22,12,2024,Oddessa Amme. jawar muhammad f Abbiyi Ahmad jidduti

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 22 дек 2024

Комментарии • 230

  • @IidanMohmad
    @IidanMohmad День назад +4

    Dhugaa natti toltee sanyii atumtuu kombiitara akka jawaar lammaa kennee san siif bita itti fufi (jawwee king of king)❤❤❤❤❤❤❤

    • @XahirAppi-w2m
      @XahirAppi-w2m День назад

      Harka hin qabuu egaa te e malif kenyaa kessati issa qaqbe ebbaa kitaba hambise dandeti qabafi

  • @RashadaYaya
    @RashadaYaya День назад +4

    Nuti jawaar ija teenya dhabu hin danddenyu atiisi galtomi odu jawaara nuuf dabarsu keetif❤❤❤❤❤❤❤

  • @MiftahuddiinHassan
    @MiftahuddiinHassan День назад +2

    Jabadha iti fufa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @AnwarSammaan-i6i
    @AnwarSammaan-i6i 23 часа назад +1

    Walhi Anii boyaa turee garan na qabaanaawe❤❤❤ Alhaamduuliilahi ❤

  • @AnawarJamaal-b3z
    @AnawarJamaal-b3z 4 часа назад

    Jawee jabadhuu raabbii siwajin jiraa

  • @FeyisalAmin-u9y
    @FeyisalAmin-u9y День назад +3

    Yaa Rabbii jawar nufi egii yaa Allaah Afmaad ati galatomi Odduu jawar nufi fiduu ketiif ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @kalichaGuyo
    @kalichaGuyo День назад

    Eennuulle jaalannee hin faarsinu. Eennuulle jibbineelle hin abaarru. Garuu oromoo fi oromiyaa qofatti naga ha kennuuti rabbiin ❤❤... Isan ammoo warrii hacktivist/ hayyoota jedhu kun lakkisa dhiiga uummata kanaa jissuuf hin hawwina/hin fedhinaati ofifuu yaadaa fi karoora dansa, akkasumaas warra wal dhabdeen jidduu jirtulle malaa fi mariin walti araarsa malee uummata kan haarsa hin malleef hin saaxilina media fi biyya ormaa waan jirtaniif jecha boriif seenaan nama gaafachuu hin hoolu, AKKASUMAAS ta rabbiilleen murteen faanuma nu jirti waan taateef. Aadaa qamna,gadaa qamna,sirna gadaa qamna, jaarsa qamna,jaartii qamna, akkasumaas uummata tokkuma qamna, afaan tokkuma dubbanna, qeerroo fi qarree jechuu miti jaarsaa fi jaartii jechuu hin wayyuu? Qawwee fi taankii/ billaa fi dullaa jechuu miti nagaa fi araara jechuu hin wayyuu? LAKKISA, LAKKISA, LAKKISA... WAAN KALEE QAABADHA, WAAN HARDHA LAALLADHA, WAAN BORIS YAADADHA!!!!!!!......????......

  • @EmaamuuBasher
    @EmaamuuBasher День назад

    Obbolessa kiyyaa nujiradhuu jaweenAfrikaa keessaa ba yee tan qofaa nu ibssmee qalii namaa❤

  • @BekeleMilky-d2g
    @BekeleMilky-d2g 9 часов назад

    Jawwee kiyyaa😍😍😍

  • @JamaalAmaan-i9k
    @JamaalAmaan-i9k День назад

    Hamtuun isn hin aragin jawaar❤sin jedhaa

  • @ZyneebAbdo
    @ZyneebAbdo День назад

    Kkkkkk dhirra.walhi.jawee.ajibaa.1000kumajiradhu🎉🎉🎉🎉😂❤❤❤

  • @Habibi-p4i
    @Habibi-p4i День назад +1

    obbo gabbatte...nuti asi waan nyaannu dhabne agbu jirra...

  • @hamidahamida8504
    @hamidahamida8504 22 часа назад

    Fidaaka yaa jawaar muhammad❤❤❤

  • @JffjDhdh-h2n
    @JffjDhdh-h2n 8 часов назад

    dhugaa jirtuu kanumaa❤

  • @HassenAbabya
    @HassenAbabya День назад

    Wallahi siifan kakadha Namtokko Juwaari wajin hin jiru warra mataan isaa haguma Adurree yaadumale

  • @AbdulgafarOro-n9t
    @AbdulgafarOro-n9t 19 часов назад

    Jabaadhu sanyii ufii

  • @Leliaduwed
    @Leliaduwed День назад +1

    gamaachun guddaan jawaar keeniya keessa bahu isaati alh❤❤ heddu galaatomi Ahmad cululle❤❤❤

    • @EndaleGadisa
      @EndaleGadisa День назад

      Gamaachuu koo guddaa dha jaawaar koo.

  • @DugasaAmanu
    @DugasaAmanu День назад

    Ati dhiiga Namaan taphataa jirtaa. Juhar waliin

  • @Tesfaye-q1w
    @Tesfaye-q1w День назад

    Afuftuu Johar esaa turee umataa walitii busufii inis afuftumaa akaa siyitii Juhaar odoo Angoo qabatee jihaa tokoo hin bulchuu abichuu Kenyaa nuhaa bulchuu

  • @hamidahamida8504
    @hamidahamida8504 22 часа назад

    Yes jawed KO rabbi sii haa egu

  • @abdulwahid-o6l
    @abdulwahid-o6l День назад +1

    Jabadhu Ahmad keyna

  • @ibnuNuuruu
    @ibnuNuuruu День назад

    Alhamdulillah baga jawween keniyaa keessaa bahe wlh an erga mootummaan itti garagaltee an rafee hin beeku galatoomi Ahmad keenya😢❤ an jimma garuu rakkoo jawaar dhagahuu garaan nandanda'u wlh❤❤

  • @AbdalaKamalBiloo
    @AbdalaKamalBiloo 3 часа назад

    Ahmad culullee jiini hangafeete yoo.iftes waanhalkanii hindhabu jedhani

  • @ObsaKemal-l6d
    @ObsaKemal-l6d День назад

    Yaa Rabbi jawar daddishuu umri nuufi dhereessi

  • @RzkShop
    @RzkShop День назад

    Yas Jawwar IJAA qeerrofi qaarretti ❤❤❤❤❤❤❤

  • @SuheyliAhmed-du5hg
    @SuheyliAhmed-du5hg День назад

    Rabbiin Jawe keenya Nuuf Haa Tiiksuu😢😢😢😢💔😍😍🥰🥰🥰💟🤩❣

  • @ZxZx-nl5xx
    @ZxZx-nl5xx День назад +1

    Yo jawar abiy angora buse ati dhuguma bekkadha😂😂😂😂

    • @MariyamArsii
      @MariyamArsii День назад

      Inishallaa yoo rabbii jedhee imaa buaa

  • @AbbuyeeTasafayee
    @AbbuyeeTasafayee День назад

    Jawwee akuma malse mataa dhukbsuu du,a sanii abiy dhukuba mata it tahee dhuga ❤❤❤

  • @AhmaadSiraaj
    @AhmaadSiraaj День назад

    Rabbii jawee kenaa nuu haa tiysuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AppuS-w4c
    @AppuS-w4c День назад

    Abicuu dhis in rabbin isaa ojin jiraa enyu imoatuu my kingi

  • @kiyalove5671
    @kiyalove5671 День назад

    Jiradhuu raabii kan namni akka kee jaladhuu hin jiruu haqeqa dubata guddadhu siii yaa guudisuu👏👏👏 goz jabadhuu

  • @HassenAbabya
    @HassenAbabya День назад

    waan Abiyyiin dalage jaallata Abiyyii jibbuun waan biraati kun waan jedhaatu yaadadhu

  • @Nuuraa-kt1gh
    @Nuuraa-kt1gh 23 часа назад

    Jawar sobduu hattu afaan hin banin horrii 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @YadechuAlemayehu-sb3yd
    @YadechuAlemayehu-sb3yd День назад

    Atis takka gama takka gamana hin gorin gurbaa tasgabbaa'i juwaar tuqamnaan siif Gale nun jeeqiin

  • @Fatem-g7u
    @Fatem-g7u День назад +1

    Anii sin kaabaja sin jaalladha gaaru abiiyyi hin tuqiin diraan waajin hin dhabati

  • @عبداللهسعيد-ص4ذ
    @عبداللهسعيد-ص4ذ День назад

    Harrotaa akka keessanif motumman bakka hin kennu

  • @ObsaKemal-l6d
    @ObsaKemal-l6d День назад

    Abbbo atumnu nuufi jiradhu ❤❤❤

  • @AbdiAdan-rw7kx
    @AbdiAdan-rw7kx День назад

    eysa jira johar ammaa

  • @SiidaaBooruu
    @SiidaaBooruu День назад

    Akka waan sanyii wolaamoo qabuu afaan maa shaaqatta sila

  • @FarhaanAhmaad
    @FarhaanAhmaad День назад +1

    Bagaa raabiin nagayaan bahee garuu Amaa bodaa akaa garaa Ethiopia hindebinee dhibaa iratii godhaa biytii kufufii demtii akaa isaa nyaatee hin kufnee dhamsaa kiyaa

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h 23 часа назад

    Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹

  • @AbobekerMohamed-cc4rd
    @AbobekerMohamed-cc4rd День назад +1

    galatomii qalii qabsoon itti fuffaa qabbsaaahan nikufaa jiraa nuttiis jawaar jala💪💪💪oromoo damaqaa bakka jirtani abdiin kenyaa rabbii hoganan kenyaa jawweedhaa leeccaa ija barbadaa💪💞💞💞💯

  • @يونسقيصر-ت3ك
    @يونسقيصر-ت3ك День назад

    Namni namaa namaa harreen harreedhaa inni namaan harree jedhu ofii isaatii sareedhaa

  • @adamboss5628
    @adamboss5628 День назад

    OROMOON OROMOOTI DULUUN NUUF NII GAHAA .
    OROMOON OROMOO IJAARUU DHAAN KAYYOON KEENYA .............
    .....................❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂

  • @abdurahman-lq1mz
    @abdurahman-lq1mz День назад +1

    aderoo hin jarjarinn johar hinbeetuu suutah deemi ati joolleedha

  • @AbdulhafizJihad
    @AbdulhafizJihad День назад

    Kkkkkkkk afufaa❤ atii gara tokitii ciiti bandaa jechun kan aka ketiidha

  • @ObsaaJamaal-u4u
    @ObsaaJamaal-u4u День назад

    Welecome ❤❤❤

  • @TesfaBirhanu-f6l
    @TesfaBirhanu-f6l День назад

    Kijjiba keessan nurraa dhaabaa Dr.Abiyii fi Jawwariin wal bira hin qabinaa, kana jechuun Joobiraa fi Corofee tokko godhanii ilaaluu fakkaata. Dr. Abiyi akka Joobira Samii keessa ol fagaatee balali'utti yaadni isaa fagoodha.obboleessaa kana beeki.

  • @jamiilaasabotuuyearsiiliij1909
    @jamiilaasabotuuyearsiiliij1909 6 часов назад

    Jaweee koyarabbiii

  • @HdhdDjjd-n9g
    @HdhdDjjd-n9g День назад

    Harrota akka keessanif Abiyi kenya bakka hin kenu jawarif kana boda carra du.a ykkn carra hidhati kan isa YaRabbii carra du.a tasisif 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @JemalMohammed-g9x
    @JemalMohammed-g9x День назад

    ❤❤❤❤❤❤❤ Jabaadhu obboleessa keenya qaali ❤❤❤❤

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe9442 День назад

    Abiichuu ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ gotaa oromoo tokiichaa qiixekumaa

  • @NafeesaElimee
    @NafeesaElimee День назад

    Bagaa milkoftanii 🎉🎉🎉🎉🎉atii bay,ee galtomii

  • @BonsaAbdo-ww7rx
    @BonsaAbdo-ww7rx 13 часов назад

    Jabaadhaa

  • @SaafiiGannaa-xd2tb
    @SaafiiGannaa-xd2tb День назад

    Bagaa rabbi jala isaa baasee ❤❤❤❤❤❤❤

  • @AkmalAwol-e9o
    @AkmalAwol-e9o День назад

    Aamee ofkoors an jara lamaanuu hindeeggaru hunduu hudduu qabatee ethiopia jedhu maarroon filmaata qeerrotii#ABOn filannoo kenna

  • @تننن-ق3ف
    @تننن-ق3ف День назад

    Attii Jawee kenaa nujaalaa qeqiin rabii nuu haa eguu inshaallaa motumaa taa rabitii kaa nuu kenee haa nuu eguu achii kesaa bayuu istifii alhamdulilhii biyii barechunii malii nuu godhaa osoo haramee tenaa dutuu osoo obleyaanii kenaa ajesaanii

  • @محمدحسين-ح4ر1خ
    @محمدحسين-ح4ر1خ День назад +1

    Ws wr wb

  • @اال-ص7ن
    @اال-ص7ن День назад

    Jawwee. King. Isaa.nuu.bulchaa.kaan.bodaa.inshallaa

  • @Yohanis-d2w
    @Yohanis-d2w День назад

    Haaccaalu 2ffaa jawwaartu nuu haaffee gaarruu haa eggaanuu

  • @Leliaduwed
    @Leliaduwed День назад +1

    Alhamdulillahi ❤❤❤❤❤❤❤

  • @Jaabir-j8t
    @Jaabir-j8t День назад

    Jawaar ofii bakka nagayaa ta.ee eenyu harka ibiddaan qabatan godha

  • @hailehaileamante
    @hailehaileamante День назад

    Ana Kandhibe Jawar Abiyi Maliif akanatti Jibbaa Maaliif yeroo hunduma sakaallaa iti taa maliif muulaata isaatiin ummatatti hinbaanee??
    maaliif yeroo hunduma abiyi jala deemee maqaa baleessaa?

  • @ImranNahil-f9m
    @ImranNahil-f9m День назад

    Uuuuuufffff jawee koo

  • @IbraahimsuleemanIbraahimsuleem
    @IbraahimsuleemanIbraahimsuleem День назад

    Akkuma ati jette godaansi jawaar nuuf milkaa'ee jira galatoomi profesar ahmad

  • @tolosanigusu
    @tolosanigusu День назад

    Yaa Ahmadi keenya inni obbolleessa isaatu hin dhiisuu

  • @KadiirWeebii
    @KadiirWeebii День назад

    oddeefanoo kaan eesaa futaa garu baye,ee garidha jabadhu

  • @AbbaaGiddii
    @AbbaaGiddii День назад

    Muxee hadha arusi😢😮

  • @JamaalAbdunasir
    @JamaalAbdunasir День назад

    ❤❤❤❤ jewwee king

  • @Sabboontu-t4v
    @Sabboontu-t4v День назад

    Yaa rabbi ijaa hamtuu jawar irra nu qabi

  • @AbdiijimmaagaatiraDaamuu
    @AbdiijimmaagaatiraDaamuu День назад

    Worri media wolumatti iyyitu male Abiy yom woca farankaa qaruuraatti naqamte iyyitu yoom dhaabatee dhaggeeffata

  • @KEDIRTADESE-o8m
    @KEDIRTADESE-o8m День назад

    Hattuun erga yoomii kabajamtee beettii, gana Rabbiin isa salphisaa.cubbuun inni Abiyi irratti hojjate ganaa kan harkasaa argataa

  • @SamraaFa
    @SamraaFa День назад

    Abichu gota bar Abte 😍😍😍😍♥️♥️🎉🎉🎉🎉

    • @NesirmanOrro-d3z
      @NesirmanOrro-d3z День назад +1

      𝐀𝐛𝐢𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐰𝐨𝐲𝐢𝐭𝐭𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐰𝐨𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐰𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐤𝐧𝐞̨𝐞 𝐡𝐨𝐫𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐝𝐚'𝐢𝐟𝐧𝐧𝐢 @𝐬𝐚𝐦𝐫𝐚𝐚𝐅𝐚

  • @MasnooMusaa
    @MasnooMusaa День назад +1

    Galtomii heddun ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ShaafiAhmadnuur
    @ShaafiAhmadnuur День назад +1

    Amadi kiyaa galatoomi🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @jamiilaasabotuuyearsiiliij1909
    @jamiilaasabotuuyearsiiliij1909 6 часов назад

    Jaweeeko

  • @HabibArarso-c2j
    @HabibArarso-c2j День назад

    Alhdulillaahi wallahi ahmad culullee guddaa galatoomi baga Rabbii Guddaan nu gammachiise

  • @WaanofiiGiiftiwalloo
    @WaanofiiGiiftiwalloo День назад

    Sirridha baragani jiran warri bilxiginnan 😂😂

  • @SanyiiApp
    @SanyiiApp День назад

    Kanaa bodaa hariienii jalaa hafii jawee wlinii fudurii ifaa

  • @FasikaMangesha-j8p
    @FasikaMangesha-j8p День назад +1

    teenyee laala waan dhufuu

  • @MhusinMhusin-r2z
    @MhusinMhusin-r2z День назад

    Jawe.ko.rabini.siwajin.hajiratu❤❤❤❤❤

  • @TesfaBirhanu-f6l
    @TesfaBirhanu-f6l День назад

    Ahimed kana booda Median kee warraa dhugaa barbaadaniin hin ilaalamu.beekki amma soba jalqabde.

  • @YohannisBekele-e7d
    @YohannisBekele-e7d День назад

    Hayyuu kenyaa Jawwee

  • @AlemuuddiinLuuco
    @AlemuuddiinLuuco День назад

    Gurbaa afaan qoorii ATI abbiyi deegaru hin dhiftumii

  • @MusxafaaAbdulaxiif
    @MusxafaaAbdulaxiif День назад

    Haliikuunhitanee

  • @AbduuOromiyaa-r6l
    @AbduuOromiyaa-r6l День назад

    😂😂😂😂😂 woyii Abjuu gurisa

  • @يونسقيصر-ت3ك
    @يونسقيصر-ت3ك День назад

    Kijiba keessan nurraa dhaabaa jawaar hamma harree hin gahuu yoo abihyiin harree jedhes

  • @OmaromarOMar-k8z
    @OmaromarOMar-k8z День назад

    Jawaar Ija teena tamirgaati akkasumas tabitaati

  • @FardowsaAbdullaahidualle
    @FardowsaAbdullaahidualle День назад

    Jaabaadhu culullee sanyii dhiiraa😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @kaxebmahamad
    @kaxebmahamad День назад

    Ahmad hinsoba jennan lakki hinbojedhe hmma sobu eegalte

  • @MokeAbbe-u9v
    @MokeAbbe-u9v День назад

    Addunyaanuu ni dadhabde obboleesso.

  • @MojoGazali
    @MojoGazali День назад

    Jawaar Biya Gurguruufi

  • @JafarFaris-p3o
    @JafarFaris-p3o День назад

    Achuma taa'aatii oduu keessan odeessaa . Ittiin shuroo barbaaddadhaa!!

  • @ZxZx-nl5xx
    @ZxZx-nl5xx День назад

    Nuti Akka jimmati dhima kesan hin qabnu Kenya Abichu ❤ isin garu me waan fidan wolin lalaka😂😂

  • @Ibrahimkadir-p8g
    @Ibrahimkadir-p8g День назад

    Jawee keg

  • @NZFArfat
    @NZFArfat День назад

    Jawaar eenyusiin 😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @SahiboBiya
    @SahiboBiya День назад

    Galatomi ❤❤❤

  • @Tyy5k
    @Tyy5k День назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤💞💞💗💗💗💗💗💗💗

  • @makiahmmmk6038
    @makiahmmmk6038 День назад

    Galatoomi,sanyii❤❤❤🎉🎉🎉

  • @AkmalAwol-e9o
    @AkmalAwol-e9o День назад

    Hunduu laraasuunoo