Motummaan Shamarran Karaa Biyyoota Araba Ergu dhabee jira ?

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 сен 2024

Комментарии • 42

  • @AliAli-zc7vu
    @AliAli-zc7vu 4 месяца назад +2

    Rabbii ISSA haa cufuuu nu'u gubanee Mal qabaa ossoo cufamee dhugaa biyya keessa hujjii umaaani haa hojjatin keessaattuu woroota dalalaa biyya keessaa kan ijoolee baasseee gataaru baayyeetu jiraa issanilee Akka qabamna barbaana. Dhugaa rabbii wan biyya ormaa kama keessa jiruu beeka qiimami madaami rabbii issin bira haa jiraatuu nagaayyaan issin haa galchuu ❤❤❤

  • @muntehamohamed1425
    @muntehamohamed1425 4 месяца назад +4

    Ha cufamuu yuu Ethiopia 🇪🇹 Malee Ka gatiin rakkasaa hojetu jiraa nama gaadisisa lammiiwwaani biyaa biraa qarshii bareda hojetu embassy gaarii qabu keena ammaoo fayida tokkoo hin qabu qarshii qofa nuraa nyaachu Qofa

  • @emoabas7473
    @emoabas7473 4 месяца назад +4

    Rabbii ha cufu insha allah hujin hin jiru arabanqufte

  • @HananAbdi-rr9ib
    @HananAbdi-rr9ib 19 дней назад

    As wr wb Kara seeraatin. Balaliyan dhabbachuun dhugaadha

  • @user-hn8lb8vo7q
    @user-hn8lb8vo7q 4 месяца назад +1

    Osoo.cufameeyu.garidhaa.ijoolee.biyyaa.batee.rakata.tiruu😢😢

  • @hawaakadir5932
    @hawaakadir5932 4 месяца назад

    Waleykum salam Waraahmatullahi Wabarakaatuhu

  • @user-nv3cz3zq2v
    @user-nv3cz3zq2v 4 месяца назад

    ❤❤

  • @Betulaa
    @Betulaa 4 месяца назад +1

    Rabiin ha cufuyu nutuu kan baneyuu Atii jiruu rabifi numaa waraa kesaa jirutu bekaa biyaa ofii gamachuun matii fi biyaa ofii jirachunu qabenyaa risqiin harka rabitii

  • @kilamamo5170
    @kilamamo5170 4 месяца назад

    Yasuu ani oboleti tiyaa fiduu hin danadaauu ani matii kana biraa wogaa 7 dalagee amaa galuu barabadaa asii debuu hin fedhuu worii oboleti kee nuufi fidii jedhuu mee naaf debisii asii vizaa hojanafii jedhuu worii 🙏

  • @MahudTube
    @MahudTube 4 месяца назад

    Maal hasa’a qaalichii
    Qoormnii kaa maal hoo hayyi ummata Ethiopia ilmaa nama gurgurachuu dhiisaa ummnni kuni qama keessan biyya irraa baastani hin fixinaa biyyaa keessanttii hojii uumaadha
    Oromiya abba biyyaa goochuuf baratanii dr ta’nii haa deemnii dhiisaa haa cuufamuu

  • @user-ns1nj5uz7h
    @user-ns1nj5uz7h 4 месяца назад +1

    Bagaa cuufee

  • @MahudTube
    @MahudTube 4 месяца назад

    Nurraa cufaa Rabbii sodadhaa
    Namni miidhama jiraa

  • @MuneeraMuneera-tm6nh
    @MuneeraMuneera-tm6nh 4 месяца назад

    Woleekumaa saalaam woramatuullahii wobarikaatuu waallcom yaa rabbiikiiyaa gahee jedhee biyaa kenyaatii qananii dunyaafi akiraati nuf biraamadhuu yaa rabbiikiiyaa biyaa kenyaa kessaa qanani nu jiraachiisi😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @user-qs5dj9qo9j
    @user-qs5dj9qo9j Месяц назад

    Kan deemneyyuu dhumne adaara ittumaa dhissaa mee biyyaa ofii wayyaa 😢

  • @madinatube8464
    @madinatube8464 4 месяца назад

    Oso cufamee kani demee Rakataa jiraa😢😢😢

  • @tiyyaorotiyyaoro4955
    @tiyyaorotiyyaoro4955 4 месяца назад +1

    Yasuu osoo biyyaa keesati dalgaa jiratee biyyaa nama kan cufaani gariidhaa garuu dalgaatu jiree 😢 amma kunoo Jollee biyyaraa dhuftee akka malee asiti rakataa jirtii kunoo video qabatama jiraa Ayyyyiiiii yaa caraa kenyaa walhii 😢😢😢

  • @Bireyotube5604
    @Bireyotube5604 4 месяца назад +1

    Warrii Saudi keessattii rakkataa jiranoo warrii refuu deemanii baay, ee rakkachaa jirtuu hojiin hin jiru jedhiin

  • @radiyaahusen8072
    @radiyaahusen8072 4 месяца назад

    Rabbii haa laafisuuf maalii godhan

  • @najatiitube4352
    @najatiitube4352 4 месяца назад +1

    Kkkkk yaa rabbii hidhaa nu bararii kan hidhameree nuf basii. kan kenyaa ni ulfataa!

  • @user-cv5vw3xc5n
    @user-cv5vw3xc5n 4 месяца назад

    ❤❤❤❤👍👍👍👏

  • @myuae3401
    @myuae3401 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤

  • @MabeeShamsu
    @MabeeShamsu 4 месяца назад

    ❤😢😢❤

  • @MahudTube
    @MahudTube 4 месяца назад

    Bagaa cuufamee

  • @muntehamohamed1425
    @muntehamohamed1425 4 месяца назад

    Biyaa keessaa fi alaa lee embassy Ethiopia 🇪🇹 hattuudha bichadhaa beekna ijooollee keena yoo hangaa fedhani rakkatani rakkoo isani hin furaani saaliphina kanaa olii maalitu jiraa

  • @user-kr9ox5gi6w
    @user-kr9ox5gi6w 4 месяца назад

    Uuuufi usu.cufamee

  • @user-nv3cz3zq2v
    @user-nv3cz3zq2v 4 месяца назад

    ❤❤galatomi

  • @user-pc6tv1cm3y
    @user-pc6tv1cm3y 4 месяца назад

    ANI haa dhufuu yaasu qallii nama

  • @user-zc1dm9ie2e
    @user-zc1dm9ie2e 4 месяца назад

    as wr wb

  • @laithshwagfeh571
    @laithshwagfeh571 4 месяца назад

    Nuraa yaa cufamuu

  • @Caaltuujamaal7
    @Caaltuujamaal7 4 месяца назад

    Passportn waggaa 10 harahomfamuu danda'ama????

    • @Sumayaa183
      @Sumayaa183 4 месяца назад

      😂😂😂😂 malfi

  • @ambetaa8778
    @ambetaa8778 4 месяца назад

    Baga dhabe nuus kan alaa jirus ossoo galche naa iti tola

  • @Digaa-z3y
    @Digaa-z3y 2 месяца назад

    Iakkofsaakee naa ergii

  • @Oroomoo11
    @Oroomoo11 4 месяца назад

    Biyaa namaa demuun hafee jiraa moo nijiraa jedhaa na galee

  • @gurbaaoromo
    @gurbaaoromo 4 месяца назад

    dalalii ijoollee durbaa bayyee olfeesee biyyaa Arabaa dhuftee yaroo Asaa geesee Manaa yaal dhaqaxuu olfaa qabdii jedhaani gaara biyyaatti deebisaa jiruu

  • @user-uy7sy1iy1z
    @user-uy7sy1iy1z Месяц назад

    Jechoota afaan oromoo yeroo barreeysitan seera guuta. Dhabee. Fi dhaabe. Jechoota lama kan hiikkaa gara garaa qaba

  • @halemahanan420
    @halemahanan420 4 месяца назад

    Wlwrwb bganagaandhufte

  • @user-pc6tv1cm3y
    @user-pc6tv1cm3y 4 месяца назад

    Dubbii gabaaba waarii COC duraa barate harkaa qabuu deemuu ni danda'a miti? yasuu Kenya