When you belong to the People, you feel the daily pains and suffering of your People‼️And express that agonies through Art and Music in a such informative way👌‼️ Thanks Dear Yosi‼️
Lol what will you saying now is he real knows ? You think 🤔 today they are the one and only one who if fights for you ppl like you we make set for little
nama aartii kan jaarraa kanaati ati nuuf jiraadhu.walaloo fi yadaloon kee dhaggeeffatamanii hin quufaman.Yoosan Geetahun dhaloota imaanaa Abubeker Mussaa fi Abdii qophee itti fufsiise jabaadhu!!
I like your Music and video clip your really Give powerful message even I don't understand I feel it Good job beautiful young man keep up good job God bless you Amen 🤲🤲🤲
Mee wari akka koo yoosaniin jallattan like tuqaa
Akkan.jaladhu.waw.hanga.hin.qabu.lammii.ko.wallagga.ko.
Naatii ba.e tokkoo tolee❤❤❤❤❤
@@obsii.wallaggaanus9231 Galatomii
Hiikan aartii Kan galeef
Anisi bayee jaladhaa dhugaa 💋💋💋💋💔💔💔💔💔🌹🌹🌹🌹🌹
Please Oromoo koo sirbaa Dawllod gootani fb irratti hin maxxansina you tube irraa laalaa biraa demaa malee akka view isaa Ol gudaattuuf akkasin Wal garargaaraa.
Toleeeeeeeeeeee
Tole
@@user23almi49 subscribe naa godhi mee baayee sii jaladha kan rabbuma
@@Abdifitah430 subscribe naa godhi mee baayee sii kabaja
Sirrii jette namuu waan kanarratti wol dhagahuu qabna
ዮሳን በዚው ቀጥል ቅመም ነህ ❤️❤️❤️❤️እንወድሀለን እናከብርሀለን እድሜ ከጤና ጋር 🙏🙏🙏🙏🙏(ከጉራጌ መንደር)
❤❤
When you belong to the People, you feel the daily pains and suffering of your People‼️And express that agonies through Art and Music in a such informative way👌‼️
Thanks Dear Yosi‼️
Eyoss well said, lammiiko!
Eyoss well said brother, namni oromo tae kammu waljaru qabna lamikho,bagha kenya tate.
Lol what will you saying now is he real knows ? You think 🤔 today they are the one and only one who if fights for you ppl like you we make set for little
THANK YOU FOR BEING VOICE FOR VOICELESS WOLEGA AND GUJI PEOPLE. BIG RESPECT !!!!!
እኔ ኦሮሚያ ሙዝቃ ማዳመጥ የጀመርኩት በዮሳን ሙዝቃ ነው በታም የሚገርም ድምፅ ነው ያለው ሁሉም ሰው ይስማው ❤️❤️❤️
Sitti boonera YOSAN... Raakina Maati keenya keesa jiru haama dandesu addunya tti nuf beeksisiteta.... I'M PROUD OF YOU .YOSI
Yoosaan qaxalee ilmaa baga jiraattee yeroo lubbuun Oromoo lixaa daguugamu kanatti sagalee dhageessisteef galanni kee bilisummaa haa ta'u!!!!!!!wish you long live!!!!!!!!!!!!!!!!!
የትኛውም ትርጉሙን ሳያቀው ሚሰማው ኢትዮጵያዊ ዘፈን
ክሊፑ ዘፈኑን ያስረዳል 💯🫡🫡
ሁሉም ክሊፖችህ ያስደነግጡኛል ኢትዮጵያን ያሳያል ትክክለኛ ኑሮዋችንን specially የገጠሩን ❤️💯💯🫡🫡
Sabona kenyaa Dhugaa irrati hundahee garaa nama nyaata jabadhuu qomoo koo Dhugaa keti nuf jiradhuu 😍💪💪💪❤❤❤❤❤
@HAWITU JANATA janata imma galta yoo rabbi jedhe subscribe naaf godhi mee
Qophii Dambalii Jaalalaa argachuuf ammoo channel koo subscribe godha
Link kana fayyadama
ruclips.net/channel/UClDURhkVBvObIRgdUObfegg
yesoon jabbaa keenya Haftee Hacaaluu ilmaa sabbaa nuf jiraadhuu❤💚❤👌🙏
Yoosan Getahun my favourite Oromia musician love uuuuu so much
Tergumu gn ayigebagnim befekadegninet tergumulgn
❤❤💋💋💋😘
Mekdi ye jony & ye macki h
ani gamaa kootin akka ilma oromo tokkotti Aarti oromootif jecha gahee narra eeggamu vidiyoo kana chaanaali kiyya irratti share godheetin jira. namonni akkasuma chaanaali qabdan community irratti share gochuun aartii keenya cina dhabbadhaa isiniin jedha.
aniis goodheera bakkaa hope intertament nuf buha jennee yaadna raabii nuu ha miilkeesuu malee jaabaadha waarrii visin pls
Jabadha bareda gotani nuu wolif galle artti kenna gudisu qabna
@@newethio2022 abboo subscribe sii godhen jira atis subscribe naa godhi kaa wal jajabesinu
@@hayatioroma5058 subscribe naa godhi mee hayatiye baayee sii jaladha
Galatoomi ani immo fuula fb kiyya irratti share godhe download miti.
Yossi my#1#vision entertainment best video production.go on my bro Birraa.
Eee..waatu jira waatu!
ዋውውውውውው አይገልፀወም!!
ጉሩም ግጥም
ከግሩም ድምፀጋ!
Uuuuuuuffff sirba kana sagaleedhan dhagahee maqaa isaa baruu hin dandeenye baay'ee barbaada ture uuuuuuuuffffff hedduu si dinqisiifadhe nuuuuuuuf Jiraadhu yoosan keenya hayyuu koo baay'ee natti tolee garaa na raase sirbichi madaa namatti kaasa😍😍😍😍❤❤❤❤
Jabaadhuu yoosaan leencaa rabbii isaani haa birmaatuu
Kubbaa miti rasaasa
Like godhaa maalo
KAN WALTTI DARBATAN
😭😭😭😭😭😭😭😭
Qophii Dambalii Jaalalaa argachuuf ammoo channel koo subscribe godha
Link kana fayyadama
ruclips.net/channel/UClDURhkVBvObIRgdUObfegg
insha Allh Numatuu iraa Anaa jajabadha Lamii kiyaa bayee toko baredhaa muziqan kunii jaraa ti garaa guguba Akanatii❤❤❤
nama aartii kan jaarraa kanaati ati nuuf jiraadhu.walaloo fi yadaloon kee dhaggeeffatamanii hin quufaman.Yoosan Geetahun dhaloota imaanaa Abubeker Mussaa fi Abdii qophee itti fufsiise jabaadhu!!
Uuuuffff 😢😢😢😢 watu jira watuu dhugadha qommo koo👍👍👍
ኦሮሞኛ ባልችልም የዚህ ልጅ ሙዚቃዎች በጣም ይስማሙኛል፡፡ በተለይ ይህንን ሙዚቃ ትርጉም የሚነግረኝ ባገኝ !!!
ሁሉንም ለመፆፍ ግዜ የለኝም ፍሬውን ልተርጉምልክ
አልዘፈንኩም ህመሜን ነው የተሹካሹኩት
በየትኛው ጉኔ ነው የምተኛው ህዝቤ ተቸግሩ ታለቅሳለች የድሀ እናት ህዝቤ መሆን የለበትምየጨዋታ ሜዳ የምትወራወሩት ኩስ አይደለም ጥይት ነው
Waatu jira waatu ማለት ነገር አለ ነገር ነው ። እርስ በእርስ እየተባላን ነው ለምን ?
@@sisaybelay5035 stupid and fool everywhere 💯
Sumamrr qabna Artistii yossaan warrii jallata like godhaa
Yosii kenyaa tokkofadhaa nuuf jabaadhuu 💖💗💖💝💗💖💝💗💖💝💗💖💝💗💖❤💗💖💝💗💖💝💗💖💝💖💗💖
Nujiradhuu yosani gotaa ko😓😓😓💓❤❤👍👍😭😭
atis nuu jiradhu subscribe naaf fatiye
Qophii Dambalii Jaalalaa argachuuf ammoo channel koo subscribe godha
Link kana fayyadama
ruclips.net/channel/UClDURhkVBvObIRgdUObfegg
Yeroo ko nuf jiradhuu bayeee nama hawwata......... Watuu jira watuuu it's amazing
Watu jira watu dhigini lammi koti hadhabatu
Wani bayy'ee namati tolu 💘💘💘💘💘like like godha ijoole oromo
waatu jira waatu
dhiigni lammii kiyyaa maalif hin dhaabbatu best yoosiyee
Dhugaa waatu waatu jiraa
dhugaa jettee gootaa #oromochiitaa kooooo nuuf jiraadhuuu 😭😭😭😭❤💚❤
“Nama irra dhalate irra maa dhabda riifatu” jabbadhu yosan gota kenya❤️💚❤️💚❤️💚❤️ fuldurii bilisummadha
Qophii Dambalii Jaalalaa argachuuf ammoo channel koo subscribe godha
Link kana fayyadama
ruclips.net/channel/UClDURhkVBvObIRgdUObfegg
Waaww nuuf jiradhu sanyi gootaa watu jira watu dhuga jedhete leencaa kenyaa
Waatu jira waati sirba bayye bareedu 😍💪😘👍👍👍👍
jabaadhu yosaan keenya atti gama keetin lammii keetif sagalee ta'aa jirtaa guddaa galatoomi
A powerfully moving, timely song! Thank you, my brother!
Jabadhaa Oromoo Koo ❤️🌳❤️💪🏽
waatu jira........warra wal nyaatu gidduudhaa waa nyaatu.......Galatoomi
Great music video👌🏽💯 waatu jira waatu. 💯
Warri mana tokko ijaaru citaa wal hin saamu.......great lyrics ma men.....proud of u
Yonasaa baayeen sii jaladhaa ilmaa oromo nuf jiradhuu waggaa kumaa ❤
#mozerette tenya anis baaye jaldha akkuma kee subscribe naaf godhi chanal kiya kana&
This is a real sense of belongingness through ART!
Teaching
Love you berthed
❣️❣️
Hedduu Dhugaa Baayyee Of keessa Qaba dhaamsa Guddaadha
Yosiyee kenya nu jiradhuu gota oromoo ❤️👍👍
atis nuu jiradhu dasita tenya subscribe naaf godhi mee 100% isin jaladha
Qophii Dambalii Jaalalaa argachuuf ammoo channel koo subscribe godha
Link kana fayyadama
ruclips.net/channel/UClDURhkVBvObIRgdUObfegg
Waatuu jira waatuu dhiigaa lammi kiyyaa yoosaan geetahun like godha ilmaan oromoo❤🙏
Yoosan bayyeen jaaladha qabsahaa dhugaa nuuf jiraadhu
thank you.that music is real message for oromo and oromiya.
I like your Music and video clip your really Give powerful message even I don't understand I feel it Good job beautiful young man keep up good job God bless you Amen 🤲🤲🤲
Interesting! Both the message and the video! keep working hard to reach the mass community
Jabaadhu hojii gaarii hojjechaa jirtaa
dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenye maaloo
Yoosan koo Lammiikoo
Dhugaa keetii Waatu Jiraa
Wollaahi imimmaan koo Qabachuun Dadhabee naa Haa nyaatuu Lammiikoo Jabaadhu Saboona keenyaa💗💚💗😭😭☝
Yeroo kanatti ergaa baay'ee gaarii kan uummataa ta'u, dhukkubbii fi gidiraa guyyaa guyyaan ummata keessaa dhaga'amau akkasumas karaa aartii, muuziqaa fi diraamaa karaa odeeffannoo akkasiitiin wal baraaruun nagaadha. Yoo uummanni jiraate boru waa dubbatu,waa hojjatu
Galatoomaa Obboo Yoosan .
wow waatu Jira nice job
🎤👌I'm really proud of you💪 great job💯🙏
Dhugaa keeti,,,,,,,,maatii waliif haa taanu
Bayyee waan gaariidha hojjatte galatoomi jedha akka kiyyatti
Bayyee galatomii lammii koo nuufi jiraadhu umurii dheraadhu WOWOW 💪💪👍👍🙏 jabaa oromoo koo
wooooow baay'ee ajaa'iba. Ergaan sirba kanaa baay'ee cimaadha. Yoosan keenya kun nama baay'ee beekaa fi sammuu cimaa qabudha. Hojii kee sirboota kee hunda keessatti ilaaleera. Baay'ee natti toleera, baay'een si dinqisiifadha. Ammallee kana caalaa hojii jabaa sirraa eegna sabboonaa sabaa!!!!,,,,,,,warri video kana ilaaltan ammoo yaada keessan osoo laattaniifii baay'ee gaariidha. Akkasumas like yoo gootaniif waan gaariidha.,,,,,,,asumaan ammoo ana waliin maatii yoo taane natti tola eenyuma waliinuu jechuu kooti, kanaaf add na godhaa, anis isiniifan godha jaalleewwan koooo
Yoosan....you are a piece of Art. Kormee ko Jabadhu!
respect man 10q you are a first person
Dhugga ketti wattu jiraa yaa oromo koo rabbi sif abirmattu
Lammii kootu rakkate ni boossi haati hiyyeessaa...yoosankoo ulfaadhu
Waliti Kan darbatan kubaa miti rasassaa wwooww yoniko akkaatti si jalaadhuu ❤️ jabbadhuu mucaa oromtichaa 💞💓
Namnii maanaa tokoo ijaruu citaa wal hin samuuu😭😭
Yoosaan koo nuuf jiradhuu sanyii ofii koo
Waan Ifii!
Wow sirba heedduu namatti tolu nuuf jiraadhu lammii koo❤💚❤🙏💪💪💪💪💪💪
Uuuiiiiiiii fffffffffffffff bayye gara nama nyata wahiiiiii lammiko 😭😭😭😭😭😭 jabadhuu
Uuuff dubi garaa lixaa yosaan lencaa Kenya gotaa oromo urmii nufi dherdhuu lencaa ❤❤❤uuuff wallagaa koo anaa nyatuu laammii koo 😭😭😭
Yosan getahun goota haati deyse nuf galatomi
Leencaa koo jiraadhuu ❤️💙 like keessain illee jabbasaa mee silaa godhuu harkaa isinnin didaa ta.uu In bekkuu
waatu jira dhugaadha!!!! jabaadhu yoosi
Uuuuuuuuuuuffff lamii koo jabadhuu bayee garaa namaa nyataa
Jabaadhuu itti nuuf fufi
Dhugaa jetee jabbaa saba
Sa'aa abiida dhalee tanee
Sabaa koof rabbii haa birmaatuu🙏
Dhugaa keeti,,,,,,,,maatii waliif haa taanu
Great artist....
Nuuf Jiraadhu.
Haqa baaftuu ummataa
Vision entertainment hooji bonsa dalaga jirtani nuf jajabadha.artistota khenya jajabesa jirtani galatoma
🇪🇹❤️🇸🇩
Konjo
Jabadhu
👌👍😭😭😭😭
Dhugaa 💞😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Yoosana sirba yaadaa cima qabu wooow kana caalaa sira eganaa jabadhuu qooma
Jabaadhuu
Yooseeekoo jajabeeee ofiiii jabadhuu
Jabaadhu jabaa nama jabatu jabaa dhalchaa...........
Sirban eega tureedha namni jalqaba laalee ana☝👌
Super talented yossi amazing work.....
bayyee kessa namaatti bua jabaadhu
YOONAA MUUCAA BACHOO,OROMOO,AFRICAA.NUU JIE\RAADHU!!!!!!!!!!!!!!!!!
Siyaasa sirbuu jechuun akkas kunoo @Thank you #Yosan.
❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️ kanumaa qooffa jiraa
Yeroosan leenca keenyaa hojii gaaridha jabaadhuu
Jabaadhu lammii koo
You are a real son of people yosi I have a big respect for you...be strong as a usual I hope the day will come
baayyee gaaridha jabaadhu
jabadhuu lecaakoo
Qeerroo Oromummaa isaan BOONNU Yeroosan keenya nuuf jiraadhu
Jabadhuu gotaa Kenya
Akkasi dhiirakoo, itti himi yoo dhageesseef!
Waatu jira waatuu duuti lammii kootii maaliif hin dhaabbatu
jabadhuu yoos atii gotaa oroomotii
masha allah bayyee namaa mararaa qomoo ko nuf jiraadhu
Wooow ana dhufuu yosuu kenyaaaaa
uuuuffeeeeee sirbaa kun dhugaa dubbatii anii imimaanif dhageeffachuu dadhebee 😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😢😢
Wowowowo nuuf jiiraadhuu yoosaan laammii kooo 😍😍😍😍😍😍😍
Top music
Anis Wallaga