Takka dhuufuun dhiirummaadha lama dhuufuun harrummaadha garuu ta sadaffaa tana hayyoota gugurddaa gaafatuu si barbaachisa namni kun yeroo lama bineessaa si darbee bineessi si nyaatuu didee amma hoo maaluma akka si godhu irraa feeta ilma ammoo akka inni in fudhanne dura gara seeraatti beeysisuudha waan dhufu maraa itti gaafatamaan akka isa tahe himatuudha kanaamitii haga woggaa saddeetiitti qallaba daa'imaa kennuu qabaayyu erga kiyya jedhee) ani gabaabumatti dhaamsi ani sii dhaamu maatii kee woliin marihadhu
Arga isaa itti hin debi.in ati rakko kana mara keesa baate har.a itti debi.u feetamo inni silumayyu haja isa sitti bahachufi male jalala kee hin qabu Yaa obolaa koo hundumti kesanu worri dhagafattanuuf beresitanu jalalli maal akka ta.e bekuutu isinirra jiraata........ Jalala jechuun gaddaf gammachu woliin nama dabarsutu wol jallate jedhama adara hin goyyominaan dhaamsa kooti hunduma fayyada jedheen yaada worra dhiiras haa ta.u worra shamarranis nama yero rakko rakko sana keesatti isin gate booda sobe dhufe dhifama jedhu dhittichoon of irra deebisa jirenya keesan jiraadh of ta.a ..... What is the like true (love true)?________________
Obboletti koo hin gowomin kun jaalala kee hin qabu yeroo sirrati dabarsuu malee osoo si jalate yeroo ati rakkate si bira dhaabbata ture da'imin kee waan tokko tanan akka ini itti gaafatamu beksisi malee itti hin deebi'in maal meshadha yeroo barbade si barbadu yeromoo barbade dhifama kan jedhu kuni midha keet barbada
Amala dhirattii yeroo attii jijiramatu sii jalaltu yeroo attii rakkatuu argaa kee hin fedhanii wan hundafu ittii hin debiyiin yeroo meqafi sii gatara wan ta eef attii carraa kee hin dhabaduu🥰🙏🙏☝️
Wel came.gamee ✋ yaa obboleeti koo takkaa namumaadhaa kan lamataa sarumaadhaa jedhuu mitiree kan kaleessaa si jibee har'aa si jalatee miti kan irraa fagadhuu 🤫😭
Hay carra dubartumma😪🥺 Amma birrif si jalaatuf giftii koo. Osoo dhugaa onne isaa si jalate yeroo rakko kessa jirtu san ture.. Police himi sagale isaa inni itti si dorsisu san police ladhu duketam jedhin
Oboletti dhuga sin jedha carra ke tokkofa sijala gubera kan lammata irratti of egi dahima ke wahi dahima keeti seratu dubbta isa garu rabbiyyu hin dhisu kana kan sammun hin dalgane bulok godhi P L S dhamsa obbolumma🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Inni erga amala nama waalin jiraachuu hin qabaanne homa sif hin goodhu ammas si miidhuf malee si waalin jiraachuf mitii itti hin deebi'in Oso si jalaate yeeroo ati ilmo isa waalin maatin kee si jibban sana si waalin jiraata.
Dhugaa itti hin debini omoo sif hin godhuu obboleeti koo addaraa irraa fagadhuu😍dhamsaa obbolumaa kooti😍😍
Seeratti beeksisuu qabda Mucaan kee yoo Waan tokko ta'e itti Gaafatamaan isa ta'uu.
Akka si Doorsisaa jiru Himadhu Abaadan Nama akkasiitti lammaffaa hin deebin jireenya kee gara fuldura si jala balleessaa.
👌
anaa dhufuu jenee jiraa like 👍 xuqii natuu argee
Sanyii koo mati nafi ta.ii
Wayyyooo Abbaani ooffi akkasi garaa jabbataa kaa hoji keeti dhugaa Abbaani offi akka bakkaa gaarii geessuufi malee silaa kanii hundaa garaa In jabbatuu turee 😢😢😢
@Gus Desmond kkkkkk no me like ok hhhh 😃🙄
Rabbii sii haa lafisuu hin ulfataa rabbii caraa garii sii haa basuu
Argaa kee jeedhiin kan gaafa rakko sif hin abdan sif hin ta'u qashtii kee barbade hin sodatin homa hin fiduu rabbii qofaa sodadhuu🙏
Takka dhuufuun dhiirummaadha lama dhuufuun harrummaadha garuu ta sadaffaa tana hayyoota gugurddaa gaafatuu si barbaachisa namni kun yeroo lama bineessaa si darbee bineessi si nyaatuu didee amma hoo maaluma akka si godhu irraa feeta ilma ammoo akka inni in fudhanne dura gara seeraatti beeysisuudha waan dhufu maraa itti gaafatamaan akka isa tahe himatuudha kanaamitii haga woggaa saddeetiitti qallaba daa'imaa kennuu qabaayyu erga kiyya jedhee) ani gabaabumatti dhaamsi ani sii dhaamu maatii kee woliin marihadhu
Etuman hin Dubatin Namini sera olll hin jiruuu serat bekisisiii
isatii yoo debitee lubukee balesaa
Matiket wanini sit dumatu hunda iti himiii Mucakee Rabiin sif ha Eguuu Rabiin sif hagudisuu
MATIWAJIN MARIYADHU BALINANN
Arga isaa itti hin debi.in ati rakko kana mara keesa baate har.a itti debi.u feetamo inni silumayyu haja isa sitti bahachufi male jalala kee hin qabu
Yaa obolaa koo hundumti kesanu worri dhagafattanuuf beresitanu jalalli maal akka ta.e bekuutu isinirra jiraata........
Jalala jechuun gaddaf gammachu woliin nama dabarsutu wol jallate jedhama adara hin goyyominaan dhaamsa kooti hunduma fayyada jedheen yaada worra dhiiras haa ta.u worra shamarranis nama yero rakko rakko sana keesatti isin gate booda sobe dhufe dhifama jedhu dhittichoon of irra deebisa jirenya keesan jiraadh of ta.a .....
What is the like true (love true)?________________
dhugaa ketti kaa jalallaa dhugaa namaaf qabu akkana nama hin godhuu jalalli dhugaa taa waan nama mudattu hundaa woliin keessa darbanidha malee tana mitti rabbiin dhirotta tenyaa haa qajjeelchuu akkasuma shamarraan tenaas sobamuf sosobamani yeroo hundaa bohuu kanaa jallaa isaan haa basuu jechaa
obbolletti tenaan amo itti hin debi'in da'imaa yoo fudhateyuu homaa gochuu hin danda'u himaa gudatta yoo gudatte amo guyaa tokko hadhaa ko jedhee sii barbadachuun isaa hin olluu waan ta'ef saniif jette dukkanatti uf hin debisiin kun dhamsaa obbolumatti
Obboletti koo hin gowomin kun jaalala kee hin qabu yeroo sirrati dabarsuu malee osoo si jalate yeroo ati rakkate si bira dhaabbata ture da'imin kee waan tokko tanan akka ini itti gaafatamu beksisi malee itti hin deebi'in maal meshadha yeroo barbade si barbadu yeromoo barbade dhifama kan jedhu kuni midha keet barbada
Gamee seenaa atii guyyaa guyyanii nufii qodduu bayyee namaa barsissaa jabadhuu ittii fufii
Lammii koo mati nafi ta.ii
Ergee kanaa dhisiii sobeetii bar malaqaa kee siraa nyaatee badii sin jechufii akumaa kalesaa sobee fakaraa jaala hin qabiin isaatiis hin Debi,inii haramudhaa kun dhugaa iciii bayee nama arsaa dhugaa obsaa sif haa latuu rabbii hadhokoo
Yaa Raabbi Dhiraa Baraa Kanaa ini Si Sobee Amalee Qilesaratii Sii Gatufii Malee Abba Manaa Situufi Mitii Iraa Ufii Egadhuu Obbooleeti Tiyaa
Amala dhirattii yeroo attii jijiramatu sii jalaltu yeroo attii rakkatuu argaa kee hin fedhanii wan hundafu ittii hin debiyiin yeroo meqafi sii gatara wan ta eef attii carraa kee hin dhabaduu🥰🙏🙏☝️
Uuuuuuuf haadhookoo baayee uftaa senaakee garuu itii hindebi,inii omaayuu siigodhu hinsobaa garuu galii haalasaa ilalii yoocaraankee isuumaa taee,emoo waaqayoon kadhaadhuu inii debii siif haakeenuu waaqayoof hunduu hindanda,amaa
🙏
Wayyii guddii dhiirra tokko tokkoo immmm atti silaa yeroo sanaati barachuutu si irraa jiraa turee Ayyiiiiii
Wayyoo carraa durbattii😭😭😭
Wel came.gamee ✋ yaa obboleeti koo takkaa namumaadhaa kan lamataa sarumaadhaa jedhuu mitiree kan kaleessaa si jibee har'aa si jalatee miti kan irraa fagadhuu 🤫😭
Gamee kenyaa nuuf galatoomii dhugaa barnotaa adaa siraa baradhee anuu 💞💞😘😘😘
Isaa wolin hin jiratin abadan usuu karaa irraa worqii siif dibile. Dhimaa mucaa keeti obbolleessa keetti himi seeraati haa himaatan ykn imoo isumayu haa doorsisaan , mata jala hin lafiin likki isaa itti him malee. Rakkoo deema jiru kana takka usuu hin sobin maatii keef ibsii furmaata ni argaata.isaa biraa imoo jilbaa lama gubatee sadafaan nafa jedha oromoon. Ani akka kiyyati kanuma siif hima.seenaan kee bayyee na marartee abshiir hundu ni darbaa ufafoo kee gammachuun jirachuu malta. Kanaf isaa karaatti sii gate abadan itti hin debi'in
Bagaa nagaan dhufutee namaa kenyaa 👍👍👍
uuuuuuuuufff wayyoo bayyee nama gadisisa senan kee wayyii Cara shamarani bayyee Gara naa nyate itti debiyiin kode too hamaa fiduu yadaa alba'a birri kefi jedhe ofiti sii debisu heddaa hin sodatin homaa fiduu😍😍😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
Wel come gammee
Irraa fagaadhuu obbolleettii koo kunii siirraa fayyadamuuf malee sii fayyaduuf mitti
Uuuuuuuuuffffffff yaa carraa akkanaa uuumaa koo naa olchii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Woyyo yaa caraa kenaaa jabadhuuu waqy obbisaa sif yaa kenuu
fuula kee duraa yoo dhufee ijaa isaa balleessi
Hay carra dubartumma😪🥺
Amma birrif si jalaatuf giftii koo. Osoo dhugaa onne isaa si jalate yeroo rakko kessa jirtu san ture..
Police himi sagale isaa inni itti si dorsisu san police ladhu duketam jedhin
Dhisii Rabbii Nu Haa Lafisuu ishalla Rabbii
Da'imni kee yoo of bare ofiinuu demee abbaa ofittiif galaa haa fudhatuu dhiisi malee atti abbaa worraa kooti jettee itti hin debihin. Dhifamni ilmmoo rabbiti dhifama qofa godhifii dhiira gara biraatti herumii nama gaarii rabbii siif haa baasuu
Bagaa nagaan dhuftee gammee
Intala diksiis koo abshir ❤❤❤❤❤
Wel come gamee
Ayyi caraa dubartumakana😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Rabbi siif hatolchu
Oboletti dhuga sin jedha carra ke tokkofa sijala gubera kan lammata irratti of egi dahima ke wahi dahima keeti seratu dubbta isa garu rabbiyyu hin dhisu kana kan sammun hin dalgane bulok godhi P L S dhamsa obbolumma🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Anaa.dhufu.gamee.❤💚❤
Well Come Oromia24 😍 obbolet ko itti deebin kun yomuu nama ta.u miti
Yaa obboletti koo itti hin deebi'iin kuni ammas qarshii hojjachaa jirtiu ergaa fixee boodaa sii dhiisa dorsisoo dhalaa keen seenaa walfakkata qabna hin sobaa hin fudhuu fudhadhuu jedhee aheyyamef Ani garashishuu hin dabarree ni sobaa itti harkaa sii galfachuufi irraa fagadhuu tiruu koo uuuuufffff yaa carradhuma keenyaa😢
Abshiir habbibti rabbiin sihagargaruu iraa fagadhuu iti hin debii.in
baga nagan dhufte gamee👍❤
tolee siif at.ee
Baga nagan dhufte game
Welcome Gammee ❤️
Ayii dura Kara irra gorte yero barachuu qabdu kayyoo kee dagattee maatin dhugaa qabu Mal godhu silaa 🤔Carra dubartiti kun nama dhibaa 😥
Dhugaa irraa fagadhuu ittii hin debi.iin dhugaaa seeratii himmii dursitooo
Homaa hin fiduu maati kee akka of egatan beeksisi kun maraatadha silaa jarri hunduu maraatota harki caalan saani
Inni erga amala nama waalin jiraachuu hin qabaanne homa sif hin goodhu ammas si miidhuf malee si waalin jiraachuf mitii itti hin deebi'in
Oso si jalaate yeeroo ati ilmo isa waalin maatin kee si jibban sana si waalin jiraata.
Uuufff yaa hojji dhiraa amma arguma keessan haa baduu Maloo maalif garaa waliti jabatuu garuu hadhaa daa'imaa keetiti silaa
ni soba waan godhuyu hin qabu muca kee ati gaaru nama kana fanna hin jiratin matuma😔😔😔😔😔😔😔
Ati hin dhisiin gurbaa kaan tasumaa hin jaallatiin hadaraa kee dhisii maaloo itti hin deebi'iin cabdee haftaa tasumaa itti hin siqiin garuu daa'imaa kee immoo mana seeraatti beeksisii isaa akka hin barbaanneef mucaa kee irraa garuu akka addaa hin banne dubaadhuu
Itii hin debiyin guyaa atii rakatee sii gatee si,aa lamaa sii salaphisee abbaa ketin sii kute itii hin debiyn mucani kee yoo gudatee ufii bekee hin galaa atii itii hin debiyin rabii sii haa garagaruu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bagaa nagaa dhufute gamme
Mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
Malii garuu Carani shamarani dhugaa bayee namaa gadisisaa 😢😢😢😢☝️☝️
Cara wanti jedhamu hin jiru Caranii kee hojii keedha::
Uuuuuuffffff harmee ofii 😭😭😭😭😭
Yaa oboleti tiyaa dahimaa isaa haa fudhatuu iti hin debihin 😭😭😭🤲🤲🤦♀️🤦♀️🤦♀️
uuuuffi woyyoo caraa keenyaa 😭😭😭😭
Siya sadif Aka sihajesu yobarbade itidebihi insodatini daimaketin sidorsisu barbadeti matiketi himi Aka sifeganuti sanara wandarbe baka inlatinif
Wel Come Gamee qallii Nama
Jaalala keetiif osoo hin taane dhimma dhunfaa isaatiif si barbaada jira yeroo tokko badee debi'aa ammas yeroo fedhe badee debi'aa inni rakkinna keetiif danta siif hin qabu akka filannootti si qabate sitti fayyaadama jira itti hin debi'iin yaada kooti
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Daaimni dhiiga isaatii Humaa hin godhu Garuu kana baalagee ittin deebi,in
Well came Gammee
Akkuma amman dura sii godhe sii gochuf ta’a itti hin dhiyatin. Sii soddachisuf ilma kee nin fudha ja’a jala hin dubbatin kun gorsa obbolummati.
Uuuuuuufi.yaa raabbii 🙄😥😥😥hujjii.offii ha argaatuu.
Welcome gammee Biro 🤝❤️🌳♥️
Ml
Kaanaa dhiifamaa hingodhini waaii muucaakeetii duuraabuuii seeraa namotaa Liqobarii gaadaa beekissii yoomuucaakee waahaatee akkaain ittigafatamuu yookiimoo sobii muucaakeetii miitti jeedhini
Ittii hin debi'iin amas yeroo bodaa amalummaa barattee jalqabaa .da'immaa kee waqaayoo siif haa gudissuu
Serati himadhu kun jirenyaf hin ta'uu sin jalatuu sin kabajuu
Isatti hin deebi'iin giiftiikoo si soba malee dhugaaf miti
😭😭😭😭😭😭😭
Wayooo carraa dubartii😭😭😭
Wel come gamee
😢😢❤❤❤
Dhifamaa Godhiif garuu Qarshii ykn Malaaqa yoo sii Gafaate hin ergiinif. Akka Mucaa kee hatee Hamreen kee hin Rifaanef dhifamaa Gochuu fi aabdaa.
Aaaaaah carrara dubbattin yawarradhiraa rabbii sodadhaa
Argadhuma dhiraa uuuuuuufffff
❤
Weel Come Gamee
Lammii koo mati nafi ta.ii
Uuuuuffff bayyee nama gadisisa inni siif hin tau yaduma jiruu ketiti gufu tau barbada malee
😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😓😓😓😓
gamee ergaan siif erge naf dabarisi😢😢
Seeraan offii irraa dhorgii Amma Waggaa 18 gututi Sira Fudhachuu Hin Dandahu in Jirenyaa Kee balechaa Kuun Akka Kooti Koodee too
Uuuuuffff ittii hin de'ebinii ituu sii jalataa ta.ee gafaa sana daimaa keelee itii hin keniniin akka daimaa ketii wan takka sii duraa hin goneef qamaa dhimii ilalatutii beksisii
Dhugaa keeti 🙄
@@firiolshawaa7230 dhuga argadhuu😍
@@firiolshawaa7230 mati nafi ta'i Sanyi ko
@@nesimayezidjimma5837 mati nafi ta'i Sanyi ko
😭😭😭😭😭
Welcome Game keenyaa
Lammii koo mati nafi ta.ii
Welcome gamee
Lammii koo mati nafi ta.ii
Hy Cara inatalaa
Argaa isaa abboo itti hin debii.iin saree kana seraa himadhuu sii sobaa daimaa homaa hin godhuu siin uffiiti debisuuf kijibaa hasayaa
Manaa seraa Demii besisii Yoo Daimanii kee yoo waa Ta.ee isaa itii Gafatamaan
Anii Akka kotii itin Debin hin Sobaa Amamo Malqa ketifi Seran dhowii Akkanii mana matiketii hin dhihanee Kana dhamasii obolumma
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wayyii caraa kee😔😔😔😨😨😨😨
Seraatti beksiisii mucaan kee yoo Waan takka ta.ee itti gafatamuumma akka fudhatuuf malee kanatti hin Debi,iin
Waa jedhuu itii hin daebii
Gurbaan kun ammas birri ishee barbadetti male ishee barbadee miti kanaf maatitti beeksiste seeraatti himuudha maqasaa latanii jirenyaa iaheen isa waali dabarsite haala hundaa waan inni irran gaha ture hundaa dubbatte seeratti dhihachuuti Qaban jedha galatoma
Dhugaa irraa fagadhuu ittii hin debi,iin birri keetif malee sii badee mitti
Mucaa keef seera beeysifadhu ofii keetii immo itti hin deebiyin malifu yo jette namni oso atuu sitti debiya hin jedinin sitti dhaadatuu akkamitti wojji jiratta
Uuuuuufffff😭😭😭😭
Uuuuu bayee Nama Gadisisaa Garuu Atii Ergaa Sodatee Daimaa ketifi Waraa Dhifamaa Haa Gaftuu Sani bodaa Ergaa wanitii Martuu in dhufaa in Darbasi obsii Atii oke Waliti debinaa Amaa kee Akami Gotaa jedhin
Ammaa mali si godhii si jedhaa ree Abboo kunii argaa isaa dhugaa akka kooti dhifamaa obbollumaa godhiifi garuu
Mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
Kuni sii fayaduu dursi naama besii oboleti kiyya 👈
wel game
Koken sigaye sibuku jedhaa sanuu
@@Ibrahim-ee8fg mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
@@monetijalala6104 daboo naaf kenii mee
Gaara waqayyoti kadhana goodhadhu godee
Wajiiraa police naannoo keessaan jiruuti beeksiisa yoo mucaa kun badee isa malee namni tokkoo isaraati midhaa hin ga,eesisu wan ta,ee
kun gaafi qabu ijolen waggaa kudhaniyu barechite bekkti waalin hin jiratin
Dimmaalee hin keeniin ittiilee hin deebiyiin inni kan sii barbaadeefi namumaa keetifi mitti Qarshiifii sii barbadee