Cunboo ykn Coororsaa, Oromo black forest cake. cunboo oromo cultural food, NYAATAA AADAA OROMOO
HTML-код
- Опубликовано: 6 фев 2025
- Cunboo/coororsaa is one of Oromo cultural food in Ethiopia mainly in Wollega. It is usually served during wedding celebrations and different festivities.
Jabaadhu hojii gaariitti jirta share gochuunsifaana jiirra
Coorosa kana heedun barachuufi nama heedu gaafadhe ture namni ani gaafadhe hin beekani turan hardhaa baree jira heedu galatomii sanbootu oromo harki kee fayyaa ha argatu ❤❤❤
Wow Oromoon aadaa baayye qaba akuma ballaa dha aadan isaalle ballaa dha ani ardha argaa jira kana nuf jiraadhu sabboontu Oromo 😍👍💪💪💯
Welcome back Oromoo jabadhu iti fufuiii ijolee jajabesani lakii iti bayisaa pls 🙏🙏🙏🙏
Heduuu baredaa jabadhuuuu
Ashu bareduu akkamin akkan si jaladhu osoo bekte damma too hojin kele Akuma ke bareda so I like it beautiful
Dhugaa Anii iyyuu sirraa baradhe hojetadhe bayyee nati tolaa
Wow wow baayye namati tola dhugaa
Wow...looks yum . Good job
my dear i am from other ethinc i dont know oromia language but i love thier food n the people as well already subscribed it and get knowledge from you ተባረኪ
Wowowow👍👍👍👍👍👍👍👍
This is oromo pizza. I hope I get to taste it one day!!
Bayee bareeda. Thank u for sharing our culture
Can't wait to tray. Looks delicious❤
i like this food. am student at ambo university. am from Gambella.
Bayye Gallatomii ❤️❤️
Ilmaan oromoo Maloo waal guddisaa like, sher fi commenti godhaafi please!! Akkam saba kanii wal guddissuu wayyaa !@
Ba'eeee bareedadha jabadhuu dafi dafi kotu!
Oromo mucaa kana subscrub gadhaafi hedduu waan gaari namooni nannoo garaa garaa hin beekne nu barsisuu jirtim
From 🇬🇧, Oromo Koo, you are amazing, the cooking is amazing, your food looks amazing.
Thank u🙏
Wwwwwwwwwwwwooo Bayee namatii tolaa
Galatoomi bareedduu jabaadhu baay'ee gaaridha itti fufi 👍💪💯❤️
Maalo baayye baayye nama awwisiisa dhugaa galatoomi bareedduuko arka toleettiiko nuuf jiraadhu
Naaf jiradhuu 🥰🙏
😍😍 one of my favorite food 😋😋😋
Thank you Mimishakoo 😘
Wow bareedduu 😘 baay'ee galatomi qaali 😋😁👌👍💪💯
Beautiful back ground! 👍
Qoqocani Mali??
Wow 👏 👌
Galtomi Habibti ❤❤❤
Waawoooooww ebifamii
Jabaadhu aadaa keenya beeksiisi. Garuu waanta tokkoo siif dhaama, maqaa wan nyaata afaan Oromoon utuu jiru afaan habashaa hin gargaaramiin. Ayibiin afaan keenyaan Baaduu Qimxoo/Itoo jedhama.
Gallattomii bareduukoo haraan dhaga,ee kunoo waan gudaa naaf himmttee gallattomii🙏🙏dhugaa naaf jiradhuu
Baredutiyugororachchubisajira❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu habibtii
Jabadhu lami too 👍❤️💚❤️
Naytaa adaa oromoo kanaa hedominaan yoo beektee nuu dalagii
Harkaa fayyaa argadhuu💋💋💋
Kana eegaan ture galatoomi bareeddu👏🏼👏🏼👏🏼
Oromo koo ulfadhuu bareduu👌
Jabbadhu
Naaf jiradhuu 🙏
Jaabaadhuu
Jabaadhu waan ofii
Wow good food
Wow baayen jaladha cunboo
saboontu oromo. nuf jabaadhu...
Thank you for sharing this 💕 do you mind to telling me where you got metade
Keep it up
Jabaadhu
Jabaadu. Bayyee bareeda
Waan bayyee gaariidha. Waa siyadachisuuf kororimaan afaan oromootiin ogiyo jedhama.
Gallattomii 🙏🙏
Wwwwhu ❤❤❤❤
Bayee bareedaa bareeduu too
Wooowwwwooowooo
It looks so yammy🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘🥰😘😘my Oromo
Engilifaan,akka,ittiqoophaa,uu,naaf,ergii
Oromo pizza 🍕 I like it
Esaa baddee ❤😢
is that teff flour? what do u add on the butter ?
Jabaadhuu❤
Nuf jiradhuu wantotaa yeroo dheeratif essattin Bara jechaa turee sirraa baradhera nuuf jiradhuu bareddukoo
Dhugaa jettee anis waan baayeen irraa baradhee namoota akkana jajjabeeffamu qabu subscribe godhaafi
Kottuu maatii naaf ta'i😍
Tolee baredduuuuu koooooo
@@abayineshbekele3778 😍😍
Cunboon Gabatee itti nyatamuu qaba, kan dhadhaan itti baksaamuus qab, innis Mashaaroo Jedhaama , ergaa nyata kana bekissiisuu barbadee meshaa isaa wajjiin oso bekissiftee hinbareeda.
Galatoma
Nuf jiraadhu barreedukoo
Nuuf jiraadhuu
mashalaah tbarkalh
Gallattomii 🙏
❤🎉🎉🎉
Cororsaa fi cuumboon adda adda moo tokko dhaa?
wow
Waw
Walaggekoooooooooo
Yoo siif danda,amee cukkoo nu barsisiimee pls
Uuuuuffff nangomjahe
Dhugaa An ntaata barachuu gogle irraa search godhaan turee garuu akka itti hojjatamu argachuun dandene ture uuuuf ulfaadhu haadho koo hedduun si jaaladha
Galatoomi burteeko umuri hedduu nu jiraadhuu
Naaf jiradhuu attiis🙏🙏
Qoqocaa jechu mali???
Dakuu xaafi male kan bira irra hin dalagamu?
Galatoom
😍👍
Galatomi baredu
Akkasi mitti gifti
💗💗💗💗💗🌷🌷
Baay,eenamaatiitoolanuufjiraadhuu,
Galatimi
Gallattomii 🙏
hadha
♥️♥️♥️💯
gallatomi nuf jiradhu jebbadhuu kanuman itti fufi
WaaW !!! Nyaata mi'aawaadha gaaf tokko na affeerta.
Akkaatah bidin tafii yokkaan injeraa nunu barisisi gallatoomii
Thank you very much
Wwwwwwwwwwowwww
Galatomi
Galatomi oromtitti waan hedduu nu barsisa jirta.obolonni kiyyaa jajabessa nama kana subscribe like share godhaafi
Gallattomii 🙏🙏
👍👍👍
yogurt, Aybe, Kebe butter OMG this is crazy unless you serve it with salad or veggies 🌶 it’s all Dairy products no nutrition at all please try to modify healthy wise thanks
አንድdislikeየሰጠሁሽእኔነኝ
Mebtun yemitekem sew des yilenyal! Thanks
To much cholesterol sorry
cororsaa wallaggaa sin affeereera
ruclips.net/user/shortswdSQafTJZL4?feature=share
Wow...looks yum . Good job
Jabaadhu
Gallattomii👏
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤