Pirank Jinnii Galgalaa Firomsa Iratti

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024

Комментарии • 1 тыс.

  • @mamabdi
    @mamabdi Год назад +59

    Garuu waan namatti tolurraa mucaan shahadaa isaa gad hin lakkifnee wlly blly msh allaah

  • @fghbbvcg4802
    @fghbbvcg4802 Год назад +45

    Subhaanallah wallahi rabbii keessan sodaadha osso gagabee achumaan hafee hoo yaa rabbii kiyyaa naa baasi uuuuuuuffff namaaf hin yaaddani😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @halimamahamaad3
      @halimamahamaad3 Год назад +1

      Jara birituu marachee subanaa Allaah 😭😭😭🤲

    • @rahimaabadir
      @rahimaabadir Год назад

      Anu irribni naqabi hin dide wallahi

    • @Ummuzikra
      @Ummuzikra 8 месяцев назад

      Duutinis akkanuma barumsa tatiif

  • @smeramohemd3532
    @smeramohemd3532 Год назад +10

    Masha Allah Masha Allah shaddaa qabatee rabbii guyyaa dhummaa shaddaa sifi ha lafisuu firoo ko😢😢😢

  • @oromotiiarsii9115
    @oromotiiarsii9115 Год назад +34

    Hiribsii obbolesaa du'atii jedhan Rasulii SWA Yaa Allh raabbiin isinif haa dhisuu wly😭😭😭😭🙆‍♀️

  • @nuradinabibakar-wp3sg
    @nuradinabibakar-wp3sg Год назад +12

    As wr wb innalillahi wainna ileyhi raji un ya obbaleysa kiyya jaffe malltate subhaanallah wallahi rabbinin sif kakadha hanga ati nabochifte rabbin numa jalata obbaleysa kiyya ka ati akkana gote ya rabbii wallahii firomsa kana rabbiin guyya du'a isa katima rabbi hatollchu ammo ati jaffe qallbi mumiina takka cabsurra ka'abaan cabuu tu irra jira ja'e nabiyyin kenya muhaammad sallallahu aleeyhi wasallam. Garu ati jaffe ana fi hawasa kenyalle itti balleysite garu rabbi qofa tu dhifama namaf godha garu yomille illmi nama dhifama namaf hin godhu komanti tanarratti nidheratti male wa heddun ibsadha insha allah ballinan hasofna. isinitti dheradhe dhifama nagayatti.

  • @naolbaba1849
    @naolbaba1849 Год назад +66

    Alllaahu Akhbar mucaan namaa hin hafne garuu isaaf barumsa taati akkanuma duuti marii malee namatti dhufti ibaadaa rabbi nuuf haa laaffisu😢

    • @nabiileshow
      @nabiileshow Год назад

      Naol bro channel kiyaa kanaf matii tahii wal Birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysiinuu

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 Год назад

      Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💚💚

    • @DhdghHfhd-fs2vf
      @DhdghHfhd-fs2vf Год назад

      Amin

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад +8

    Du'aa namaa yadachifatii amalee namaa biraa irraati hojadhuu jabadhu ❤❤😂😂😂😂😂😅😅😅😅 yaa rabi katimaa nu tolachi firoo iraa kafaladhu ❤

  • @tokkummanhumnaasabaakoo2045
    @tokkummanhumnaasabaakoo2045 Год назад +7

    Mashaa allaah tabarakallah
    Garuu shahaadaa qabatee wly
    Maqaa rabbii afaani hin buufnee😊

  • @SuperMilky2011
    @SuperMilky2011 Год назад +4

    Jafer Namni rafe yoo akkana tahu Maraachuu ni mala ... Rabbi isin baaseeti Alhamdulillah je'a.
    Garuu an osoon koofluutiin dachiin cillim natti jette ...

  • @firaaolabbafiraa3886
    @firaaolabbafiraa3886 Год назад +7

    Maasha Allaah Firoo Shahaada Qabchuu Keetiif

  • @batuadam2312
    @batuadam2312 Год назад +15

    Laillahillah mee oso qabrii tatelle essa dhessu hedda 😭😭😭😭

  • @Umaryusufisak
    @Umaryusufisak 6 месяцев назад +1

    Subhaanallaahi! Maaliif akkas nama rifachiiftu?

  • @AbdiyJeetiTube8179
    @AbdiyJeetiTube8179 Год назад +8

    Wlh oso kolfu boye hara'a😭😹
    Isaafu baaranota taati isaa qofa oso hin taane nama video kaan arge maarfu barumasa ta'a da'ale oso taate akkasumati dhufati dutile yero himate namati hin dhufatu baranota isiini haa ta'u yaa nama ofa daagate🙏

  • @yeroosanyeroosan4506
    @yeroosanyeroosan4506 Год назад +1

    Siri mitii Dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔 ijollee oromoo Lammitiyy laki wani Akanaa tanaa iti hin dibinaa gari mitii

  • @jaabirtube3293
    @jaabirtube3293 Год назад +9

    As wr wb yaa Rabbii Namaa kesaan sii sodatuu Nuu godhii Garuu piraki kanara Namni musilmaa tatan wayii iraa baratan yaa Firomsaa kenyaa Qalii dutii guyaa Namatii dhuftuu hiin bekan salataa kee jabefadhu wan Hudaraa du, aa Nutii dhiyataa hidaa dhamaa kenyara

    • @yyoo-go7yd
      @yyoo-go7yd Год назад

      As wr wb yaa Rabbii Namaa Kesaan sii sodatuu Nuu godhii Garuu Piraki kanazawa Namni musilmaa😭😭😭😭

    • @sss-s8e
      @sss-s8e Месяц назад

      We​@@yyoo-go7yd

  • @aaishaagaddisaa960
    @aaishaagaddisaa960 Год назад +9

    Mashaa Allah wallaahi hedduu namati tola shaahadaa jedhee😢

  • @allqua6589
    @allqua6589 Год назад +9

    Warrii maashaallaa jedhaa mucaan laa illaha illah Muhammadan rasulullah jedhe maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa

    • @sabahahassan1882
      @sabahahassan1882 Год назад

      Walyi pirank tanaraa wa heduu hubanuu qabdii ya Rabbi gafaa dunee najaa nu basii

    • @FalmataaAbraahim-jy1lw
      @FalmataaAbraahim-jy1lw 8 месяцев назад

      Maashaa Allah wly nama tola shahaadaan afaanii hin buune allaahu akkubar

  • @yusarsifsif
    @yusarsifsif Год назад +2

    Subana allah yoo dhugaa tatee hoo esatii dhesitaa inii nuu basuu salataa rabbii qofatuu nuf furmàtaa

  • @salihaaridaabajebalisaliha2563
    @salihaaridaabajebalisaliha2563 Год назад +5

    Subanallaha yaa rabbi qabiri keesa akkami tanaha kaa 😢😢😢

  • @HajiaAbdii-g5z
    @HajiaAbdii-g5z 21 день назад

    Mashaa Allah Wly Firoo Du'aa Tetilee Shaahada Rabbii Sii Afaan haa kayuu

  • @suusiijemaljawer25
    @suusiijemaljawer25 Год назад +3

    Tishi Wallahi dhifama naaf godhi yero bay'ee sin lala vidao kee garu waan Rabbin nile jibu hin hojatani dhifama naaf godhi😭😭😭😭 Subahanl 😢😢😢

  • @FirooHabibii8358
    @FirooHabibii8358 Год назад +3

    Subhanallaah amma waan hin tanettii sentaan wallahii

  • @hanioromo6215
    @hanioromo6215 11 месяцев назад +1

    Wally Masha Allah rabbin isinirra hajalatu garu waan namatti tolu shahada qarrare Jira Masha Allah rabbin hunda keenyafu jiruun Ibadan duuti shahada nuuf haa godhu jecha asumanu wannin nuti wal yadachifnusoda rabbiti prank kanarra akka mata kiyyatti was heeddun irra baradhe maalif jennan duuti Kara keenya waan taatef namni tokkollen irra hin hafnu saniifu if nuyadachifte hundi keeysanu galtoma jecha jazakummalla keyran ❤❤❤❤❤

  • @nuureahmad1656
    @nuureahmad1656 Год назад +4

    firomsaa jinni nuuma soddata kkkkkkkkkkk innahin kofluu gaaraan na dhuukubee jaafe huuji te nyadhuu gaaru pirank 1ffadha ❣🙏

  • @MusteTube1
    @MusteTube1 Год назад +2

    Maasha Allaah Firaankii Ajaa'ibati Jabaadhuu Sin Jeena Jafe tube

  • @giftiiwarraailluu3319
    @giftiiwarraailluu3319 Год назад +4

    subhan allah garuu iribaratti akkas wal hin godhina😭😭pirank kun barumsas qaba garuu😭😭😭😭firoo jaferarradalagi atis akkasumatti🤫🤫ijjollen haluman fakessu😢

  • @CabdiMuuse-lj2ry
    @CabdiMuuse-lj2ry Год назад +2

    Piragi ajaibati firo qofa Anu rifade wan adaa daletanii Masha alaa I😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525 Год назад +3

    😭😭😭😭uuuuuuuuufffff anuu nin sodaadhee malikul mootile akkanuma mo😭😭 firoo😢😢

  • @fugugmultimedia1623
    @fugugmultimedia1623 Год назад

    Piraankii akkana hojjechuun sirri miti wly. Qalbii Wal cabsuudha tun! Rabbiin hin jaalatu akkana

  • @abdallaadawudtube2048
    @abdallaadawudtube2048 Год назад +6

    Firoo Atii Garuu yeroo Hundaa Maa pirankee Tataa Habibii 😂😂😂😂

  • @soraaqalbiitube1602
    @soraaqalbiitube1602 Год назад

    Please oro ko matii naf taha ❤ 💚 🇧🇫 🙏 wal jajabesuu adda ha godhanu oromo ko qalii ❤

  • @merakhan6147
    @merakhan6147 Год назад +4

    Osoo qabar tatee esaa dhesanaa mee 😢😢😢😢😢💔💔💔

  • @makidafaruk4269
    @makidafaruk4269 Год назад +1

    Wow mashallaa tabarkaalla hedduu takka itti boharee jira itti ha fufu

  • @chaltubeshir3032
    @chaltubeshir3032 Год назад +26

    Omg firoo kenyaa I am so sorry brother that's not fear really is bad prank

    • @nabiileshow
      @nabiileshow Год назад

      Chaltu beshir channel kiyaa kanaf matii tahii wal Birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysiinuu

    • @SamiraaMusaa
      @SamiraaMusaa Год назад

      ​@@nabiileshow kotuu matii naf tii qalii koo

    • @juursaaMisraajuursaa
      @juursaaMisraajuursaa Год назад

      😆😆😆😆😆😆😆

  • @mahmoudhamida5224
    @mahmoudhamida5224 Год назад

    Jafee mashaa alhaa jabadu akkanumatti itti fufii hojiin kee barnoota gudaa uf keessaa qaba

  • @mahdiharounmoumin4610
    @mahdiharounmoumin4610 Год назад +3

    Wayi numani kofelle baka kufe saniti 🤩😅🤣dilanuma jini sodata firo 😇🥰

  • @robaking4614
    @robaking4614 2 месяца назад

    Jaaffee Firoomsaa sirri goone
    Sitti mufannee wlh dhiifama gaafadhu.
    Nama rafuun pirankiin taphachuun hin ta'u.

  • @hawwaadiksiis3157
    @hawwaadiksiis3157 Год назад +5

    Mee Laallaa gaffaa dunee hoo akkami 😭😭😭😭

    • @nabiileshow
      @nabiileshow Год назад

      Hawwaa channel kiyaa kanaf matii tahii wal Birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysiinuu

    • @hayuutube4565
      @hayuutube4565 Год назад

      Kotu Mati naf tahii qalii

  • @HrBg-e3p
    @HrBg-e3p 3 месяца назад +1

    Koolfaan nuuf fixaan mee ❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @saduufiqiritube6491
    @saduufiqiritube6491 Год назад +4

    Kolfufii rakadhee boyufii filee rakadhee garaa na nyatee uuuufff 😂😢 waa lama tee ❤

  • @FaamiiAbdusalaam-yz7bz
    @FaamiiAbdusalaam-yz7bz Год назад +1

    Kaatimaa bareedu jatte firoo keenya mashaa Allah

  • @mamadsheeka1914
    @mamadsheeka1914 Год назад +4

    As wr wb jafe wly kalaxa gotteeka jafe hojiike nyadhuka❤❤ habibii wayi fiiroko miskinaa 😭💔

  • @adaalmedia0
    @adaalmedia0 Год назад +1

    Gaafa duune hoo akkami eessaatti fiigna Yaa allah

  • @intalaaarsiishkiraa9784
    @intalaaarsiishkiraa9784 Год назад +4

    Subhan Allah 😭😭😭Yaa Rabbii 😭😭
    😭😭😭😭

  • @Abdulakim764
    @Abdulakim764 8 месяцев назад +1

    Jabadhu jafe keenyaa ❤❤❤

  • @jemalomer1676
    @jemalomer1676 Год назад +7

    Like 👍 nagodha muslimn

  • @hamzamohamed9459
    @hamzamohamed9459 11 месяцев назад

    Masha Allah tabaarakallah Garuu firoo shahaada jedheti jira gana ittindebiina waan akkana

  • @zainabmohammed9020
    @zainabmohammed9020 Год назад +7

    Masha'allah wallahi froomaa osoo du'a ta'e ashada'ateera

  • @munzerahmed8553
    @munzerahmed8553 Год назад +1

    Wantabahintane tabahingodhatina obbolleyan qalbinama cabsuun hamtudha Rabbi Sodadhati..😢

  • @ofiibotuu4611
    @ofiibotuu4611 Год назад +16

    Subahaan Allaah

  • @مكيه-د2ص
    @مكيه-د2ص Год назад +2

    Subalalaah yarabii nasunii isaa malii isini gotii😢😢😢😢😢😢

  • @fydyxj8969
    @fydyxj8969 Год назад +5

    heduu rifatee yaa Jafe Firo 😭😭😭

  • @Zabo-A16
    @Zabo-A16 Год назад

    qoyya rabbin isin gafata dhugaa aniyuu bayye dafee isaa mitii Aftakfuralah

  • @fghbbvcg4802
    @fghbbvcg4802 Год назад +3

    😭😭😭😭😭 goobazii kiyyaa shahaada qabatee uuuuufffff

  • @riyadhassen7790
    @riyadhassen7790 10 месяцев назад

    Kan irratti hojjetamtee osoo na taatee maaliin godha?

  • @badhe_tube
    @badhe_tube Год назад +3

    Yaa subhaan Allah

  • @KemiaMahmmad
    @KemiaMahmmad Месяц назад

    Jaffe rabbii sodaadhu nama akana godhiin firoo maashaa allaah shaadaa qabachuu keef

  • @safia1290
    @safia1290 Год назад +3

    Astoofgilaahi astoofgilaahi 😭 wly prank hin hojaatin rifte oso onnee dhabate mali jetan mee subbanallah 😭ani nama rifate du'e arge wly

    • @nabiileshow
      @nabiileshow Год назад

      Safia channel kiyaa kanaf matii tahii wal Birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysiinuu

  • @Wardatube235
    @Wardatube235 Год назад

    Firo shada numa qabtee garuu aknattii nama rifachisuun sirrii mittii yoo achiin onneen dhabatee hoo akm tata jafee suubaan Aalh

  • @mameoro8170
    @mameoro8170 Год назад +5

    Subhaanallaah 🥺

  • @user-im6wm2cr6u
    @user-im6wm2cr6u 3 месяца назад +1

    Baayyee.namattitollaa.
    Jabbaadhaa.sallaattijjiin
    Akkanahinttaattuu.silaasalleettee

  • @queenhamdia
    @queenhamdia Год назад +3

    Subhanallah yaa rabbii 😢

  • @yeroosanyeroosan4506
    @yeroosanyeroosan4506 Год назад +1

    Ilmi namaa maratunisi kanumarayii

  • @jimmitti5070
    @jimmitti5070 Год назад +4

    subhaanallah subhaanallah subhaanallah subhaanallah subhaanallah subhaanallah subhaanallah ☝☝☝☝☝☝😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @muaaztop9499
    @muaaztop9499 Год назад

    Garuu ati nama akkami osoo rifaatun waa tahe ho?

  • @Sameera-zc4bq
    @Sameera-zc4bq Год назад +4

    😭😭😭😭😭😭Abo rabbin sodadhuu

  • @leellisaalwahaab6448
    @leellisaalwahaab6448 Год назад

    Omg jaffe akkamale rifachiifftan firo garu heddu isin diqqisifadha ijoolle dirre.
    Garu ani akka yaada kootti birankinkun birankile kaan irra adda.
    akka birankitti rikaardda cabsa jedhen yaada.
    Kkkkkkkk heddu heddu nu kofalchiistan.
    Ani leellisan jedhama dhalata hrg lixaa A .D. L kaniinjiru yamanirrahi galalatooma

  • @radiyajamaal
    @radiyajamaal Год назад +4

    Yaa Rabbii

  • @SamirFedhisa
    @SamirFedhisa 8 месяцев назад +1

    Aboo namni lubbuu isaa numa fedha 😂😂😂😂

  • @Z1861z
    @Z1861z Год назад +3

    መሸ አለህ ለእለሀእለለህ

  • @appappk2499
    @appappk2499 Год назад

    Wolhi hinumaa kofalesii fironii du.aa amalaxee bahee garuu bayee rifadhee fironii Shahada qabatee Mashalla Mashalla rabini woraa shahadadhani adunyaa irraa galuu nuu haa godhuu

  • @kamillaaabdallaa888
    @kamillaaabdallaa888 Год назад +5

    Subhanaa Allaah

    • @KunjuKharj
      @KunjuKharj Год назад

      Subahan Allah 🥲🥲🥲🥲🙆‍♂️🙆‍♂️

  • @user-zi1zm1mq1o
    @user-zi1zm1mq1o Год назад

    Jaffe piraanki waan jatte akkamitti akkana sahiba kee goota

  • @NuraTubers
    @NuraTubers Год назад +4

    Difficult Prank 🤣

  • @fifaqatar8572
    @fifaqatar8572 Год назад

    Garuu shihaadaa qabachuun kee namaa gamchisaa mashaallh rabbiin katimaa teenyaa nufi hatolchu

  • @salahbabib8488
    @salahbabib8488 Год назад +1

    Wow baredudh jafe arsitee dhugaa anhuu rifachiistee

  • @GAADDISAAABDURAMAAN
    @GAADDISAAABDURAMAAN Год назад

    Jaffee firoon siitti aree jira beekaa dhiifama ja'a malee namni akkana godhanii goonguma dhiifama namaa hin godhu bro ko qaaliiiiiiiiiiii

  • @Tujar36
    @Tujar36 7 месяцев назад

    بسم الله الرحمن الرحيم الحمد والصلاة والسلام على رسول الله ص As wr wb jirra jirtuu jaaffee dargaggoo muslimaa baga jiraattan obboleessa kiyya qaalii piraankii waan jedhamu kana irraa of qusadhu Amantiin tee waan kana siif hin hayyamu Rabbii kee sodaadhu habiibii Nabi Muhammad s w w. akkana jedhan من غشنا فليس منا Man gashan faleysa minnaa Akkana jechuun Namni Nama dagu nama shawwadu nurraahii mitii jedhan kanaaf obboleessa koo Rabbii kee kan fayyaa gaarii kanaan siqananiise kana sodaadhu bakka kana waan Ummata islaamaa fayyaduurratti hojjadhuun siin jedhaa galatoomaa

  • @MarwaanYaassin
    @MarwaanYaassin Год назад

    Wallaay Asirrattu Nama Sodaachisa

  • @Alfiyaa-ij9lj
    @Alfiyaa-ij9lj 3 месяца назад

    Mashaalaa mashaalaa kaa shahadaa qabatee mashaalaa wly anii takaa kolfee bekuu

  • @Sinaaf
    @Sinaaf Месяц назад

    Masha Allah bro koo firoo das jaa sadaa qabatee

  • @jimmitti5070
    @jimmitti5070 Год назад

    Adaraa waan akkanaa dhiisaa obbolewwan muslimaa yeroo sana Utuu Naasudhaan dhukkubni qabeoo

  • @HamzaOro-d2h
    @HamzaOro-d2h 7 месяцев назад +1

    Jafe ati ha namani si’i harkati ha du,uu dubaa

  • @muslimaajaalataa3424
    @muslimaajaalataa3424 Год назад +1

    Waanuma Akkana irra Of Eeggannoo godhaa Gaarii miti bro wly Namni ni miidhamaa Okh

  • @dammuuofficial4164
    @dammuuofficial4164 Год назад

    Barnotaa ajaibaa qabaa shababan kenyaa ibadaa rabiin nuf halafisuu wly karaa saa rabbiin nufaa lafishuu guyaan tokoo kakaran iti cenuu hin qabanee nudhufuu jiraa namutuu guyaa san numaa arkaa wly Rabbiin katimaa tentaa nufatolchuu

  • @remedanahmed8489
    @remedanahmed8489 Год назад +2

    Subhaanallaah jafe rabbiin si dhiisuuf hin taau

  • @yonasgetacho...
    @yonasgetacho... Год назад

    Dhugaa rabbii baran jiraadhee keessatti akkasittin kolfee hin beekuu

  • @nuradinziyad7930
    @nuradinziyad7930 Год назад

    Allau akbar Allah akbar wallahii mucaan namaa hin hafnnee jafaree waan akanaa iti hin deebiin

    • @ttttyygfff7947
      @ttttyygfff7947 Год назад

      🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭

  • @nnnnn8048
    @nnnnn8048 Год назад

    Garii har.aam lakkisaa waan namaa rifachisuu hin dalaginaa oboleyyaan ko dhifamaa dhifamaa ani akka kiyyatii lakkisaa wan akkanaa

  • @sofiisoofi6224
    @sofiisoofi6224 Год назад

    Jaafe lammata itti hin deebi'in waan akkana osoo gaggabe achumaan rifaatu kessa du'e maal goota haraam aleek wlh😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @shaliyeebashashaarsii8484
    @shaliyeebashashaarsii8484 Год назад

    Barranotta gudaa wly of gatannan nama irraa barataa 👍👍

  • @hangehoney9701
    @hangehoney9701 9 месяцев назад

    😂😂😂😂😂😂😂 prank of the year go ahead bro

  • @YasinYasin-w1r
    @YasinYasin-w1r Год назад

    Jaafee phiraank Akkaana kana dhhaabii qalbi ilma namaa cabsuun rabbi biratti gaafidha

  • @sajaamobile9875
    @sajaamobile9875 Год назад

    Wly nama bekkutii viido kesan kuni barumsa gudda qaba subhn alla😢😢😢 rabi naja nu ha basu😭😭😭

  • @CaliyacabdiOmar
    @CaliyacabdiOmar 8 месяцев назад

    Subaanallah utuu mucaan kun achin mara ate Akkam got an me dhugumati wlh blh namatti tola garu guyya qiyama osoo ta,e Akkam tana 😢😢😢

  • @nasirnuree5057
    @nasirnuree5057 Год назад

    Aboo jafaree mucaa jaanh Piranki jetee Huqifte wly

  • @Sabrin384
    @Sabrin384 Год назад

    Aboo isin haa qajeelchu Rabbiiin A'uzubillaah

  • @waziraaabdulaxif-mb6hw
    @waziraaabdulaxif-mb6hw Год назад +2

    Pirankin akkana hin jiruu dhugaa subhanalhh

  • @hanane7325
    @hanane7325 Год назад +1

    Abo muca malif akan gotan

  • @ahmaddiinabdulhalim2586
    @ahmaddiinabdulhalim2586 Год назад +1

    Abo jafare akkana nama godhiin namni si rifaata