Ayyaanni maali? Oromummaan hoo? - Dr Gammachuu Magarsaa 3ffaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 фев 2025

Комментарии • 65

  • @biruk-bk
    @biruk-bk Год назад +2

    Thank you Sir/Dr.

  • @DoyoGalgalo-w5n
    @DoyoGalgalo-w5n 2 месяца назад +1

    Rabbini umurii dheertuu isaanif ha kennuu horii bulii debbanii

  • @GediyonRaga
    @GediyonRaga 11 месяцев назад +2

    Dr.Gamme Nama Oromoof Baratee Barumsa isaanis Oromoof Dubbatu isinan beeka.Rabbi umurii keessan ha dheeressu

  • @abbahaqaa6873
    @abbahaqaa6873 Год назад

    Sir Dr Gammachuu Magarsaa May Allah give you long life with full health
    ❤💚❤️ you are truly the definition of Oromo very wise, intelligent intellectual, hero to millions of us.
    Adeero Love you

  • @Adwavictory127
    @Adwavictory127 Год назад

    yeroo baayee naafingalu turee.haayuun kun wanti dubbatu hunduu baayee siridha. Umurii fi nageegna sin haakenu.❤❤❤

  • @asteerrabbii-qx3xx
    @asteerrabbii-qx3xx Год назад

    Dhugaa saanitii umurii dheraa nuuf jiradhaa ❤️💕💞💖

  • @BiladBekele
    @BiladBekele Год назад

    Baayyee isin jaalannaa garuu art wayyama Tuni sanyii mooti jedhu Sana nuuf affeera please❤❤❤❤❤❤

  • @memeal9923
    @memeal9923 Год назад +1

    Dhigaan jiruu kanuma 🙏

  • @GaaraHindiigamne
    @GaaraHindiigamne 4 месяца назад

    Dr Gammee hayyuu keenya ati ija Oromooti waggaa 1000 nuuf jiraadhu. Namoota hayyuu akka kee nuuf habaayyisu

  • @kuukkeelafagootaa7692
    @kuukkeelafagootaa7692 Год назад

    Dr gammchuu jiraadhu umrii dheraadhu Nama galufii itti himi.

  • @tolexmatias488
    @tolexmatias488 Год назад

    Thank you

  • @ibsaligdi1853
    @ibsaligdi1853 Год назад +1

    Amazing word.

  • @jerusalemmedia10
    @jerusalemmedia10 Год назад

    Yaada gaarii qaba garuu
    Beekaan yesuus hin beeknee omaa beekuu

  • @MabrateIfa
    @MabrateIfa Год назад

    Dhugaadha hayyuu keenya nuf jiraadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BedoGodana
    @BedoGodana Год назад

    Dr waaqni umrii isinhaa dheeressu,nuuf jiraadhaa.

  • @AilAil-i2g2u
    @AilAil-i2g2u 4 месяца назад +1

    😂😂😂😂😂😂

  • @urjigalaanaenteartainment
    @urjigalaanaenteartainment Год назад

    Dhugaan hayyu jenyaa nuf jiiradhaa❤

  • @ZakkiiSharaf
    @ZakkiiSharaf Год назад

    Masshaa allah ummriinuuf fheeardhu ati yoo hin sindagannu

  • @girmasimedemissie860
    @girmasimedemissie860 5 месяцев назад

    Fayyaa nuuf tahaa

  • @mustetube2192
    @mustetube2192 Год назад +1

    Hayyuu kenya

  • @ChallaKasahun
    @ChallaKasahun Год назад

    You are true oromo

  • @lamiitasfaa
    @lamiitasfaa Год назад

    Nuf jiraadhaa 1000

  • @hawajamal128
    @hawajamal128 Год назад

    Dhugaa❤❤❤❤❤❤

  • @maatiikuush2250
    @maatiikuush2250 Год назад +1

    Albuuda oromoo kana dhoksaa nuuf tursaa❤❤❤❤

  • @hundeelias3170
    @hundeelias3170 Год назад +1

    God Bless You!

  • @kebenenagasa1541
    @kebenenagasa1541 Год назад

    Doctor Namni ofiima isaatii ayyaana ta'uu akkamitti danda'a?

  • @mulegetaayalew3750
    @mulegetaayalew3750 Год назад

    Eenyu ati kan seenaa soba irratti ijaarame jettu kan ati dubbattu dhugaa ta'uu isaa maalinan amana qaxaafiin hoo si'i

  • @IfaaDhalootaa
    @IfaaDhalootaa 8 месяцев назад

    Dhugaadha

  • @GediyonRaga
    @GediyonRaga 11 месяцев назад

    wow

  • @FurtuudhaabaaHadhaaayyuu
    @FurtuudhaabaaHadhaaayyuu 9 месяцев назад

    Maaliin jedhaa umurrii dheeradha

  • @nuge501
    @nuge501 Год назад

    ❤❤❤

  • @oromoyy
    @oromoyy Год назад

  • @kasimaliy.5926
    @kasimaliy.5926 Год назад

    Namatti Tola!

  • @mulegetaayalew3750
    @mulegetaayalew3750 Год назад

    Jaarsa kana hayyuun gorsu maaf dhabame garuu kana dura comment tokko argeen mormaa ture Doctoretin maalif akkas bushaayee jennaan Horii akka namicha kanaaf kennameeti jedhe dhugumatti jedhe edaayyuu

  • @AbdiiAmadee-u7v
    @AbdiiAmadee-u7v Год назад

    CANCEL

  • @LemiMam
    @LemiMam 22 дня назад

    Abba kenyaa nu jiradha

  • @asluddinmohammed4750
    @asluddinmohammed4750 Год назад

    Dr Gammachuun Dr miti yuuba 1-4ti.
    Dr qaamaan tokko haalaan luba 1ffaa,luba 2ffaa,luba 3ffaa fi luba 4ffaa dha.
    Akkasumas Gadaamoojii dha.

  • @mustetube2192
    @mustetube2192 Год назад

    Oromoo dr gammachuu keessaatti uff hin argiin yommu uff hin arguu

  • @SabonaRafu
    @SabonaRafu 5 месяцев назад

    ❤😅🎉

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Год назад

    Ayyaanaa, Ayyaantu fi Ayyaanefechuu
    ........
    waa'ee Ayyaanaa dubbachuu waan akkasii salphaa fi tufiidhaan dubbatamu mitii. Yaa oromo waan dubbii akka kanaa dubbii waan waaqa jaalatu mitii. Namaa sammuun isaa "ideology missionaries of orthodox "dhaan faalomee kijibaan lalabuu dhugumaan Ayyaanaa maal tahuu isaa akka hin beknee waan inni jechaa jiru irraa hubadha. Ayyaanaa waan abbaa fedhee irratti mul'atuu osoo hin tahiin Akka waaqa umaa hundaa filatuu kan mul'atuu dha.
    itti fufaa

  • @tadesemosisa
    @tadesemosisa Год назад

    Mootummaa kun dhugaa hin baarbaduu bakka dhugaa hin jiree nagaan hin jiru. Nagaan barbaada yoo ta'e dhugaa hojachuu qaba.

  • @asterabera5654
    @asterabera5654 Год назад

    Wayyooo

  • @GKLtube
    @GKLtube Год назад

    Doktori kunoo waanuma dhugaa jiru lafa kaayanii maaltu wara kaan afaan bansiissa namni tokko altakati waan hundumaa beekuu hin danda`u namni tokko tokomoo hundumaa natu beeka jechuu barbaada. kana manaa warra beeku dhageefachuun cubuu maalii qaba yaa jamaa? yoo wanti biraa acha hafe kamtu bakeedha nutti gale kamtu keenya isa jedhulle haluma salphaa ta`een adda baasuun maaf dadhabame? warri Doktoor Gamachuun mormitanu Dubbiin dubbii dhugaatti mallee dubbii sagalee caalmaa akka hin taane baruun gaariidha.

  • @hundebakalcha3659
    @hundebakalcha3659 Год назад

    Mee kun akkamitti hayyuu ta’ee gadheen afaan albaatti waay yaa bara?

  • @GemechisBirhanu-k4m
    @GemechisBirhanu-k4m 26 дней назад

    Nama guddaa Oromoon qabdu nuuf jiraadhu.

  • @BultiBoda-on8wk
    @BultiBoda-on8wk 6 месяцев назад

    Waan dansa.
    Gaaffiin qaba .Garuu bultii boodan itti deema.

  • @boontuboonsaa8145
    @boontuboonsaa8145 Год назад

    yaa Dissaa sorsee Dubbaa maalummaaf dhokatee silaa gad-baatee waan Alaqaa Dasitaa kana dhageffate.

  • @danielfayera4784
    @danielfayera4784 Год назад

    Galaatooma Doctor hisin jaalanna

  • @gadafashambal718
    @gadafashambal718 Год назад

    By the way, seexanni nama baayyee gowwoomsiti beekumsa fakkeessitee👌

  • @hundebakalcha3659
    @hundebakalcha3659 Год назад

    Koosoora hunda nutti fiidani nuhinguuttina mee

  • @muzayanebrahimbunti1490
    @muzayanebrahimbunti1490 Год назад +1

    Dullacha
    Salphataa

    • @maatiikuush2250
      @maatiikuush2250 Год назад

      Amaluma wallaalaati kanaaf afaan banta atimmoo

  • @Adwavictory127
    @Adwavictory127 Год назад

    Mamini keeynaa waanuma ittihiman fudhatee deema

  • @hundebakalcha3659
    @hundebakalcha3659 Год назад

    It is not him I am sorr For those bodies who seat in front of the this nonsense guy

  • @asterabera5654
    @asterabera5654 Год назад

    😂😂😂

  • @asterabera5654
    @asterabera5654 Год назад

    Anni shashee dhaa enyuti jijirdhu😅😅

  • @asterabera5654
    @asterabera5654 Год назад +1

    እረ ምኑ መርዝ ነክ😅

    • @birqigirma3797
      @birqigirma3797 Год назад

      ቀልቻ አምልኩ እየላ ነው 🤭

  • @birqigirma3797
    @birqigirma3797 Год назад

    Gaabbii galaa jaarsa

  • @oromoyy
    @oromoyy Год назад

    ❤❤❤❤

  • @genetdebele6057
    @genetdebele6057 Год назад

    ♥️♥️♥️♥️

  • @asteerrabbii-qx3xx
    @asteerrabbii-qx3xx Год назад

    ❤❤❤❤❤