Yaa rabbii Ati ni dandessaa caaltuu manaa fi bultii isheeti deebiisi ya waqayyoo ati ni dandess 🙏🙏🙏 Ani wacuuma dhalaa hajii tana dadhabee baggaa kenef mal godhaa nun jettaa Atiyuu dhiraa bultii qabutii demtee galtee salfadhuu kan keetuu hin bektuu
Caaltun tama dura gubate demte namichii itti basatuma dema yoo gubate male maal argati ani hin hawufi duran osoo itti debite jedhe yaada ture hajii tatu kuno dhala pirankii itti godhan hunda hin fudha jedha hajin hin jijiramu dubarti jijiruu male
Maf maratan sila mal wanuma hunda median as kaatu ummata sammuu furii icitii dhirsaaf nitii keessan suuta wal gaafatu malee like jeecha mataa wal nyaatuu ici dura sin jaaladha turee si jibe wanuma bareeduu sin irraa hin Argenii ibboo ummata mataa dhoqee ici nama jibisiistu yoo gaafi tahe video duuba gaafadhu yoo like feete keennaa bitifii gamachisi muccaa mataa hin nyaatin
Tun Abaramtun namitii mucaa mataa nyaatee bagaa bitef attii gafa mana kana dhuftuu Akka nama nama Aba wara qabuu hin beytuu mo Saaree mal guyuu ittii iyitaa mucaa mata nyatee
Faayoon hin bareefama dubisuu hin beeytu mo sa?, imaaneen akka video sun ta duraani taate bareesite turte, wa hundaafu faayoon jarsa nama hattee akkamiin akkatti afaan banti, an sila abdi tahee hogaasiin
90/Sagaltama sii tajabe jedhe😂😂😂
Wly kun qiyamaa Addunyaati jarsa jartii kafana jedhu jarri kun garuu Wly gadaa fi ibiiddaa🙆♀️
Osoo ta'eyu Fayoo ati ofii itti galtee osoo beetu tasgabayi yoo siifi tane dasee kee guradhu akka dhuftee deemi🤣🤣
Kkkkkkkkk kure kotuu matii nafii ta.ii
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii
eeee banee
🤣🤣🤣🤣🤣
Dubartii akka ketitin waa jedhin waan si qunamu hin beytu kessatu namicha kanaf
Yaa rabbii Ati ni dandessaa caaltuu manaa fi bultii isheeti deebiisi ya waqayyoo ati ni dandess 🙏🙏🙏 Ani wacuuma dhalaa hajii tana dadhabee baggaa kenef mal godhaa nun jettaa Atiyuu dhiraa bultii qabutii demtee galtee salfadhuu kan keetuu hin bektuu
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Namnii caaltuu jaalattan namichaa kanaan hawwitaani dhugaa ishees akkanumaatti itti taohachaa turee maaltuu jijjiramnaan
Caaltun tama dura gubate demte namichii itti basatuma dema yoo gubate male maal argati ani hin hawufi duran osoo itti debite jedhe yaada ture hajii tatu kuno dhala pirankii itti godhan hunda hin fudha jedha hajin hin jijiramu dubarti jijiruu male
@@xtrau4148 yes🥰🥰
Yaa faayoo ani Walloluun keessan baayee nattitolaa jabaadhaa garuu jaarsa kee yeroo hundda Lolaan hin keessummeessin nabiin rabbii s a w Dubarttiin Arraba dheerattu guyyaamaa rabbiin mismaaraa ibiddaa Arrabakeessa baaseefannisa jedhaanii ufegii rabbiikeetiillee ufirratti sodaadhuu warrii yaanni kiyyaa isiniif tahee profile kana tuqaa maatii naaf tahaa galatoomaa
Mati naf tahi qomoo
@@senitube8317 tole atis koottuu
@@seruutube9285 Tole😍
Matii nafii Taha sanyii koo
Obboleeyyan warri qur,aana barachuu fedhii qabdan koottaa Asiin gadi Tuqaa maatii Tahaa baradhaa Arra dhiiftanii boru hin sheenawinaa
Koottu maatii naaf tahii
Eesan Gad Xuqaa?
Wl wr wb
Kkkkk ajaa'iba rabbiitti atii Osoo hajjii haala fi amalaa isaa beektu maaf itti heerumte sii dura niitii meeqa akka qabu ni beeyta 🤔🤣🏌🤦🏻♀️
Ummaata maata qullufii màata nuu baanatanii taara Asii iraa😏😏🏌️🏌️
Yaa hajii Atii fayaa hin wabduu dhalnan Amaa zeutii sirtii naqan Atii onee tee hedudha subhanlihi Rabiin sii haa qajelchuu takaa wajini naguaan jirtaa hin jirtuu
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
Wayiiiii fayo akana haqnii aba debiyu qaba
Rabbumatuu sii gubbee hajjii cubbuu caltutuu sii qabee
Ayyii hajii caraa kee gafaa caltuu dhabdee kasartee💔💔😭😭😭😭😭😭😭
Kani duratii bari video refuu gadii dhisitti malee Imanee Hin naratii Fayyoo safudhaa boo
Yaa umata nagyani jiradhaa woli kabaja jirun duniya xiqodhaa jalalaumani jiradha shexani isnti hin tabatin dhifama yoo dogogore
Rabbii sii marachuu dhaltuu namachii dhala olii gadii ofuu waalii maratii
Ati gowwaadha osoo yeroon sirraa hin dabarree gurbaa kana dhiisii lakkii faayoo eee miskiin wallahi faayoo
Yeron isin ilaale heeruma jibba wallhi
Dhugaa ketii 🥹
Kuni namichi ummama namatu hin qabu dhalans taama baarte kaana hoolla wojin kaa jirtan rabbin isin haa qaalachu issinumaa jibba ani kijjibdota chaltu nama baftan mana isii irratti woli nyaatan rabbin isiin haa baalessu abo
Raabiin amrii jaabate isini haa lafsuu inshaa Allah giizzee maarayuu waalumatii iyaa oltaani 🤳🤳🤳🌺🌺🌺🌺🌺💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏
Ana dhifamaa naaf godhate isini lamanu jarsaafi jarti hin fakkatini🙄🤔🥱🧐🙆♂️🙈🤣🤣
Matii naf tahi qalii
@@senitube8317 tolee
😀😀😀😀
Walahi mucan kunii malii yarabii jarati rabbi sodatuu kenifii subahan Allah
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii ko
Atiho gezee mana Nama dhuftuu situ dogogoraa hojate ishiii atuu safuu dhiftee
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Rabbin sifi haa lafisuu shuban Allah
Omg Wallh hajii uman tee du’ayii gosiifaadhu mali caltuu malee imeenefi tuunis maa sii diiqessan
Ajibaa beri hajji irati wol fixe
Atis yoi keenna fetee warraa ketii galii🤣🥱
hajjin sif bitaa
👟👟👜 tanuma laman gartee gubatta mii🏌️❓ baga biteef↩🙏
Fayyoo dhugaa Rabbii hajii kana mudoo waayii ittii Gotuu malee biraa demin dhugaa Rabbii zayitaa daafiis fulaa isaa irraa Gargaalchii dhugaa Rabbii maalii kuni dadhaaba uuuuuuuuuuuu kanu samuu miti huduudhaan yaada Gadhee kana
Harkaan cinkii rabbii namaa haa basuu
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Dhuga kettii dhuga kettii dhuga kettii
Maa darsa raaftee dhaqxee ati dura Otoo Eman jala jirtuu dhaqxee mitii gadi taa'ii kaa kunuu sitti xinnaata waan durtiin isinirraa waan gaarii barattiuu Yoom hojjatuu isin maa nama cinqituu otoo caaltuu miskiina waan godheera beektuu sadaffaa dhaqxee tutuqee gadi sinaa dhiisuu baayessa godhe hajjiin
duraa ijaa qabiduu ammaa iyyiittuu
dhalaa harargee taanaa mataa qabiduu ichii waal irraa deemtee iyiittii
Aswrwb situ. Iratin. Dhufee
Uuuuuuuuu isin gana akkatti bultan fidduu mediarra astagfrullaah isin lamaanuu dhirsa namaatti galtan gantoota atif imaan wlh jish maqaa kessan eggadhaa of sattaraa
Atii malif dhaxee oso ishiin jirtuu?? Situ dura mana ishii sente, atis atudha jarsa nama atee, isiin lamanu sirri mitii, calisii hajii hin caqaccaqiin aboo, ajiin badi hin qabu isinumatu marata
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii 😘
Nafi jiradhuu aboo baga iti himite
Yaa rabbii kiyya ummataa rabbiin gubba kanaa Azabaa galchee subaana Allah 😭😭😭
Koottu maatii naaf tahii
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Azabuu Dunyiiyaa Hinjeetuure😁😁😁😁😁
@@7yatmj943 maalttuu
@@7yatmj943 maakol fitaa
😂🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂😂
Waaan gotuu lubbuu guyyaa duraa ofii ittii galtee amaas yoo sii hin tannee gadii bahii irraa demii malee akkaatii hin iyyiin !
Yaa obbolleewwaaa. Koo raabbii bultiin sii hin mokoriin!
Namiichaa tookotuu gafii nama gudaa gafatee gizee hudaa manii kiiyaa ibiida jeedhee gafatee..achiibodaa deebii debisanif. akkan jedhanii giizee Alla oseetuu bisiimillhii jedhii jedhaanii. EGASII Aswrwb jedhaanii....gafumaa..siniiraa manii isanii qabanahee..
Video durani gizee atii dhumatee irati janajana turtee sani wali lolani kenaa bitee ararafatee malee amaa maa waqaa barabadani
Sadiinuu wolitti qabi.Caaltuu,Iimaanee fi faayoo sadiinuu kutama katti dachaasii maddii shirshir jedhi😂😂😅😅😅😅
Caaltuu misikina manaa ufiit debi"a jirtii karaa gadii dhisa🤣👍
Akka wan fayya qabnee maa godhattaa niitittii vedio kan duraanittii
Uuuuuufi dhalaa Haraage rabumani isini haa lafiisu subahnala
fayyoo attillee iyyaa egalete uuufff😔😔😔😔
Habibti vidiyo kaa duranit adni bafdhuu
Rabbin issin hagargaruu insha'allah
Akkami nama jibisitu dhugaa rabii calituti cubbu gotee hajii dubarti akka calitu hin argatu
Siin fayyaduu kunii boyyeen
Kkkkkk felim yamnaa namaatii tolaa
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Ati yeroi ishiin biraa jirtuu san maa biraa deemtee😂😂😂😂
👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎
👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎😂😂😂😂😂😂😂😂🤣🤣🤣
Gafii Bareedaa Gafatee
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
@@7yatmj943 as wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Eyee vidoon isaa duratii gifitii hin ariifatiin adaa basaadhu
Wa'alwyikum sallam worahmatullahii wobarakatuhuu
Atis gaafa duraa woraqaa isii kenniif sittin eerumaa jettee cinqaa turte jezaan hammaa harkumarratti namaaf deebiti. Yaa Rabbi nusattari
Waa'een keessan namaa aja'ibaa duraan maaliif itti heerumtee bulti namaa keessa seentee
Maf maratan sila mal wanuma hunda median as kaatu ummata sammuu furii icitii dhirsaaf nitii keessan suuta wal gaafatu malee like jeecha mataa wal nyaatuu ici dura sin jaaladha turee si jibe wanuma bareeduu sin irraa hin Argenii ibboo ummata mataa dhoqee ici nama jibisiistu yoo gaafi tahe video duuba gaafadhu yoo like feete keennaa bitifii gamachisi muccaa mataa hin nyaatin
Situ carata irrati dhaqee bari mani kani keessa jiritu bate demuu dadeta
Namicha kanaf beeri isaa jella deemtu lee wly umataa gowwaa tutuuuu
Maree haa kenufii
Ati yeroo duraa jartii qabu sanii maa biraa dhuftaa Rabbiin isiin haa qaljeechuu🤨🤨🤨🙄🙄
Fayyoo mani kun ketile miti kan imanetile mitii kan Calaaltutii
Uuuuuu🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️
Ajeesii.saa
Saree.kanaa
Us Atuu Iraandhexe Saree
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓💓
Yarbbii yaallh
Haajii mucayoo tana hiikii tun zeytaa sitii nayxii wlh obolii
Dhugaa Keebantaa Dhalan Harargee Safaxaa Hinbeytuu Wly
Fayya dogogrte malee kadurni gadhifete iman sapirsin duraa ada bafadhuu ok
Tun Abaramtun namitii mucaa mataa nyaatee bagaa bitef attii gafa mana kana dhuftuu Akka nama nama Aba wara qabuu hin beytuu mo Saaree mal guyuu ittii iyitaa mucaa mata nyatee
Atii duraa oso imane jala jirtu mana dhufnee
Mani kani caaltuti isiin lachu homa kessa qabdani😋💁
Jazbaa
Videon kan duraati. maf maraata isaa ati sammu hin qabduumoo. maratudhaa
Usii bekamaa itii herumetiii oduuu
Rabbin sinif ha dirmatu ya rabbiii dirmadhuf
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
@@sandabastudio5518 WA Wr Wr dhufen jira qaqaliwan oromo oboleyti kiya of egadha warii bulti qabdan wanta Akanara hama rabbiin sinif lafise jabadhu👍
@@ahmedyassin5667 ok galatomii qalii nama
@@ahmedyassin5667 👍👍👍👍👍👍👍👍🤲🤲🤲
Ofii itii dhayxee
😭😭😭😭
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💞💞
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii ko
Raabbii sihaa lafisuu. Yaa umaataa
Fayoo duraa Adaa bafachuu vedio kaduranitii utuu sifudhinii
Hajiin kunille gowaa wly maqaa Ijoollee arsii nyaatee dhalaama hundati kafata olaa
Wly Immanumaf Fayyo Tanalee Hinfedhuu😒😒😒😒😒
Kkkkk😏🙄🥰
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii 😘
Kanii duratii mee mucaayoo maalii taatee
Masaanuu sadeenuu wolitti dachaasi kalas maafii mushkiil 😅😅😂😂😂😂
🤣🤣🤣🤕
@@giftioromoo dhugaa sadiinuu fuuchuu qaba😅😅
Dhalan hargargee maaf akanaati iyitii
Debite Nugafatta Amala isaa osoo beytuu itti senttee jalatte itti seentte waanta,eef obsi wajji jiraa dhu
Yeroo ketis Emnii akkasuma goww namicha maracha jirtii kuni maluma akka maratuu godhatii
Shexxanna dubartii jechun worra hajitti herumani video ira marranuudha
Kkkkkkkkkk
Ajuzaa niitii
Ayii caraa kee yaa hajii
Kkk.sitti.bagaa
Wlh ummata cinqi kana rabbin wali nu fidan isin😔
Mati naf tahi sanyii
😁😁😁😁😁😁
Matii nafi tahii
Mucayoo kontirataakee fixetaa kalas ma iyitaa hoo🤔🤔🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🧐🤣🤣
Yaa rabbii nuu satari
Raabbii jedhaa nun burjajesina🥱🥱🥱🥱↩
Harkaa ufii defatii ka attuu oso inii isii waajii jiruu dhaxee itti galtee miti 🤣🤣
As wr wb yoo rabbiin siif lafisee maatii naaf tayii qalii nama
Faayoon hin bareefama dubisuu hin beeytu mo sa?, imaaneen akka video sun ta duraani taate bareesite turte, wa hundaafu faayoon jarsa nama hattee akkamiin akkatti afaan banti, an sila abdi tahee hogaasiin
Ajibaa qabdaa isnii wal jalachuufi wal loluun keessanis hin turuu eee miskinaa
Fayyoo Tasgaba’ii
Atuu jirasumanama jaladademte herumane maratuu afanihen baniini usiitai
ℕ𝕒𝕞𝕚𝕥𝕥𝕚𝕟𝕚 𝕤𝕚𝕚 𝕘𝕦𝕟𝕕𝕕𝕖𝕖 𝕙𝕒𝕛𝕛𝕚
👹👹👹👹🤑👹👹👹👎👎👎👎👎👎👎👎👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹👹🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍
dhugaa imaneetu vidio duraa ref gadhisa silafuu fayo atiis dura akkamitti bira dhaqa turtee😳😳😳kalaas adabadhu fayo yo fete halkanuma bira buliti jiradhu🤫🙊🙊
Ati dura jaaras namaa ti heerumte maaf iyita sila🤔🤔
😂😂😂 jarsa isiti obolesa kiyaa jeetiin 😂😂😂😂🤚
🤣🤣🤣🤣
ofumaa itti seentee osoo beeytuu🤔 gubadhu kaa