Jabaakoo jabaadhu ilma Oromoo ifaajiin milkiin siif haa guutuu. Ani baay'een sidinqisiifsdha. Ati nama jabaa akkamiiti. Addatti dubbiinke madaallii kan eeggate, dhiyeessiinkee miyaa'aa, nama kasooma akkakee barataa barataaf yaaduufi aarsaa ofgodhu siin qabaachuun beeki nu boonsa. Olyaad baay'een sijaalladha.
Dhugaa dubachuuf vedeo baayyeen daawwadhees niis buufadhees hundi isheetuu na quubsuu dinnaan naan ballesse,abdii mureen ofiikoon dubbisutti seene.
Galatoomaa hundaa olitti!
Jabaadhu jabaa itti quufeera
Hedduu si hordofaa jirra ❤❤❤❤❤
Yaadan an siif qabu garuu yoo jiraate#yoo danda'ame sa'aatii gabaabsi jechuun koo yoo barsiiftuu ariifadhu afaan keenyaani waan ta'eef nuu galaa ❤❤❤❤❤❤❤
Jabaakoo jabaadhu ilma Oromoo ifaajiin milkiin siif haa guutuu. Ani baay'een sidinqisiifsdha. Ati nama jabaa akkamiiti. Addatti dubbiinke madaallii kan eeggate, dhiyeessiinkee miyaa'aa, nama kasooma akkakee barataa barataaf yaaduufi aarsaa ofgodhu siin qabaachuun beeki nu boonsa. Olyaad baay'een sijaalladha.
Anis waanan isin jaalladhuufi. Galatoomi namakoo💚
Amman dhaggeeffachaa jira. Ati namuma akkamiitii!! Yesus inni qajeelaan sun si haa eebbisu. Dhugaa jabaadhu egereekee nama akkamii taatee akka argamtu har'a keerraa tilmaamuun yoo ulfaatellee baay'ee nama guddaa akka taatu sirriittan amana. Waaqni sammuu eebifamaa kana haa eebbisu!!
Jabaadhu ammallee qaxalee ilma Saba Guddaa!!!
Galanni kee hammana jamuu like 'n si xiqqata
Nurraa turte,garuu ammaas nu dhaqabdee galatoomi
galatoomi qaalii keenya
Bayyee isa si jalanna nuuf jiraadhu.
Ulfaadhu
Kabaja guddaa
Afaan saba kiyyaatin waan na barsiicheef
Anaa dhufu Galatoomii
Nuuf jiraadhuu gammeessa baraatootaa oromoo jabaa jabaa namaa
Galatoomii Leencoo guddaa isaa
maloo leencoo introduction to law chapter 6 fi 7 nuuf hojjeedhuu qormaataa torbee dhufu qabna adaaraa kee
Galatoomi baayye si jaalanna
galatoomi baayee itti nuuf fuufi gooticha sabaa
Galatomii bayee
Galatooma media dirre barnootaa kana caalaa sirritti itti fufaa
Oliyad baayeen sii jaaladha baayeen sii hordoofa garuu yeroo barsiiftuu fata jedhii jechuun koo onneen barsiisi
Galatoomi mataa dhiiraa!
Leenca oromoo hamtuun sin argiin itti fufii.. from HU
Galaatomi
Dhalli nama uliif faaya umamaati. Kun hojiin multaa kan keeti kun add. Wal utubbanaa.
❤🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
1
❤❤❤
Chapter hunda
Hojjatameera🙏
ማስተማር እጅግ በጣም ትችላለህ የምር ሁሉም መምህራን እንዳንተ ሚሆኑ ኢትዮጵያ ምሁር አታጣም ነበር ግን አንዳንድ ነቆራህ ግን ቀዝቀዝ ብታረገው ትምህርቱ ላይ ብቻ ትኩረት አርግ
❤❤❤❤❤