Dandeettii sammuu daa'ima ishee boodaa cimsuuf nyaata haati yeroo ulfaa nyaachuu qabdu!

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 92

  • @ammarattieh
    @ammarattieh 18 дней назад +2

    Thank you so much ❤Dr kenyaa dhifamaa Guddaa please me Yerroo marsaa laguu Durraa fi boddaa nyattaa akkammii nyachuu qaban Ittii anasuu Dhugattii akkammii yoo fayyadamee Rakkoo qaba please Naf debissii Dr❤❤

  • @ethiolove1-p3m
    @ethiolove1-p3m 9 месяцев назад

    Dr. Hedduu Galatoomaa Isiiniin Jechuun Barbaada

  • @dadituanbase5574
    @dadituanbase5574 6 месяцев назад +1

    Hedduu galatoomii Dr,hitituu ulfaa gaariiti jedhamaa dhugaa

  • @angatuajamu9184
    @angatuajamu9184 Год назад +2

    Wwooww jabbaduu sanyii baayee namatii tolaa dhugaa galatomii nufii jiradhuu❤❤❤❤❤

  • @Hewan-ro8ko
    @Hewan-ro8ko 9 месяцев назад +1

    Thanks so much Dr ❤

  • @itinishnn7411
    @itinishnn7411 2 года назад +2

    Wawww baay'ee baradhee dhugaa😍😍😍😍galatoomi

  • @TsionShiferaw-k8q
    @TsionShiferaw-k8q 5 месяцев назад

    Galatomii Dr waan bay'ee na barsiiste

  • @BulchaaTamasgen
    @BulchaaTamasgen 3 месяца назад

    Hedduu galatoomi dhugaa waan alkanaa daddabali nuuf hojjedhu

  • @HiwbarKd
    @HiwbarKd 9 месяцев назад +1

    Dhugadha galatomi waaqayyo sii yaa ebbisu ❤❤

  • @kokettarafashawa1523
    @kokettarafashawa1523 2 года назад +1

    Wowowow Bayyee Namatii Tolaa 💯💯💯👍👍👍

  • @jaalalaa
    @jaalalaa Год назад

    Hedduu galatoomi Dr. dhugumaan wantootni ati chanalii kanaan barsiistu baay'ee bareedaa fi murteessaa dha. keessumaa immoo AFAAN OROMOO ta'uunsaa immoo translation malee akka nuuf galu ta'eera. jabaadhu. kitaabilee fi chaanaaliin fayyaa kan AFAAN OROMOO baay'ee muraasa! GUMAACHA KEEF GUDDAA GALATOOMI

  • @oromoneng2787
    @oromoneng2787 2 года назад +1

    Dr gafii qabaa 🙋

  • @tw3657
    @tw3657 2 года назад +1

    Galatoomaa Dr

  • @SamiraKadir-x1i
    @SamiraKadir-x1i 5 месяцев назад

    Dr Galatomìi❤❤

  • @hqjnk9016
    @hqjnk9016 2 года назад +1

    Thank.you Dr

  • @hinsenekenessa3445
    @hinsenekenessa3445 Год назад

    Galatoomaa Dr💕🙏💕

  • @lovemom2049
    @lovemom2049 3 года назад +1

    Baayee galatoomaa dr!

  • @masartmasart9195
    @masartmasart9195 2 года назад +1

    Wawoo galatoomaa dr🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Tige-b5t
    @Tige-b5t Месяц назад +1

    dr namni bayenii gomanii garii mitii jedhaa hagaa jiaa meqatii nyachuu dadama

  • @rufiyaa8980
    @rufiyaa8980 2 года назад +1

    Welcome galtoomii dr

  • @HawaBeshir
    @HawaBeshir 3 месяца назад

    Hedduu galatoomaa

  • @SisayGezu-q4l
    @SisayGezu-q4l 3 месяца назад

    Galatoomi DR

  • @ShJabed-mu4dx
    @ShJabed-mu4dx 12 дней назад

    Galatoomi dr😢

  • @aishaasabbontuuarisiishirk2772
    @aishaasabbontuuarisiishirk2772 2 года назад +1

    Dr hedduu nuuf galatomaa

  • @zarayasin8269
    @zarayasin8269 3 года назад +1

    Baga nagn dhuftan

  • @annoleshow6056
    @annoleshow6056 Год назад

    Galatoomi Dr

  • @ArarrafJira
    @ArarrafJira 2 месяца назад +1

    Haati ulfaa takka ji,a tokkora kaaste dhukkubin baayyee itti dhaaga,ama malif ?
    Ji,a kana kessaati
    Nyaata jibisissuu
    Ofi daadhabu
    Haaqen itti baayyachu
    Kun akkami irraa dhaabachu daanda,a?
    Haanga ji,a meeqa irraa tura ?
    Qorichi kenaamuf Jira?

  • @yaikobnuguse
    @yaikobnuguse 10 месяцев назад

    Guddaa galatoomi Doctor!

  • @hawwiabbadal
    @hawwiabbadal Месяц назад +1

    Dr hedduu galatomii

  • @zahrah8488
    @zahrah8488 2 года назад +1

    Lenks, so much

  • @DrAberaOlaniOfficial4635
    @DrAberaOlaniOfficial4635  2 года назад +2

    Hundi keessan yaada naaf kennuu keessaniif galatoomaa!

    • @mergitumerga6280
      @mergitumerga6280 Год назад

      Gaaffii 2 qaba 1. Kaarotii dheedhii mo bulchaayaasaatu nyaatama 2. Yamiirii yoo nyatte ulfi tokko rakkoon maalii qaba

    • @mergitumerga6280
      @mergitumerga6280 Год назад

      Tamiirii jechuukiyya

  • @Shelema-t1t
    @Shelema-t1t Год назад

    Galatoomi dr❤❤

  • @abdellahirpo5756
    @abdellahirpo5756 Год назад

    Dr Daa'ima koo yeroo fincaa'uuf ta'u ni boo'a maal rakkoo isaa Daa'ima ji,'a torbaati

  • @glxy2689
    @glxy2689 8 месяцев назад +1

    Galatoma Dr

  • @SifanAlamu
    @SifanAlamu 10 месяцев назад

    Galatomi Dr

  • @Kiya-j5q
    @Kiya-j5q Год назад

    Mucaa kiya umuri waga 3 rifensii ishee foroforii qabdii keessa darbe nihoqsisa ni mada'a

  • @FayooBaalee
    @FayooBaalee 6 месяцев назад +1

    Dr Galtomi

  • @hsuhdy169
    @hsuhdy169 Год назад

    nama biraatt akka argetti killeen barbaachisaa miti jedhu yeroo ulfaa ilmoon akka baatu godha jedhu ji,a 4gadi gaarii miti jedhu hoo?

  • @aubtelecom1538
    @aubtelecom1538 11 месяцев назад

    Galatomi habibi❤️❤️❤️

  • @obsineetmotoraa
    @obsineetmotoraa 11 месяцев назад

    Dr Galatomaa

  • @FanosFanos-t1d
    @FanosFanos-t1d 10 месяцев назад

    Dr nyataa kamtuu midhaa qaba yero ulfaa?

  • @susuutube1479
    @susuutube1479 2 года назад +1

    Galatomii dr

  • @ميراماادم
    @ميراماادم 2 года назад +1

    Galatomi dr

  • @Rukkiya-k7j
    @Rukkiya-k7j Год назад

    Ok jalaane galaatomaa

  • @zarayasin8269
    @zarayasin8269 3 года назад +2

    Yero ulfa dhukuba sukara yo godhatn wantota ama jetan yo nyane rako qaba dr galtoma

  • @oromoneng2787
    @oromoneng2787 2 года назад +1

    Dr Ani Amma ji'a 5faa keessa jira garuu nyaata nyadhuu keessa harki irraa caalu naa gubba kan jechuun kiyya lapee koo irratti kanaf ganama ganama talbaa danfisee dhugaa akka lapee koo natti qabanhuf kun rakkoo qaba daa'imaa irratti please naa deebisi🙏

    • @hsuhdy169
      @hsuhdy169 Год назад +1

      rabbin nagahaan sihaa furu ❤gaafi koo akka naaf deebiftu abdiin si eega ,yeroo jalqaba ulfa harayaa torbe duratt dhigni namatt niidhufaa hammi xiqqoo tokko?😢 yoo dhufe ammoo guyyaa meeqa tura ? Salaataf najeeqe ani😢

    • @watuuwatuujira6497
      @watuuwatuujira6497 Год назад

      ​@@hsuhdy169 ati taa akaa kiyaa rakatee ulfaa jechuu wani asii yoo argamee mee atu naa debisii

  • @YerofanMitiku
    @YerofanMitiku 25 дней назад

    Kunnin ji'a jalqabarra hanga yoomitti

  • @hawatube7796
    @hawatube7796 2 года назад +1

    Tamiraa yeeroo ulifaa yaa nyaatan rako qabaa nafi debisaa gafi kiyaa

  • @YerofanMitiku
    @YerofanMitiku 25 дней назад

    Baay'ee galatooma fayyata'a

  • @addishiwot7960
    @addishiwot7960 3 года назад +1

    galatoomaa dr

  • @YaboabuYaboabu
    @YaboabuYaboabu 3 месяца назад

    Dr.heddu.galatoom

  • @oromiyaabiyyakoo2260
    @oromiyaabiyyakoo2260 9 месяцев назад

    ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @dammadamuu2688
    @dammadamuu2688 2 года назад +1

    Galatoomaa

  • @RomaniGadisaa
    @RomaniGadisaa Год назад

    Bayee galatomi ❤👍👍👍

  • @fatihahaji5235
    @fatihahaji5235 2 года назад +1

    Galtoma 👍👍👍

  • @RomaniGadisaa
    @RomaniGadisaa Год назад

    🥰🥰🥰

  • @RomaniGadisaa
    @RomaniGadisaa Год назад

    ❤❤

  • @EmebetDessalegn-k4j
    @EmebetDessalegn-k4j 10 месяцев назад

    Maaloo dr.deebiin barbaada.dubartiin rakkoo itituu dhiigaa qabdu yoo ulfoofte rakkoo maalii qaba? kununsi godhamuu qabu maali?

  • @asmaabdulabdul5071
    @asmaabdulabdul5071 2 года назад +1

    DR galatoomi

  • @ZenabaZenaba-o9b
    @ZenabaZenaba-o9b 11 месяцев назад

  • @Tige-b5t
    @Tige-b5t Месяц назад +1

    hiduu galtomii dhugaa

  • @LaftiitenyaaLafeetenyaa
    @LaftiitenyaaLafeetenyaa 11 месяцев назад +1

    Galatomaa

  • @AbdiGurmesa-n1l
    @AbdiGurmesa-n1l 28 дней назад +1

    Isinglaatofana

  • @fenlovejesus6601
    @fenlovejesus6601 2 года назад +1

    Galatomii

  • @kiyyakiyyaozil7104
    @kiyyakiyyaozil7104 2 года назад +1

    woooow galatoomi❤❤❤❤❤

  • @badriyaa.ta.baalee5002
    @badriyaa.ta.baalee5002 Год назад

    Galatomi

  • @ميراماادم
    @ميراماادم 2 года назад +1

    Garru namoni yerro ulfa nyatta jibanif furmani mali

  • @ummuufarihaa1852
    @ummuufarihaa1852 11 месяцев назад

    DR gaalatomi

  • @ayyankamal6997
    @ayyankamal6997 Год назад

    Ashabon galana mali

  • @MonaMona-zj8fy
    @MonaMona-zj8fy 7 месяцев назад

    Thank you Dr❤

  • @MonetTamesgen-pc3ff
    @MonetTamesgen-pc3ff 8 месяцев назад

    Galatoomaa Dr

  • @ShJabed-mu4dx
    @ShJabed-mu4dx 25 дней назад

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @ummuufarihaa1852
    @ummuufarihaa1852 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @dammadamuu2688
    @dammadamuu2688 2 года назад +1

    Galatoomaa

  • @ZenabaZenaba-o9b
    @ZenabaZenaba-o9b 11 месяцев назад

  • @assasd3466
    @assasd3466 4 месяца назад

    Galatomii

  • @MakiyaTura
    @MakiyaTura Год назад

    Galatomi

  • @DitaDebu
    @DitaDebu 2 месяца назад +1

  • @Chala3282
    @Chala3282 Год назад

    Galatoomaa

  • @Zenab-z4g
    @Zenab-z4g 3 месяца назад

    Galatoomaa

  • @aliyetube5020
    @aliyetube5020 2 месяца назад

    Galatoomaa