I am gurage and born in oromo. I was really cry alot. Pls lesson to the people of oromo, they don't want war special each other. I don't know about gurage culture. I am born in big society and beautiful culture . Pls stop war and come to together and lead ethiopia. I respect and love the guy that make me cry. He is my hero forever.
koonsartii imimmaaniin guuttame!! Link asii gadii kana tuquudhaan daawwadhaa 👉👉ruclips.net/video/PMVtO4sgero/видео.html Chanel DB Media jedhus Subscribe osoo hin goone bira hin dabrinaa!!
sis if you dont know who oromo is I will tell you, we love ALL OUR HEROES and dawud is one of them. we respect him love him. if need be it is up to oromo who has to decide not you. SO grab your crap and leave us
I am gurage and born in oromo.
I was really cry alot.
Pls lesson to the people of oromo, they don't want war special each other.
I don't know about gurage culture. I am born in big society and beautiful culture .
Pls stop war and come to together and lead ethiopia.
I respect and love the guy that make me cry.
He is my hero forever.
Oromummaan koo har, aa akkaa warqii ta, ee nattii muodhaatee, warren akkaa isiitti ifee muldhate hundii like tuqaa
Nufi jiradhaa umurii dheraa isinif haa keenuu waaqayyoo Abbotii keenyaa isi kabayaa isin jaalanna ijoollee fb irrați waal arbsitanu dhiisaa Abbooti keenyafi naaga nufi kaadhaa❤❤❤
Abba Gadda see this is the real Oromo culture i swear this us..... Thank u Lord 🙌🙌
Dr Abba gadaa sanbatu waqayyo umri dheraa siif yaa kenuu 💞💞💞💞💞💞
ባህላችሁ በጣም ደስ ይላል ሀገሬ የኔም ባህል ማለት ነው አልሀምዱሊላህ እንኳን የተስማማችሁ ሰላማችሁ ሰላኘችን ነው
Dr kabaja Abba Gadaa Sanbato Umri dhertu Rabbi sif haa kennu
Kabajatota.abaagada.fi.dagagota.na.nuf.jiradha.urinufi.dheradha.rabin.isihagagaru.jabadha
Anaa nyaatu!
Yaa oromoo koo waaqa abbootii gadaa nuuf kenne galateeffadhaa
Osoo Isaan qabaachuu bannee kan kolfaa taaneeyyu bara
Sifayee Amen Amen umphaa
Bayee.nama.bochiftu.baga.abotigadaqabane.rabin.isinumafijedhe.woliti.isinha.arasu
Obboo Hayile Hayyuu oromo nuf jiraadhu
❤️❤️💚💚❤️❤️💚💚❤️❤️
⚪️⚪️🔴🔴⚫️⚫️⚪️⚪️🔴🔴⚫️⚫️always proud to be oromo
woyoo lamii tiyaa rabbi karaa kesaan haa goruu Alhamdulillah kaa issin irra dhaladhee
Sila ABOfi ODF hega waliti fixanif maluf dawidifi kamal waliti hin fixinafi yaa oromo
koonsartii imimmaaniin guuttame!! Link asii gadii kana tuquudhaan daawwadhaa
👉👉ruclips.net/video/PMVtO4sgero/видео.html Chanel DB Media jedhus Subscribe osoo hin goone bira hin dabrinaa!!
uuuuuuuuuuuufffff😢😢😢😢😢 bayyye nama bochiftu baguma abboti gadaa qabane yaa rabbi beeka nu hin dhabsisin kan walitti nu qabu kan nu ararsuu
ኦፍፍፍፍፍኣ ኣቦዋይ ማዓርይ እኔስ ቁስል ኣለብኝ የሚያለቅስ ካየሁ ማልቀስ ነው ኣትንኩኝ ቱርጉሙን በኣማሓርኛ ጋደኛየ ነግራኝ ብጣም አልቅሻለሁ ያአሏህ እውነት ስንት አመት ልት ኖሩ ይሆን ፕለቲከኞች እነዚህን የመሰሉ ሽማግሌ ኣባትና እናቶች የምታስለቅሱት ኣይ ዱንያ መታለሊት ምናልባት ያልገባችሁ የሰማሁትን ልንገራችሁ እህቶቼ የመጀመሪያው ኣባታችን ያሉት " ኣንተ ታርቁ እርድ ከፈለጋችሁ እንገዛለን የሚታርድ የሰው ደም ከፈለጋችሁ እኔን ርዱኝ ነው ያለው " ብጣም የሚዘገንን ከሰው ልጅ አእምሮ የማይወጣ" የሚገርመው ሁሉም ኣባቶች ሲያለቅሱ ያ ቡዳ ሽማግሌ ዳውድ ኢብሳ የሸይጣን ቁራጭ ምንም አልቱሰማውም ፊቱ እንካን ኣይቀየርም አኡዙቢላህ ሸይጣን
sis if you dont know who oromo is I will tell you, we love ALL OUR HEROES and dawud is one of them. we respect him love him. if need be it is up to oromo who has to decide not you.
SO grab your crap and leave us
@@faafamniihiddamacaa4053 በቃ ክክክክ እሽ አልሰድብክን ይገርማል እኔስ ዩሄ ሽማግሌ ኣንጀቴን በልቶኝ እንጅ ቱርጉሙንስ የት ኣውቀውና
@@lifeandcomputer9909 subhanallhe
ምን አገባሽ እየተወራ ያለው ስለ ኦሮሞ ነው ኦሮሞ ደግሞ የሁለቱም ደጋፊ ነው እርቃቸውን ነው የሚፈልገው ስለማታውቂው ጉዳይ አታውሪ የተረጎሙልሽን ከመጀመርያው እንዲቶሮግምልሽ ጠይቂያቸው ከዛ ቡሀላ ምላስሽን ታረዝሚያለሽ እኛ ስለ ማንም ፓርቲ ተቃውሞ የለንም እናተ ልምን ስለኛ ያንገበግባቹሀል ለነገሩ ምንም አታመጡም ስድብ ብቻ ከዚህ ቡሀላ ወደ ወሀላ የለም ወደፊት እንጂ ኦነግ ቤተሰቦቻችንን የገበርንበት ድርጅታችን ነው ኦዴፓ የራሳችን ድርጅት ነው የአንድ አባት ልጆች ናቸው ሁለቱም ስለ ኦሮሞ ነው የተደራጁት ስለዚህ ዛረ ደስየኞች ነን በህርቁ ማናቸውንም አትንኩብን እኛ የሰውን አንነካም ከራሳችን፡ላይ ውረዱ
Wow gardha jabadha qawyee isan qabtan moraa oimiyaa kessa idoo qabtan humtassani agarigaran tokuman motuma orimya wajjin
Long life to abba gadas pure Oromo democratic system.
Alamuu simuu maal ta'uutti jira
Maraate mo jaanjaye
Long life for our elder(Hayilee Gabre
This is what we need .Thanks God for this day ! I cry like baby, mack me so imoshinal .
Wwwwwoooooooo dhugaa eduun gamadaa bektotaa. Anganaa qabachuun kenyaa naboonsaa rabii yaniii sinqabdanii lammifii eduun gamadee dhuganii isanii yaa buluu umurii isiin yaadheresuu dhugasanii jedhanii mangudoon kenyaa nutii bidenaa tiirii tokkoratii walolaa sareen nulaliitii tesee jedhamee suun eduu naboonsee rabii umurii sanii yadheresu rabii
Yaa abbaa keenya boosseetu naboochifte ati hin qalamiin diinnikeefi diinni Oromoo haaqalamu
I don't know Oromiffa, but I am very impressed by this mediation process. Great for all of us and thank you!
"WABO'n EEBOO DHEERAA KEENYA, Eeboo dheeraa yoo ittiin waraanuu batanis ittiin sodaachifatu" love u
Wayoo. Yaa. Wan. Ofii. Wayoo umrii. Kesan. Haa. Dheresuu uuuuuuuufffffff. Dhugaa. Bayee. Garaa. Namaa. Dhigsaa. Waen. Oromoo. Bagumaa. Oromoo. Tatan. Abaa. Kenyaa. Nuuf. Jiradha 💗💗💗💗💗💗😘😘😍😍
⚪️🔴⚫️ Abboti Gaada oromo nuf jiraadha
Oromon gaadan bulee , Gaadan waaqaan qajelle qajelle......::🙏
ABOn fi ODPn waliif gaachana.Isaan kun Kabajamaa Presidaantii Obbo Lammaa Mgarsaaf gaachana.Obbo Lammaa Mgarsaa Dr Abiyiif Gaachana.Dr Abiyii Gaachana Itiyoophiyaa ti. Itiyoophiyaan Gaachana Baha Afrikaati. ...JABAADHAA CIMAA....!
Nuu jiraadhaa abbootii Gadaa Keenya,baguma isiniin qabaanne,isiniin boonna yoomillee!!!!
Wallah baay,ee nama boochiftu galatooma rabbin umrii keessan hunda haa dheeresuu inshallah
Rabbiin umrii keessaan haa dheereesuu
jiraa jirtuu jabadhuu omn Sagalee kanyaa ormo
Jawar umuriikee nuufhadharatuu bagumaa siqabanne ❤❤❤❤💚💚💚
Alhamdulillah Alfa Alfa marraa galaani kani rabbiitti
Abbooti gadaa keenyaa ulfaadha galaatomaa
Jawar fi hayyota keenyaa wojjiin
Abaa wbo qeereensaa bosonaa nujalaa Akkaa bosanii hin barbanuu. Ga.era bo.iichii lammikenyaa. Rabii umurikee nufii yadheresuu. Abaa sabaa oromoo.
Yaalaame koo Amiituuni siinaargaatinii yaa Abootii koo umuurii laasaanii yaadharasi jiiradha
Rabbin dandadha walii isiin haa galchuu yaa rabbii walii nuu galchii Abbaa hin boyinaa rabbituu Jira ishallaa Amshiruu
ለአባቶቻችና ረጅም እድሜና ጤና ይስጥልን አኮራችሁን !!! Abbottin keynaa Umrri dherraa issinif hakenu Nubonsitani jirrtu !!!
Oromo koo rabbii dhebu kama isin habasuu
😭😭😭😭😭😭😭😭😭miskin abba koo umri dheeradhu
Anaa qallaa jidaee abanee keenaa 😭😭😭😭😭😭😭😭
Jabadhaa rabbii wolii isiin haa galchuu oromoo tiyya. rabbii naga nuu haa bussuu
Woranee adaa blsumaa ormoo eboo dirtu eboo dirtuu itnii sodacsanee Dhugaadh 💟💟💟💟💟💟💟💟💝💝💝💝💕💕💕💞💞💞W B O koo
Abbooti gadaa kenya hedduu isingalatoffana. Hujiiboosaa seenaaqabu hojataniijirtu. Isingalatoffana
Hayilee! Lubbuu nuuf dheeradhu dhiiga keeti tokkummaa oromootiif dhangalaacheeta. By Loko Wako Ganale Dugda dawa west guji
Uuuuuuffffffiiiii abbaa koo Keessii koo naa guubatee jeechaa keessan
Waqayyoo Umanni Keenyaa Naga Lammi Keenyaa Naga Haa Busuu
Nuf jiradha hayyooni Oromo
Baayyee galatoma umrii dhertuu rabbii isiniif haa kennu
Uuuuuuuuufffiiiii😭😭yaa Ummataa woli galaa rabbiii jedhaa malo
Kanafaatu jira kaa anaan Abbaa koo!!!!😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Baga gammadan baga gammanne 💪✌
Aaaaaaa
hayile hayuu kena jabba guji girjaa💪💪💪
Aabba Baqqalaa G, nu boochifte.
Horii bulii deebani,
hangafaa maandhaan bulk
gayii mataa buufadhi.
''Yo duune walfaana, yo jiraanne walfaana jiraanna.''
Partiilen Oromoo ummata akkana lubbu isaa ifkennan kanaaf kabaja kennun dirqamaa
anii haa boyuu oromoo tiyyaa walahii odoo foon koo isiiniif qalanii ittii hin qufuu haraa lamii koo oromoo 😢😢😢
I DON'T have enough words to thank .
Nagaya waaraa isin jiddutti haa itichu rabbiin yaa qomoo too
namummaa akkaan caqaassa banee qaraa as haa bahan jennee alahmdulillah
Oromo sabako isin jaaladha 💕💕💕💕💕
Uuuufffffff Abba koo asifa bowu
Dhuga dhuga kana boda dubati dubati demitu tanan salpina salpina gudadha saba oromadhaf maloooooo 1 nuf ta'a walif gala
Wayyyy way wanti anaan has qabu Abbas koo uuffff😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuuuuuff abbaakoo naboochifte Anaa oromookoo
Bagumaa oromo ta'ee jedhee Rabbiin kadaadee wanaa hadhaa kanaa argee sila maal dhabnee bekafaa bekama qabnaa yaa rabbii tokkumma oromo jabessiii tokko nuu godhiii abba gada nuu jiradhaaa galanii kessaan bilisuma oromotii
Nelson Mandela Oromo jechuun #Baqala Garba jedhama. Bravo !!
Tarari! Tarara ! Weeduu Marara Gudina immoo: 'Galma Minilik ! Galma Minilik ! Galma Minilik' !'
Afuuftuu.
Yaa bada jazbaa
baye namati tola jabaadha
Gotani.akanati.dubate.nama.bochaa.gotaa.senna.uffi.hinirafane.rabbin.umurri.hisaan..dheresinaa
Aba geta edemetun yarzemew ewenet selam lagere
😭😭😭😭😭😭😭rabbiin woli isin haa galchuuu yaa ummata oromoo
Thank you very much dear Father! ! !
Abagedas we respect you thank you a lot .
warreen Live dhuftani oromoo adda qoddaan salphatan amma booda
ለህዝብ የሚኖሩ መሪዎች ሲኖሩም ሲያልፋም ዘላለም በህዝብ ልብ ውስጥ ዘላለማዊ ሆነው ይኖራሉ !!!
9:11 May God bless you I hope you live a long happy healthy life ❤️💚❤️ 💯
Wayyoo abbaakoo iddoo ati qalamtu ani qalamuu fedha
Isiin lachuu hin qalamtaan dinni keessaan haa qalaamu sanyii kooooo
OROMO COMEDY.xalani. Keti. Fi. Kan. Namaa. Gudaa. Sanii. Haa. Qalamuu. 😭😭😭😭😭 dhugaa. Bayee. Namati. Dhagahama. Lamii. Ofii. Walitii. Hararsuf. Ofii. Qalama. Xalani. Isa. Haa. Qakamuu. Galatomii.
Mashaallah bagumaa Abooti gadaa qabane Allahdulilah yaa Rabbii
Galatoomaaa
I apershat oromo abageda oromo are the sipinal cord of Ethiopia not only for moromo came together ples.
This is an oromian super court?
Nabosise Abaan kenyaa sun uuffffffff😭😭😭😭😭😭 GARAA NANYAATEE
Oromo is wise in nature.
Uuuuuuùuuuffee abba kabajaa umuriin keessan nuf haa dheraatu
Araarri Waan Gaari. Garuu Dhugaan Jiru Guyyoottan jedhaman hedduu gabaaboodha. Guyyaa 20 keessatti yoom Waraanaa fi Ummata Naannoo sanii mariisisanii galchu. kun Waan Hayyoonni fi Abbootiin Gadaa Dogoggoran keessaa isa tokko. kan biraa ammoo Abbootiin Gadaa kunneen Namoota Maqaa Dhaaba Kanaan Hidhaman akka hiikkamaniif ergaan isaan dabarsan hin jiru. kun doggogora lammaffaadha. hundaafuu wanni isaan amma gochuu qaban guyyoota kanneen keessatti ummata Naannoo waraanni qubatee jiruu dafanii mariisisuu qabu.
Dhimmi namoota Hidhamanii akkasitti calliinsaan ilaalamuus hin qabu.
Kan biraa ammoo TVn OBN oduu akki inni itti dhiheesse guyyaa 20 booda jechuun Muddee 13 booda kan alatti argame yakkaamaa tahee dhiheesse. kan murtiin abbootii gadaa jedhu erga waraanni galee booda malee guyyaa 20 boodaa miti. akkas jechuun yoo gabaabina yerootiin guyyaan kun dheerate WBO yakkamaa gochuuf kun ammoo Abbootii Gadaa rakkoo keessa galchuuf kan akeekkateedha. kanaaf of eeggannoon barbaachisaadha.
Yaa ummataa woli galaa rabbiii Jedhaa malo👍👍👍👍❤😍
uuuuuufff oromoo koo rabbiin waliin isin haa beeysisuuu
we need oromo us country &finfine is our capital city
wow thanks our fathers we love you .
Booyicha Bara 2016 kessaa caalaa
Haar'an booheem
Anumtle
uuuuuu lammaa magarsa esajiraa malifmidiyara dhabame nafgalanjiruu lammaa namaumatta oromottifdukansibse.malirakonjiru 🤔🤔🤔🤔🤔😢😢😢😢
''Uumati Booranaa keessaa nadheen %60 oli dhiirsa hin qabdu, waraanaani dhabde, miidhaani Booranaa suni akka Uumata Wallagaa dhaqqabdu hin barbaadu.
Wallagaa ijoollee barsiisuuf dhalte malee waraanaaf hin dhalle. ''
Yaada hayyootaa marii keessaa fudhatame.
Aabba Soraa Silmoole(Liibani Waaqoo) galata guddaa qabda
Rabii Araraa yabusuu nagaadhanii isanii yagalchuu. Lammiikoo
Hyyoon Oromoo osoo jiranii bineensi galee yoo nama madeessuu danda'eyyuu fixee balleessuu hin danda'u.
Eeeyee dubiinjiru kaanumaa gaalattoma jabadhaa
uuuff i am crazy when i see this video yoo dhiigaa malee hin tahuu yoo jetaan anaan na qaala....................
ዳውድ ይብሳ የሚለወጥ ሰው አይመስለኝም ግን ለወጉ ሲባል ጥሩ ነው እድል ተሰጥቶታል እምቢ ካለ ጃዋር ያለውን ይሸለማል
በጎሳና በመንደር መለያየት የለብንም መምራት እንደምንችል አለም የመሰከረልንን ማረጋገጥ አለብን !!!
yaa rabbii araaraa kan nuuf ittichi
nuuf jiraadhaa umrii nuuf dheeradha
Hayyoota niqabnaa rabbiin waliif nuhaagalchu
Welcome OMN ♥️
I appreciate idea of Beqalaa garba
Abboottin Geda Baye ulfadha Galetoma wan isin Oromof goteni.
Galanni waaqaa fi maniguddota Oromoof haata'u.
Dhugaa galatomii
Wwwww umrii dheeradhu adeeroo bayeeee bayeeeee nuroraafte dubbin tanuma inni jedhesani
Uuuuuuufff Abban kenyaa boyee na bochisee rabbin oromo tokkumaa ha kenuu malee
Barraa Seennaa 2019 Allahamidulilahi
Proud of Geda culture !
uuuuuuuuuufffffff Nama Dhigga Issatii Waregamuu Uuuuufffff Abbakooooo Kabaja guddaa Argadhaa.
Nufii jirradhaa lamii koo