yaa allaah nuu basii maali an worra mashaa allaah jedhuu kana malale wollaahi rabbiin qamaa keessan satara hin jene isa qula gabaa keessati dhiqatuu mashaa allah jatan jadidoo naman gariin waan garii hojatuu tola rabbii sii haa lafisuu inshaa allah
Warra huma hin yadne. Wly Rabbin ol tahe biishaan ati ummata duratti dhiqqaten kana ibbidda jahanamin bakka sif haa busu. Innallilahi wa'inna ilehi raji'un. Abarama
Ama fa kesa kutan umata balge kijibin malqa nyatu dur Jan umata luxi danga rabii darbani akati rabin isan xarage isinilen karan kesan Kanuma jabadha subahanall ya Rabii nu satari
As wr wb obbolewan muslima woron Harfi Qurana Barachu Barbadan porofail ko gadi tuqudhan sena Baradha jzk
Maatii naaf tayii sanyii tiyya
Barchunu fedhaa mee naa naqii
matii naf tayii❤❤❤
Ka naaf tae niin tahaaf
Malaqaf jete waan amanatan ke sif hin eyamne hin hojaniti Rabin sodadha ya ummata Nabi muhamed S❤️A❤️W ❤️
Sallallahu Aleyhi Wassallam sallallahu Aleyhi Wassallam sallallahu Aleyhi Wassallam
Maatiiii❤
yaa allaah nuu basii maali an worra mashaa allaah jedhuu kana malale wollaahi rabbiin qamaa keessan satara hin jene isa qula gabaa keessati dhiqatuu mashaa allah jatan jadidoo naman gariin waan garii hojatuu tola rabbii sii haa lafisuu inshaa allah
Subanalla yaa rabbi nuu satari
Wow hbb lencaa Ati si jaalana❤❤❤❤❤
kolfaan nuu fixaan dhugaa Firomaa atii hoo maa hin dhiqatiin ree wonii akkaasi jedhuu hin jiruu yokkiin dhiqadhuu yokiin badhasaa mudhisaa nutii
Subaahallaah Subaahallaah yaa rabbi ati nuu basii
Rabbiin sif ha Araramuu maal jamaa jadid maal tatee nagumaa mitii ya Allaah ijomtii namaa sif garidhaa
Kaayyoo keef quulaa diqachuu mitti marachuu fi du'uu ni qabda.
Galma gahuuf kaayyoon murtteessadha.
Jabadhuu Jadid Koo.🙏
Kotu Mati naf tahii sanyi koo ♥ 💖 ❤
Kkkk😂😂
Wwww jajaboko jabadha 💋💋💋💘💚🌹
يا جديد انت كريزي
Jadid Qaxalee dhiiraa dhugaa osoo umanii isaa ilaluu qamaa dhiqaxee❤
Welcome jadid 💞💞💞💞💞💞💞💞
Maatii naaf tayii qalii nama
Yoo maratan akkana
@@bbbbjjjj5979 dhuga ketii huma gonu dhabne Bara isan yutuba gudisuf gana surala basan
Uuuuuuuuuuuukkkkkkkkkkkkk
@@beletudebele5964 warii yutubara kun mata nura fudha huma kenu dhabne bar ya sabbontu oromo
Niyyaa Tee siif haa guutu Asiin gadi Tuqii maatii nuuf Tahi,Harki kee fayyaa haa Tahu
Jattanii jattanii akkana eegaltanii😂😂
Warra huma hin yadne. Wly Rabbin ol tahe biishaan ati ummata duratti dhiqqaten kana ibbidda jahanamin bakka sif haa busu. Innallilahi wa'inna ilehi raji'un. Abarama
Wow very nice
Gabadhaa❤❤❤
Kkkkkkk ajabuma
Maashaallaah
Subahanallh
Matii nafii tatii maloo sanyii ko
🎉🎉❤❤❤❤❤
Welcome
Maraatani jirtani rabi isin haafayyisuu 😂😂🤣🤣🤣🤣🤣
Maraataa gowwaa bololaa arra duniyaarra jirtaa bar
Tu 😂😂AstgfurAlhaa
Nimarate
😅😅😅😅😅numa maraatan😂😂😂😂
Siifi gaarrii miitii yaa jadidi
Kkkkkkk
Xiqin dammaa iraa midhoftii jedhaa OROMOON❤❤💪
matii naf tayii❤❤❤❤💕💕
❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Ama fa kesa kutan umata balge kijibin malqa nyatu dur Jan umata luxi danga rabii darbani akati rabin isan xarage isinilen karan kesan Kanuma jabadha subahanall ya Rabii nu satari
😢😢😂😂😂😂
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙆♂️
Wow jadid jadee
Umata qushashaa malqa jalatani danga rabii dabarun mali subahanall
😂😂😂😂kkkkkkkkkkk jadiid
Aboo ijaa nama siraa yaa qabuu jadii garii mitii
Horiin Harree keessa olituu Dhufuuu barite galittii jedhaani
Muccaa obboleetii fudhee itti sahiba tate Badee kaa Jadidii
AuzubiAllh Kifayaa obisaa siifi haa kenu gaa Namnii Ethiopia Galee hundi Nii marattaa gaa
Haraam qamaa kee akkanatii mulisiisuun siif hin hayyamamuu wallah dhiraas tatuu
Akkanatti walmaraachitan rabbi isinhaaqajeelchuu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂
😃😃😃😃😃😃😃😃😂😂😃😃😃😃😃
civilazation khara jaahilumatti nama ooftti
💝
Ganaa isini marachiti tolaarii
Meshaa kiifaya magala garachati bafate yaa jadidi 🤣🤣🤣🤣
matii naf tayii❤❤❤❤💕💕💕
🥰
😂😂😂😂😂😂😂
Jadeid wow 👌
Safuu cabsuun gaarii miti!
Kaayyoof quulaa deemuun bakka gahudha
Qiyyaaman dhiyyaate
Yaa subahan Allah
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💞
Hoji kee nyadhu Hadid 🤣🤣🤣🤣🤣😂
🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃🙃
Kilmaadhagaa saahibi
Jadidoo❤❤❤❤😂😂❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂
Maraatan dhugaa
Qiyaama dhiyaatte dhugaa waanni akkana nama isilaamarra hin eggamu
Marratu moo ratuu hojin kunii😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃
Duniyafijetanii dagarabbii hicabasinaa subahana alhaa yarabbii
Mashallaah kiifaya magala garachati dhiiqe😅🤣🤣🤣
Kotu Mati naf tahii sanyi koo ♥ 💖
Osoo nataate hin dhiqdhu
Subanaala 😢😢😢😢😢
Wow dhiraa wlh ati wan jatte dhuguman gota 💪
🤭🤭🤔😞
laki laki wan bareeda mit akkani shariyaan tenya hin hayne
garu adunyan gababadudha ok
Hojii kessani abbo namati tolaa
wanuma jollen habsha gottu gotani yadda harreyya umadha pls
Ayiiiii
Well come
Please mati nafi tayi
Kotu Mati naf tahii sanyi koo
Ajaa'iba youtuberoota kenyaa wly
Matii nafii tatii maloo sanyii koo 😘
Amaa dagaa rabbii dabatee jirtaa jadidii of sataruun barbachisadhaa
Abo rabii soda hin qabu
🤪🤪🤪🤪
fokiftan walayii azubulhii mishexan hirjim
Gowan akna kunis jiraa lakkaa Auuziibillh
Heybii dhaa
Mashaa.AIIaa ijar.harafii ijar.harafii
✌️✌️✌️✌️😁🙆
Maatii naaf tayii qalii nama
Matii nafii tatii maloo sanyii koo 😘
@@obseegorba duru maatii keetii qalii
Amazing challenge
Gowwaa
As wr wb akkam nagaya fayydha
Mati naf tahi mee sanyi koo
Qani wanti ja'u isiin bira jiru
Hujii kesanii nyadhaa
Umataa qarshif jaee maratee
💯🙏
Please mati nafi tayi
Mattii naaf ta.iimee
Matii nafii tatii maloo sanyii ko
Hojjii kessani moo kkkkk
Kotu Mati naf tahii sanyi koo
Ganaa maraattan 😓
Kkkkkkkkkk❤❤❤
hojjii keesan moo kkkkkkk
Kkkkk😂😂😂😂❤❤
Jadid atii gobazidhaa walayi garuu yutubarii yaman hidii onee qaban
Zarrroooo Camera man Way Jadiid Prankii namni siif qophaasse jira So Ni laalla Maal akka siif qophaahe
Matii nafii tatii maloo sanyii ko
Kkkkkkkkk 😂😂😂😂
Kkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Jidaa hin balesteee osoo siti hafee jirtee
Amma waan fokisaa eegaltan maloo waan akkanaa dhisa