🛑😳Ee salphina jaartiin hajjii hanga an hojirraa galuti nyaataaf mana qulquleessii na eegi jetteen😭😭😭

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 25 янв 2025

Комментарии • 493

  • @FaximaaIntalaanasirii
    @FaximaaIntalaanasirii 17 дней назад +168

    Bagaa gamadan warii caltuu jalatuu🎉🎉🎉

    • @Msjain-v7s
      @Msjain-v7s 17 дней назад

      Alhamdulillah 😂

    • @AishaaAishaa-
      @AishaaAishaa- 16 дней назад +3

      Ganaa gamanaa inshallh ammaf Amiiiin ☝️🤲😂😂😂😂😂

    • @MunaAbdumalik
      @MunaAbdumalik 16 дней назад

      Kkkk wly akka arratii gamadee hinbekuu hajiin jarsaa argatee haqni afaan yoqaban funyanin baha jedhan alhamdulila galata rabbi baga walin gamanee caltuuye

    • @FousiyaEthio
      @FousiyaEthio 16 дней назад

      🎉❤❤AmiiiiiiiiiN walumanuu

    • @zamzamamanzamzamaman1980
      @zamzamamanzamzamaman1980 16 дней назад

      Kkkk

  • @gddg5806
    @gddg5806 17 дней назад +59

    haayyi haajjii waaallhi jzaani caaltu subaahna allh simaafii kalflee motini mototaaa Allhu akubaari waalhi nama hini midhinaa kana jarti gari qabdu jarti tee hini midhini kaa jarsaa gari qabdu jarsaa kee hini midhini rabbi qubaa issni qabaa waallhi😭😭😭

    • @SadaAhmed-gf1os
      @SadaAhmed-gf1os 17 дней назад

      Eee wly

    • @AishaaAishaa-k5u
      @AishaaAishaa-k5u 16 дней назад

      Dhuga Keti Wallahi

    • @HiHi-xe5ws
      @HiHi-xe5ws 16 дней назад +1

      👍👍👍 baga isati hare dido kana dhiga caltu dhuga ture ama ta,dhiga isaadhuyudu itii,qabe rabi jaza itii,kakate 👍👍👍👍✊✊✊

    • @HALIMAABDELAFANO
      @HALIMAABDELAFANO 15 дней назад

      Subaha Allah 😭😭😭😭

  • @jamilajamila-eo8om
    @jamilajamila-eo8om 17 дней назад +37

    Ayiiiii. Haqa. Caltuuu bagumaa. Lubbun jiranneee argineeee Alahamdulillah 😢😢😢😢😢😢😢

  • @anajiandzubeerii9884
    @anajiandzubeerii9884 17 дней назад +15

    Bagaa osoo hin turiin dhugaa caaltuu rabbii baasee

  • @ashumuhammed9513
    @ashumuhammed9513 16 дней назад +7

    Namaa hin midhin male Nami sii haa midhuu wly 😢😢😢caltuu misikinaa tiiyyaa Allahmdulilaah Allahmdulilaah

  • @Zenabadube-zo7vm
    @Zenabadube-zo7vm 17 дней назад +20

    Anumaa essaa dhaqee kolfaa 😂😂😂😂😂waa hundaa ollii caltuu bagaa gammadee❤

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 16 дней назад +5

    Chalttu gamaadii Rabbin sii wajjii jiiraa dhugaa chalttu Rabii keetiifi gaalatta gaalchi yaa allaha galanii kee hinbadiin 🤲🤲🤲🤲

  • @MakiJamaloo
    @MakiJamaloo 17 дней назад +13

    Alhamdulillah Alhamdulillah 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Desta123-mv1mc
    @Desta123-mv1mc 16 дней назад +3

    Congratulations congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉calatuuyyee misikina too baga Dhugaa kee basee baga gamade namtichaa samuu furii kana ganadha yoo Rabbii jedhee 😂😂

  • @xajjeetube4778
    @xajjeetube4778 16 дней назад +2

    Yoom argatee akkaa hojjii keettii ganadhaa kee yeroo dhiyoottii suree sirraa baftee abayyaa sittii hufiftii.caaltuu bagaa lubbuun jiratee kan argitee habibiti ❤❤

  • @romatube963
    @romatube963 16 дней назад +1

    Kannaa mana kopaa jirtuu iraa callaa walhi dubartii dhirssa hin kabanyee rabbii isnira ha qabuu 😢😢😮😮

  • @alimaali7762
    @alimaali7762 16 дней назад +3

    Baga gamadee warii,caltuu jalaatuu alhamduliilh alhamduliilh alhamduliilh alhamduliilh rabbii

  • @sufeyasufeya873
    @sufeyasufeya873 17 дней назад +2

    Caaltuu bagaa gammaddee warraa dubartittii darbbuu hundaa rabbii isaan haa gafatuu

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 16 дней назад +1

    Yaa hajjii daalagaa Rabbii kana ilaallii kalee chalttu chafaqa turttee ardha immoo chaafaqama jiirtta Alhamdulilah Rabbiil Alaamiin ilmman oromo warrii dhuggaa chalttu bayaa jiirttii jeettan Alhamdulilah jeedha

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 16 дней назад +1

    Yaa Rabbii attii dhugga yoomiillee ulfiinii kee guddaadha kan hajjii osoo luubbun jiirru nuu argiisiisitte alhaamddu liillahii rabbiil allaamiin hardha duuggaa heeddun gaammadee

  • @samiratube8645
    @samiratube8645 17 дней назад +3

    SubanaAlha isitu dhirsa moo isatu dhirsa namni akamit jarsa ofi aka saratany ergata😮😮😮

  • @Nanrhj
    @Nanrhj 2 дня назад

    Rabii jazaa calituu siraa basee allhamadullaa italla saree tananii

  • @HelwanHelwan-eu5vg
    @HelwanHelwan-eu5vg 17 дней назад +5

    Caltuu kotuu me please share itti godha Kkkkkkk 😅😅😅 waa itti godhu oltuu miskinaa

  • @RhfRhcr
    @RhfRhcr 16 дней назад +1

    Calatu ko abashira tunii kawariyan tunii hin dematii Isha laha❤️❤️❤️c qofa❤❤

  • @Ruzi4b
    @Ruzi4b 3 дня назад

    As wr wb anni kan jedhu dubartoni hundinu worroni hajjitti herumtan kun akka inni nama akkana ta,ee hin bettan midia irratti arguti jirtan mafi itti herumtan 1 mali godha midiya irratti woli baftu 2 nama kanaa akkatta issa hunda osso bettan itti herumtan malif arabsittu ilmaa dhiraa akkana godhun hin ta,uu yoo bada ta,ee gorsi yoo gorsa fudhachu dide woli irra goraa yoo wolli hin tanne mali gocha jirenya wolitti dhiphiftan dubartin eybi abba mana offi gadi bafte hiriya offitiyu himun hin ta'au sii galle midiya irratti abba mana offi akkana gochun subanallh habibtti tiyya gorsa obolumatti sii ta'aa hin jirumi naa hin ta'ane jedhin kallas dhiraa fidde asiratti hin salphisin jenani milaa abba manna jalani jedhan 😢

  • @sabontuoromo6711
    @sabontuoromo6711 17 дней назад +7

    Namichi Abarama Namittii isa irraa abaramttuu 🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉

  • @SemiraAbdela-h2d
    @SemiraAbdela-h2d 16 дней назад

    Kunu dhuagaa rabbii daawwaa iti gotee malee nammii fayaa qabuu akamitii nadhoo namartii alabatii bagaa dhugaa calatuu rabbii basee

  • @fatumamohammad9064
    @fatumamohammad9064 16 дней назад +1

    Abeet abeet😂😂😂😂😂😂😂😂 amanuu dadhabeehuu .Hajjiin marqa jaartii hojjachuu eegalee .nyaata qabatee balbala dhaabbatee eegaa jiraa maashaa allaah

  • @Zenni-w7f
    @Zenni-w7f 16 дней назад

    Suban allala nyata godhi naa ergi Suban allala 😢😢😢jaza callatu 😢😢😢😢😢😢tu,u si qabe Haji

  • @HsbHsb-s5u
    @HsbHsb-s5u 16 дней назад +1

    Alhamduliiah Alhamduliiah ❤❤❤❤❤❤C❤❤🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪🫶🫶🫶🫶🫶🫰🫰🫰Mashallaa Allah ❤❤❤❤

  • @FousiyaEthio
    @FousiyaEthio 16 дней назад +1

    Wanii calituu tabaqaluu dhufitee fakatiii namitinii ❤❤❤ jabadhuuu

  • @ffaf126
    @ffaf126 16 дней назад +1

    Hajii rabiin jedhii dalagadhuu ofii jijirii aka ilmoo namati jiradhuu nadhoo jalaa tetee nadhonii matarati sii hin fincanini😢

  • @yahyaahajji
    @yahyaahajji 14 дней назад

    Emiskina wallahi hajjin inuma Argatte jartti

  • @sofiyaabusosiya2737
    @sofiyaabusosiya2737 16 дней назад

    Wly imimani callatu Rabbii siraa kafalee hajii amalee ilimo isii debisifi Rabbii sii dhisuu

  • @MmMm-up8yt
    @MmMm-up8yt 17 дней назад +1

    Subaan allaa qalitiin tun qalichaa kanaa sirii itii dalagatee fakatii😢😮😮😮😮😮

  • @Abdulsemed-i2m
    @Abdulsemed-i2m 16 дней назад

    sila ana kan nadhibu jarri kun waliigalanii diraamaa dalaguutti jirumoo akkami? yeroo mara wallolaa kan walhin dhoofne

  • @LalesiLalesi
    @LalesiLalesi 16 дней назад

    Yaa rabbii kuni ibsamoo niitiidha hajiin nidi'a isheen ibsa

  • @LalesiLalesi
    @LalesiLalesi 16 дней назад

    Yaajjii xaafii facaastee qamadii galchachuu barbaadda waan caaltuu irratti oolte rabbii jazaa kee sii kaffale kadaamashee taate yaa hajjii rabbiif ja'ee

  • @SumayaaTube-p9n
    @SumayaaTube-p9n 16 дней назад

    Yaa hajjii qabrii sii nyaatee osoo jirtuu akanaa tahuu irraa demii dalagadhuu humna qabdaa kunii salphinna wallah

  • @ShamsiyaKalil-h1l
    @ShamsiyaKalil-h1l 17 дней назад +1

    Subhanallah subhanallah subhanallah subhanallah
    Namtii tunii hajii akka Ane jalalaa namitii iraa murtee sanii akka hin tanee

  • @ghhgtu1571
    @ghhgtu1571 14 дней назад

    Wan na dhibe tokoko fayo fi caltu ni tuma tun isa tumtii ayi carra hajjii😅😅😮

  • @fayineebadhaasaa
    @fayineebadhaasaa 16 дней назад

    Wly rabbii dhugaa miskina hin dhisu inuma argate hajjinini

  • @Samera-e4m
    @Samera-e4m 16 дней назад +1

    Dabesaa maqa dhiraa Arsii situu nyata jirraa martu ofi fidee

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525 16 дней назад

    eebada Haji ima Salphate cubbuun caaltuu ima si qabde😢😢 Ati nama Cubbuu sanis beekuu mitti Aazubillah🤭
    Hajiin hin fuudhe mo hin fuudhame garuu😅🤔🙄😳😭😳😳😳😭😭😭😭

  • @samiratahir3168
    @samiratahir3168 16 дней назад

    eman &fayoo ishee maraatu kan hudayuu agartee caaltuu miilatii kfii arar fadhu daima kesan wolin gudiifadha dubartii Akka caltuu esayu hin argatu yomiyu

  • @SabirSabirjemal
    @SabirSabirjemal 16 дней назад

    Maali dubarti abaramtu akkana subahanallah haguma fedhelle ta'u dhiirti kabaja qabdi rabbi sii haa qajelchu

  • @Hababo740
    @Hababo740 8 дней назад

    Cubbuu calaturati hojatee dachaa sif kafalama jira Akka Ajaibati siti baga

  • @Xhjcgj
    @Xhjcgj 17 дней назад +5

    Kkkkkkkkkkkkkkk😅😅😅😅😅😅😅kotaa kolfaa😂😂😂😂

  • @boseapplicant9417
    @boseapplicant9417 17 дней назад +3

    Yaa Rabbii nu basii Jireenyaa Warraa kana😂😂😂😂😂🤭😊

  • @oromiyahaarmeko1041
    @oromiyahaarmeko1041 17 дней назад +1

    Akan Akan sii xiqaat yaa haaji Attii kabajan siif hin maalu😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀

  • @zennootube5689
    @zennootube5689 16 дней назад

    Yaaa nama nama mituu wly rabbiin subahanawuu ta,allaa akkanatii jezaa irraaa kafallaa 😢😢😢😢😢😢😢

  • @HaniiAhmad-fu8ke
    @HaniiAhmad-fu8ke 16 дней назад

    Namitiin sihrii waraa yaamanin dhamaftee malee Haajii durii mitii😢😢😢😢😢

  • @netsanettube9580
    @netsanettube9580 16 дней назад

    yaa hojii waqayyoo kan dhugaa hajii duraa caaltu si kadhata ture har'a garuu situ kadhata hajii 😅😅😅nama hin midhiin dura hojii harkaa ke ni argata waan ta'ef😢😢

  • @ZubeyidaAdam
    @ZubeyidaAdam 16 дней назад +2

    Jazan nama misikina irati dalaga turtee sii debi,aa jiraa kaa subanallaa 😂😂😂😂😂😂

    • @ObsinaanOroArsii
      @ObsinaanOroArsii 16 дней назад

      Hajjii caltuu jalatii kufii dhifaama gafadhu sicibbiftee😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Zeddii-b7j
    @Zeddii-b7j 17 дней назад +1

    inumanuu garaa namaa nyataa dararatee namitii wayyii Caltuu dhugaa tee Argii kaa hajii rabbii sii haa lafisuu kaa namaa gatii dadhabadee wanii gadii tesisutuu dhufaa

    • @Xhjcgj
      @Xhjcgj 17 дней назад

      😂😂😂😂

    • @duretiqasimi969
      @duretiqasimi969 17 дней назад

      😂😂😂😂😂dhisi hoji ufi argatee

  • @hawwiisulxan5135
    @hawwiisulxan5135 16 дней назад

    Wantii irraa baradhee yoo ijaarate dhiirriii dubartii gowwaa waa hunda tole jettuu hin futee likkii galchuudha😂 Auzubillaah rabbiin namaa salphisiin😂

  • @FiixaaKuushii
    @FiixaaKuushii 16 дней назад

    Hajjii baga gammadde. miidhaan ati Caltuu irratti dalgde osoo hin bulin sii deebite jirti.
    Miila caaltuu jalatti jigii dhiifama gaafadhu. yootaan booddeen tee hin toltu.

  • @thhjhhjh8090
    @thhjhhjh8090 16 дней назад

    Garuu hajii siriini dhamasuu oltuu akkamitti akkanatti dayusaa ta'e qaraa akanaa mitii subanaallh 😢😢😢😢 garuu cubbuma Caltuti Lataa? ichee nama salfachisa jarsa ka jedhani wajiini jiratani miti dhirtii badhetuu kabajaa qabdii uuf

  • @oromoosaid1442
    @oromoosaid1442 16 дней назад

    🤗🤗🤗🤗🤗🤗😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡🐕🐕🐕

  • @Daraartuu-h7y
    @Daraartuu-h7y 16 дней назад

    Garuu ilmaa dhiratii in xabatiin qalit garuu isumatuu jarsaa ketii kabajaa qabaa jarrsiii😢😮

  • @FhXhj-t6k
    @FhXhj-t6k 6 дней назад

    Garu wanti kun dhugadha

  • @oroquween
    @oroquween 16 дней назад

    Intaltii tuni gurbaa dhamsuu hin oltuu dhugaa lafatti akkana hin ta'uu deemii of laalii hajji nagy jiraachun kee shakiidha

  • @Samera-e4m
    @Samera-e4m 16 дней назад

    Subahaani Allaah calatuu iraa ofi jejaa turtee hadhaa maratuu rabi sii fidee

  • @LalesiLalesi
    @LalesiLalesi 16 дней назад

    Rabbumti baga si agarsiise hajji gifeen caaltuu kana addaan si deemsise

  • @Amina-q2g6c
    @Amina-q2g6c 16 дней назад

    Jabeefadhu jarti ofii gargaarun salpina hin qabuu

  • @ZamZam-f2b
    @ZamZam-f2b 16 дней назад

    Dhiirti fuudha baay'ifte waan badduu akkanaa irra buutee kabajaa dhabdi!

  • @rahaayem7844
    @rahaayem7844 16 дней назад

    Ilmoosa gurgurate horiin kun
    Ati ojetate ofikabachisistu amma yoomit dubartii si dhiiti ya wasak

  • @FanToo-bq8fg
    @FanToo-bq8fg 17 дней назад +1

    Yaa ajii mee hadha ilmoo keti walini jiradhu amala kee sirefadhuti namitin bodaa siy ajefti

  • @naimanaimaa3691
    @naimanaimaa3691 16 дней назад

    rabii namama kafallaa yo jedhani soba seha subahani alala inuma kafalefi kaa ososolee hini bulinii

  • @radiarashid7750
    @radiarashid7750 16 дней назад

    Haji Cubbu Calltuu irrati dalayedetu sifi debee☝️☝️

  • @TamamTamam-i1i
    @TamamTamam-i1i 16 дней назад

    Yaa.hajii.osoo.caltuu.matarti.bateyuu..siiti.hin.xiqatuu😢😢😮uuuufff

  • @Furudosee
    @Furudosee 16 дней назад

    Haqii caltuu baraa Amslee habuu malebo🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🤧🥵🥵🥵🥵🥵🤧🤧🤧🤧🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🤧🤧🤧🤧

  • @faxumahasan1401
    @faxumahasan1401 16 дней назад

    Wayoo gara koo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 calatuu koo Rabiii bultii garii sifi hakeenu ☺️❤

  • @SifaanSaman
    @SifaanSaman 16 дней назад

    Walhii walhii dubiin tun yo dhugaa tate maqa dhiraa balesitte ati hajji malii nadhoon akana kabalan dachiti dabaooltu wajjin hasofta tuu😮

  • @AbdallaSuliman-w4f
    @AbdallaSuliman-w4f 16 дней назад

    Namtittiin Haajjii jedhamtu kun dilluudha akka dhaltuun ittiin taphatti

  • @ayshaaysha6273
    @ayshaaysha6273 17 дней назад

    Dhugaa jettee Annii kolfuma fii dhuffaa barrii

  • @JamilaJ-rt2mm
    @JamilaJ-rt2mm 16 дней назад +1

    ❤❤❤❤

  • @WasaneAsefa
    @WasaneAsefa 16 дней назад

    Silaa hajin kun bahee hin hojetuu kan akkaa dubarti dhalee mana oluu yaa cubbuu caltuu hinumaa sii godhee hajii micayyoon nama cimtudhaa waq

  • @TanazilaakamaaTanazilaakamaa
    @TanazilaakamaaTanazilaakamaa 17 дней назад

    Ati dubartii moo dhiiraa akkamitti ilma dhiiraa akkanatti ajaa'ibdii gurrattuu gurrattis dubartiin akkanaa dubartiin akkana arsii keessa galtee arsii keessa guyyaa lama guyyaa lama ganda keessan walta biyya ambaa keessa taateen malee kun ka'anii hayyee safuu ayyaa abbaan manaa biyyaa yoo ta'e kabajaa gabaabeytaa mee kabaja abbaa manaa keetiif

  • @aantuukamal4181
    @aantuukamal4181 16 дней назад

    Shekka itti yaami namittin fayyaa wan qabduu hiin fakkatuu biismillah

  • @Furtuuoroyutub
    @Furtuuoroyutub 16 дней назад

    Ebadee shaqalaa te.ee Hajin shaqalaa Godhatee Namitin isaa akanaa shaqalaa tuu argufii bagaa gamadee 😂😂😂😂😂😂Caltuu❤❤❤❤🎉🎉

  • @sinkeseseba6563
    @sinkeseseba6563 16 дней назад

    Yaa rabbii nuu baasi maalii jennaa ree

  • @obseeobsee
    @obseeobsee 17 дней назад

    Itti mudii dhukkee irraa kaasi
    Garuu eenyuu fuudhe isa moo ishii dha? AJAA'IBAA uuuuu salphinaa

  • @UaeUae-g9
    @UaeUae-g9 16 дней назад

    Auzibilahaa Mali aboo😂😂😂😂😂Alhumdullihi rabbii midhamaa gatuu gannaa haqan caltuu bahaa jiraa 😅😅😅😅😅

  • @gladiakel-jl1fm
    @gladiakel-jl1fm 17 дней назад +1

    Bagaa sitii hajii cubuu caltuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @hawituunarsirabi5168
    @hawituunarsirabi5168 17 дней назад

    Namni nama zalmu akii isa fulan dhayamuf ole hin bultu barii nuu esa jiru rabiin nama zalaalami walin jira gana haqaa nama zalamite hunda sira baha amoo namni dubarti irraa ani jaba aka fedhe dubarti godha jedhe qoma dhayate dhadatu osoo ole bule rabin isaa debise ittii warwardhu

  • @Madenah-j9d
    @Madenah-j9d 16 дней назад +1

    Haa jennuutii isiin ala jirtii kaameraa eentu kaaye

    • @FaaxooYaboo
      @FaaxooYaboo 16 дней назад

      Anallee na dhibee kun sobaa fakkaata

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 16 дней назад

    Ani haajii osoo taatee nikaya ishee irraa buusee ari'aa wellaah

  • @islamnawhiwotejanatnawminyotee
    @islamnawhiwotejanatnawminyotee 16 дней назад

    ahii caltu baguma rabbin kana si agrsise😢

  • @ArabeDasta
    @ArabeDasta 17 дней назад

    Hajin jetani kuni dhugamati arasidha???

  • @Snaa0Snaap
    @Snaa0Snaap 17 дней назад

    Osoo Caltuu tatee yonaa qataa dumee iraa fudhatee jawalaa ayyii namaa miskinaa midhuu salphachuun ke hin hafuu

  • @sinibona
    @sinibona 16 дней назад

    Yaa rabbii nu bassii Atii 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @JayMike-g8x
    @JayMike-g8x 16 дней назад

    Hajjin kun abarsa qaba hadha fi abban ke yo lubun jirte dhifama gafadhu du aii naf godhi jehen dhala balage walhi akkan hin agare fula hin keninif ha sii sudachu qabdi dhalan

  • @ShartuBakrii
    @ShartuBakrii 16 дней назад

    Dhugaa isitii jabadhuu haynii miskinaa akkanumatii namarraa bahaa😢😢😢 h😂😂😂😂😂😂

  • @FeyisalAmin-u9y
    @FeyisalAmin-u9y 16 дней назад

    Alhamdulillaah bagumaa dhugaan Caltuu batee Caltuu baga gamaade bagumaa lubbun jiraatee argitee cara hajii baga Rabbii si argisiisee walumaanu baga argiinee Caraa Hajii baga sitti Hajii nadhoo jijiruun akana qabdii kaa yaa Hajii kkkkkkkkkkkkkkkkkkk

  • @KalideSharafuu-lh5xq
    @KalideSharafuu-lh5xq 16 дней назад

    Aboo ati akka dhirati dalģadhuu dhalani matarati sin fiicani ishi

  • @SumayaaTube-p9n
    @SumayaaTube-p9n 16 дней назад

    Kkkk dhukkee irraa kaftee bar garu obsaa qaba haluma badii qabunuu yaa garaa kiyyaa inuma kolfee anii

  • @JAAFARIBRAAHIM-k1r
    @JAAFARIBRAAHIM-k1r 16 дней назад

    Amma Wal jaalattan haa jennuufi moo maalif video kana waraabuun barbaachise 🤔❓

  • @hajeradam3751
    @hajeradam3751 16 дней назад

    Lakkii fayyaa qabu hajjin kuni firaa qabu kan isaa badaaduu😢 akkaa Arsiiti dubartiin tennaa jarsaa ni kabajjii. Dhiirrii arsiis dubartii ofii taa iyyituu hin fedhuu bagumaa Arsii ta'ee wallaahi dhalaa harargee tana jelaa saalfanne😂😅

  • @Dinagdee
    @Dinagdee 16 дней назад

    Namiti tanaa fulaa ishee inumtii beeka laata

  • @Natitube-n6l
    @Natitube-n6l 17 дней назад

    Caaltuu tenyaa bagumaa jiratee akkan argitee Allhamdullilaah dhugaan hin turtii maalee hin batii hin turaa balee hin uraa jetee jedhan 😂😂😂Kun 😂😂

  • @hawituunarsirabi5168
    @hawituunarsirabi5168 17 дней назад

    Hoji kee argate yoma hanganatti jawala male sii jirachisa jirtii

  • @Deebiimidea8470
    @Deebiimidea8470 16 дней назад

    Wow itti jabadhaa akkaa ajaibati jirtuu😅😅😁😁😁😀😀😀😀😃😃😁😁😃😃😃

  • @MmMm-up8yt
    @MmMm-up8yt 17 дней назад

    Hajii qalitii tanaa yo dhiraa tatee kameraa duratii fulaa irraa banii nu garsisii me gafaa si hiytee firaa si Arotelee Akaa mamadoon biraleen firaa bekutii😂😂😂😂😂😂😂

  • @خديجةيوسفانور
    @خديجةيوسفانور 17 дней назад +1

    .miskina walahi nyata iti kenu qabdi wan fedhehu tahus 💔💔💔💔🥹🥹🥹🥹😥😥😥😥😭😭😭nyata godhe si ege galatefaachuu qabda walahi 💔💔🥹🥹🥹😥😥