Yeroo jaalalaa Kutaa 2ffaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 21 янв 2025

Комментарии • 372

  • @obseebayyana9999
    @obseebayyana9999 Год назад +67

    Dhugaa Waqaa dhugumaa jetee yoo namanii sii midhee bayye jabataa abban manaa kolee anii biyya arbaa demee ji'aa 6 fudhee anii garuu gochaa inni naratii rawatee hundaa obsee hardhaa kayyo koo gutadhee garaa biyya koo galuf wagaa 1 qofatuu naa hafee inni garuu hardhaa hangaa koo gahuu mitti walituu dhiyanuu inni anaa osoo homaa wal hin lolin fudhedhumaa dhagahee akka isatii biyya namatii naa marachufii anii moo hundaa garumaaf jedhee obseen waqayyos naa gargaree hardhaa isaa ol dhabadhee gadii isaa lalaa😂😂😂😂 of ta'uu hundaa dursaa dhugaa yoo of tatee wan yadee gochuu dadesaa❤❤❤

    • @widdiioromoo2763
      @widdiioromoo2763 Год назад +3

      😂😂😂dinaa koo 🤣 dinaa koo tabbatii ol Bahee jedhiin Yoo galtee

    • @WORKINEFIKIRU-BEKELE
      @WORKINEFIKIRU-BEKELE 4 месяца назад

      Jabdukoo 🥰🥰🥰

    • @DerartuMuleta
      @DerartuMuleta 2 месяца назад +2

      Dhiraa amaanun eerga du'eeyi.Anis mudaanno akkasin qaba .Garuu inni abba maati ta'e jira.Ani immo jabduu bakkan yaduu gahuf abdin qaba .Inni na midheef kuufe hin hafnee. ❤❤

    • @DerartuMuleta
      @DerartuMuleta 2 месяца назад

      😊

    • @MohaKebede
      @MohaKebede 2 месяца назад

      Atii immoo samuu Kee nagaa ta,uu isaa mirkaanesi malee isaa garaaran jiraa jettee sigigaate Akkaa hin kufnee

  • @bontuuwallaggaa849
    @bontuuwallaggaa849 Год назад +58

    Dhugaa rabbii Ani himiman qabachuu dadhabee 😭😭😭😭 jabdhuu jabduu koo atii cimtudhaa❤❤❤

  • @gemechistekaye2268
    @gemechistekaye2268 Год назад +19

    "Baga Namiite, Galatoomi "🥰😍Ilaalcha Ajaa`ibaa, Sammuu Ajaa`ibaa. Kan qabduu.

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Год назад +39

    Miidhani deemuu irra midhamanii deemu wayya jedhe haceen 😢
    Abshiir obboleetti too dubartiin baaredduun ,jabduun ,carraa abbaa manummaa gaarii hin qabdu yeroo heddu 💞💞💞

  • @waaqasittibeeka
    @waaqasittibeeka Год назад +33

    Qodaa fudhatee deemte jeedhe jette😂😂😂😂😂 mucaa Bareeda kanaa Waaqayyoo siif haa guddisuu❤❤❤

    • @ourHistory-f9p
      @ourHistory-f9p Год назад +3

      Qodaa jechuun Meeshaa manaa jechuudha.

    • @waaqasittibeeka
      @waaqasittibeeka Год назад

      @@ourHistory-f9p eyyee beeka Qoomo koo 😂😘🤝

  • @marykheetan813
    @marykheetan813 Год назад +7

    Jabadhu bareedduu koo ati baga jiraatee mucaa kee waqaayyoo korsee siif haa guddisuu ❤❤❤❤

  • @سعديهداوود-ج7د
    @سعديهداوود-ج7د Год назад +1

    jabadhu dhirti dubarti jabidu kayyoo qabidu hin fetu anis waan bayyetu anarra gahe ilman kotif jecha obse garu samun koo heddu dhiphacha jirachuti jira hangaa amma kee kana woyya dhugaa dubachuf dhira ala dhala barbadu ni siresa jette wojjin yoo tete ni midhamita male hin sirratu gonkuma irra fagachutu cala

  • @ahameddhdh6127
    @ahameddhdh6127 Год назад +1

    Seenuukoo baay'ee garaakoo na gube .jabduu intala oromoo rabbiin kan ofirraa si jaalatu siif haa kennu .waan darbetti hin gaddiniis hin gaabbiinis jabaadhu mucaa kee guddifadhu ogeettiikoo❤❤❤❤❤❤

  • @asmayara9384
    @asmayara9384 Год назад +1

    Gifti ko jabdu ati umama ketin jabdudha ati rabiin sif ha gudisu ilmo ke jabdu ko abshir kan isa oli rabin sif kenna ati baga cibu itti dalgin abshir rabin kan baraka qabu sif ha kennu abshir qaxale ko ❤❤❤😢😢😢

  • @BerhaneGebre-n4e
    @BerhaneGebre-n4e Год назад

    Jabduu Koo jabadhu isaatu midhamee si miti baredduu Koo waqayyoo nama garaa isarraa si jalatuu siif kennaa, bayyee tokkoo nattii tolte yene jegna!!

  • @hafizamubi5241
    @hafizamubi5241 Год назад +8

    Baayyee ulfaata😢 jabadhu atii hundaafu🥺 nama sii miidhuf deeme akka miidhamte itti muldhiisu iito hin tane akka homa sitti hin fakkanne fakkadhu itti muldhadhu😍 ilmii nama kuni kufatii kee qofa argu fedha😌

  • @MasrtMm
    @MasrtMm 4 месяца назад

    Obsitu intala jabadhu dhabadhu amayyu da'ima kef waaqni kan sif malu sif kena sennu koo ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @MardiyaMuhammedMohamme
    @MardiyaMuhammedMohamme Год назад

    Sennakoo jabbadhu jabdukoo rabbii muca siif ha guddisu ati cimtu dubartidha kan safu beektu kabakamtukoo inni dhimasadha ofifiyu hin ta'u

  • @waqayyoosodachuuogummaatti7908
    @waqayyoosodachuuogummaatti7908 Год назад +3

    Jabadhuu obboletii koo ati nama gariidha inni siif hin malu waaqayyoo kana isaa calu siif lataa guyyaa tokko waani hundumaa isaa mucaa kee ilaalte ni dagata nuutiis sii irraati baranee jiraa qophesitu qophii kana kana tatee Adde moontee bayyee sii galatafanaa ❤❤❤❤

  • @senkikejela5074
    @senkikejela5074 Год назад +2

    Waaqayyoo dhugaakeesiif haabarbaaduu anillee seenaa akkakeetiin qaba obsii hin obsinaa❤

  • @wobioro9662
    @wobioro9662 Год назад +2

    Gameti tiyaa obsituu wanii hundaa jabadhuu boruu simatuu irraa annaa😥😥❤💚💚❤ilmoo Kee mottumaa Sifi tahaa ilmoo kee Mataa olii si qabaa abshiri lubbuu tiyaa

  • @tiruneshkebede2529
    @tiruneshkebede2529 Год назад

    Azoshii jabadhuu mucaa kee gudifadhuu isaaf hojii saa hin kenaf waqayyoon 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @lulu-lu9kr
    @lulu-lu9kr Год назад +2

    dhugaa keeti really moonet i like this program keep it up hundafuu rabii laphee haa keenu jadha ani

  • @yeroo730
    @yeroo730 Год назад

    Galatoomaa Dr dhugaa oboleeti koo atile jabadhuu jabduudhaa 🥰🥰🥰🥰🥰

  • @IamOromofirst-el5ig
    @IamOromofirst-el5ig Год назад

    Waaqayyo jajjabina siif haa kennu jabaadhuu obsi ati garaa qulqulluu jiraannan waaqayyo isa sirraa barbaada namni jal'aan dafee lafarraa bada, namni qajeelan garuu umurii dheeraa qaba.

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Год назад +2

    Rabbiin sii haa kissuu bareeduu koo hedduu gara naa.nyattee

  • @OromooKiyaa
    @OromooKiyaa Год назад +4

    Dhugaa Rabbi Bay'ee Garaa Nama Gubbaa Yoo Si Laaluu Offiin Jaabesa Anu Baredu Obsee Too Hiiii Waara Dhira 😭😭

  • @bijogecho6997
    @bijogecho6997 Год назад +1

    Dhiirri gadheenis jirti,,,Ani dhiiradha garuu imimmaan qabachuun dadhabe😢😢😢 seeno ati jabduudha.dhugaa dubbachuuf Ani inni dhiiraayyuu waan baay'een sirraa baradhe... Waaqayyo jireenyakeef haa dhaabbatu dhugaa jabaadhu qaxaleeko waan guddaatu fuuldurakee jira===>>>

  • @halimaorotube2383
    @halimaorotube2383 Год назад

    Dhugaa bayye jabdudha Seenaa too garu anis nama hayye midhamedha garu obsaa nuufi haa keenu obbolewwan koo shammarani😢😢

  • @sukare1325
    @sukare1325 Год назад +1

    Waqayyoo jabinaa isaa siif haa kenuu bareduu koo atoo kani caaluti baate dhisii itti hin gadinii mucaa baredaa sii kenaa waqayyoo ittin bonii❤❤❤❤❤

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 Год назад +1

    Wayi dhiiraa keenya yoomumaa dhugaadha wal argu isaan
    Ati jabduu giifti koo boru kee ifa abshir miidhamni miidhagaa❤😢😢

  • @simbodame9585
    @simbodame9585 Год назад

    Anii namani jireenyaa lafaa ishee dhisaani demmii waalli miidhuu naa dhibbaa bar dhugaa waaqayyoo Sif haa guddisuu Mucaani kee gifti to atti yommuu waaqayyoo hamna sif ta.aa 😢☝️😢🥰❤️❤️

  • @ayantukabeta9021
    @ayantukabeta9021 Год назад +2

    bagaa nagaa dhufataani isaani jabadhaa nu jiradhaa bareduu waanii koo 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @zeguvideos9564
    @zeguvideos9564 Год назад

    Seenaa,Ati chimtuu intalaati waqayyon siyaajabeessuu. Ati kanaan booda gara Gooftaa Iyesuusti kootu jiruun kee hundinuu siif sarara kabata,maqaa gooftaa Iyesuusin Ameen!😂❤❤❤

  • @ayyuu1999
    @ayyuu1999 Год назад

    Dubaartii cimtuudha dhugaa abdii namati hortii namusnii kee namati tolaa jiraadhu umurii dheeradhu❤❤❤❤❤

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Год назад +18

    Sister koo 😢😢😢ati adara waqayo namicha kana bira hafi muca kee guddifadhu 😢😢😢ati muca keetiiif jiradhuu dhirii guddisa badee tasa hin deebiuuu

  • @nuhaminregasa-iq8sh
    @nuhaminregasa-iq8sh Год назад

    Jabdukoo baayyee garaakoo nanyaattee Gooftaan siwaliin haata'u adaraakee si'a lama hin miidhamiin muchaakeef jiraadhu. Kansaamoo waakni sitti agarsiisaa eegii bareedduukoo💖💖❤

  • @atinaf9054
    @atinaf9054 Год назад +4

    dhugaa garaa koo nanyatee💔💔 waqqayyoo jajabina siif haa kennu hadhoo koo waqqayyoo gati keessi siif haa basuu😥😥😥🖤🖤🙏🙏

  • @diribebekele1415
    @diribebekele1415 Год назад

    ati garuu akkam nama cimtuudha! baaayyeen nama ajaa'ibda jabaadhu jireenya kee isa fuulduraa malee of boodde hin deebi'in. waaqayyoo yeroo hundumaa fi iddoo hundumatti si wajjin haa ta'u.

  • @ObsaAbdella711
    @ObsaAbdella711 Год назад

    Homaamoti haadhookoo abdii hin murin ati nama garaa qulqulluu yootaate kan isa caalu rabbiin siif kenna.❤

  • @jamilajeenah2333
    @jamilajeenah2333 Год назад +1

    Wollahii anillee senamaa akka kettii qabaa rabbii akka wojja issani ha kenuu abshirii

  • @fidgetingfrenzy1579
    @fidgetingfrenzy1579 4 месяца назад

    Waqayoni sifanaa jirtaa habishiei.jabiduu.koo.dhirati.hini.xurini.malee.yoo.sitii.xuree.hatii.homaa.hini.tatu.❤❤❤❤❤❤❤

  • @kiyayeasellawatube4721
    @kiyayeasellawatube4721 Год назад

    Achi bexem gobez set neshe berechi ❤👏👏👏 Egziabher lejishen yesedegeleshe ❤❤

  • @MazgabuLenjisa
    @MazgabuLenjisa Месяц назад

    Yaa raabbi dubarti warqii akkana na keeni!!!!!❤❤❤❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад +1

    Uuuufffff senuko waaqayyoo gooftan wanta hawwii kee hunda sif ha guutu bareedukoo abshir ❤❤❤❤

  • @WerqeeDfitaa
    @WerqeeDfitaa 3 месяца назад +1

    Dhugaa Anii himimanifu akkatii dhagefachuu dadhabee atii garuu dubartii cimtudhaa atii

  • @DerartuMuleta
    @DerartuMuleta 2 месяца назад +1

    Nuf jiradhaa maati yeroo jaalala.❤❤❤❤❤❤🎉🎉.

  • @kiyuuyoutube7353
    @kiyuuyoutube7353 Год назад

    Ayzosh bagaa cubu itti hin godhin cubuu siti yaa godhu maleee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdurqenageso748
    @abdurqenageso748 Год назад +1

    Dhugaa waqaa onnee qabdii jabduu koo osoo hundi kenyaa akka ishee kaan tahee😢❤❤

  • @gazbeabuu57
    @gazbeabuu57 Год назад +2

    Doktora xin samu kana yero hunda oso nuf dhiyesite monet tenya ❤❤❤

  • @banobano3531
    @banobano3531 Год назад

    Waqayyoo mucaa kee sif ha guddissuu hadhoo koo bayyee garaa nama rasaa jabaadhu senuu koo waqayyoo dhugaa kee sif haa fardduu😢😢😢😢😢

  • @debisabekele2009
    @debisabekele2009 5 месяцев назад

    Namaa gaariif gaariin hin bahuu. Jabadhuu ati.

  • @Obsii365
    @Obsii365 Год назад

    Homaa miti hadhoo koo ati jabduu dha dhugaa jabaadhu ammallee 😍😍😍

  • @mucaayesuus4916
    @mucaayesuus4916 Год назад +1

    Wayiii dhiraa namaa amanunii saliphina sii nafii wayaa goftaa ulifinaa📖🙏waqayyoo obsa sifa ha.aa kenuu hadhoo koo bayee namaa gadisisaa😭😭😭😭😭😭

  • @sadahosain5938
    @sadahosain5938 Год назад +2

    Garuu rabiin nuhaa eggu garuu dogortan nama mana kiira keesati jirana jedhu gonkuma jiirenyaati hin galina yoo isin gate deemele daima yoo argatan yoo inni deme mana yoo qabatan mana keesan keessa tesan ilaman keesan gudifatu 😢😢😢 sila kaan hin jijiramne raabiin male hin jiruu wan tahef

  • @nounanana3343
    @nounanana3343 Год назад

    Homaa Miti Jabaadhu Jabduu Wayii Waaqayyo Daa'ama Keekana Siifaa Guddisu Kan Ilmoo Dhiiraa Yeroo Tokko Tokko Obbolaa Dhuma Keenya Ilaaluunu Nutti Ulfaateera Himiidhiin Malee Miidhamuu Gaariidha Karaa Namaaf Qajeelcha😢😢

  • @Kids-d1q
    @Kids-d1q 6 месяцев назад

    Jabadhu waqayyo sii dabarsaa siif mudanno kana fakkatu anillee niqaba

  • @murtessatesgera7537
    @murtessatesgera7537 Год назад

    Obboleettiikoo, waaqayyo si haa gargaaru, siwajjiin haa ta'u, waaqayyo qulqullummaakee kana ilaalee sihin gatu. Kuni waan gaariif ta'uu mala, jajjabaadhu ati.

  • @JalaneGemachis
    @JalaneGemachis 11 месяцев назад

    Dhugaa atii dubarti jabdudhaa waqayyoo mucaakee sif ha guddissu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MohammedAdoShale
    @MohammedAdoShale 5 месяцев назад

    Waaqayyoo isheedhaaf abbaa mana akka garaa ishee ta'uuf ni kennaaf.

  • @KeberHirpo
    @KeberHirpo Год назад

    Maaloo namicha gorsaa xiin _sammuu kan lakk isaa naaf kennaa ani sammuu koo dhaabuuf dhugaa maaloo naa gargaara 🙏🙏🙏

  • @Hanay14
    @Hanay14 4 месяца назад

    Maaloo sistu koo anillee seennaa akka keeti kessaan jira ati dubarti cumutudhaa anillee akka keeti osoo gara jabadhee anillee mucaa koof jedheen jirachaa jira 😭😭😭😭😭

  • @stinatasfaye737
    @stinatasfaye737 Год назад

    Hudaa dadesu koo yo sijedhe Mali qabaa senaa koo My qune❤❤❤❤❤❤

  • @laliiseetube
    @laliiseetube Год назад

    Ayii yaa dhiraa baraa kenyaaa aja.baa gubanee onnee takaa qofaa qaabuu moo lata nafii galuu didee 😭😭💔💔

  • @JoteHalkano
    @JoteHalkano 11 дней назад

    Dhugaa dubbachuuf ati obboleettii gariidhaa ❤❤❤❤❤❤

  • @badriyabadriy974
    @badriyabadriy974 Год назад +4

    Rabii kaa isaa caluu😂sifii haa kenuu ishalaa ❤atii hadhaa dhiratii amshirii❤❤❤❤❤❤

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam4968 Год назад

    Obbolletti koo waaqayyoo gooftaan saa Eebbisuu bagaa akka inni dabee atis hin dabiin garuumman kee sirrati haa haafu jabadhuu anarasi waantii akkas gahera garuu daafen keessaa bahe galata waaqayyoo 😢

  • @siifan.diroo9515
    @siifan.diroo9515 Год назад +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭mucatii biyakoo lubukoo uuuuuufffffff waqayoo abamanagarii sifakenuu lubukoo lakomsakee nufimaxasidawalaa

  • @obsee9140
    @obsee9140 Год назад +1

    Nutu Kan jiraa warrii biyyaa Arabaati 😢gubaanu nama Akkaamin Amanu egaa😢 dhirri otto bukkee jiraaniyu Akkaas nama Tuffatu 😢😢❤❤❤❤

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia3736 Год назад +4

    ayeee mooneetii koo ❤️❤️❤️galatomii 🥰🥰 jabadhaa 😢😢

  • @yesusjesus1694
    @yesusjesus1694 Год назад

    Jabaadhu sister waqayyoo nama akka garaa keetti siif haa keenuu 😢

  • @milikoadunyaa2539
    @milikoadunyaa2539 Год назад +1

    Hayyyiiii namani akka anna bayyettu jira carraa akkana rabbii isinira haa qabu😭😭😭😭😭😭

  • @MuhammadMuhammad-q5l1o
    @MuhammadMuhammad-q5l1o 2 месяца назад

    Uuuuf jaabadhu wan baay,ee sirraa baraadhe ❤❤❤❤❤❤

  • @abdurezakJemal-ut3vz
    @abdurezakJemal-ut3vz 8 месяцев назад

    Obbolleetti koo rabbiin hiree bareeda sitti haa baannu ❤🎉

  • @tayituajema8133
    @tayituajema8133 Год назад +1

    Hubatuu keenya barnootaa guddaasa nuuf kennite🥰🥰

  • @ramajr8101
    @ramajr8101 Год назад

    Jabadhu jabduu koo ebifamii🥰🥰🥰🥰🥰

  • @GadiseMalkamu-su6cy
    @GadiseMalkamu-su6cy Год назад

    Waan isheen dubbatte hunduu dhugaa dha .jabaadhu seeno cimtuu koo❤❤❤

  • @yesusigooftaadha1391
    @yesusigooftaadha1391 Год назад

    Uuuuuuuuuffffffffeeeee yaa jireenyaa biyyaa laafa. Barumsaa guddaa gorsaa jaabina qaaba muddannon ishee kuni addaa jaabadhu ebbifaamii.

  • @lemitesfaye7036
    @lemitesfaye7036 Год назад +1

    Rabbii obsaa isaa siif haa kenuu jajjabadhu sabboontuu Oro...

  • @tanhatanha6010
    @tanhatanha6010 Год назад +1

    Waqqayyoo mucaa kee sifaa guddisuu 🙏
    Obsi jireenyii bu'aa bahii qabdii maal godhuu😭

  • @Shukrii519
    @Shukrii519 Год назад +2

    Wayyii jaalalaa mataa koo itti dhabee walahi😢😢

  • @almimagarsaanaftan7077
    @almimagarsaanaftan7077 Год назад

    Wayoo akkuma kiyaa Tate bade ayii nabichaa seyu ani😭😭😭😭😭

  • @BontuGelana-v6q
    @BontuGelana-v6q Год назад

    Jabaadhu hanga kana yoo deemte bor waan gaariittu sii eegaa

  • @ObsineetLammeessaa
    @ObsineetLammeessaa 9 месяцев назад

    Miidhamuunkee gariidha lubbee waaqayyoo mucaakee siif haaguddisu.waaqayyo sifaana hata'u.dhiirri takka alaa baatee saree qeera qammaste obboleetiitoo ati garuu abdii hin kutin

  • @burkamamo7800
    @burkamamo7800 Год назад

    Jabaadhu obboleettii tiyya, ati amma waan hundaa dhiisii adaraa kee daa'ima keeti qofa seeraan guddifadhu daa'imni kennnaa waaqayyoti

  • @ahmedbadaso1250
    @ahmedbadaso1250 Год назад

    Wayyoo jabduu too rabbiin dami'a kee si ha guddisu rabbii jala homtu dhumu yi kiisuu

  • @chaliihaile2056
    @chaliihaile2056 Год назад +2

    Wow heddu namaa barsiissa dhugaa, jabadhuu❤️

  • @medinaibraham2917
    @medinaibraham2917 Год назад +1

    Jabaadhu obsaa qabbeerti cimttuu intaala ❤❤

  • @ysrx8655
    @ysrx8655 Год назад

    Uuuuuuufffffiii anilee seenaa isaa caaluun dabarsee waan hundaafuu galata waqayoo 😢😢😢

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Год назад

    Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa Jabadhuu Waqayoo Sii Waliin Jiraa 🙏🤲♥️👍

  • @almejesus900
    @almejesus900 Год назад

    Jabaadhuu jabduu koo waaqayyoo dhumaa kee yaa bareechuu

  • @Seenuu501
    @Seenuu501 Год назад +1

    atii jabduu dha hadhoo koo baga midhamtee midhagaatuu fulaa kee jiraa😥😥😥😥😥😘😘😘😘

  • @asnakugosa
    @asnakugosa Год назад +1

    Bagaa naa miitee jete wayyoo 😢😢😢😢

  • @Kuwait-vg2pu
    @Kuwait-vg2pu Год назад

    Jabduu too atti rakko guddaa keessaa darbite jirtaa, boru fuldurii kee ifa...ilma kee kuma siif haa taa'uu jabaadhu waqqayyoo jireenyaa kee boru siif yaa barechisu ❤😢

  • @MilkiJara
    @MilkiJara Год назад

    Maaloo waraa qophii jalaala anis jalaalii qaphee naa raatessii naa simmadhaa kussaa kessaa kiyyaa jiruu namnii naaf Yaa dhaga'uu

  • @mruae1706
    @mruae1706 Год назад

    Uuuuuuuuuuuuufffff bayee garaa namaa nyataa Ati jabadhuu lubuu ko

  • @shukranalhamdulilah
    @shukranalhamdulilah Год назад

    Baay'ee nama gadisisaa jabadhuu lubbu koo

  • @SadiahSadiah-jx4nh
    @SadiahSadiah-jx4nh 6 месяцев назад

    Seenoo jaabadhu micaa ke guddifadhu baay,ee nama gubaa gafaa yadani ati of kef yaadi dhaala kef yaadi maale wa,e isaa hin yaadini kan si jaalatu sif ha busu raabbin hundu gubatadha

  • @ObsaAbdella711
    @ObsaAbdella711 Год назад

    Qophii yeroo jaalalaa waa baay'ee irraa barachaa jirra jabaadhaa obn sagalee keenya moonii qashitii ❤❤❤

  • @MisganaWakjira-wd8sr
    @MisganaWakjira-wd8sr 8 месяцев назад

    Baay'ee cimtuudha jiireenya gaarii siif Yaa keenu rabbii

  • @seenaakiyyaa4781
    @seenaakiyyaa4781 Год назад

    dubbaartii jabduudha dhugaa waqaayyo waan yadee hundaa sifi haa milkeesu giftii ko😘❤❤

  • @momnaaarsiifreeoromoo400
    @momnaaarsiifreeoromoo400 Год назад +1

    Amshiir rabii sii jiraa kee aduu man lafaa jiraa inshaa allah 😢😢

  • @berhanalemo7800
    @berhanalemo7800 Год назад +11

    አይዞሽ እግዚአብሔር ልጅሽን ያሳድግልሽ ሁሉም ያልፋል

  • @MeleseTessema
    @MeleseTessema 5 месяцев назад

    Waqqaayyoo wanti yaade hunduu sif haa milkaa'u

  • @RoziRoza-d5l
    @RoziRoza-d5l 11 месяцев назад

    ❤❤❤ 14:05 ,goboziikoo,jabadhuu,,rabbiin,ilmmake,rabbiin,sifgudisuu