Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Wowooo galatoomi barnoonnike baayyee natti toleera jabaadhu barnootuma piano itti nu fufi
My pleasure🎉🎉🎉🎉
Wowwwww Amazing.
Baayee Galatoomi Hadhoo Koo barumsi keenya ati nuuf qabdu itti nuuf ha fufuu gooftaan si haa eebbisu ❤
Jiraadhu lencakoo
Ammaa refaan isaan barbaaden argachaa jira naa jaabadha❤❤
Bayyee ebbifamii dhugaa
B garidha
Wowwww...
Elaamee bareechi farfanaa adisuu irratti dhagaa jirataa isa jedhu naaf ergi
Ebbifami
Galatomi barumsaa bareedadha kennaa jirtta jabadhu waan heeduu sirraa barata jirra
Ulfaadhu baayyee baayyee sirritti akkan sirraa baru abdiin qaba siin hordofaa ana hordofi maaloo maaloo.
Thanks
Woow brother 10q🙏 very much
Many many thanks
Amazing bro keep doing the best👍 🌟
Best
10Q❤❤❤❤
Hello
Brother 10q very much
Thank you too
Eebbifami
Barumsa Piano fi chord immoo itti nuuf dabalaa. Galatoomaa!
how to create shawa style
thanks bro
Galatoomaa ammas ittuma nu fufa barumsa gaha irraa argachaa jirra.
BOLE AKKAM JIRTUU BILBILA KEE NAABARESSI SITTIIN HAAJAMEE
Baaye bareeda itti fufi
baay'ee baay'ee irraa baraadheraa guddaa guddaa galaatoma gaaffiin ani qabuu garuu akkami akka farfaana ummnu (song create ) nuti agarsisaa adaara
Check godhi RUclips koo hunda jira song createn illee!
Baayyee natti tolterta itti naaf fufii gaaffiin qabadhee dhiyaadhe intro akkamiin hojjena kan jedhudha nuuf laadhu baayyeen sijaaladha
Hojiin keessan baay'ee namatti tola dhugaa, Waaqayyo isin haa eebbisu.
Barumsii keetii baay'ee namati tolaa addaan hin kuttiini. barumsa chords minor irraa nuuf deebi'i? Inni biraa barumsii keetii hangaa video haaraa dhannee ji'aa gennee maloo addaan kutee moo isii anuumati dhabbee? Ammaale dabaalata function garaa keyboard gubbaa sanile nuuf dabballi?Dhifaama wajjini!.sii jaalaana.

Hojiin keessan baay'ee namatti tola dhugaa,
Waaqayyo isin haa eebbisu.