪💪
I love you Kadiir Ka Martuu Leencaa oromoo Nuf. Jiradhu. Yommiyuu. TOKICHA, AKA KUMAA,
Ayi yaa kadir martuu
Wollaahi osoo biyyaa bahuu dhiiftee kabaja ummanni oromoo Duraan siif qabu sanitti haftee jiraattee woyya
Diaspooraan Sheyxaana isii sitti galchitee Akka Ummanni harki guddaan si jibbu If goote!
Garuu Gara fuula duraatti akka Kadir Martuu isa durii san taatutti Abdiidhaan si eega!
Kadir martu best Artist Oromo An siyaada halkanii guyyaa gaaddisee atis nuuf jiraadhu sabbontittii oromoo
From somali oromia best music we are brothera sure.masha alaah
Mkilkeessaa.oromo
wow! dhaggeeffadhee quufuun dadhabe jechan ittin isin ibsun dhabee bar! nuuf jiraadhaa baay'ee namatti tola!
sirbi afaan oromotin sirbaamu💔💝💘💋👄❤ nama hawwata hawwi kessan comantif fi like dagadha namni afaan hin beynehu fitti hammata wannin ajaaibu warri like gadebisuf kuni nama moo jaldeysatu bilbilaan demaa silaa hu hin bittani like hin gotani màlif like gad debiftaani hamilee nama cabsitaan
caalii sabbontuu oromiyaa dhugaa keeti ummani samuu qabu bar
caalii sabbontuu oromiyaa 🐸♥️♥️♥️♥️
caalii sabbontuu oromiyaa
Jabadhaa
Baarreedduuwwaan koo
From somaliland keep going oromoo. Oromoo best music 🥰🥰
wooooooow hedduu nama tola saboontota tenyaaa nuuf jiraadhaa.
mashaa allaa bareeda garaa koo ijaa dinna jalaa si ha basu maale lammii koo umriin kee nufi ha dheeresu rabbiin kadir kena
Way kadir ko Mee waan hunddaa dhisii. Muuziqaa Qofa Dalagi. Ur talent
Nice song keep it up, Proud Oromo
Kadir is the best Artist to Me
What a beautiful Oromo Girl... Shemshedin I love you Walahi!!
No words can express my feeling. Amazing work!!!
Uuuuuuuffff yaa Kadir Jiituu jennaan of se'een garaa koo keessa Boc Boc Boc na jedhe kkkkk isa dhugaa baayye bareeda sirbichi
bayee bareda jedhe yoo darbaa waan gara kiya hin gutu garu hata'u.bayee WOW amazing clip.Kadiir bayee sii jaaldha saboona oromoo
anafisiif siif wow
Download
wooow i love this song long life kadir
oromiffa balawekem wededkit zefenun love u
thank you brother for your comment we love you too as well
Best music for every year!!!!!
woow baay'ee baareda saabonna oroomo kaadir maarttu jaabadhu akkanumatti itti fufii raabbi umurii sii haa dheressu
uuuuuuuuuuf maaluma waaya gubbane 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Koottu
maltuu sii gubee????
+sulten minp
+hanan Mohamed Hanan hanan Mohamed tish atii kaa amantaa kee jabestuu mal gotten sirbaa dhagefata saree
kadiir martuu jallallaa namatii kaa gubbee
jallalaa lammitii malee OK
atii sareee afaan kee
qabbii
Bayee baredadha 💕💕💕💕💕💕💯👌💪👌👌💕💕
Sirba kana bayen jaladha❤❤❤❤
Idoo baredaa kuni nannoo oromiyaa keessaa essatii argamA you tube koo jalaaltii commantii dhaNn naafii bareessa plees oromo bayyee natii tolee l levo oromo 🌷🌷🌷🌷⚘⚘⚘⚘✍✍✍ yk bibilaa koo 00000 naafii bilbilaa
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘 kadoo rabbin hamtuu siratii atiiksuu habibi
rabbi in. Kara. is irati sin.hpabuu
❤
I love kadir and Gadisee
waw heddu namatti tola jabadhu jalaalaafi kabaajan nuti sabni kee siif qabnu adda 💪 💪 💪 💪 keessattu ani ya leenca keenya nuuf jiraadhu umri dheeradhu
wayiiiiiiii jechan kadiir martuu ittiin ibsu hin qabu wallahi yaa rabbi umrii nuu kenniif sabboonaa sabaa baga keenya taate
yaa rabbi mee ati nuu bulisimisi
wawo!!! baayee gaariidha jajjaabaa lammii koo.nice music wawo I like it this song!!!!!
wow bayyee namaa gamachisaa oso ana fanaa tahee malaa qabaa 😂😂😂😂😂😂😁😁😁😁😁😁😁
Salalee biyya koo sanyii tadee biruu maqaa biyyaa kootii yoo dhammh garaa hammattaa Ayii biyyaa koo 😭😭😭🥱🥱
❤❤❤❤💋💋👍👍www bayee baredda jabadhaa galanii kesan bilisum ha tuuk
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖
wow ba'yeeee bared kadir mirt saw 😘
hi
wawuu wawuu bayee baredaa nafi jiradhu ❤❤
Kadir king🎉
masha Allah kadiri ati bar imaa si umee rabbin jiradhu sabona kenaa
Mashalaa kadiri kenyaa sabonaa oromoo jabadhu rabbii ijjaa hamatuu Sirraa haa qabuu
bilisuummaa Haa ta.uu galanii kessannii
bayyee namati toltu Gadise & Kadir nuu jiraadha
vvbest sabbontu arsii assalla ..sagaleen teyssan bay,ee midhagd galatoma
kadir dhiira dhiirarraa dhalate waayee Kee ibsuuf jechuman dhaba ati leenca sabaaf aadu rabbiin haga bilisummaa ijaan si agarsiisutti lubbuu Kee waantaasisin siin yoomiyyuu seenaan sin dagatu rabbiin sihaa eegu nutis sijaallanna qomoon kee
Just Amazing !! kadir you rock it !! love my ppl !! Ambooraa naat urgawaa
Wawawa namatii tolaa nuufii jabadhaa
An si yaade halkanii guyyaa akkam ree shaggituutiyyaa
Uuuuuuyi kadiir kakakakakakakakakakak
Who is watching in 2024
good Job kadir kena si jalala umir nuu deradhu galani kee bilsumaa haa ta'u
I really love the songs of kadir martu live long my choice musician
abshir
kaddaa kaddulaa
wow love it💜💜💜💜👍
Kadirii &Gadisee Masha Allah heddu issi jaladhaa ilmanii ABBA GADA
Kadiir kkoo❤❤❤❤❤❤
wowowowow baayee namati tolaa jabadhu lenacaa oromoo atii nuuf jiradhu si jaaladha saafiya Arsii Qooree irraa
Ff Vv
woowwwwoooo baayyee baredaa isin jaladhaa ውድድድድድድድ ዋውውውውው
Kadir Abba dhugaa
😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
I can't get enough of this song, it's so nice. I love the dance.,
uuuuuuuuuuf jabadhu sanyii koo
Amina Meleshe هننمك حز ارءى
Tt Yard . wxcvbn
wow I like it 10q u Kedir bayyee miidhaaga
Lencha Bacha 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
wooow sirba namatii tolu dha jabadha sabonota Oromo isin jaladha
Wow I just discovered this new song and even if I don't know the language, it's very refreshing ;) amazing! !
Thanks for informing me :)
bayyee baredaa nuffii jiradhaa hundii kesanuu kanii shubisefii kanii weliseele okay.!!!!
😘😘😘😘😘👍mashaallah bay'ee bareeda jiradha
m
nuufii jiradhaa qaliwaanii sabantotaa ijolee oromaa ijaa dinaa irraa nuu haafaa
kadiir sanyii calanqoo jabaadhuu sabboonaa si wajjiin jirraa .............sirboota kee baayyee jaaladha.............shaashamannee hin dhuftuu si yaannee sanyii ............sirbaa kee hunsuma jaaldhas caqasas kanaafuu siin jaalannaa jabaadhuuuuu kan biraas kiliippii baayyee akka hojjattuu abddiin qabaa....................
sabboonaa jabaadhu qeerroo afran qallo.........qeerrroo leencoo jedhama shaahsammaannee irrrr
kadirKooSagaleenii kee bayyee tokko Naa tolaaSabonaa oromooSii jaladhaa onne koo irraa
Kadoko ❤❤❤❤✌✌✌✌
Kadir Marty best artist very good
wooooooow Nice Oromo Music
jalala kee irra kan ka'e lubuu sif basa karir kiya jabadhu rabii sii bira ha jiratu yoomu
hedduu baredadha
Umrii nuf dheradha artstotakenya
ዋው በጣም ያምራ በርታ
nice song
sabbontu oromo gaaddise Anda kadir martuuu sabbontowwan oromoo isinin jaaladha
Lenca oromo kadir martu hardhasi homtu dubati sii debisa hin jiru sabona lamii ofitin bonu jiradhu yomu umrii dhera sif hawa lamii kiya sirboni ke hundi onnee ko naa sane yomu jiradhe dhacha dachaliin lenca oroma rabiin sii walin ha ta'uu..
Kadirkhan sirbi kee damma daamudha bar my legend oro musian
I love you kadri kaa martuu
sirba bareedaa jabaadhu sabakoo from wallo kamise
woooww anis wallodha
kadir🥰🥰🥰🥰
Kadirkenyaa 😘😘😘❤❤❤❤❤
wwwwwwww bayeee bayeeee bayeee namatii tola akamalee jabadha nuf yomiiyuu injifanon Kan umata oromootii
gaaddisee fi kadir baayye namatti toltan keessumatttuu gaaddiseen baayye baayye namati tolti kadiir immo gaafiyyu hin qabu
wwwwwwwwwwwwe
mohamed haider galatoma
Bayee namaa tolaa jabadhuu Kadirii
Uuuuuuffffff keessaa koo duubbaan siyadee jaalale koo amaan siira hin gaamin boonakoo
Hawwiin kiyyas kanuma afaan oromoo babal'isuudha nuufa jiraadhaa ilmaan aayyaa
intala tiya gaadise wajiin baaye miidhagdu kadir xaa
your song is verrey nice
maxamed maxamed Mashaalah sanyii ufii
kadir kiyya nama kamiyu ill. si jaladhaaa.. bakka kamituu rabbin si ha eguuu lencaaa namaaa… obboleyan kiyyas si jalatani bayyeee
I love this and I'll watch and listen to anything kedir makes
Ijoollee tana lamaan isaaniituu hedduun jaaladha
yaa ka martuu.jiraadhu nuuf we love you.
Jiru Aadam okoromoo
Jiru Aadam ZX😍🤗😍😍😍
Kadirii jalal
kadiir martuu saboonnaa keenyaa nuf jiraadhuu
Sanyii koo 💞🥰🥰🥰🥰🐅🥰🐅🥰🐅🟢🐅🟢🐅🔵🐅🔵🐅🔵🐅🔵
Wwwoooww nuf jiraadhaa sanyiiwaan koo hamtuun isiin hin argin
gotaa oromo jiradhu haman sin argini
Ala kadir galet sigalchufi jira
Hedduu hedduu bareedaa. galanni keessan bilisummaa haatahu. !!