Yaa obbolessa kiyya ishen kanke miti duruma Wan taef kan rabbi sif kena hin dhabdu bulti ke ijaradhu yero ke ofi irra hin gubina Hali nama tokko miti ishen na gante jete nama birale aksuma sete yero ke gubbin obbolessa kiyya ❤❤
Obboleessa koo ati jireenya lammaffaatif dafii of qopheessi haadha mana kee si gante itti hin deebihin sin jedha ani akka yaada kootti. Dubartin hundi tokko mitu waan ta'ef carraa bira yaalin sin jedha. Rabbi jireenya gaarii sitti haa ijaaru
Jabadhuu bro koo gaaru hadha mana kee jalqaaba sanatti hin deebii'in iccii kalbiin kun nama bira jalladhu gaaruu eenyuun iyyuu irrattille of hin gaatiin maloo gaatii dadhabii kee waqayyoo siif deebiisa jabadhuj
Rabbin si wojjiin haa tahuu garuu Malaqni sun sitti haa hafu malee mucayyotti hin deebihin Rabbin lama sin miidhu waan taheef Jireenya kan biraa jalqabi
Madda jalalla kan fayyisu jalalla waa taefi kan isi calla jalatuu Waaqayyoon sifi haa keenuu garuu ati yeroo keeti fayyadami yeroon lamma hin jirtuu waa taefi ofiira hin dabarsini
Duran dursee gammee bagaan dhuftee! Obbolesaa kenyaf immoo rabbiin guddan kan mada kee sif qorsituu si haa badhasuu abshiir kuun wanumaa jirenyaa kenyaa kessatii darbe darbe nu mudatudhaa
Nama ajibidi! Issimattu guyyaa tokkoo bo'aa Gara nama nyattaa Dhirri tokkoo tokkoo fi dubbarittini tokkoo tokkoo jirenyaa nama jibisissu Amishirri qodaa rabbi hin dhabiduu Anni si herrumma yoo atti muslima tattee!😎
Uuuuuuuufffffffff wallahi Ani bayee gadee. Obolessa kiyya ilmii nama nama ganuu Hardha hin egalee Amma booda jalalee tee tan duranii itti hin kaliin. Rabbi nama nagaya siif ha hiruu. Tokko bada ta,eef immo hundii bada mitti irra debii,ii jaladhu tan biraa.
gamee malifii dafee nuu dhaqabuu wotii atii gadii dhuftuu kunii anii baye dhagefachuu jaldhaa🥰❤❤❤❤
Yaa obbolessa kiyya ishen kanke miti duruma Wan taef kan rabbi sif kena hin dhabdu bulti ke ijaradhu yero ke ofi irra hin gubina Hali nama tokko miti ishen na gante jete nama birale aksuma sete yero ke gubbin obbolessa kiyya ❤❤
Obboleessa koo ati jireenya lammaffaatif dafii of qopheessi haadha mana kee si gante itti hin deebihin sin jedha ani akka yaada kootti. Dubartin hundi tokko mitu waan ta'ef carraa bira yaalin sin jedha. Rabbi jireenya gaarii sitti haa ijaaru
Dursa gamee kenya baga nagan dhufte 🙏
Garuu shamaran tokkoo tokko malif Akas khiyana bayatuu garuu tokko tokkoo dhifama 🙏naf godhatii bultii kesa qaldin jiraa maa ofitii qaladuu dhirii esayuu dhaqee fichu danda shamaran garuu hin dandesuu 1 2 3 gaditii herumuu hiñ dandesuu isa you Jarsake durara ini bodaa sareeti si lalaa yeroo dhiiran wa jetanus sutaa yeroo dhiira khayantanus sutaa yeroo era fagatanus sutaa hin jarjarin soshal media eraa figdani ykn fb era figdani xulxul hin jedhin buultii nagaa isin dhabsisa fb era kan isinif dhufuu buultii dhugaa isinitii hin fakatin buulti fkn tii okay kanafuu of kabajaa wallahii garuu yeroo gabitani itti debiuf yadan kuno Akumaa kanaa didamidha kanafuu karan soban darban debii nama Rakisaa yoo soban darbanis debin isaa Rakoodha kanafuu yeroo wan tokoo gochuf demtan ykn itti yaddaan bakaa gesee osoo hin tanee bakka katee yadadhuù tings of tings
Kanaf obolessa too yeroon Atii qabduu qababdudhaa Adunyaa kanaraa kanafuu jaladhuu wan Rabbin sif jalallatee fudhii Akuma eshiin osoo Ati jalatuu kan biraa jalatee Atis kanbiraa fudhii hirekeen qodaa Rabbiti wan tahef jabadhuu off dubaa hin lalin fulduraa malee Rabbin kan sodaa isaa qabduu sif ha kenuu Abshir kan darbee bishan gutee darbee tasisi kan dhufuu moo bishan dhugan tasis kan garuu eshii sanatii hin debin bilbila jalaa khaftee hin hasiin dhamsan qabuu kanaa sif 🙏
😘😘😘
dhugaa tete obolee koo ykn oboletii too💔💔😍😍
Yaa obollessa koo namni hundi tokko mitti rabbiin bulti garrii siti haa ijaruu atis shakii akkana ofkeessa ballesi
Waaqayyoo kan qodaa kee si dhorkatu obboleessa koo jabadhuu namni hundii tokkoo mitii waaqayyoo si yaa gargaruu kan waaqayyoo keti sin jedhee jirtii
Jabadhuu bro koo gaaru hadha mana kee jalqaaba sanatti hin deebii'in iccii kalbiin kun nama bira jalladhu gaaruu eenyuun iyyuu irrattille of hin gaatiin maloo gaatii dadhabii kee waqayyoo siif deebiisa jabadhuj
Oboletii kooo atii wanii rabii sii katabee hin dhabduu osoo dhugaa jalalaa sii qabatee sii dhisee garaa biraa hin demtuu garuu imoo dubartii akaa bishanii malkatii gagamaa kuftii atii imoo dhifamaa godhifii garuu jiruu duniyaa tanaa qarmataa bayee qabdii obsaa rabii nuuu haa kenuu ishalaa abshirii rabii abaa dhugaa hin gatuuu
ufuuu yaa waqi silaa shamari kenyaa toko tokoo maali icii abshir sanyii koo waqayoo kan keeti jedhee siif yaa keenuu😭😭😭😭🙏🙏🙏
Uuffii bayyee nama gaddisisaa. Abshiir obbolleessa keennaa. Hin jalatti isheti hin deebiyiin biyyee haa kijibduu isiin. Atii caara kee isaa biraa egaadhu malee karaa isiin bate hin bahin. Inni biraa imoo namni hundii akka takka miti namni garaa takkati dhalateyuu garagara kanaf nama biraa ilalii jalaadhu bultii ijaaradhun dhamsaa kooti obbolleessa koo. Abshiir isii tana oli akka argaatu abdii qaba. Namati hin safiin malee yoo namni siitti safee hin yaadawiin maliif yoo jette ishee malee atii nama dhugaa waan tateef.
Rabbin si wojjiin haa tahuu garuu Malaqni sun sitti haa hafu malee mucayyotti hin deebihin Rabbin lama sin miidhu waan taheef Jireenya kan biraa jalqabi
Madda jalalla kan fayyisu jalalla waa taefi kan isi calla jalatuu Waaqayyoon sifi haa keenuu garuu ati yeroo keeti fayyadami yeroon lamma hin jirtuu waa taefi ofiira hin dabarsini
Wel come gameeee
Muca biyya koo rabbi obsa sif latee wani hedu dabrste amma
Garuu wani si qunamuu wani ta'ee jirenya kee itti fufu kani jedhu yadda koti
Garuu wanti mucayyon sirratti
rawatee ajiba safuu
Wanuma hundafu rabbi si haa gargaruu
Rabbi siif ha laafiisu inshaallah abshir rabbi si waliin jiiraa
Duran dursee gammee bagaan dhuftee! Obbolesaa kenyaf immoo rabbiin guddan kan mada kee sif qorsituu si haa badhasuu abshiir kuun wanumaa jirenyaa kenyaa kessatii darbe darbe nu mudatudhaa
Abshirii Waqayoon Kan siif qopheseeruu achumaa jiraa Obbolesaakoo 😭😭💓💓♥️♥️♥️
Gamee galatomii barsisaa dhugaa galanii kee bilisummaa haa ta.uu sanyii ko 😘😘😘
Jalalhaan madayuni siraa hin banee namani jalalhani hin madafani Adunyaa kanaraa jiraa jedhee hin yaduu Athi Akaa obolesaa kotiti si gorasaa naman hudaa Akaa toko mithi namaa biraa wolhaa baratee jirachuu ni dadethaa
Gamee kenyaa 💕💕obolesa koo gara fulaa durati sif haa tolchu caraa keti fayedami samukee ofi hin dhiphisini bulti ijaradhuu 😢ishenu bodaa gabu dadesi akamin nikarati nikaa hidhati ishen ☹️☹️
Yaa obbolesaa koo sennaan kee hedduu garaa nama rasaa anuu biyyaa sudii keessan jira wlyi karaa wal arganuuniin dhabee malee nama akkana midhamee siila ittin herumaa lamata akka hin midhamneef oke❤❤❤❤❤❤namonii senaa akkana qabdan osso lakkofsaa keessan senaa kessan waliin nuu qodanii heduu namtii tola❤❤
Rabbin kan sif qoodee hin dhabduu obsii
Abshirii Obblesaa koo hireen qodaa rabbiiti kanafu Abdi hin kutin sifiilee guyyaa sif qaba waqayyon 💞💞💞💚💓💚
Siha Gahuu Naagenyii koo yaa Oboleesaakoo amalumaa jireenyaa obssii Sababaa malee sin ada bahuu hin dandesuu
Argaa issi siif taa.a issi caltuu siif haa basuu mucaa biyyaa koo Abshiriiiii
Uuuuufffffff.😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔ya obbolleessa koo waqaayyoo sii namaa akkaa garaa kee siif ha keenu isheetti hin deebiini ammasi si gatii abshir😘😘
Anatinafafuu ❤xalaya nanigia❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤☝️
Rabbii sii haa lafisuu Bro itti hin deebi'iin Tun bultiif sii hin taatu uttu sii jaalate duruma akkana sin gootu !!
taa bira fuudhi rabbii taa haalaf Amalaa bareedduu siif haa laatu Abshiir
Abshiri tana rabbi siif qoodee hin dhabduu 😭😭😭😭😭
Dubbarii tokko ammA aramii isaanii rarayuu qalabiin isaan raratii yaa obbolesaa koo atii jabadhuu nama hojii tayyii garuu kan akkaa hadha kettiitii sii jalatuu siitii haa qabbuu waqayyoo
Gammaee Nuuf Jiraadhu Natti Tolitaa
Rabbii sifa lafisu obboollesa kiya anis wanuma kan wol fakkatutu narakkise jira rabbii nufa laffisu insha Allah
Uuuuuuuufffff itti dhiisi itti hin deebi.in balesaan kan ishiiti onnee kee irraa cufaadhuu .bilbila isheesi ofii jalaa haaqii .sammuu kee hara.omsi tan si jalaatuu wajjiin jalaalaa kee egali bulti ijaraadhuu obboossaa koo.💙💙💙💙💙💓💓💓💓💓💓💓💚💚💚💚💚🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Welcome Gammee Sabbona Oromoo Jabadhuu 💞💞💞💓💚💓💕💕💪💪💪💪
Baa,yee namaa gadisisaa abshir raabi jiraa obolesaa koo sif ❤🙏🙏🙏🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Senaan kee bayee namaa madessaa obbolleesakoo garuu namani hundii tokkoo mitti yeroo ketti fayyadamii kan biraa jaladhuu waqaayyoon duraa bufadhutii akkaa kan garaa kee siif kenuuf
Nama ajibidi!
Issimattu guyyaa tokkoo bo'aa
Gara nama nyattaa
Dhirri tokkoo tokkoo fi dubbarittini tokkoo tokkoo jirenyaa nama jibisissu
Amishirri qodaa rabbi hin dhabiduu
Anni si herrumma yoo atti muslima tattee!😎
Guyaa dhugaa kee argitutu jira attii cara kee soqadhu laftuma akateri soqadhu
Wayyyyiii Afaani malitin isaa iyyuu akkasi jetti isheein silaa immmmm wayyoo ergaa waaqayyoo kanaa garaa kee Sif haa kennuu atti immoo akka isheeti hundii In yadduu waani ta.eefi waaqayyoo kadhuu duraas Sif kennamaa
Namni hundu tokko miti akkasiti yaadu hin qabdu nama madaallike kaasu barbaadi jaaladhu .ishee of keessaa baasi irraan fadhu.
Uuuuuuuufffffffff wallahi Ani bayee gadee. Obolessa kiyya ilmii nama nama ganuu Hardha hin egalee Amma booda jalalee tee tan duranii itti hin kaliin. Rabbi nama nagaya siif ha hiruu. Tokko bada ta,eef immo hundii bada mitti irra debii,ii jaladhu tan biraa.
Umrii kee dargaguma akka sii jala hin dhumne
Yonifin dogongoru badhe akkitti dura isii wajjin walfuutan sirri miti yeroo xiqqo hanga maatin nikahaykn ayyama isiniif godhanii eguu dhiftanii ofumaa walfudhattanii wajjin jiraachun dhowwadha keessattu akkan hubadhutti isin hordoftoota amantaa muslima waantaataniif dursa nikaha kodhachuu qabdu ture.osoo wanti hundi karaa matitirran tahe warru nama biraatif debisee kennun osoo nikaha kee qabduu hindandahamu. Maraafuu gorsi an siif qabu kandarbe darbeeraa kandhufuu bultiin wanna salphaa miti karaa bultii ittin ijjarattu qulquullefadhu qoree karrarrakaasi. Maraafuu carra gaarii siif haatahu.
Yaada hobboleetti teenna tana sirritti hubadhaa
Mee warri commentii sirrittidursa mudannokana dhageefadha.osooyaada hin kennanne
Nani hundi tokko miti kanafuu nama bira fudhi ❤❤❤
Yaa oboleessaa ko namaa ta.ee kanii mudanoo dhabee hin jiruu kanafuu atii sodaa ufii keessaa baleessii shamaraa garaa biraa jaladhuu siin jedhaa maliifi yoo jetee namnii akkumaa yadaan garaa garaa waan hundanuu gargaraa isheenii sii dhistee demteefi taa biraa sii dhistee hin demtuu keessaa ketii sodaa baleessii jaladhuu siin jedhaa anii
nagaan waqayoo hundumaa keessaanfi haa baaytuu
homaa miti obboleessaa koo namni hundii tokko miti kan akka namumaa keetii sii jalaatuu waqayoo siifaa haa keenu ergii isheen sii dhifitee atiilee kan biraa jalaate jireenyaa kee otoo itti fufiite gaariidha akkuma kan namaa madeesu jiruu kan kan gaara guutu namaa jalaatus jiraa
Ergaa jalala kee qabatte maaf si dhiste namá biraaf nikaa hidhamte kanafu ishen si ,ii osso hin tanee birri jallattee wan ta,eef dhisii kan biraa barbaddadhu akka yadaa kiyyati 🙏🙏
Kannaa rabbii jedhaa siifii yatuu 😢
Uuuuuuufff obbolessa ko senan ke bayy'ee ulfata rabbii kan keti kan jedhu sif yaa kenu
Uuuufffii yaa obbolleessaa keenyaa seenaan kee bayyee nama gaddisisaa Abshiir rabbumatuu jiraa inshaallahaa hireen nama hin dabartuu abdii kutatin jabbadhuu
Uuuffff yaa obbolleesaa koo seenaan kee bayee nama gadisiaa abshir rabumaatuu jiraa 💔
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Qaaman argii haasofsiisi; sababnis nama kana qaaman waliin turtee jireenya waliin eegaltee jirta hammam yoo isheen dogoggortes ijaan laalaa gaafadhu waan hundaa irraa bari;tarii achi keessatti balleessaa yoo qabaatte ni barta akkasuma hanqinas ... malee namni lafa nagaa namaan nama hin jijjiira yaada jedhu hin qabu an.
Yaa obbolesa ko kani Ati waaqayyoo sifi haa keeun Gaa.lee waaqayoo Namaa kee Eenyu garagara bassuu hin da.adu Gaa.lee Ebbifmaa sifi haa keeuni Waaqayoo Ebbifamii
Anii baraa malii keessaa jiraa lataa inni kanii jaalalaa dhugaa dhaabetti kani rakatuu kan imoo irraa tarkafataa oboleessaa attii jaabadhuu kan caraa keettii rabii sifii haa kenuu duraa maalifii sii dhiftee kan biraa jalatee amamoo maltuu dhalatee siitaan debiyaa jettii safuu
Wallah inni baraa kana rakkooma rabbiin keerrii haa godhu malee
Bagaa Nagaayh DhufaaJabadhuutee Gammee ❤❤❤❤❤❤
Uuuufffff"naminii_akkake_dhuganii_namajalatu_inmajirallata_adduniyarayarabii"namadhugani"namajalathu"nuffii"busii
Duraa naga naga tatani isin hundi jechu jedhuraa hoofolichaa shee qofaa mitti kani dogogoraa qabuu isin lachuti osoo nikaa hin hidhatin hadhaa mana koti jechu hin dandesuu mana toko kessa jirte silaa zinaa Dalgu bate jibban hin dhufu
Buliti duraa woliti jarjaruu batani jibani hin dhufuu rabbin siihaa irafachisu bodaf barnotaa isiniff haa tahuu hundi wori buliti hin ijaree
Abshiri tani Rabbll sifi umee sii dabartiu
Bagaa nagaa dhufte gamee
Akkamitti Nikka irrati Nikkan hidhama ?
Hundafuu obboleessa koo kan akka Gara keeti Rabbiin sif haakenu 🙏
RozA. Nagash. Lubukoo. Kotu. Mati. Natahii. Maloo😭😭
@@walifi.hayanuu8405 Tolee
Abishii Abdii hin muratinii Rabbii tanii isaa callatuu sifii haa keenuu birifi isillee watuu dhisii onee kee hin madesinii ishaa kama sirati jalate sanitii haa herumatuu
Abshir obbolessa ko abdii hin kutin namni akkuma bifan adda amalli isas adda waantaef kan biraa jalladhu isheemmo dhisi yeroo ketin taphatti waan taef!!
Baga nagahan dhuftee sanyii koo galatomii 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@UCR8cLO4N7K-hQ0XEm29Zh6g gana sii jibisisa mo sii jibisisera 😳😳🙋🙋
Oobbolessa kiyya sena kee bayee nama gadisisaa 😭 kan akka gara kee rabbin sif ha kennu Abshir 😭❤️
Wel come gamee kenyaa ♥️♥️
Iti hin Debi.ini jedha aka kiyati Ani
Borisi si gate bade
Obolleesaa koo ati dhiisii jireenyaa Kee lamaaffaa egali akkumaa hara.a SII gante boruus SI ganti kuni
Namni amanamaan nama amanamaa argachuun baay'ee ulfaata, qormaata hunda booda galama ni geessa .abdii hin kutin
Obbolesaa kenyaa senani kee bay'ee nama gadisisaa rabiin nama akaa garaa ketii sif haa kenuu 😭😭
Namni hundii tokko miti garuu isheeti in deebiyi dura maaf sii dhistee tuni birri ilatii
akka kotiti ishetuu siraa demee wan ta'efii akumaa ishen siraa demteti ishee dagatee jalala garbiratin nagenyaa kee argachuu sifi wayaa yaa obolakoo
Hin ijarraatii dhisii. Anilee ijaraachu hin barbaadu dhisii miltoo argaadhen jira
Aizo barii indaribaa kaanii daribee in daribatanii jirenyaa kee gara fuuduuraa jamarii rabii kaadadhuu too tookkoo ama yoo taaee tookkoo gaariidhaa itidhisii
Yaa obolesa ko wan darabe irrafadhu jireenya kee jiradhu jireenyi qoromata wan ta.eefi😢
My brother atii caaraa kee baladhaa
Kan akka ketii rabbin sif haa.kennu Abdi hin kutin
Atis abdii hin kutatin waqayyo kan siif yaade qabaa
Garuu gamme yeroo qophii kessan dhageffachuuf jedhu sirba waan itti maktaniif amantiin kenya nuuf daangadha qophiin kessan garuu dhadhaadha kanaaf yeroo bayyee ordofuuf sirba dhageffachuu hin barbanne biran tara qophii kessan
Maloo sirbuubaama kana yoo abiftee game genyaa
Rabbi kan sifjedhe hin oluu obsan jiradhu
Welcome ha,aa nati tolee duran shamaran qofatu boyaa harkii tar wali dhiqaa! An yada obollesa koo ishe dhisii nama biratif cara keen ishe dura sababa male si gadtef borus akasuma si gotii ira fagaadhuu kani ishe caltu rabii baka siif haa busuu bro koo Abshiri adunyaa qormata 😥😂
Kan bira jaladhu fudhi yero kayye ofi jala hin xumurin ishin Jireenya mata ofi jirti yaa my brother koo
Abboo argaa dhalaa tokko tokko rabbii isani yaa qajelchuu
Ishee bilok godhiiii namaa biraa jaladhuu hadhoo koo ishee sif hin tatuu abshirii qomoo koo
Akka inttalni kuni jirranya ke keesa hin gale godhi jirra kani rabin sif dabarese
Tun sammi isii faana hin jirtuu boo abiyi ahimad faana guddate laata jechii fi gochii isii hunduu abiyootuma dhugaa nu baadi mooti haqaa / ati yaa obbolessa koo dubartin harka dhibba keessa 99% amanamoodha jireenya kee egalii dadhabbina kees ofirra barbaadi waaqni sihaa miljeessu hawwi kooti
🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Abshiri mucaa Biyyaa koo Hiren qodaa Rabbiitti
obolesa kenyaa siridhi jalali nama midha garu namin hundu wali hini fakatu akka harawati jalalaa bira jalqabi
Uuuuffff yaa obbolesaa koo waqayoo nama aka garaa ketii sifi yaaduu kani biraa jalaladhuu male oboleti ishi sani hin jalatini obolesa koo jirenyaa qomata garuu osatuu fumata wani tefi osii hin dana wani tefi ati garuu jala gudaa wani ishee qsdufi malee kani kesi kee dhipate
Tuni naggadee dha haadha manaa siif hin taatu irraa fagaadhu kan rabbi siif kennu waliin jiraadhu
Sanuu hin saalfattu walitti deebina jettii
Wel came Gamichis best
Homa miti obolesaa koo jirenyi wan bay'ee qabdi kan waqqayo sif ka'e jira shamraii tokko tokko jirenya hin bekan kan ta'uf dhisan kan hin tane demu
Midhaman akka keti hedutu jira abshir rabbii jira
Anii gafaa atii Namotaa Yadani gargartuu bay'ee natii Tolla. Atiyuu kani sitii Fakateen Dubadhuu Namaa Fayyyadaa
Rabii latee namaraa fudhaataa😢😢
Shamari hundi toko miti wani tafi midhama kee hunduma dhisi jirenya hara jalqabi
Itti Hin Deebi'in
Sababa Kee Ammas Namichi Sun Midhama Wan Ta'ef
Naminii hudii toko mitii obolesa koo abishirii rabumatu sifii jira garu moo itii galanii lalunisii baredadhaa kana midhama kee sifii fayiftu jirachu dadesii
Sif Abdiin jiraa hadhokoo obsii waaqayyon egadhuu boda ishitu si kadhataa !!
Safraa ishituu hin gahinii argaa ishii
Atii ishee ittii hin debbinii qarshii kee fudhuu kaani kani biraa jalaadhuu namni hundani akkaa ishee mitii kodee tolee yero kee hin gubbuni jalaadhu
Sitii herumaa anuu😢❤
Obolesaakoo ishetii hin debi'iin kanii biraa waqaayoo sif basaa obsii
Aji'ABA balesani kaani isheti kanafu dhisin akkamiti usu sii wojini jirtuu nikah hidhati safuu
Dhisi otto jalalaa dhuga sii qabatee dursumaa sii fana demiti tuni nagadedha waqayoo keeti kanni jedhe hin dhabduu waani ta.efi nama waalin harirooo biraa jalqabii
Abshri.kan.kee.rabini.wani.ati.jalatu.si.yadaa.obsii.obolsa.ko..namni.hundii.wali.qixa.mitii.ati.garuu.wani.garii.yadii.sifilee.rabin.garii.si.yadaa.ishallaa.