Dhimma barnootaa ilaalchisuun gaaffii miseensonni caffee kaasaniifi deebii hogganaan Biiroo kennan

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 26 окт 2024
  • Dhimma barnootaa ilaalchisuun gaaffii miseensonni caffee kaasaniifi deebii hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr Tolaa Bariisoo kennan

Комментарии • 2

  • @DamiseOdaa
    @DamiseOdaa 3 месяца назад

    Atoo gafii malee mal gumachiite gafii gafachuu duraa ofii ammaam Margaret?

  • @mebratukebede2748
    @mebratukebede2748 3 месяца назад

    1.Baratoonnii kuta 12ffaa bara barnoota 2016 kitaaba barata tokko yk lama qofa argataniit qormaata biyyoolessaa akka qorataman ta'e. BBO dhimma kana akkamitti ilaalal? 2. Baratoonnii qabiyyee barnoota baratani oso hin xumurin boqonnaan shanii hanga lama hafe oso jiru qoraman kun bu'aa baratoota irratti dhiibbaa hin qabu? 3. Hojii barnoota keessaattii qulqullina qormatatu dursa moo barnoota qulqullina fi gahuumsa qabu kennuutu dursa?