Wooow this is the one of the finest song ever that shakes the heart of oromos to stand up for struggle for self determination...jiraduu nuuf yomilee umri dheraduu sanyii koo.
Saliha teenna rabbi umrii si haa dheeressu. ati fkn guddaa nama ta'uu dha wellistota dubaraa tenniiniif. hedduu waan bareedaa nuuf qabatte dhiyatterta. waandhi si haa gargaaru kana caala ammas.
oboleyan kiya ilman oromoo arti tenya gudii suf nam ni oromoo tate hun Yutube kesa sentani lalu qabnaa garu asira bustani fb irati basun arti tenya kufisa jiraa nuti me lalaa
Wooow this is the one of the finest song ever that shakes the heart of oromos to stand up for struggle for self determination...jiraduu nuuf yomilee umri dheraduu sanyii koo.
Jennaan jenne malee diinni fira hin tahu!
jabaadhaa qaqqaalii keenya 😍😍😍😍😍💗💗💗💗💗💗
Saliha teenna rabbi umrii si haa dheeressu. ati fkn guddaa nama ta'uu dha wellistota dubaraa tenniiniif. hedduu waan bareedaa nuuf qabatte dhiyatterta. waandhi si haa gargaaru kana caala ammas.
ETAF@ salia sami
Good Job❤❤❤
Nama ani hedduu jaaladhuuf dinqisiifadhu keessaa tokko Saliha Sami Boonsitu keenya jechootatu nahanqata rabbi umrii dheertu fayyaa waliin siif haakennu
Salia , kabajaa wojin , lamaan maal baleese jete ? Lamaan yoo , xinaate cubuu offira hir'seera!
SUPERIOR!! The most influential music of the year.
Dwarfs all of Teddy Afros Albums.
Expect Hell to fall on Wayane!
Wow ❤❤❤ #Saliha Atiif Ijoolleen keetis Umrii dheeradha.
Saliha, Saabootuu, Oromoo, Baareeduu, Koo, Baayee, Namaatii, Tolaa,, Jaabaadhuu, Baayee, Sii, Jaaladhaa, 🧡🧡💜💜👍👍👍💪💪
Great!Saliha,brave girl.I have no word to say.Umuri dheradhu
የኔ ጀግና ነሽ ሳሊዬ የኔ ውድ ኑሪልን 💚❤💋 ልጅሽ ደሞ ሲያምር አቤት ስታምሩ
saliha is unique!we love u!
Amazing clip
😍😍😘😘😘dubaartii qiixee dhiiraa nufuu jiradhuu
Saaliha goota kenyaa nuf jiradhu
Qabsoon kenyii galmaan ni ga'a ❤️💚❤️
Hedduu namatti tola, jabaadhu galanni kee bilisummaa haa ta'u. Dhugaadha "Diinni fira yoom illee nuuf hin ta'u" ilmoon bofaa bofuma!!!!!!!!
hayii
ahyiaknamijedhninamniwdutokomiti
ahtubofaichiiii
mabadbizitateeeee
yaa saliha.wanuumaa jedhee siif ibsuun dhabee jechaa siin madaluu sirbaa kanaa dhagefadhe keessaa kotuu naa booraweee madaan qabaa isaatu natii ka'ee galaani kee bilisumaa haa ta'uu umrii dheeradhuu bilisumaa dhebonee tanaa walini dheebuu nuu haa basuu rabbiin osoo kaa akkaa ketii bayi'iate maal qabaa bakkaa jirtuutii nagayaa siif hawwaa💪💪💪❤❤👍👍👍👌👌👌
Wwwww yaa saalihaa saamii ati dhugamatti sabboontuu mucattii oromooti jabaadhu fayyaa nuuf ta.i hayyuu hintalaa hamaan isin hin argin yoomuu
Woow sis akka male natti tolte sabontu teynaaa itti fufi Saliha
gotaa tiyaaa umraa dharaa ayya koo uuuuuuuuuuuuffff😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢 oso akka kee onne qabedhaa hayeee ❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Saamu keessa kootin si hima jast ❤❤
Wawwwwwwwwwuu gotaa tennaa nuufii jiradhuu qaallii
Wow really great Oromo koo
dhugaan siin jedhaa! seenaa oromootaa keessatti galmee goototarrattii galmeefamteerta. kabajaafi ulfina guddaas siif laanna.
wow jabaadhu sabboontuu teenya qaalii namaa mucaa kee garuu silaa rappera addunyaa nuuf tahees ni feena
Duugadaa ormii fiira hitaauu 👌🏾💪🏿💪🏿
Big respect u r my role model 🙏🙏
Nuf jiraadhu saliha ijollen kees ija dinara hafa
Maasha Allah ❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Rabbiin umrii ke nuf ha dhereesuu ❤❤❤👍🏻👍🏻👍🏻
rabbiina umrii si haa dheerasuu sanyii goota umrii dheera ijollee tae wallina jeechoota itina si ibsu naa haanqaata onnee tiya ummmmmpaaaa si jaaladhaa
Saliya I request a collabo with you babe 💖
Nuf hajiraatu takkittin tendance salihan🎉❤❤❤❤❤
Jabadhuuqomokoo💪💪💪💪💪💪💪☝️☝️☝️☝️
Saliha tiyya I love you💏❤❤❤❤heddun si dinqisifadha long live
❤❤❤
umrii dheraa ijollee tee walina sifa haa keenu saanyii goota long life salhi sami love you ever day😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Wow I like the message of the video and I also liked the fact that the dancers are from other African countries 👍
wowww ijooleee kee walin raabbii ummaa sini tolichee nuuf jiradhaa yoomiyyuuu umurii bara dheeraaaaaaaa
atsnajiradhqachtikkkkooo
sinisnujiradhaaaaabaysniijaladhaaaihcczarikeyaaaobolatakoowabarbadaninagafadhaaanikaninojadhudalalabiyadhlakanijiruberutijinufewagaafurtaerasgarugalnadebiaa
atimucaesatgagalikee
aniinerumneeganaumurwagakudha sadstii
wooow baaye barreda saliha fi jolle ishe
keep moving
Waaaaw saliya sagalen Kee baa'yee namati tolla all love💪💪💞💕💞💞💕👍
ممتازمبدعه خذمليون لايك
baye baaye namati tolaa raabiin umurii kee nuf haadheresu saliha kenya jabadhu
tekiu
isobiniiii
mabadebizitate
Waan na gammachiisu keessaa inni guddaan art #Saalihaa Saamii yeroo hunda #hambaa habalee cittee(oromoota raayyaa) itti siqeenyaan hordofuu isiiti .qabsoon tee hamma oromoonni raayyaa qaama oromiyaa ta'anitti itti yaa fufu
v.good
Woowwwooo jajaabee koo saliyaa ijjaa dinaa siraa haqabuu😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪👍👍👍👍
Abbo sirbba kana heddun jaaladhe osoo asummaratti towbaatte sabboontu tenna
im in love with this song i like it👍✌✌✌
WowowowowwwwwwwUuuuuuuuuuuuuuphphphphphpaaaa ijolee oromo hundafii isin jalAnaa Attii saliyaa jiaa tenaa
Jirashuu
Orabuulaa eduu isiin jalaanaa 😍😍😍
anissinjaladhabayekanat
Uuuuuuuuuuuuufffffffff dhugaa ketii
wow
Dhugaa jetee
jiraadhuu lubbuu
Jabadhu sanyii oromoo
Dubariti dhiraa caaltu
❤️❤️❤️❤️🌳🌳🌳🌳🌳🌳❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ i like it 😘
Saliha Smami Lubbu dheera nuuf jiraadhu!
Maal haa goonu dhugaa waaqayyon nu haa qarqaaru🙏🙏🙏
Waw nuuf jiradhu saaliha tena
saliyaa tenyaa bayyee tokko namatti tola garuu amma gayyee karaa rabbii ketti osoo debite baredaa tura amma ta.a akira yadii ☝☝☝☝
Gotaa.tenya.i.lave.you.oromo
Tiyaa.wowowow👍👍👍👍💔💓💘💗💙💞💚💟❣💛💓💔🧡💌💜💕💖🖤🌷🌹🌷🌹⚘🌱🥀🌺🌳🌲🍀🍁☘🌿🌾🌴🌼🌻💐🌸💮🏵
Giifti Duree Oromoo
Kabajaaf jaalala guddoo siif qaba.
Umrii dheertuu siif hawwaa
Wawww jajaabeetoo❤❤❤❤
Wedede new maregeshe
Wow saliha proud of you and your children
👍👍👍💯💯💯💯💯😘😘😘😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤
Qabsootuu Oromoo ishoo!
Qoiin keesan bayye nutti tolee jiraa. Aammas nuuf jiradhaa
ilmaan kee rabbi siif HAA guddisuu uuuummmaaa
uuuuuuuuuff upa itii fufii 😍😍😍😍☝👈🙏🙏👊🐅🐅
kormittii bar atti takkittii akka kumaa😍😍😍😍
Nice One.
siyaasni sirraa hinbaredu bereduu waan jaalalaa wallisii ...
iqeni?inuguuduraafeenarganiioksafidaaichiiigawaminuniduraisnee
woooooow
Saliha Sii dinqisifachuuf Jechoota naa hanqata wlh Nuuf jiraadhu💪💪💪💪💪💪💪
Dhugaa dinii dinumaa
Jabadhuu hadhaa gootaa sanyiini tee yaa bayya'tuu
Woooww umri dheeradhu ilma ke waalin saliha teenya
Wowowo baye baredadha 💕💕💕💕💕💕💯👌😘
dhuga waan sin jedhu hin qabu ilma ke wojin ammas bilisumma argi uuuumphaa
Sabontu intalaa jabadhu hamati siraa haa qabuu
wangafachbarbadnagafadhu
Wawooooo 💞💞💞💞💞 bayye natti tolla
God bless you and beautiful children ❤💚❤🙏🙏🌳
Barduu Oromo fi Saboontu Oromo
abbaa feetee caltaa wallah hedduu na gamachistee umrii nuu dheeradhuuuu adawiin tehee haa dutu
Wel come saliha
Wow 👌weyna legse wededkute
Sharmuxaa gantuu
Osoon akkakee onnee qabdhee
Woow❤💚❤💪
uuuuuuuuufffiiiiiii qashitiiiiiiiiii salihaaaaaa atii gotaa dhugaa otoo akka ketitii Oromiyaan qataa bilisomitii turee hojii kee hundaa bayeen jaladhaaaaaaaaaaa sanyii oromitichaaaaaa bagumaa oromo tateeeeeeeeee bayeen bayeeen sii jalanaa qashitiiiiiiiiii♡♡♡♡♡♡♥♥♥♥♥♥♥♡♥♡♡100 %
bayenamattoltuuichimariyee
aniimucahabomagalahabotii
anijalalaketinmarachufiqorichsanaergiiiiiiiiiiiwwaaayyyyyooooooichiiiiiiiiiiiii
Good
Good salihya sami sirbi bayee nama tola I love you😘😘😘😘😘😘💗💗💗💗💕💕💕💕😘😘😘😘😘😘😩
jajabe. jabadhuka
Wow nuf jiradhu queen long life baayee si jalana
sinisnajiradha
ilmobofabofuma
mabadee
sabontuu salih umrii dhertuu nu jiradhuu.
❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤ nujiraadhu galattomi
Artist Saliha teenya dhugaa rabbii hojii dansaadha heddu bareeda Robsan keenya wajji galata qabda jabaadhu sabontu teenya
bayee namati tola
oboleyan kiya ilman oromoo arti tenya gudii suf nam ni oromoo tate hun Yutube kesa sentani lalu qabnaa garu asira bustani fb irati basun arti tenya kufisa jiraa nuti me lalaa
uuuuuupha
WAAW SALHIA HEDDU GALATOOMI GREAT.....
❤💚❤
Mee.namanii.beytaan.nahimaa
Kunii.mucaa.istiii
Eyyani
saliyaa samii hedduu si jaladha wallah
Qixee dhiraa saliyaa samii
akkasi godhii sanyii tiyyaa dhugaa bagaa tatee tenyaa samiyee sii jalalladha Uuuuuuuuuuuuuuuuuphaaaaaa
good job sali roba
Aaaaa Osoo Atti Dhiraa Tatee Biyyii Qataa Billisomtee
👍👍👍👍😭😭😭😢😢😢
sanyi moti jabadhu.
Umriin nuuf turi sabboontuu
googa saliha sami 👏👏👏💪
Waaaawwwww baredu koo❤❤❤❤💌💌💌
Ergaa rayaa oromo berbada demtaa
Wawu 1ffa dha saliha koo Leenca fakki nama jechuun si'idha