Uuuufii sirbi Kana yero kuta 5 baradhu kani yero duri jalale koo AMA garu aba mana kotii yero jalqaba jalalani woliti dhufunu sirba kana naa afere jalala kesa naa galche wani nama ajibu yero sani xiri silki isa irati hidhate yero ani dawlufi sirba kana naa dhagesisa Alihamidilila Ama Ijole 2 👨👩👧👧godhane jira isa sadafasi gara kesa qaba 🤰
Ijoollummaa koo na yaadachisa hardha uuuuffee ee mi'aa dhandhama sirba oromoo kan kan duraanii.amma wanti hunduu bakka san Hin jiru waay Kadiir Maartuu bara durii san
Mee namni akka koo yaadannoo
Itti qabdan sirba kana kadir fi nasifa
Like godhaa 2020 🎶 🎤🤟🤞💘
Hayii
Uuuufii sirbi Kana yero kuta 5 baradhu kani yero duri jalale koo AMA garu aba mana kotii yero jalqaba jalalani woliti dhufunu sirba kana naa afere jalala kesa naa galche wani nama ajibu yero sani xiri silki isa irati hidhate yero ani dawlufi sirba kana naa dhagesisa Alihamidilila Ama Ijole 2 👨👩👧👧godhane jira isa sadafasi gara kesa qaba 🤰
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤m❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@@makiyahaji8849❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤
@@zumayatubizumayatubi4976baga gammade nama mursaa jalaale ofii isaa jaalaqaba argata 😢😢 gaari maati Aadaan baasa 😢gaarin immoo jireenya Aadaan baasa 😢😢❤❤❤
osso namnni akka kadir marttu oromumma onnra jalatu bayyate as hin jiru ture sirbbike hunddi sirbba qabsoti. atti qooda gudda ummata oromo bira qabda kadir ko❤❤❤
kadir martuu❤❤❤
Sirbi yeroo keesan hafe dhugaa. Kaddaa koo, ati nama industry muuziqaa Oromoo fuulduratti tarkaanfachiisee dha.
Qimamii koo ❤❤❤
Kaduu kiyaa
Wow wow wow wow woow Wow wow wow wow woow Wow wow wow bayee
Das jetaa Gafaa sirbii kun bahuu
Jalaltii jolumaa na qabdee 😍😍
One of the best Oromo artist we have... Nice song!!! Good job Kadir Martu
Fathi Osman maawordii
ቀ
Wanti hundi ni darba 😢😢yadannoo bara sanaa yeroo yaadannu adduma❤
Kadiri maratu bayee erega heduu dabarasa siribi keee galatomi nuu jiradhu bayeee sii janalaa umuri dheradhu hamatu sin aragin 🙏🙏🙏👏👏😍
❤K❤ 6:11 6:15 6:18 adir
Asiyyoobee...))) dhamdhamee hin quufne really! tnx K& N, proud to u
oromo is king❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇬🇩🇯
Wow baay'ee natti tole sirbii keessan baay'ee itti gammadee jira sirbaa kan biratinis abdiin isiin eeggacha jirra!!
Who is watching right now on 2023/2016 🔥 This unforgettable lovely music ❤ 2:32 💥💖
Mee namni Akka ko yaadannoo itti qabdan kadiirii fi nafisaa like godhaa❤❤🎉🎉❤❤❤
Kadir Martu ,,,being from addis..I can say you are next to abitew kebede...some say aly bira...i go for Kadir Martu..brother...love love
kadirmartu
Kkkkkk
Oromo Music is Missing Kadir Martu so much we need him back
Kadirkoo gootaakoo bagaa nuuf dhalatee❤❤❤❤❤❤
Kadir sirba kaana yoo dhagahu weyta biyya jiruu ijolee ta'ee yeroo ispaltii irraa ta'ee anan gurguruu yadadha magalaa ballee robbe irratii achi mana muziqatu jiraa yoo siirbi kuni dhuffu sii waliin sirbba turre hayii mal godhaa jeteetii amaa garuu biyya bayyee wan jiruuf wan baaya'ee yadadhee uuff yaa rabii obsaa naa keenii
Osi wanni sitti jirtu tun anattis inuma jitii
Jaba kenya kadire magartuu ilovis my king 💯💟
❤❤❤❤❤❤Kaddeee bekaa hayyuu kenyaa qaxaleko❤❤❤❤❤❤❤❤
my best singer love u my man........keep it up & am proud of u!!
yaa kadir koo sii jaladhaa uuuuuuuu sobona Oromoo jiradhuu
💕💕😗
Kadir martu jalatama hiryaa joluma mana barumasa gada garaada nayadachiste waletanaan😍😍😍😍
Sirbi kun akka waan har'a bahetti haarawaa naaf. Sirba yoomiyyu hinquufamne dha. Kadir qashtii namaa♥.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂 niin yadaadha yaaddano akkaa adda mee naadhisaa garaa jalaala
The best of best artist kadir martu
Awesome song, k kamartu end nafisa.
I love this song from 🇸🇴 somalia
What a voice you got it bring a new album bro
Kadir martu
Anu akka malen yaddano iti qaba male ❤❤😢😢
Wlh heddu takka male jalale wajiin sanu❤❤❤❤
Love your songs, am proud of you too
Love guys keep it up 😘😘
wayiii jabbadhaa lamiikoo garaa namaa nyaatii taphii tesaan kadiir fi nafineesee
Every time ⏲ 😪 kadir martuu ❤ 😑
My boys in Elwak. I came here 2021
❤❤ we are here 2023
Saya dari Malaysia 🇲🇾
Who is in 2024😢
Here 😢
Wow wow sirbikee bayee natii tolaa jiradhuu❤❤❤
i love it this songs good job
Was amazing 👏 🎉🎉🎉🎉
Kadir Martu ani kana jedhe filachu hin dada,u sirboota qofa miti muranoon kee bayee nagamachiisa nuuf jiraadhu
i love this song so much
Kadir ko qali jirta Ani Baye si jaladha umrii 💯💯💯💯💯💯💯
Realy the Daminde People Hero Golden People
Barattoonni garaa walitti hin jabaattu❤❤
Baratonii garaa walitin jabatuu jate yaa tokicha ija oromo anii jalalaa ke akan jau hin beku umrii nuf dheradhu .
Ahh nafisa(B)sinjalladha hiriyaako jimmatti baredu ko galatomi ani F Germany irraa arti oromotin akka bakka guddaa gessu abdi qaba jabaadhu
Great Job!!! keep it up........
Baayee Natti tola Sorbo kuni
H.#ijaarsa #dhangaa WaaqooGuutoo injifannoon danddeettii daandii haqaatii sammuunis #yaada gumaa#Uumaa ijaafi gurraa sagalee ummataa dimokraasii dhugaa laalan arguu #eegi diina har'asethioforrum QeerrooNageessoo
bayyee bareedaafii kan namattii toluudhaa halumaa kanaan ittii fufii jabadhuu
Nufii.jiradhuu.❤🌷
❤❤
I'm proud of you long live
Kadir keenya ❤❤❤
uuuuuuffff yaadano qaaba siirbaa kana
bast one Kadir Martu
kadir heddu sijallana ijjole Harawaca fi JAJA . Melkabelo.
Waayyii maalumaafiin ifittuu baraa
ijoolumaa aniis barataadha isheniis baratuu baratooni gara waltti hi jabaatu kadirr lvu
Das king w
Oromo king my best
Nafisaa bayeen sijaladhaa
Amazing song kadiir
Hi
💋💋💋
waw kadiro bro sirba miawaa akkana hedduu namatti tolaa 😍😍😍😍
kadiir keenya nuuf jiraadhu sirba kee keessa ka an jaaladhu "asiyoobe" akka fedhii kooti isa kana irra deebite naaf heddumeeysite natti tola "kuni yaada kooti akka nama tokkoti nuuf jiraadhu guyyaa
sabonaa kenyaa kadri umri dheradhuu iji hamtun Si hin argin
Love this song
Kadiroo kan jimmaa abbaa jifaartu sirraa bareedaa tokko muuf dabali.elias suleeman edduu sijaallata.
always my favorite
Woow bayee namagamachisa jabadha nafisaa fi kadir
Kadir Top
Oro
King
❤❤❤❤❤
❤❤❤
WOW WOW WOW best 😍
Kadiir Gootaa oromiya sirbi ke hundu nama hawwata jabaadhu sirbi kun barumsaa nayadachisa wallayhi bilisummaa walin nuhagarsiisuu yaa gootaa keenyaa
Kadir 💔 🙊 💔 🙊 💔 🙊 💔 🙊 💔 🙊
Nuu bulaa sanyii koo!!!💜💜💜💜❤❤❤❤❤❤💜💜✊✊✊✊✊✊✊✊✊
😢😢😢baayeen jaalladha laman jaratu
wwwwwwwwww mashalaa bayye namati tolee kadiye leencaa oromiyaa sii jaladhaa
Sirbaan maashaa'allaah jettaa
Nataka kuwa hapo.......
bayyee baredan sabontotaa tenya
Walyi sirbaa oro kesaa heduu natii tolaa
Gud kadiir my king❤❤🎉🎉❤❤
Wooooowwwwwww
waw heddu namatti tola ani sirba irrallee kadir jaladhe kana yoo jedhu gara waan biratti hin ilaalina
kadiriin namummaa isaafi
oonnee isa, isaaf jaladhe
jalaalaf kabajaan ani siif qabu guddadha
kadir keessa koo jirta 💪 💪 💪 💝 💝 💝 💝 💝
Sirba kan kadir anaf base 😍😘
Kkkkkkk
Wayi 2008 yaadadhee 2:49
kadire martuu harrarge❤❤❤
ከድር መርቱ ምርጥ ልጅ ለምን ጠፋክ ግን
Kadir sagale waqqayyo sii kenne kanan mali ta.aa yoo isa farfate waqqayo sifalimatu nuni immo dhagenye warra galata tanaa ittin ebbifamina
This is empit
Mashela
mashaalla baayyee namaa gamachisaa nuuf jirdhaa k fiN kenyaa
bayee nama gammachisa. jabadhaa ammas kana caalaa dalaguuf......
Haaahi.baeereeduu.fb.mammazeeni.badiruu
kedir nuuf jiraadhu sabboona keenya
Oromo, kadir martu, hidhaa nibahee?
leenca keenya jabbaadhu kadiir sirba jaalala mi'aawa
Ijoollummaa koo na yaadachisa hardha uuuuffee ee mi'aa dhandhama sirba oromoo kan kan duraanii.amma wanti hunduu bakka san Hin jiru waay Kadiir Maartuu bara durii san
Kadir jechuun anaaf jechaan ittin ibsuun qabuu
Nuf jiradha bilisuumaa oromoo argaa
Wow 👏
Love you
Kadir martuu bareda barr
"Barusarran jiraa mee naaf laafi garaa"
Kadooo
sabotota oromoo love you jabadha ❤💚❤💔💔💔💔💔💙💙💙💙💙💙💝💝💝💝💝💝👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏⌚🎓⌚🎓💄💄💄👡👡👡👢👢👢🎀
rabbi tokkcha dureettii jamaal shurki
abdullah abdullah 🌷🌷🌷🍒🍒🍒❤❤❤❤❤❤❤🙋🍒👈oromoo
sirba kana hedduu jaaladhee.keessaattuu waa'ee barattoota kaaftani sirbuun keessaan hedduu akkan isiin jaaladhu na godhe.umriin nuu tura. yeroo hunda isiin jaalanna.....
yasin mohammed
yasin mohammed 👍👍👍🌹🌷
yasin mohammed fo😃
Kadiroko nafisako nuuf jiraadha
Oromoo cala
Baay'ee sii jaalladha
Kader
Woww baye midhagadha ❤❤❤❤💓💓💓👂👍
woowwww ilike it