Aswrwb Jafe hojin prank keti baredaadha . Garuu tan arntan tun by by fokifatudha. Malif yoo jate, qalbiin nama abalee iraa qaraa. Gamaachuu fi rifaachun jireenya ilmaa nama kesa jirti garuu Halaa Kan prank jatee nama rifaachisun hin ta'u.😊😊 RUclips akanati godate Kan gadii hin qabini Huliif prankii Akan Kan itii hidebiin Sin jedha oboleesa ko An jirata magallaa Djibouti ti
Wlh Qalbbii Ilmma Namaa Cabssinaa Addunyaaf Jattee😢
Jaffe 😢😢😢 sirrii mitii100% waallaah 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sah wlh 😢
100%
Hojii kè nyadhuu much misikina akkana goatee mii
Jaffee Waan Akkanatti nama qanfachisu Tanaan Pirankii Nama hin godhin bro Dhiifam😢😢😢😢😢
Jafee Anuu hedun Rifadhee wa is aa Qofaa mitii😢😢
Jafee hojii kee nyaadhuu akkatii gamachiftee debiftee nasiftaa uuufiiii argaa pirakii kkkkk
Yaa jaffe dhugaa sirri miti 😅😢😢miskinticha Naaf akkana goote yaa jaffe
jabadhu leencaa keenya❤❤ kiyya kanas sher godhi jafe❤❤🎉
Jabadhu jafe tube piranki bareda hojjata hala kan itti fufii❤
Wow wow heddu dass jedha 👍 haaluma kanaan 👍 jabaadhu 👍🙏
Wow kkk❤❤ jabadhu jafee king 👑
Awwo rabiira sodadha garuu jafee
Wallahi nama gadisiisa
wly Robsan nama future bareda qabu ati garu hoji te nyanudhu ya jafe
Rashidi fii mushidiii si wal fakate ja,e toko 😂😄😄😄🤣🤣
Ahoo Jaffee Maali Rabbii ke Si Rifachiisuu
Kun waan gaari mitii mucaa akkanatti itti taphachun waan bira ni dhabde jafe
Jafeew wlyhi ati onnneen tee balloo dha bar sii quudhe baqa sirra hafe an hbb
Haramaleyka jaffee akanaa namaa godhuun😢😢
Akkamitti nama akkana goota jafar bayye nama gaddisisa👌
Miskina wollahi osoon qabaadhe nin bitaaf😢
Aboo atii jafee 😅😅😅😅 Wly kan ajaibatii atii 😂😂😂
Yaa aoo rabbii sodadhukaa
Akamii yadda sa
garuu malif akanaa gotaa Rabin sin dhisuu walhii 😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭ishalhaa ininis numaa bitataa rabin numaa kanafii walhii 😭😭😭😭😭😭
Mahir Ahmad irratti nuf dalagi❤
Yaa jafee wani akana kan hin dalagin namnii nii gifataa😢😢😢
Sirii mitii kunii mucanii bayee garaa nanyatee wolahii osoo qabadhee hin bitafii gamachuu isaa tanaa hin balesuu😭😭😭😭😭
Kun hin bareedu 🤔🤔
Jabadhu galatomii eegasii bodaa hamzaa jodhii hayaa
Akii kun gaari miti subanallah nama rifachisu istofuraah jiru duniyati jete 😢
Jafee Hojii Kee Nyaadhu 😂😂😂😂
Sirri miti akkana qalbii nama xuquun waan akkanaarra dhaabadhu
Fpipirankin akkana gaarii miti dhugaa dubbachuuf😢😢😢
Mucaa bereeda kana akkana goote awoo jafe😂
50k irraa gara1M oro ko inshaa allaha❤❤
Akki kun akkumma yaa jamaa 🙆🙆🙆
jafee wly heddu badi dalaydee munshid robsan akkamitti akkana gotaa piranki akkana dhisii heddu nama qanfachissa
Akkkaana rifaachiftee saapiras goodhu qabda haaguma dandeetee obbeessa kee akkaana gootaa 😢😢😢😢
Prank kee heddudha
Bareda turee garuu kun sirri miti wallahi 😢😢😢😢😢
AYIII OROMOOO NAMAA KERI MALEE HAMTUU BIRA HIN QABNE AKKANA GOOTANI💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Aahhh hojii kee nyaadhu boo😅😅😅😅
Prt2. 😊Dafii salaa nuf godhi 😂😂😂
Si egujira
Jafee qalbii nama sitii cabbaa habibii qalbii nama cabsuun sirrii mittii yoon baleesse afonalilah
Walh miskina te nu ha agrsisu jafe insha allah
Rabbii sii dhiisuu miskiina maa akkana gottaa
Jaffe hujii kee nyadhu 😂😂😂😂😂😢😅😅
Uuuuufff ani nati tolee mucaa miskinaa nasiftani 😢😢😢😢😢😢
Raabiin namaa dhuugaan yaadee itti bituu raabiin haa arguufii waan akkasii namaaratii hin daalagiin😢😢😢
As Wr Wb yaa Habiibi Jaffe 😢😢😢😢😢😢😢😢wallahi sirriimiti
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sirrimiti piraanki godhu hin qabduu waan akkaanaa tana
Jaffer maali akkana nama godhuun hojii kee nyaadhu
Heddu takka namatti tola jabadhu ❤❤
Aswrwb Jafe hojin prank keti baredaadha .
Garuu tan arntan tun by by fokifatudha.
Malif yoo jate, qalbiin nama abalee iraa qaraa.
Gamaachuu fi rifaachun jireenya ilmaa nama kesa jirti garuu
Halaa Kan prank jatee nama rifaachisun hin ta'u.😊😊
RUclips akanati godate Kan gadii
hin qabini
Huliif prankii Akan Kan itii hidebiin
Sin jedha oboleesa ko
An jirata magallaa Djibouti ti
Sirrii Mitti yaa ummata kenyaa qalbii nama cabsuun garri Mitti 😢😢😢😢
Anu nin riifadhee
Hidduun rifadhee jaffee
Jafe Akana nama godhun siri miti😢❤
Abboo subahaanallaah maal ati jaafee fayyama hin qabduu prank akkanaa ka gootu uuuuuf 😢
100% Likkii miti wallayii rabbiin siin dhiisuu 😢😢
Masha Allah bareedadha too fuufii,
😢😢😢😢😢😢
Jafee.Anuu.hedun.Rifadhee.wa.is.aa.Qofaa.mitii😢😢😢😢😢😢😢😢
Maalifi Akaan nama gootaan All qalbiin caabxee
Mashaa allah
Jafee kena wly qalbi nama cabsun dhorgadha raabbiin hin jalatu morrali nama Cabsu 😢😢😢😢😢😢😢😂😊
Jaffee dalgaan kee hedduu namaa bonnisaa garuu pirk akkaan garuu namaa irratt hin dalgiin gamadaan rifattuun badadhaa eshii dhiff waaliin
😭😭😭😭 jafee Rabii sodadhuu malif Akanaa gotaan
Aboo jafe rabbi sodaadhuu
Jafar unajua kiswahili🥵
Wewe unajua kiswahili kwaza
Jafee namni nama rifachisu umari hin dheratu garuu ahahi samahak
Qalbii nama cabsun garimiti
Awoo jaafee Hojii kee nyaadhu
Fire bajaji bitamu qaba qalibi nama cabsu rakko dha 😅😅😢😢
Mqli akki kun Jaffe😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Gari miyi wanti akkanaa kun Waan akka naatiin hin qaladin
Haraam aleek wallahi Rabbiin maal isiniin jedhaa
Garu waan akkana gari miti wly
Aboo zajaa kee rabbi siyyaa kaffalu
Allaahu Akbar Robsan Rashiid 😅😅😅😂😂😂 ngy wi 😅😅😅
mli pirankin Akkana moralii nama ma cabsitaan
Jafee hoji kee nyadhuu 😂😂😂
Anuu gamadee fir isin birati galee
Ayii Garaa nama nyaata.
As Wr Wb Hedduu barsiisaa fi bashannansiidha!
Kkkkkkkkk mucaa yoo gagaabee hoo kaa😅😅😅😅😅😅
Jaffe aja'aba garu
itiifufaa marshals hin dhabinaa😢😢😢😢😢😢😢
Robsan kiyaa miskinaa wlhii 😂😂😂😂
Abo osuma dalaydanu waan akkanaa tanafa dhiisaa pranki qalbii namaa cabsitu malee tun waan nama kofalchiftumiti dhugaa an akka kiyyatti, osuma nu kofalchiftanu garuu namni irratti dalaydan kun immoo hangam takka rifata yaadaka maali sammuun tessan akkam yaaddi garu🤔😏😏
Xauruumitii garuuu😅😅😅😅
Bro akkamitti akkana namà gottan 😭😂
Akka male goote jaaffe bitamuufii qaba blaa alayka munasshida keenya qaan fachiiftee
😢😢kun sirri miti obbolessa koo😢😢
Wly jaffee na Aarsite
Fimi kijiba walitti dalagun gaarii miti
Adabaa godhii jafe😢😢😢😢
Wly utuu qabadhee nabadhasaa😢😢😢
Wly Haalan na rifachise anu 😢😢😢
Wow 😂😂😂😂😂