Quran suurraa baqaraa bani manatii guyyaa hundaa ha qaramuu waan akkana si iraaa fageessa inshàa Allah waan mataa si ciinquufi waan falafaala sihirik hundaa hin balleesaa
Sheeka biraa Deemi Attii Abbaa Argitee mana kee hin fidiin qurana qarayi Tolee raabbiin malee Namni homaa nama hin godhuu hinafadhaa kuni subna Allah falifala Kuni bishaani ittii naqani yeroo torba
Miskiina tiyya 😢😢😢Rabbiin siraa ha qabu hamttuu ati nama hunda hin Amaniin nama amantu nama seraan beektu tahu qaba namuma argite hin Amanin Namni jireenyuma keeti hinaafe ummani Subahanallah😭😭😭 Fagaadhu namaraa Deemi ati Jaarsa ke bira deemi Karoora isa bira deemuu hin qabdu mo🤔maalif Kophaa ke Ciinqamta ati😌😌😌😪😪😪😪 Rabbiin warra akkana dhabama isa ha godhu😢😢😢 uf eegi ati Garuu biyya san keessaa bahuu qabda gara jaarsa keeti Deemi Aaddee😢❤❤❤❤ Hinaafadha kun Ati mana ke cufadhuu bahi banadhuu seenii😢😢 Muccayoon tun hoo mali Hojjatuu teeti mo maali Nama keeti mo ? Nyaata namni siti keenus hin nyaatin nama amantu yo hin tahin😢😢😢
Roza sihirin nama nii mitti rabbira osoma kayatuu quranan nii batii dawa quranan kenamu san fudhadhuu shekni wayii hadama nii jiraa lakofsa sif kenna qorichaa kenna biraa dhayxee siratti kara'anii nii batii ufi hin ilalinii quranan ufira basii sihirin kara hedun hojatamtii kaa mana kayan qofamii sagalee ketirayuu suraa ketira nii dalaganii kanafu hegaa shakitte mana qurana demii!😢😢😢
As wr wb Roziyyee habibit tiyya heddu sii jaladha Wly garuu midiyaa kana irrati hin boyiin Anu Akuma khee kana boyaa garuu fulaa nama duraati hin boyuu Rabbii kiyya qofaati boyaa lubbu to Fuulaa Rabbii khetiti boyii okhe❤😢
Midiyaa homa sii godhuu ya obbolletii quran ufii qarasii garaa abbaa waraa ketii dimii biyyaa jiradhuu hin boyiin wayaa shakuu hin barachisuu Sheriin hin dhokitii
Quran suurraa baqaraa bani manatii guyyaa hundaa ha qaramuu waan akkana si iraaa fageessa inshàa Allah waan mataa si ciinquufi waan falafaala sihirik hundaa hin balleesaa
Kamera
Kiyya
Rabbii sii haa eguu lubbuu tiyyaa Quran,aa manaa ketitii qarasisii
Rabbii sii haa qajelchuu waan hundaa midiyaa irraa hin fidiin
Namii qurdhaan Rabbiin iraa fagatee wamaa hudaa shexanaa itii fkesaa😊😊
Alhmadulillah jedhii maaltu sii cinqee deemii markazaa seenii Qur'aana Qar'ii
@@Hafsaa-xo8qr dhugaa jete oso hagasi qurana qarate marakazaa setee
Rozaa cadhitee hin boyinii midiyaa kanaraa dhutee wonumaa fetee lee rakatuu midiyaa kanaraa dhutee rabumaa ketii boyii malee namalee manaa kee hin fidinii 😢😢😢😢😊😊
Subhaan allaah namni fayyaan hin qoosu dhugama male kuni hundaafu zikrii jira amantiin Tenna waan hambifte hin qabdu alhamdulillaah qara'i ok ,fkn takka gababse siif bareessa skriin shout godhadhu hafazzi ...
A'uzubikalimaatillaahi Taamma ,min kulli sheyxaanin wa Haamma ,wamin kulli Eynin Laamma (×3) yero sadi ganamaf galgala jedhi ,kan nama eegu rabbi sababa godhi
Subhan Allah ati Asirti hin boyinni ati baredu tanna gizema hunda asirati bote ofii hin tufachisini akasuma quranna rabbii banadha mana kessani kessati suratul Baqara kanafu rabbiiti himadhu namni homa sii godhuu kaa sii eguu kaa sii birmatu kaa hamtu atii hin bennefi ati beyyutu sirra debisuu rabbii bichadha qashiti
Maqaa yesusini ha ifatamuu afurii xonqolaa abidaa gubii hini gatini abidaa itii naqii yokaa bishanii itii naqii qalii tiyaa waqayoo namichumaa ha debisuu rabii amanaa ke jabadhu jarii numaa xibartii😢😢❤❤
😢😢😢😢Rabbiin sii eguu yaa sanyi Tiyaa. Uuufff miskna tiyaa quranaa jabsii qarii ❤❤❤❤
Roza koo waan gootuu yeroo hundaa hamma danddessun hayatal kursi qaarai yeroo raafttus dhaggefadhuu salaata subii duraa kaai rakka lama sagadii rabbi ketti boi kaadhuu zikri adda adda jedhi hamma danddessun bishaan burcuqotti quul auzu lammanifi quul huwwa allahi ahaad qaraahi yeroo hundaa dhugii rabbin kee sihaa eguu sharri namni sitti yaaduu hundaa rabbin sirra haa qaabuu mana kee kessatti saatii 24 quraana suraa baqaaraa baanii wly rabbitti tawakkallan waanti sii midhuu daandahu hin jiruu garaa naa nyatte wly abshir giftii koo
❤❤❤galatomi bayyee
As wr wb oboletii tiyaa rabii si haa tisu inshaa Allaah yeroo wani Akan argitu itii qara,ii bishani fii sogidaa itii facasii osoo harkan hin qabatiin
Subhaan Allaah Yaa rabbii Yaa Allah 😭😭😭😭😭😭
Yaa biyyaa teenya
Abbo roziyee baga rabbiin sii basee Abshiir hayyaati rabbiin sii haa tiksuu insha Allaah ❤😢😢😢😢
Sheeka biraa Deemi Attii Abbaa Argitee mana kee hin fidiin qurana qarayi Tolee raabbiin malee Namni homaa nama hin godhuu hinafadhaa kuni subna Allah falifala Kuni bishaani ittii naqani yeroo torba
Ya rozaa tenyaa Rabbii sii bira ha jiratuu garuu na
Quran mana kee keessa hin dhabini nama kee bira jiradhuu obalytii tiyaa lubuu tee qaliidha
Rabini isra hadhorgu quranti jabdhuu😢😢😢😢😢
Ati namaa hamenyaa kee qabuu maa manaa fidaa ree homaa hnudaaf Rabbii siiraa haqabu hamatuu halkaanf guyaa inshallaah Abshir Raziii
Abshir rabbii jiraa inshaallaah roziyee yeroo hundaa quraan mana keessaati banadhuu suraa baqaraa ❤❤❤❤
Lubbuu quranaa qari ganamfii galagalaa rabbii si Haa eguu😢😢😢😢
Roza Tube abshiire obboleytii tiyaa qalii hin boyyeen Rabbiin sii biraa haa jiratu❤❤❤❤❤
Atii hangaa yom asiiraa bahaa oltaa dhiisii hiinboiinii quraan manakeysatii itii banii suraa baqaraa hamtu hundaa siiraa qabaa atii garu oso hiin herumiin duraa nagaqabdaa ergaa herumtu bahiichaa qofaa tatebar atii siidhukubaa shekaaratii dawaa godjadhu siiriitii iifwalanii matiikee ifiitii yabii abbakee ❤❤❤❤❤❤ rabiin siihaa eguu
Istigfara. Bayisi. Salata. Ke jabesi. Duai. Godhi. Yosindamele. Laili salti. Rabi ke. Kadhadhu❤ abshir
Yaa roozaa giizee maraa hin booyinii midiiyaa kanaa guubaa tiii giisee maraa iimaa botaa rabii sii haa lafiisuu Maa botaa giisee maaraa akumaa kaa siii gaaduu jiiruu kaa siiii gamadu Lee jiiraa rozaa to hin booyiiniii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Shashemne malife deyxaa deme feraa😢 deme subhanallhaa rebii saeghu
Rooza Tiyya Waaqayyoo si haa tiksuu haadhookoo
hin boyyin dhali namaa hamaa namatti yaaduus Waaqayyoo si tiksaa Abshiri😢
Oromoo Tiyya Biyya maatii naaf tahaa
Atii ofi edee ofii hin basatuu rabiin sii haa basuu roziyee misikinaa too😢😢😢😢❤❤❤
Silaa rozaa nu warii biyaa namaa kesatii gubanuu akkatii dhiphanuu atuma malumaaf akkatii botaa allhamdulilah jedhii biyaa tee kesaa jirtaa matii kee biraa jirtaa ofiraa toybadhuu quran qariii du,,ayii hedumesii rabbii wan sii jabatee kulii sif haa lafisuu inshaa Allah❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Qur'ana ofitti qaraasisi habiibtiy abshiir Yoo rabbi nama midhe male ilmi nama simiidhu😢❤
As wr wb
Roza Qurana qara’aadhuu. Homa siin arganii suara allbakhraa manatti qaraii
Abshir tawalkaltuu qabadhuu 🙏👍
Subaanalla 😢😢😢😢😢yarabii rozaa tayaa qaali rabiin sihaa tiysuu yarbii hagaamuu osoon turini dhiyoo achi gaaltee mitii hagaanumaati waan akkana jalqabaanii yarbii
Rozaa quranaa qarii yero bayee 😢😢😢😢
Roziye wollaah wan akkan namaatu qabaate sitiin dhufaa wan ta'e ilmaa namaa ofiiti hin dhiyeesiin isaa biraa amo Rabbiiti magaafadhu
Subahan Allah 😭 😭 😭 rabbii sii haa eguu inshaallaah Abshiir R tiyyaa qalii ❤❤❤
Wantti akkana bay’ee dha biyya kenyaa keessatti rabiin nuuf haa araaramuu insha Allah . Atti immo akka sitti hin dhagahamnee rabitti dhissi. Midiyaa kana irra dhuftee hin boyiin isan gammachisuun garii mitti
Me.e folo na godha ya oboleya rabiii hundii ❤❤🎉❤🎉❤🎉
Abaashir baareduu tiyaa hin boyiin rabbii irratii irkadhuu Ammas qurana qara.ii yoo hin benee sagalee banadhuu caaqasii ❤
Miskiina tiyya 😢😢😢Rabbiin siraa ha qabu hamttuu ati nama hunda hin Amaniin nama amantu nama seraan beektu tahu qaba namuma argite hin Amanin Namni jireenyuma keeti hinaafe ummani Subahanallah😭😭😭
Fagaadhu namaraa
Deemi ati Jaarsa ke bira deemi Karoora isa bira deemuu hin qabdu mo🤔maalif Kophaa ke Ciinqamta ati😌😌😌😪😪😪😪
Rabbiin warra akkana dhabama isa ha godhu😢😢😢 uf eegi ati Garuu biyya san keessaa bahuu qabda gara jaarsa keeti Deemi Aaddee😢❤❤❤❤
Hinaafadha kun
Ati mana ke cufadhuu bahi banadhuu seenii😢😢
Muccayoon tun hoo mali Hojjatuu teeti mo maali Nama keeti mo ?
Nyaata namni siti keenus hin nyaatin nama amantu yo hin tahin😢😢😢
Aswrwb lakkfsaa kee barbadaa Habibtii
Abshirii qaalii namaa jabadhu Kaa Rabbini jiraa jabadhu ❤❤❤
😢😢😢😢yaa rozaa tiyaa hin boyiini mee jireeni duniyaa tunii fataana dhabduu amshirii
Roza sihirin nama nii mitti rabbira osoma kayatuu quranan nii batii dawa quranan kenamu san fudhadhuu shekni wayii hadama nii jiraa lakofsa sif kenna qorichaa kenna biraa dhayxee siratti kara'anii nii batii ufi hin ilalinii quranan ufira basii sihirin kara hedun hojatamtii kaa mana kayan qofamii sagalee ketirayuu suraa ketira nii dalaganii kanafu hegaa shakitte mana qurana demii!😢😢😢
Anaa gafumaa hadamaa qayaratee sanuu anii akaa ataa harkaa namaa jalaa dhesituu shake subanaah Allah rabibbii saa haa tisuu inshalaaa
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Wa wr wb hayii ummata kenna subahanallah nama waan hin tane namati dalaguu rabbii isa haqabu wollahi 😢😢😢😢😢😢😢abshiir roziyee
Rozii ati nanoo Kee irraa fagatee jirtaa hireen qoda rabbitii rabbi sii haa eguu of egii nama mana kee ol hin sesisiin nama of irraa faggesisii 😢😢😢😢😢😢
Rabbiin sii haa eghuu hayati too inshaa Allah rabbii kee qabadhuu homaa tatuu inshaa Allah
Yero hunda mana kessa qurana sura baqara banadhu dhagefadhu inshallah rabbin of gahadha amshir
Abshiir lubbuu rabbiin si haa tissue qur'aana ufitti qaraasisi qur'aana qara'i yeroo hundaa 😢😢
Ati midiyaa iratii hini bohini sini jenee.Rozaa fayaa. Qabiduu asiratii bohini yoo dhagesee namini sii jibuu sitii gamadaa ofii jabesii maa bosaa daimaa tiqoo tatee malumaa tatee
Waan si yaachisu salati rabbitii himadhu rabbii gaditi mo abba mana ke walin mari'adhu insha 'allah rabbii sif ha lafisuu
Namni yeroo amma ati isa caaltee haa jiraattuu hin barbaadan si'ii guddatte arguu hin fedhan wllaah8 rabbi si haa tiysu 😢😢😢😢
Inshaa Allaah rabii wani sifii hin taane siqaa haa qabuu
Waleykumsalam warhamatulahi waabarakatuu rozaa tiyaa wanii anii siin jedhuu atii yeroo bayee suraa baqaraa manaa keysaatii banii yeroo bayee zikirii bayisii ayataa rabbii ketitin of egii iraa calaa kan namaa eguu rabbii
Suuraa baqara qaraii yoo imbeekiinilee ollin busii woota in qarauu jaalaa qaraii ayyata 10 yoo xiqatee ka sani achii quluu hala qulauzu 2man fi ayyatal kursiiyii qaraii yeroo subii saalatuu ammasi uduua maalee hin deemiin sani booda rabbirrati irkaadhuu kun dhamsa obboluumatii❤
Rabbii si haaa tiysuu habbibti adawaan kee shishim haa jettuu Qur'aana Qra'ii
Aswrwb
Akkami
Nagaa qabdaa
Obboleetti
Markazaa
Immo seenii quraanaa qaraaiii
Lubbu tee quraanan bizii godhii rabbi sii haa lafisuu amrii jabateejundaa
Abshir giifti koo 😢 Rabbiin Aafiya keetin wolitti siha deebisu Abshir yoo Rabbiin waa sigodhe malee Namnni Adunya Kun guutun wolitti yoo qqbamte waa siif godhuus si godhuus hin danda'u saniifu Abshir
Sirii kamuu hin hikamaa jedhani yoo biishanifii sogidaa itii naxee itii qaratee ayaata kursiyii itii inshaa Allaah mee jarabii namaa akasitii fayadame tuu jiraa wani tayeefii
dhugaa keeti Roozaa nama amanuun hin ta’uu nama of irraa fageessi kan namatti hassadduu Rabbiin dhabama hagodhu😢😢😢
Roziyee abshiiri ilmaa namaatuu namaa midhaa maalee rabiini namaa hin midhuu 😢😢😢😢❤❤❤🤲🤲
Abshrrii uktii tiyaa qallii rabbiin jira quranaa qaraii 😭😭😭😭😭
Subanallah rabbin sii haa tissu!! Obboletti tiyya 🥲❤️
Manaa kee maa banaa dhisataa atii 😢😢😢😢😢😢😢suballhaa rabbii is aa tisuu
Roza atis nuti boya hin olin vidiyo te laluu nama jibisifta maduniyan xiqotana boya oltaa keyrii inshaa alaa😢😢hugumata kalee hin kofaltu😢😢😢
Roziye tiyaa.rabii.sii.lafisuu.hahudauu.misii.kin taaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😂🎉
Rabbiin sirraa haa deebiissuu Abshiiiiiiir ❤❤❤😢😢
Rabbiin sii haa tiksu inshaallah Allah yaa sanyii too obboletii tenya Abachiir inshaallah Allah namanii hamma hojatuu rabbii hin dhisuu 🥹🥹🥹🥹🥹
Mali fi mucatii fuu siftaa ree😢😢😢😢😢😢😢 sanuu hni ulatii😢😢
Naati hin dhaquu jettee enyuu Si godhafee
😊Haatatamii kijibduu
Ani booyichuma kee kanan jibbee maalif boossa ati Keer inshaa allaa silaafuu hin gubani bishaanitti galtanii malee
Subahan allh 😢rabbi si haa tiyysuu 😭
Amiiiiiiiiiiiiiiin Rabin Sirra haaqabuu
Raziyee waan kasii suduwaa mitii nama bayyee eratii godhamaa him sigodhuu hin yadinii rabbin kadhuu yeroo hundaa Qur'an surah Baqaraa mana keessatii banii ofii ketifilee Haytal Kursiyii qariii homaa mitii Duran hadhaa kotii godhamee turee kan hadhakotii hojetamee maqaa ishetin garuu yero sanfii bayee midhee turee garuu alhamdulillaah hatii. Kiyyaa naf jirtii 😢hin gubinii gubun hin tuu yeroo hundaa sigubaa waan tefii atii bishan busii lafaa galtee fudhii roziyee ko ❤❤
As wr wb Roziyyee habibit tiyya heddu sii jaladha Wly garuu midiyaa kana irrati hin boyiin Anu Akuma khee kana boyaa garuu fulaa nama duraati hin boyuu Rabbii kiyya qofaati boyaa lubbu to Fuulaa Rabbii khetiti boyii okhe❤😢
ati online irratti baate maaf bootta
Maal siif godha warri asirra si daaw.atu
Ati nama mana ke dhufe hin brytaa mi re auzubila mali kuni re tetifuu harwa achi galtee mi maltu haganumatuu siti kae yarabi ati nu basi 😢😢😢😢
Roozaa Manaa keetii Guyyaa Hundaa Suraa Baqaraa Banii Ammalee Bishaan Arabinaa Qarasifaadhuu
Habibiti rabbin sii haa eguu inshalhaa
Rabbi si ha eguu luubbu too 😢😢❤
Ishaahalla rabbii kumaa hojii isaan isaani haa keenufii
Dhugaa keeti luubbuu tiyyaa❤❤❤❤❤❤
Abshirii rabbii jira lubbuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin si wajjin hatahuu garuu waa shakii hin bayyise.tawakalituu godhii rabbiin siwajjin haa jiratu
Subanallaah amshriiii okti koo rabbini sii haa lafisuu Inshaa Allaah 😢😢😢😢😢
Rabbiini si ha qajellchu wani hunda midiya kana irra fidde hin boyini subanalla 😢
Rooza Dhiifama wojjiin akka namni jibbu of gochaa jirta homa hundaa dhuftee asitti nutti odeessita
Afshira Rozako siiriini waatoko siigodhuu Qurana jaabeefahadhu ako yuu maatiiko mulutiii goodhamee garuumo rabii malee ilmiinamaa waatoko namagodhu Quranuma 😢😢
Abshiri rabbiin si ha eguu Qalii too😢😢
Abshirii qaalii tiyaa ❤❤❤❤
Hin boyyin lubbuu too uuuuuuuf quran qariyi 😢😢😢😢
Habibti tiyyaa rabbin sii haa Eguu ❤❤😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢 rabbii sii haa tisuu insha'Allah
Roza nama baay ee sii gammada yero bosuu manuma keessatti rabbi keetti boyyii
Abshri ❤❤❤❤😢😢😢 lubbu quraana qarii
Abishir rabbii sii tissu inshalla
Amshir dama too rabii sih bira haa jirtu😢😢😢❤
Bagaa rabin isi basee bareduuko❤❤❤❤❤
Midiyaa homa sii godhuu ya obbolletii quran ufii qarasii garaa abbaa waraa ketii dimii biyyaa jiradhuu hin boyiin wayaa shakuu hin barachisuu Sheriin hin dhokitii
Roziye rabbiin si eguu😢😢😢😢😢😢😢☝️☝️☝️
subahan Allah subahan Allah 😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢Roziyee nama ofira fagesi ittile hin dhiyatini rabbini tikkaa ofi kesaa sii haa jirachsu abshiri😢😢
Dhugaa keetii qaalii tiiyaa kunii baakumaa hudaa jiiraa sii haa laafiisuu
Ati malgodhuu achitii galtee bakkaa inni hinjireetii Rabbiin sii haa eguuu😢😢😢☝️☝️☝️☝️☝️
Asirraattii homaa argitee hin haasahiin aboo
Roziiyye dhifama naf godhiitti midiyaa irratti hin boyiin waan feetelee yoo taate dhoysadhaan rabbitti boyi hordooftonni kettiis nama alla ketitti mana ketilee qulfii itti godhadhu uffi tayi jiradhu yoo botee namni akka walaltutti sii ilaala sii jaladha anaa olitti rabbi sii haa jalatu ilmii namaa bineensa irraa ufii tiysii.
@@faaxumafaaxuma1085 matikoo nat'i qomokoo