Akkata Email Edit itti Godhan |Akkata Email itti Jijjiiran

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 дек 2024

Комментарии • 33

  • @Masiitube-er5os
    @Masiitube-er5os 2 месяца назад +1

    Ashamma jirtuu qaaqaali waane ummat jaalalaa ❤❤

  • @sharajituu6712
    @sharajituu6712 2 месяца назад +1

    Abduu me imeli ko lakofsaan ittin bane malee jijjirachuu nan dandaa'a

  • @FuadDire-54o
    @FuadDire-54o 2 месяца назад

    Wow sirritti nuu gale jiraa nuuf jiraadhu barnoota gariidha

  • @BakkalchaIslaamaa
    @BakkalchaIslaamaa 2 месяца назад +3

    Abdul kiyya RUclips tokko Bilbila irraa gara Bilbila tokko Akkamitti jijjiirrachuu Dandeenya

    • @Jondaniel_janiy
      @Jondaniel_janiy 2 месяца назад +1

      Email youtube ittiin bante sana bilbila irrati jijiiruu barbaade San irrati sign in godhi

    • @jamaalhaji4051
      @jamaalhaji4051 2 месяца назад

      RUclips nama biyya ALA Jiru nama keessa jiruuf kennuu akkamiti kennuu danda'aa

    • @jamaalhaji4051
      @jamaalhaji4051 2 месяца назад

      ​@@Jondaniel_janiy
      You tube Namni biyya ALA jiru akkamitti Nama biyya keessaa kennu danda'uu

  • @MeyramaAmanaa
    @MeyramaAmanaa 2 месяца назад +2

    Me Fesbuka jalaa Lakk haquu na debisaa

  • @Soora-chaeli-family_https
    @Soora-chaeli-family_https 2 месяца назад +1

    Walekuma Salam

  • @Oromoogerls
    @Oromoogerls 2 месяца назад

    Ok tnxs

  • @Jondaniel_janiy
    @Jondaniel_janiy 2 месяца назад

    Channel kiyya ji'a lamma lufeera garuu channel history kan jedhu right naaf godhuu dide

  • @jamaalhaji4051
    @jamaalhaji4051 2 месяца назад

    Abdul please namatuu you tube ufii na keennuu barbabaa namtichii sun biyya ALA jira Ani immo Ethiopia Jira akkamitti naf dabrsuu danda'aa please Abdu please

  • @Xiiqiimedia
    @Xiiqiimedia 2 месяца назад

    Kan na hin fayyadneen yaalee argeen ture galatoomi

  • @KasimAmesa
    @KasimAmesa 2 месяца назад

    Sabboonaa keenya KYC metamask verify gochuufi akkaataa mallaqa irraa baafachuu danda'an irratti nuuf hojjadhu qaalii namaa

  • @Agaro3880
    @Agaro3880 2 месяца назад

    Abdu gaffi kana asuna erat naf debisi Bilbila 1 eratti RUclips 2 fayadamaa jira rakko qabaa??

    • @Jondaniel_janiy
      @Jondaniel_janiy 2 месяца назад

      Rakkoo Hin qabu 10nis fayyadamuu ni dandeeta

    • @Jondaniel_janiy
      @Jondaniel_janiy 2 месяца назад +1

      Rakkoo Hin qabu 10nis fayyadamuu ni dandeeta

  • @AHLULKEYRIMEDIA
    @AHLULKEYRIMEDIA 2 месяца назад

    Linki RUclips kiyya kana sabis cribi godha jedhin me Abdu kiyya 100k Na galcha meples oro tiyya

  • @ibsashowG7
    @ibsashowG7 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @ibrishtube3616
    @ibrishtube3616 2 месяца назад

    Ws wr wb

  • @AHLULKEYRIMEDIA
    @AHLULKEYRIMEDIA 2 месяца назад

    Obboleyyan kiyya keyri Argattani me Sabiscrib Nuuf godha Abdu kiyya Keyrin siif haa dubbatamtu tana Afaan dhabde hundi Afaan siif Haa Argattu please 100k Nu Galcha me ❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @zainabzainab2785
    @zainabzainab2785 2 месяца назад

    Siilki pawori dhabee baanamu didee akkamiti banana 😢😢😢😢

  • @BoharsituAbrahim-fp1xh
    @BoharsituAbrahim-fp1xh 2 месяца назад

    Yaaboo emaali kiyyaa hedduu takka youtube media hundan banee wan dimmtuu warniing mallatto narra kadu didde ammoo lakkofsa cover godhe email na didee kan biralle banee saniin. Cover godhuuf yaade ma didde

  • @jamaalhaji4051
    @jamaalhaji4051 2 месяца назад

    Abdul please namatuu you tube ufii na keennuu barbabaa namtichii sun biyya ALA jira Ani immo Ethiopia Jira akkamitti naf dabrsuu danda'aa please video naf hojjadhu please please

    • @AbdulApp
      @AbdulApp  2 месяца назад

      Barsiisen jira barnoota isa channel kiyya jala argata

    • @jamaalhaji4051
      @jamaalhaji4051 2 месяца назад

      @@AbdulApp
      Video ke Jala soqeen Jira garu please video sana jalatti mention na godhii please please

  • @KamalBulo
    @KamalBulo Месяц назад

    Wow

  • @Seenaatube-qv6os
    @Seenaatube-qv6os 2 месяца назад

    Lakk.. kee naf Ergii mee bro

  • @AbduAbbu
    @AbduAbbu 2 месяца назад

    Please abdiye kesan si dubisa naf debisii

  • @DarajeRagasa
    @DarajeRagasa 2 месяца назад

    Yaaa

  • @AsAs-lw4nu
    @AsAs-lw4nu 2 месяца назад

    Mee imo na jala cufate

  • @BurtukanHusen-n7y
    @BurtukanHusen-n7y 2 месяца назад +1

    ❤❤❤

  • @Jondaniel_janiy
    @Jondaniel_janiy 2 месяца назад +1

    Channel kiyya ji'a lamma lufeera garuu channel history kan jedhu right naaf godhuu dide