Oduu Galgalaa OBN Amajjii 23, 2017

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 фев 2025

Комментарии • 5

  • @NaswaNaswa-v7i
    @NaswaNaswa-v7i 6 дней назад

    ❤❤❤Obn sagaleen kenyaa sagaleen keessaan

  • @tesfayealemu5157
    @tesfayealemu5157 7 дней назад +1

    OBN meediyaa oromoon qabu isa guddicha. Hardha garuu bilxiginnaa abbaa irrieetin butamee jira. Ilmaan oromoo achi keessaa hojjattan amma yeroon abbaa irrummaa kun darbutti hojii keessaan ittifufuun meediyaa kana jiraachisaa, akkasuma abbaa irree akka malee faarsuudhan sabaan garaa walitti hammaachuu irraa of eegaa. Garuu waan gaarii hojjatame ifatti mataa olqabachuudhanatii gabaasaa. Bakka isiniif mijatetti garuu rakkina jirus gabaasudhan aantummaa saba keessanii agarsiisuu qabdan.

  • @IfaDida-d5r
    @IfaDida-d5r 6 дней назад

    ❤❤❤

  • @MuseMuse-t8u
    @MuseMuse-t8u 6 дней назад

    Rabbi siha eegu maal jena wan bira

  • @MabirateeShumii
    @MabirateeShumii 7 дней назад

    Tokkoosumaa