OROMIA11: DR Guddataa Hinikkaa Fi Haadha Manaa Isaanii Aadde Wubituu.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 35

  • @standwithjustice6622
    @standwithjustice6622 Год назад

    Wow , kan biyya ofii jibbu hin jiru. Rakkoo guddaan jiru karaa Ummataa osoo hin taane kanneen hojii motummaa hojjetanidha. Galatoomaa Dr. Guddataa

  • @ijoolleebaalee2081
    @ijoolleebaalee2081 Год назад +1

    Dr Gudata and Sr. Woubitu you are pride of our people. You invested in education and health, which brings a lasting impact on the current and future generations. You deserve our gratitude and appreciation for your noble deed. God bless you more in every aspect of your life 🙏

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo1591 Год назад

    Baga nagayaan dhuftan warri Oromia 11. Keessummaa gaggaarii namoota biyyaaf buaa buusaa jiran heddu dhiyeessaa jirtan. Jabaadhaa. magaalaan arsii nageellee bakka ani irraa dhufe naannoo bulbulaa irraa fageenya xiqqoo irratti argama. Ijoolleen naannoo keenya irraa college Dr. Gammachuun ijaaran kanatti baratana kollegii kanaan walqabatee waan gaggaarii naaf himu. kanafuu hojiin akkanaa kun jajjabeeffamuu qaba. isin kanuma jajjabeesuuf miidiyaa keessaniin dhiyeessuun baayyee gaariidha. Horaa bulaa deebanaa.

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 Год назад

    Tks both of u and also Mesiko

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 Год назад

    Hojii Misooma boonsaaf fakkeenya gaarii nama hundumaaf ta’uu danda’u rakkoo naannoof saba keenyaa furuu keessatti iddoo ol’aanaa qabu hojjettan kanaaf Waaqayyoo Dr. Guddataaf Sister Wubitu haa eebbisuu jechaa Warri Oromia 11 keessa’uu gazexeessituu adde Masarat Dhaabaatiin hedduu galatoomaa jechuun barbaada!👏🏾👏🏾👏🏾

  • @AbdetaDadi-fj4eq
    @AbdetaDadi-fj4eq Год назад

    Thanks a lot for service of your Hospital!! Galata guddaa qaba !!

  • @marimagudato5952
    @marimagudato5952 Год назад

    Mashallh Mashallh my favorite program ❤❤excellent thanks so much guys you did unforgettable job for your community 👏 fantastic work ❤❤❤❤❤

  • @amhaborcha5689
    @amhaborcha5689 Год назад

    Dr. Gudata & Sister Wubitu: You are doing great work for the rural community who are in need of health care & education. As your names indicate, your works are BIG (Gudaa) & Beautiful (Wubitu /Bareedduu). Generaly, you deserve Respect & appreciation. God bless you all.

  • @sumayasumaya4074
    @sumayasumaya4074 Год назад

    Galatomaa dr bayyee garidhaa yaani kessanif hojiin kessanilee nu boonseti jiraa
    Masarati tenyaa jabduu shamara oromoo bayyee naa bonsitee godee biyyaa dhalota koo dhuftee ❤❤❤midiyyaa akkana hawasa isaa kessa gadi bu'ee hojjatuu qabachuun halaan garidha midiyyaa kenyaa oromia 11 haa jajabesinuu please ❤❤❤❤

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 Год назад +1

    Thank you so much, God bless you abundantly👏👏👏👏❤️❤️❤️❤️🙏🙏

  • @allinonerobera1605
    @allinonerobera1605 Год назад

    Dr.GUDETA atti Rabbi ammas dabale siif haakkenu! I'm listining to all survivers of Madda Wallabu university . i wascrying both being sad for accident and happy to get such an Oromo brother !"!

  • @AbdulwehabAbdulahi
    @AbdulwehabAbdulahi Год назад

    Dr. Guddataan nama guddaa nuti qabnuudha. Namni kun waan namni tokko, waan akka biyyaatti hin hojjatamin nuuf hojjate waan taheef baay'ee kabaja qabnaaf. akka Uunivarsiitii madda walaabutti ragaa Doktara kabajaa osoo kennameefii baay'ee gaariidha. Gadda akka hawaasa Baaletti, akka Oromiyaatti, akka biyyaatti, akka idil-addunyaatti nu mudate barsiisota ykn hayyoota yuuniversiitii du'arraa hafan waan nuuf yaalaa jiraniif baay'ee galatoomi jennaan.

  • @fayinedenabo9744
    @fayinedenabo9744 Год назад

    Dr Gudata kena baga kena tate umrii nu dheradhaa hamtuun isaan argan maatii kessaan wojjiin jiridha 🎉

  • @gadaashow8140
    @gadaashow8140 Год назад

    Nama gudhaa Oromo qabu Kessa isaan tokko dr. ❤❤❤❤

  • @AbdetaDadi-fj4eq
    @AbdetaDadi-fj4eq Год назад

    Long Live both of you!!

  • @abdulselammohammed2489
    @abdulselammohammed2489 Год назад

    rabbiin isin irraa haa jaalatu

  • @ermiaserma4074
    @ermiaserma4074 Год назад

    Wow ❤❤❤❤

  • @demetura5227
    @demetura5227 Год назад

    Baaye Galatomaa. Malo muchan koo tiqure anbesaa hospital irraa doctor tate qabxi gudha fede ebifamtee. Please you edo qabatene nu qaxera. Ebbefamaa.

  • @yassinaman3158
    @yassinaman3158 Год назад

    Dr Guddataa fi haati warraa keessanis guddaan nuuf galatoomaa umrii dheertuu isiniif haakennuu!!!

  • @aymohussein2061
    @aymohussein2061 Год назад

    Hedduu galatoomaa Dr Guddataa

  • @makidarobaa
    @makidarobaa Год назад +1

    Masi jabduu

  • @hawwiijamal666
    @hawwiijamal666 Год назад

    Anu achi baradhe kuno manaa arba kessa dhamara galma woyetu him gene😔😔🥴🥴

  • @maddanagaakoyesus340
    @maddanagaakoyesus340 Год назад

    Wwwoo baayyee nama talo❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum Год назад

    Welcome O'11th team❤❤❤

  • @كريمة-ر7غ
    @كريمة-ر7غ Год назад

    ❤❤❤❤

  • @amhaborcha5689
    @amhaborcha5689 Год назад

    Dr. Guddataa fi Sister Wubituu:- Hojiin keessan akka maqaa keessanii GUDDAA FI BAREEDDUU dha. Eebbifamaa, fayyaa fi nagaa argadhaa.

  • @ameeatube9702
    @ameeatube9702 Год назад

    Dr Gudata ilmaa Sabni qabu keessa Dr gudata nama tokkodhaa.Nuf jiraadha

  • @abatefulaskelecha8857
    @abatefulaskelecha8857 Год назад

    Dr fi Sister Eebbifama, milkii irratti milkii isiniif Waaqayyoo haa dabalu.
    Oromia nis 11 galata qabdu !

  • @etiyopyaliall3621
    @etiyopyaliall3621 Год назад

    Dr. Guddatafi haadha mana isaani hojiiñ hojjata jirtan baay'ee dinqiidha. Keessumafu rakkoowwan airport keessatti isaan muddata jirtu hundi mootumman dadhaban kuni furmaata kennuufi qaba. Dhugaa wanti isin saba keessanif gocha jirtan waan baay'ee nama boonsa. Namoonni tokko tokko media qofa irraa ta'anii haasahaa oolu kan akka Dr. Guddataa garuu gochan waa hunda agarsiisa.Gargaarsi isin barsiisota university Madda Walaabu kan balaa konkolaata isaan muudatef gootan yoomiyyu kan dalagamu miti. Hedduu galatooma jechun barbaada.

  • @Gezayeinatu
    @Gezayeinatu Год назад

    Umurii nufii dherdhaa isini jalanaa

  • @mdamin9092
    @mdamin9092 Год назад

    Baayyee gaariidhaa fkn an kan jiru biyya ormaati yeroo tokko Akka tasaa ta,e na dhukkube ture kanaaf gaafa San biyya koo male hin yaalamu jedhee turee garuu akkasuma milkaayee ture kanaaf galatoomaa

  • @diribatesfaye7133
    @diribatesfaye7133 Год назад

    Matii fakeenyumma guddaa namaaf ta'aniidha! Masy galata qabda waan isaan kana nuuf dhiyeesiteef.

  • @Gezayeinatu
    @Gezayeinatu Год назад

    Nuu dhosaa dinaa jelaa dhugaa dini yooyuu oromo dafte nyatii

  • @sokorruu
    @sokorruu Год назад

    Kota mati nafthii ormo koo

  • @abwasas2864
    @abwasas2864 Год назад

    D/r&S/t tbrk