🛑😭😭uuuuf caaltuun an yoo du'ellee sababa abdiif saidii du'a jette isaantu sobee biyyaa na deebise😭😭😭

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 окт 2024

Комментарии • 154

  • @usje7823
    @usje7823 5 месяцев назад +20

    Daimaa ke fudhuu garaa biyaa gali demii biya biraa demii daimaa te gudifadhuu wayii namani bultii te si wajii jirataa ati fayaa hin qabaduu akumaa gowaa wali woltanii walitii debitanii ati ijollee ufii setaa gowaa demii galii biyaa wayaa qabaduu demii matii ke dhifamaa gafadhuu namani si waji hin jirtuuu🤔🤔🤔

  • @Sumayajimma-t5y
    @Sumayajimma-t5y 5 месяцев назад +1

    Abshiir caaltuu Koo rabbiin siwoliin hajiratuu inshaa Allah wan ofi koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Raadiimahammad9540
    @Raadiimahammad9540 5 месяцев назад +2

    Rabbiin Sihaa Gargaaru Hayaatii

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 5 месяцев назад +1

    Yaa chaltu rabbin sii haagargaru

  • @zainabtzainab8839
    @zainabtzainab8839 5 месяцев назад +4

    caaltuu mee aatiii gurbaa haajiii jeedhamuu kaanaa iiraa garaa kutaadhuu wlh guurbaa kuunii homaa siii faayaaduu 👌

    • @fatamabh2326
      @fatamabh2326 5 месяцев назад

      Abdiitu wolittii deebisee kadhatee

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii8865 5 месяцев назад +5

    Abdii umatumaa ciqii kanaa irayuu bafadhuu bakaa jijiradhuu

  • @radiyaahusen8072
    @radiyaahusen8072 5 месяцев назад +1

    Rabbii si haa lafisuu ruhii tiyyaa inshaallahii

  • @MasaratKuma
    @MasaratKuma 5 месяцев назад

    Waqaayoo nagargaru mucaakee siif Hagudiisuu 😍😍 dhugaa garaa nama nyataa kekuunii

    • @bbbbjjjj5979
      @bbbbjjjj5979 5 месяцев назад

      Lakki lubbukey hin qoosin

  • @ElhaamAbdulqaadir
    @ElhaamAbdulqaadir 5 месяцев назад

    Abditu itti sii gurgure moo wallahi muluu keessa tarte habibti abdi fi saidira nu bu''ii jarii maal si haa godhufi

  • @madinaganaso2814
    @madinaganaso2814 5 месяцев назад

    Caaltu atti hajjii nibarbaada ini nama badaadha ofiraa fagesi duraan amo waan jachaa turte ulfu male jachaa ture ilmo tana hajiin hin barbaane gaafas nibeyta

  • @عائشهعبدالباسط-ث9ط
    @عائشهعبدالباسط-ث9ط 5 месяцев назад

    Catu atilee jabadha namicha kana dhisi yoo sii jedhani hin dhagetu

  • @AaBb-pn9lh
    @AaBb-pn9lh 5 месяцев назад

    ahii rabbin sifaa tolchuu ya calttuu

  • @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk 5 месяцев назад

    Ufii Oboleti maluma oso bira ati ilmo kee takkiti gudifatu dadhabde subunallaah yaarabbii umataa rabbii abaree

  • @DerartuMamo
    @DerartuMamo 5 месяцев назад

    Caltuu hajiin jireenyaa sii hin ta,uu jabadhuu waqayyoo sii haa gargaruu mallee

  • @aberumijana8210
    @aberumijana8210 5 месяцев назад

    Maatii keetu keenu maatii kee dhiffamaa gafadhutii

  • @sofiadefu3063
    @sofiadefu3063 5 месяцев назад +1

    Silhaa malii godhaa abdin subahan allhaa misikinaa abdii 👆🏻👆🏻👆🏻👆🏻😭😭

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii8865 5 месяцев назад +2

    Yaa oboletii tiyaa Abdinii jiruu trsanii iraa malii qabaa gowaa jiruu ufii abamatuu jabefataa okay amumaa wolii loltanii amumaa wolitii debituu malii jechuu dhaa. Akaa Gowaa Hin godhatinii ufitii Taphatinii Biyaa galii woraa kee biratii galfadhuu. Worii kee wolilee loltanii sii darbanii okay. Wohii Caraa 😢😢😢😢😢

  • @Boontuu-v7c
    @Boontuu-v7c 5 месяцев назад

    Washallaa hajiii irraati malee hin agaree ati dubartumaa akkaa keetuu argee bekuu

  • @MeetiiDhaabaa
    @MeetiiDhaabaa 5 месяцев назад

    Maatii keeti Gachii haermee kee dhiifaamaa Gafaadhuu. Osumaa bilbilaa sifi keeniyuu maatii isaatii hin Keeni Callttuu Adaraakee

  • @tolashigooftaa1276
    @tolashigooftaa1276 5 месяцев назад +1

    Caaltu malo namicha kanaa irraa adda bahii hadhooko❤❤

  • @AishaHajii
    @AishaHajii 5 месяцев назад

    Gowaaa namiti tanà😂😂

  • @Raheema-eo9hb
    @Raheema-eo9hb 5 месяцев назад

    Adii dhugaa jetee maashllaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HanaNamara-y8n
    @HanaNamara-y8n 5 месяцев назад

    Anii kan jedhuu hajjjin kun bayeemaa wadidhaa kkkkkk ajabaa iboo mucakee gudifadhuu hadhokoo

  • @Sabbontu609
    @Sabbontu609 5 месяцев назад

    Yaa calituu qadii demii ufraa hikii kunii umanii gowadhaa kaa itii himatufi kaa rabii itii sidabalen uuuuuuuuffff ufii ajessa jedhiniin biraa demii uftii tapataani 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel7847 5 месяцев назад

    Uuuuuuuu isiin haa fixuu ummataa sarotaa kanaa galii biyaatti da'imaa kee firii iyuu siif guddisaa biyaa biraa deemtee dalagattaa 😭😭

  • @ZubeyidaAdam
    @ZubeyidaAdam 5 месяцев назад

    Rabbii isa haa qajelchuu subanallaa 😢😢😢

  • @obseobse563
    @obseobse563 5 месяцев назад +1

    Yaa caaltuu atii daa'imaa miitii umurii 18 ol abbaatuu murteeffata ok ofumaafii jaallattee ittii deebiitee Jara sababa hin godhatiin kun dhimmaa keetii atumtii murteeffadhuu

  • @myuae3401
    @myuae3401 5 месяцев назад

    😂😂😂😂😂Abdii Dabessaa mataa arrii kkkkk

  • @KhadijaA-i2j
    @KhadijaA-i2j 5 месяцев назад +1

    Caaltuu haala kanan hajii wojiin jiachoon kee waa nama yaachisu dafii fumaata babadadhu yeroo hundaa lolaa keessan dhaagahu nudabarera daa'imaa kanaf yaadi

  • @Amina-dh6du
    @Amina-dh6du 5 месяцев назад

    Masahalla Masahalla ❤❤❤

  • @YazRoom
    @YazRoom 5 месяцев назад

    Abshirii caaltuu❤❤❤❤

  • @fatmahfatmah6234
    @fatmahfatmah6234 5 месяцев назад +1

    Gafaa biyyaa jirtuu sii kadhanee sii dadhabnee amma ilmoo dhaltee ref matii isatif dhiphatee😂😂😂😂😂😂😂 salphatuu wayii😂

  • @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk 5 месяцев назад

    Dhalaa akkana argine fayoo lalalamee akka irraa fagatee

  • @ayishakadeer1068
    @ayishakadeer1068 4 месяца назад

    Safuudha kaa caaltuu

  • @Raheema-eo9hb
    @Raheema-eo9hb 5 месяцев назад

    Caaltuu gowaa jaabaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Fatimahirpho
    @Fatimahirpho 5 месяцев назад

    Maltuu galchee Abdiii ufii ketii jalatee debitee ok

  • @sinkeseseba6563
    @sinkeseseba6563 5 месяцев назад

    Dhugaa caaltu isaan kan si deebisanif jireenyi kee akka hin digamnef malee si miidhuuf miti ati rakkina kee hajjii waliin furii malee jireenyii kee isaan hin ilaalatu

  • @AnciKoli
    @AnciKoli 5 месяцев назад

    Abdii ❤😢😢😢

  • @JemilaDekebo-cb2hz
    @JemilaDekebo-cb2hz 5 месяцев назад

    atiin tun sareedha wolahi isintu iti na deebise yoo jete gigim jetu hin salfatuu harree ati hajjin funyaan qabe si oofa tu

  • @NaNa-cm6hc
    @NaNa-cm6hc 5 месяцев назад

    bagaa jedhee malii isaatu nikahaa sigodhee mo wayii mataa hin qabduu sillaa

  • @SUMAYA.FAMILY.89
    @SUMAYA.FAMILY.89 5 месяцев назад

    Attii ka worra issa ykn lakkofsa worra issa hin beynee inni mali jettee jala bulta osso wani takka hin beynee?????garuu dursaa mattii issa bekkuni dhirqama aja'ibaa qabdani wolhii ana osso tatee iccii😮😮😮

  • @Distou-fm4bj
    @Distou-fm4bj 5 месяцев назад

    Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii

  • @alavip1081
    @alavip1081 5 месяцев назад +2

    Abdiifan malsigodhan sumaf yaadaniti malee. Yoo dutes ofuma balleessite hadhoko.yoo waraqa bareesite dutes serii ashara ilala bar .calisee wa hingodhu serii ofuma maqa jarati lubbuke balleesuf hin yalin.moo akkasan sifudhan barbade kan yeroo hunda as bate isantu nadebise kan jetu yeroo hunda.kanafuu rakkoo sif jarsake giduu jiru ofumaf fixadhu. 😢 utu fedhasa hinqabane atis hin debitu kanafuu mata abdiifi saidora bu.ii.

  • @kadijjaanasirnasir5236
    @kadijjaanasirnasir5236 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @itelA70-nc9xl
    @itelA70-nc9xl 5 месяцев назад

    italoo dubarttii maqaa ballesite Eenyu yo jedhan caaltuu baanantana dhugaa rabbii haajii osoo bettuu da.ima irraa godhate hajjiin hin jijiramne duraanu kanuma mataa nunyaatin doqoroo

  • @KalidMamad-q9k
    @KalidMamad-q9k 5 месяцев назад +1

    Italy ajah data tetif dhira dhabnan iti debited Abdin mal si godhe

  • @Deebiimidea8470
    @Deebiimidea8470 5 месяцев назад

    Malii isaatuu si fudhee kan dhiphiftuu atoo namichaa si fudhee dhiftee isaa kantii ijaa babaftaa walitti si arrarisuun isaa badii malii qabaa sif jedhetiyoo

  • @alavip1081
    @alavip1081 5 месяцев назад +1

    Jirenyaake gutu akka isan siduka rakkatan barbademo. Dura jara kanaan mariyate itti erumtemo😅

  • @SumyyaMussatube
    @SumyyaMussatube 5 месяцев назад

    Dhuga ketti abdii fetu uuufff haa ajjeftu caltun wolhi dhuga kabajja hin qabdu 😅😅😅

  • @meronkiflu8162
    @meronkiflu8162 5 месяцев назад

    Nadheenni Kun ofan ajjeesa jetti gaaddiseenis akkanuma jechaa turte nuti maal goonaree nun galchu lafa lixi gowwaa situ filate waan namni sitti himu hin dhageessu ici

  • @DjaJqg
    @DjaJqg 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @KadijaTamam-s8w
    @KadijaTamam-s8w 5 месяцев назад

    ❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢

  • @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk 5 месяцев назад

    Ufii Mali arasitee qotiyoo itti fidee wolihy rabbi Balaa isaa Haa busu Hajii wosaka woyii wolihy Calatuu ufii irraa basii namachii kan akka mana ati qotiyo kun bu.aa sif qabuu ati da.imaa kee worraa kee birraa galchii odu dhisii

  • @AsterDaraje-x5y
    @AsterDaraje-x5y 5 месяцев назад

    Akkamii dayimaa kee baakaa beneti Akkamii ti galacitee garan keetu sif hin tayuu waraa kèe ararafadhuu dayimaa kee waraa kee biraa godhadu

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 5 месяцев назад +1

    Abdii atii jartii holataa kanaa giduutii ba.ii

  • @thards1695
    @thards1695 5 месяцев назад

    Warraa keetin maaf wal lolta 😮😮😮😮

  • @عاليةعالية-ش9ص
    @عاليةعالية-ش9ص 5 месяцев назад +3

    😢😢😢😢😢😢

    • @beletudebele5964
      @beletudebele5964 5 месяцев назад

      😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Jimmaa-s6h
    @Jimmaa-s6h 5 месяцев назад

    Silaa itti debitee
    Abdii dhisii mee hin rakkisinaa

  • @SamiraAbasharif
    @SamiraAbasharif 5 месяцев назад

    😢

  • @RTy-t1g
    @RTy-t1g 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @xajjeetube4778
    @xajjeetube4778 5 месяцев назад

    Caaltuu dhifamaa wajjiin waan tokkoo siif himaa Hajjii situu jalataa malee innii dantaa kee hin qabuu hin gowomin yoo dhugumaa maattii keettii wal loltee hararrafadhuu da'imaa kee hadhaa keettii kenadhuu demii biyyaa biraa dalagadhu kun har'aaf malee boruu wasii siif hin ta'uu

  • @jjsbsjjhjjsbsjjhhrjdb543
    @jjsbsjjhjjsbsjjhhrjdb543 5 месяцев назад

    😢😢😢😢

  • @AlimaAlbloushi
    @AlimaAlbloushi 5 месяцев назад +1

    Caltuu biraa demii namichaa gowaa saan

  • @SmeehS-zl7vm
    @SmeehS-zl7vm 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😮😢😢😢

  • @siifan.diroo9515
    @siifan.diroo9515 5 месяцев назад

    Biyii serii jiruu jirtaa seran iraa fudhii abdii malii si godhee

  • @MariKumsa-iz5bx
    @MariKumsa-iz5bx 5 месяцев назад

    Nutimoo debiteemoo😂😂😂😂😂

  • @Brani-o1l
    @Brani-o1l 5 месяцев назад

    Muccaa hadhaaketii galchii

  • @BiiftuuIlluu-pu4fm
    @BiiftuuIlluu-pu4fm 5 месяцев назад

    Abdii maltu galchare waanti abdii biraa deemtu hundinu of ajjessaa jettii

  • @Sumayaa-Abbu-
    @Sumayaa-Abbu- 5 месяцев назад

    Yoo of ajjeefte cinqaan ibidda azaaba kana caala beeki

  • @DasiiOromoo
    @DasiiOromoo 5 месяцев назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @faximamahamad5150
    @faximamahamad5150 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔

  • @TamimaaHuseeen
    @TamimaaHuseeen 5 месяцев назад

    At kun fayaa qabdu Abdin hagaa yom jalat si gorsaa gowa akamt lakobsa wora is hin beyn arga kee usi

  • @alavip1081
    @alavip1081 5 месяцев назад

    Keessa bate al ba.uu egalte caltuun😢

  • @Marian-e8h
    @Marian-e8h 5 месяцев назад

    Polisaa qasiisii

  • @hdks432
    @hdks432 5 месяцев назад

    Caltuu dhugaa Ajaibaa qabdaa sif tahuu walin jiradhuu Abdii mal isaa galchaa 😮😮

  • @JiraaAmayuuJiraaAmayuu
    @JiraaAmayuuJiraaAmayuu 5 месяцев назад

    Afaani hin baninii duraa dhiftee biyaa galtee hajii barbadaa gadi debitee dhirafi jetee amatii kee jijiraatee namaani goftaa ganee kinoo jirenyii isaa gadumaa gadii bagaa keti ishoo ishoo

  • @AminaAbdulasis
    @AminaAbdulasis 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @Warqee-ei3yk
    @Warqee-ei3yk 5 месяцев назад

    An gowwaa akkakee rabbiin na agarsiifnee wly maaliif hajjii maal akkannii ta'ee osoo beektuu waggaa hanga kana umuriikee waliin gubdee hinumaayyuu ilmoo isarraa dhaltee! Maal ati sammuunkee xiqoommallee hin yaadduu namni maatiisaa sirraa dheessuu nama maallaqakee malee gadi bahee hin dalagannee mujirimnii akka hajjii jiraa yaa sabaa????

  • @sakeenasakeena9862
    @sakeenasakeena9862 5 месяцев назад

    Qaabii Motumaattii keennii akkaasiitti nikaa kee irraa fudhuu
    Caaltuu Abdiin maal siif gochuu qaaba

  • @makiyahaji2923
    @makiyahaji2923 5 месяцев назад

    Caaltuu habiibtii 😂 ani wollaahi akka kalleessatii yoo siyaadadhu ufumakiyaa mana ambaa keessattii kolfaa demaa intaloo hajjii waan qabanayuu sifida jetteni dullaafidefii mittii silaa dhugdee namichaa nagadee beeraattu sidhogee obasu maal goota.
    Kan biraa attii maliif Abdii kana rakkiista dhisii yoo dhugaan hajjii kana irraa garaa kutattee daaimatee ufii dhaltee namni siwajjiin hiindhalee maaf ganda hiinbeeyneef kenita haati ormaa ormummaa dhisii mucayyootee wajjiin biyyaati gali matii kee birattii siin ajjeessu matiin kee osoo ittii hiin himiin maatimattii galii mucayyoo fudhuu sana booda
    Yoo nikaaya namichaa kanaa qabatee ufiikeetiin faksii ufgodhii qadii birademii kun namichaan jiruu siif hiinta'uu yoo dhibee sittii ta'ee malee.
    Uf ajjeessalee yoo dute eenuun mita nama tokkoo hiin mitu daaima teettiif maatiikee mallee waan akkasii sirumaa irraa towbadhu ...
    Nama tokkoottuu osoo hiin dubannee gara biyyaa galuuf haala mijeefadhu yoo Rabbiin sigalchee booda biyyaa biraa deemi uf jijjiiru
    Dhaamsi jabaan ani siif dhaamu haadha teemalee ilmootee hiindhisiin haati nama dhaltee ilmootelee akkuma keeti ilaaltii kan biraa haangas siif hiin yaduu dhugaan jiru kanuma.

  • @FrRt-bf2my
    @FrRt-bf2my 5 месяцев назад

    As wr wb 😢😢😢😢

  • @birhaneelove2299
    @birhaneelove2299 5 месяцев назад +2

    Matii keessan gantanii amntaa keessan qayartanii biya batanii of walaltanii afaan bantu wari ke yoo ati dhifama gaafate wari ke mal si goodha dhifama sif goodhanii galii dhifama gafadhu amntaa keeti deebihi duraayuu abdiif jeetee mitii kan deebite yaada ofii kef jaalatee deebitee abdii irraa buhi abdiin miskina ati namni matii ifii xiqeesse inuyuu hin xiqata ati akkanumaan of gugubda malee nitumaaf osoo hin taane hajiin simeetii isaa qofaaf sin jaaladha sin jeedha malee si jaalatee miti akka matii ken wal dhabde mal naf goodhu jeetee iti himta ykn midia irraa dubata matiin ofii garaan nama hin jiban afaaniin qofa ati wara ke dhifama gafadhuu birati gali biya ormaa teechee dhibee biraa hin fudhatin hajiin ilmo teetifuu dantaa hin qabu kanafuu ati waajin duute dhalte imo kef jeecha jiradhu midia irra of ajjeessaa kan jeedhu of keessa balleessi

  • @iftuubalee3168
    @iftuubalee3168 5 месяцев назад

    Dubartii kutanno hin qabnee atii hajii dhiraa balageedha of dhaqab caltuu

  • @JanaMohammed-l6r
    @JanaMohammed-l6r 5 месяцев назад

    Balage caltu galata namahin beytu Abdin nama galata qabu dha

  • @Amina-dh6du
    @Amina-dh6du 5 месяцев назад

    Uuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭

  • @HayatMohammed-j5g
    @HayatMohammed-j5g 5 месяцев назад

    Abdi maalitu gahee caalitu

  • @DararatuuTufaa
    @DararatuuTufaa 5 месяцев назад

    Daimaa kee hoo

  • @fatumamohammad9064
    @fatumamohammad9064 5 месяцев назад

    ilmoo tee fudhattee biraa deemtee biyya biraa nagayaan guddifachuu dandeeysa .lubbuu Kee ni baasa jechuun sirrii miti

  • @yaaallahaa712
    @yaaallahaa712 5 месяцев назад

    Tantaketiif jalatee itiidebiitee Abdiin fii saiid diirqiin siifiine inii faayo funan hiinaftee dhuftee abdiin sababumasiitee gafaa shanafatadhuftusan nii irafate oso wariikee gurbakanatii hiindebiin siinjanii debiitemii

  • @SuboonuguseeUkulii
    @SuboonuguseeUkulii 5 месяцев назад +1

    Dimaa tee matii kee birtii galchii

  • @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
    @SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk 5 месяцев назад

    Ati Namafi moo mali maati kee arafadhuu daa.imaa maati bira galachii dalgadhuu isaa irraa 🦍 jaldeessa bu.aa qabane hajii kun argama isaa

  • @Sumayaa183
    @Sumayaa183 5 месяцев назад

    Yaa rabbii🫣

  • @JanaMohammed-l6r
    @JanaMohammed-l6r 5 месяцев назад

    Balage mafjetan abdigalatasahin fixu lakofte

  • @HawiHussen-jt7ow
    @HawiHussen-jt7ow 5 месяцев назад +2

    Dantaa ketti mali si godhaa abdin ofi debite

  • @Amina-dh6du
    @Amina-dh6du 5 месяцев назад

    Calat❤ taji

  • @ObsinetRaggaasa
    @ObsinetRaggaasa 5 месяцев назад

    Baga qoricha keeti gaafa nuti itti hin deebi'in siin jennu hin didde itti deebite comment keenya tuffatte sitti xiqqaate na aarsite amma si gorsine dadhabne dhimma keeti nu cinqina abboo ani amma RUclips seenuu jibbee maquma warra Yemeni kanaaf

  • @NuiunuHiiajj
    @NuiunuHiiajj 5 месяцев назад

    😂😂😂😂🙆🙆🙆🙆🙆🥹🥹🤔

  • @Fayyookadiir-e7i
    @Fayyookadiir-e7i 5 месяцев назад

    Attinn tunnii namaa akamii silaa 😂jirenyaa tee namaa sii muratessaa maa😢 gafaa hajitii debbituu wanii abdinn sii horratuu setemoo malii kaa jarattuu wallitii nuu debisee kaa jettuu😢 ati rakoo cimaa qabdaa obollotii

  • @jamilamoftahi7865
    @jamilamoftahi7865 5 месяцев назад

    Caltuu abdinii dirqidhanii sifnee fedhii ketinii dhuftee akasijedhinii abdidhanii kan dadesuu dhanii jenanii gowanii waratii debisee jedhanii

  • @ZaharZAHAR-rd7xy
    @ZaharZAHAR-rd7xy 5 месяцев назад

    Yaa caaltuu atii komentin Nama hin laltuu akasuma woggaa 4 namichaa gowwaa kana wojiin jirataa jirtaa osoo argituu birraa galtee itti debitee nama gotee osoo inni hin fenee giddiin irraa dhaltee uffilee rakkate ilmoo tee rakiftee

    • @HayatMohammed-j5g
      @HayatMohammed-j5g 5 месяцев назад

      Dhugumaa jettee

    • @HayatMohammed-j5g
      @HayatMohammed-j5g 5 месяцев назад

      Caalitu attii duraa hajiin daai'ma hin barbadu jedhee mi sittuu baribadee mi guudifadhuu maalitu gahee Abdi attii daai'ma yeroo Abdi jechaa olita Abdi waali fudha isni jedhee