Natnael Tamene & Rahel Tamene - AKKA KEETIIF (Official Music Video)

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 22 янв 2025

Комментарии • 338

  • @fitawegari6665
    @fitawegari6665 25 дней назад +1

    What a song...be blessed my naty brother u are so unique.... waaqayyoo isiin ha ebbiisu...the song touch my heart

  • @KTG200A
    @KTG200A 5 месяцев назад +5

    Ameen waaqayyo bara keessan haa eebbisu.uffayi kunoo Isa sagalee faranjii akkeessanii hafuura waaqeffamnaatiin ala ba'an Sana miti Kan Akkanaa kanatu simboo qaba eebbifamaa.kanuma caala ayyaanni wqy isin irraa haa calaqqisu❤❤

  • @natnaeltamene
    @natnaeltamene  5 месяцев назад +10

    Thank you eebbifama hundii keessan🙏🙏🙏

  • @rolandroland7057
    @rolandroland7057 5 месяцев назад +9

    Uuufffeey Waaqayyoo waaqarra baraf jireenya keessan haa ebbisu😢😢😢🙏🙏🙏❤❤❤

  • @thomasdiribaofficial1410
    @thomasdiribaofficial1410 5 месяцев назад +7

    Wayyoo faarfannaa kanaaf jechan dhabe waaqayyo baay'isee isin haa eebbisu!

  • @Tigitube7978
    @Tigitube7978 5 месяцев назад +16

    Be eyesus sim farsa kana dhageffate kan hin qufne duwan obbolla kenya kana ha ebbissu plc❤ waqayo barf jirrenya kessan ha ebbisu

  • @wnekrj1684
    @wnekrj1684 5 месяцев назад +5

    😭😭😭uuuuuuuuuuuffffffffff eeeeeee yesusi koo akkaa ketif malee jirachuuni koo waqayoo isini haa ebisu darba demma

  • @YerosanTekela
    @YerosanTekela Месяц назад

    woooow eebbiiffaama waaqayyoo isin haa eebbisuu

  • @negesaofficial5702
    @negesaofficial5702 5 месяцев назад +2

    Waaqayyoof Galannii Haa ta'u!
    Waaqayyoo Gooftaan Bara Keessaan Haa Eebbisuu!

  • @HUNDEETANAHATAU
    @HUNDEETANAHATAU 5 месяцев назад +1

    Dhugaa Baayyeen Jaalladhe Farfannaa kan Waaqayyo Bara kee haa Eebbisuu Obbolessa Keenya Jaallatama, Naatii!!

  • @sifenshiferawi14
    @sifenshiferawi14 Месяц назад

    Bara jireenya keessan hundatti argamuun waaqayyoo isinirraa hinfudhatamiin. Eebbifamaa!

  • @MesaySeyifu
    @MesaySeyifu 5 месяцев назад +4

    ጌታ ዘመናችሁን ይባርከው ተባረኩ
    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
    የናትናኤልን ስልክ ባገኘዉ ለአገልግሎት ፈልጌዉ ነዉ

  • @hirutgirma3130
    @hirutgirma3130 5 месяцев назад +1

    Isa nagargaaree,,,isiniin immo naa gargaaree!!Anaaniis yeroo giddiraa fi abdii kutannaa hamaa keessatti innii nagargaaree!Abbaan koo Iyeesuus kirstoos maqAn isaa bara baraan haa ulfaatu!!!

  • @MamushGudeta
    @MamushGudeta 5 месяцев назад +1

    Faarfattoota Afaan Oromoo hedduusaanii jiran keessaa addumaan Faarfataa Naatiikoo waanan jedhee si ibsu hin qabu. Ayyaannumtisaa daddabalee siif haa baay'atu malee❤❤❤❤

  • @GalanaFirdisa
    @GalanaFirdisa 4 месяца назад +2

    Ooowww it is a wonderful song and may God bless your years and lives❤❤❤

  • @etafaobsa6397
    @etafaobsa6397 5 месяцев назад

    eebbifamaa naatiyyee bu'uurri tajaajilaa walitti dhufeenga maatii fi waliin kadhachuu waliin hafuuratti guddachuudha bu'aan isaas kunoo❤❤❤xuree meli ti

  • @johnmamo6941
    @johnmamo6941 5 месяцев назад +3

    Woooooooow uuuuuuuuuuuuuu eyesusiii kiyyaaaaa ❤❤❤❤❤🤦🏻‍♂️🤦🏻‍♂️🤦🏻‍♂️🤦🏻‍♂️🤦🏻‍♂️🤦🏻‍♂️🤦🏻‍♂️😭😭😭😭😭😭😭😭😭🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥Natishaaa Eebbifam

  • @almaztwsfa6903
    @almaztwsfa6903 4 месяца назад

    Ameen Ameen Ameen ebbiffama dacha waqayyo baraa kessani gutu haa ebbissu Farfana hafuura waqayyo waqeffana ebbiffama farfadha addara lafa hundumatti❤❤❤❤❤

  • @BetelhemZawude
    @BetelhemZawude 5 месяцев назад +2

    Waaqayyo abbaan eebba waa hundumaatiin dachaa daddabalee isin haa eebbisu. Ayyaannisaa isin irratti baayyatee hamma hadhabu

  • @HUNDEETANAHATAU
    @HUNDEETANAHATAU 5 месяцев назад

    Wow Faarfannaa Baayyee nama Eebbisu !!! Gooftaan bara keessan jireenya keessan haa Eebbisu Eebbifamaa

  • @AdaanechCaala
    @AdaanechCaala 5 месяцев назад

    Waqayyoo goftaan barf jirenya kesaani yaa ebisuu ebifamaa jiraachuun koo akka keetiif malee eyesus koo❤❤❤

  • @Jiregna-j1y
    @Jiregna-j1y Месяц назад

    Waqayyo isa ayyaana isaa siif baayyiseef galanni haa tahu, namni baayyee akka ittiin eebbifamu Nan amana.

  • @Mdab0956
    @Mdab0956 3 месяца назад +1

    You're blessed!!!

  • @mitikiabdisa8246
    @mitikiabdisa8246 5 месяцев назад

    Ameeeeeeen waqayyon bara jireenya keessan hunduma haa eebbisu eebbifama dacha ayyani waqayyo isinirati haa dabalamu ❤❤❤❤

  • @kasehunbersisa
    @kasehunbersisa 5 месяцев назад

    Wow wow wow maal jedhee akkan ibsu hin beeku gooftaankoo waaqarra isin haa eebbisu 🙏

  • @MukeeTrading-kw7wd
    @MukeeTrading-kw7wd 2 месяца назад

    Ayyaanni Waaqayyoo dachaa siif haa baay'atu haadhoo koo,Barri kee haa eebbifamu.

  • @getetube6200
    @getetube6200 5 месяцев назад

    Akkaa keetif malee jiraachun koo 😢😢
    Ameeeeen Ameeeeeeen 8Ebbifammaaa Ayyaanni isini haa dabalamuu

  • @GeexeeDu9-lm5ni
    @GeexeeDu9-lm5ni День назад

    Amen amen amen amen amen amen amen amen 🥰 Ebbifama

  • @MelaliAmsalu
    @MelaliAmsalu 3 месяца назад

    Waqayyo bayyise bayyise isiin ha'ebbisu nuyiis farffanna kanan ebbifaamnerra❤❤❤

  • @iyobgurmessa6751
    @iyobgurmessa6751 5 месяцев назад +1

    what beautiful song God bless you goes

  • @temesgenyohannes6903
    @temesgenyohannes6903 5 месяцев назад

    Ebbiifaamtanittuu dhugaa... Ayyaanaa Waaqayyoo isiin irraa jiruuf haa ulfaatuu Waaqayyoo!

  • @MayyeMeat
    @MayyeMeat 5 месяцев назад +1

    You're among the people who Jesus blessed I appreciate you very very and your work is very very beautiful
    I say good may bless you❤❤❤❤😊😊😊

  • @MeseretGemeda
    @MeseretGemeda 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤ God bless you Nate!!!

  • @mignotbrhanu2960
    @mignotbrhanu2960 5 месяцев назад +1

    Geta eyesus abteto yebarkeh yebarkachu ❤
    Be blessed

  • @DiribaTesfa-ks4xn
    @DiribaTesfa-ks4xn 5 месяцев назад

    What a beautiful song!
    Dachaa eebbifamaa Faarfannaa ajaa'ibaati

  • @hundechimdi4091
    @hundechimdi4091 4 месяца назад

    I cannot to stop listening this sweet blessed song. God bless you again and again both of you the blessed family.

  • @BurteTakale
    @BurteTakale 5 месяцев назад

    Waqayyoo koo bara keessaan haa eebbiisuu . Jiraachuun koo akka keetiif malee iyesus koo

  • @josephgeremu747
    @josephgeremu747 5 месяцев назад +1

    What an incredible sibling ❤
    God bless you👏

  • @AdugnaLomiiadugna
    @AdugnaLomiiadugna 5 месяцев назад

    Ameeeen ebifamaa Waaqayyoo isin haa ebisuu ayyaanni Waaqayyoo isinif haa bayeetu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ farfanaa erga guddaa qabuu❤❤❤

  • @Naannee-r1d
    @Naannee-r1d 2 месяца назад

    Ameeen Ameeen Ameeen gooftaa yesus bara keessan haa eebbisuu eebbifama obbollootaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LemmaWadajo
    @LemmaWadajo 5 месяцев назад

    Wawawwwuu waaqayyo isin haa eebbisuu natii❤❤❤❤ burqan farfanna Kun itti siifhaadabalamuu

  • @YomiyuOljira
    @YomiyuOljira 5 месяцев назад +1

    Eebbifamaa akka waaqayyoof darbe guyyaansun richukoo❤❤❤

  • @defarudesalegn6138
    @defarudesalegn6138 5 месяцев назад

    Waaqayyo bara jirenya keessanii hundasaa isiniif haa eebbisu.

  • @Taaddee
    @Taaddee 5 месяцев назад

    Waaqayyoo ayyaana kana keessa barabaraan isin nuuf haa jiraachisu jiraadhaa farfadhaa barabaraan

  • @DiboraWyesus
    @DiboraWyesus 4 месяца назад

    Waqayyo goftaan jirenya kesaani yaa ebisuu❤️❤️❤️❤️👌👌👌👌🙏🙏🙏🙏

  • @BirtukanGaromsa
    @BirtukanGaromsa 5 месяцев назад

    Wow dhugaa Waaqayyo baayyee namatti tola Waaqayyo ammallee kana caalaa Ayyaana isaa siniif haa dabalu Eebbifamaa

  • @asteerasteer7438
    @asteerasteer7438 Месяц назад

    Uuuuuuuuuffffffeeeee yesus koo ebbufami isinis ebbifama maatii gofta ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Lucytadele
    @Lucytadele 5 месяцев назад +1

    Almighty god blessing u more 🙏 🙌 amen wooow

  • @SegniBeke
    @SegniBeke 5 месяцев назад

    Natikoo akkamittan isinjaaladhu haadhookoo. nama ayyaanni bay'ateef, siniif haa baay'atu ammas

  • @Lataa-i6j
    @Lataa-i6j 5 месяцев назад

    Eebbifamaa❤❤ maatii waaqayyoon eebbisuu jaalatudha isin🎉🎉🎉

  • @alemayehutamiru5344
    @alemayehutamiru5344 5 месяцев назад

    Ayyanni waqayyoo dachadhaan issinnif ha'a bayyattu😍😍matti jalatamttotaa😍😍

  • @RebumaRegasa
    @RebumaRegasa 5 месяцев назад

    Wow..ebbifamaaa!!! Ammalee waqayyoo..sin ha jabessu..

  • @danbaali-waves_KG
    @danbaali-waves_KG 4 месяца назад

    Wow!!! What an amazing song!
    God bless u

  • @tibebugs766
    @tibebugs766 5 месяцев назад +2

    Almighty God bleesing u more....

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii 5 месяцев назад

    Uuuuuuffee Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Waaqayoo isinifihaa ebisuu ebifaamaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @FREEDOM-BI
    @FREEDOM-BI 5 месяцев назад +13

    Jilbiikoo kirkiree humnakeen jabaatee
    Nama du'ee tureef jireenya kennitee
    si taasuun miliqee gaddidduu du'arra
    dukkannichi indarbee ifakee argeera
    Akka keetiif malee jiraachuunkoo.......
    😭😭😭😭✍️✍️✍️
    Kun anaafis ergaakooti❤

    • @jesusMySavior-s5v
      @jesusMySavior-s5v 5 месяцев назад +2

      Ameen

    • @GgGg-u2q5i
      @GgGg-u2q5i 5 месяцев назад

      Anaafis ergaa kooti

    • @AdugnaLomiiadugna
      @AdugnaLomiiadugna 5 месяцев назад +1

      Uuuff ebifamii ♥️🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭

    • @hundechimdi4091
      @hundechimdi4091 4 месяца назад +1

      Anaafis dhugaa yeroo bakka sana gahu qaama koo keessa waan ta'etu fiiga.

    • @FREEDOM-BI
      @FREEDOM-BI 4 месяца назад

      @@hundechimdi4091 eebbifami

  • @BetiShallema
    @BetiShallema 5 месяцев назад

    አሜን አሜን አሜን 🙏❤️

  • @jiraayesus
    @jiraayesus 5 месяцев назад

    Waqayoo issiin haa ebissuu ebifaama ammaaleen ayyaana isaan issinnif haa dabaalu❤❤❤❤

  • @Amii123-o6d
    @Amii123-o6d 5 месяцев назад

    Uuuffeee farfaana nama boqochisu ebifaama waaqayyoo daacha isin ha ebisu!

  • @HANA-p6m
    @HANA-p6m 5 месяцев назад

    Wowowo ebbifama ebbifama ebbifama ebbifama ebbifama ebbifamatootaakooo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌

  • @realistic5356
    @realistic5356 5 месяцев назад

    oh my God what a blessing is this..... please sweeties add English subtitles to make us understand this beautiful, anointed Gospel Song 😍🥰🥰🥰😘

  • @AskalaRagassaa
    @AskalaRagassaa 5 месяцев назад

    Nati ebifammaa waqayyoo baraa jirenyee kessaa haa ebisuu ebifammaa dhugaa❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @itichashuma8422
    @itichashuma8422 5 месяцев назад +1

    Maatii kana Waaqayyo haa Eebbisuu❤🙏

  • @MasaratUlfina-hr7tz
    @MasaratUlfina-hr7tz 5 месяцев назад

    Waqayo baraf jireenyaa keessan ha eebbisu ebbiffama dachaa ayyaani sinifaa bayatuu 🙏🙏🤲🥰🥰🥰
    Ammeen ameeen ameeen ameeen Akka keetiif malee jirachuun koo uuuuuuuuuffffee uuuuuuuuuffffee uuuuuuuuuffffee ulfadhuu iyyesuus 🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇

  • @YohannesHailu-y3o
    @YohannesHailu-y3o 5 месяцев назад +1

    Best instrument and song

  • @BalelaGalgalo
    @BalelaGalgalo 3 месяца назад

    Nat koo gooftaa sii ebisuu nuuf jiraadhuu ❤❤

  • @KalebsisayKalebsisay
    @KalebsisayKalebsisay 5 месяцев назад

    Uuuufffee Eebbiifamaa matii ebiifamoo naanaa jiiradhaa hamayyuu ❤❤❤❤❤❤

  • @Almaazdejene
    @Almaazdejene 3 месяца назад

    Wow holy spirit 🎉🎉🎉🎉

  • @fedesaetana860
    @fedesaetana860 2 месяца назад

    Eebbifamaa!!!!!!

  • @meme-bi3dk
    @meme-bi3dk 5 месяцев назад

    Waqayyyoo bara jirnyaa kessan haa ebbisuu🙏🙏😘😍

  • @hirutgirma3130
    @hirutgirma3130 4 месяца назад

    Fayisuu waaqqayyo ani argeera,,,,,ha ulfaatu Iyesuus!!!

  • @wabigirma
    @wabigirma 5 месяцев назад

    Naati dhugaa farfaannan waaqayyo sif kenne dhugaa anan akkatti jajjaabesu uuuuuuffff guddasa naf eebbiifama

  • @gizachewleta7650
    @gizachewleta7650 3 месяца назад

    እግዚአብሔር ይባርካችሁ 🙏

  • @Nug0233
    @Nug0233 5 месяцев назад +1

    God bless all of you🙏🙏

  • @hopereal41
    @hopereal41 5 месяцев назад +1

    I'm So Proud Of My Beautifull Family🙌

  • @uuuuuuuufffffffffbarumsaag642
    @uuuuuuuufffffffffbarumsaag642 5 месяцев назад +1

    Wowoowowowoww good blessdey you❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Jirohope2722
    @Jirohope2722 5 месяцев назад

    naty ebbifami si jallanna faarsaa haalan namatti mia,u akkasi nuf dhiyessukef ebbifami ammallee

  • @hannadiriba2479
    @hannadiriba2479 5 месяцев назад +1

    Good to see you both ❤
    What a blessed family, God bless you🙌

  • @bikochannel7736
    @bikochannel7736 5 месяцев назад

    Eebbifamaa farfaachaa mana isaa keessa jiraadha!

  • @yosefbizuworkofficial4317
    @yosefbizuworkofficial4317 5 месяцев назад +1

    Ameen ❤❤❤ you both are blessed.

  • @wayifanjs
    @wayifanjs 5 месяцев назад

    Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ebifamotaaa kooo❤❤❤❤

  • @GgGg-u2q5i
    @GgGg-u2q5i 5 месяцев назад

    Akkanatti maatii koo wajjiin faarfachu nan barbaada ture Waaqayyoo na gargaara ❤

  • @HUNDEETANAHATAU
    @HUNDEETANAHATAU 5 месяцев назад

    Gooftaan Bara keessan hafe haa Eebbisu wow♥️♥️♥️

  • @ifayetesfaye
    @ifayetesfaye 5 месяцев назад

    uffee faarfannaan nama eebbisu kana! Eebbifamaa

  • @danielseifu
    @danielseifu 5 месяцев назад +1

    Natikoo obbooleetiikee tidha mitii naaf ebbifamaa

    • @roberabekata
      @roberabekata 5 месяцев назад

      Description hin laallee

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x 5 месяцев назад

    Ameeeen Ebbifamaa waaqayyo issin haa ebbisuu
    🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏

  • @QaroAbeya-z9d
    @QaroAbeya-z9d 5 месяцев назад

    Faarsaa baay'ee nama eebbisuudha,dhugaa.jabaadhaa!🥰

  • @LalistuReta
    @LalistuReta 5 месяцев назад +1

    Ebbifamaa waqayyoo baraaf yeroon keessaan haa ebbisuu ❤❤

  • @derejebekele4706
    @derejebekele4706 5 месяцев назад

    Waaqayyo Abbaan, Ilmi, Afuurri qulqulluun isin haa eebbisu Ayyaanasaa dachaan isiniif haa dabalu

  • @EbiseBayana
    @EbiseBayana 5 месяцев назад

    Ameen ameen waqayoo isin ha ebisuu obolotaakoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dinkineshgebregiorgis5261
    @dinkineshgebregiorgis5261 5 месяцев назад

    Ebbifama Dhugadha Bagaa kansatane Amen!

  • @WaqaayoGariidha
    @WaqaayoGariidha 5 месяцев назад

    uuuufffffee waqaayo baraaf jireenya keesan haa ebbisuu😢😢🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏

  • @RobeTolera
    @RobeTolera 5 месяцев назад

    Ufffeee thank you jesus eebbifamaa

  • @TsionMosisa
    @TsionMosisa 5 месяцев назад +1

    Amen amen 🙏🏻 🙏🏻 🙏🏻 🙏🏻

  • @GetachewshunkiTibba
    @GetachewshunkiTibba 5 месяцев назад

    Waaqayyo gooftaan isin ha'eebbisu!!!

  • @debeleAnbecho
    @debeleAnbecho 5 месяцев назад

    ❤❤naati ko ❤ eebbifamaa.
    An itti eebbifameera

  • @ObsaDeresa
    @ObsaDeresa 5 месяцев назад +1

    Akka Waaqatiifan Jira .🙏✝.........

  • @MayyeMeat
    @MayyeMeat 5 месяцев назад

    Ebbifaamaaa❤❤❤ waqayyoo hamma dhumaatti isiin ha dhabu

  • @metitariku1974
    @metitariku1974 5 месяцев назад +1

    Amen amen amen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BiliseGemechu-rk1rd
    @BiliseGemechu-rk1rd 5 месяцев назад

    Amen Amen Amen❤❤❤❤ Ebifamaa