Abebe Abbishuu - Lakkii Qalbeeffadhu | Oromo Music

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 9

  • @NegasaTolesaNT
    @NegasaTolesaNT  Год назад +2

    Wallee Abebe Abbishuu isa kanas akka daawwattaniif affeerramtaniittu!
    ruclips.net/video/AW_RJ8f0K2Y/видео.html

  • @muddaibrahim1895
    @muddaibrahim1895 11 месяцев назад +1

    Ayii! Sirba 90tamoota keessaa, yaadannoo gaarii ittiin qabna Baaletti ❤❤

  • @workubirhane1945
    @workubirhane1945 7 месяцев назад +1

    Umri Nuf Dheradhuu Artist Abeba Abishu 🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @zerihunjilo4601
    @zerihunjilo4601 2 месяца назад +1

    Yooyyaa jennee bakka jirtanutti?
    Sirba durii kan Kadir Abbaa Diigaa
    Laga godaa bakkannisaa aramaa aramti shaggeen koo
    Ani maal jedheen qananiisaa hundumaa beekti shaggeen koo
    Guntutaan reebdi laphee koo
    Jaalalli kee baasa basee
    Imimmaan ija koo guutee
    Kottu mee wolitti boonyaa akka ijoollee haati duutee......kan jechaa ittifufuu barbaadaa nuuf maxxansaa.
    Horaa Bulaa!!
    ❤❤❤

  • @MaxanedAbdillahiIsmail
    @MaxanedAbdillahiIsmail Месяц назад

    Jabadh bayee namati tola yaa hayuu keenan

  • @VdBf-xj7fx
    @VdBf-xj7fx 10 месяцев назад +1

    ❤❤❤

  • @TilahunTadesse-ok6bt
    @TilahunTadesse-ok6bt 9 месяцев назад +1

    The Legend

  • @naimaazubeyri6868
    @naimaazubeyri6868 4 месяца назад +1

    😢❤

  • @AsladdinJibril
    @AsladdinJibril 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤