"Fincaan Qabachuu Dadhabeen Ture" - Daani'eel Gammadaa(Kara deemaa)/Hamileessaa Show
HTML-код
- Опубликовано: 11 дек 2024
- #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Waqayyoo karaa kee hundumaati haa darbu mucaa waqayyoo kanuma calaa hubanna sifaa kenuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mana barnootaa keenya nuufvbuli❤❤❤❤❤❤
rabbi sii haa egu dani koo ija worbessa nama nyatu sira haa qabu yarabbu
Uuuuuufffff Qaxalee koo waqayyo umurii ke nuuf ha dhereesuu Dhiraa Qaxalee akkana of kessa qabachuun nama bonsa waqayyo gadiitii of egadhuu budonii kuni si nyatii nu duraa❤❤❤❤❤
Uuuuuffffi waaqayyoo umurii dhera sif Haa late sii Haa eegu
Ebifamii dani keenyaa❤❤❤
Waaqayyoo bakkaaf karaa ati deemtutii si waliin haa ta'uu goota keenyaa umurii dheeraa nuuf jiraadhu❤❤❤
Waaqayyoo sii haa tiksuu nuf jiradhuu ciimakoo Dargageessa hasa'an akka jarsaa !! Nuf jiradhuu 🎉
Danieel, haasaan kee quuqqaa saba Oromoo, sabichi dhugaa utuu qabuu dhugaa dhabee, jireenyi isaa mana hidhaa, dua taee...garaa nama nyaata!😢😢😢😢😢
Confidence keti Hacce naa yadachise😢hadara kee Ofi tasigabesi qabsoni figichan hin xumuramu of dhoksaa nuuf jiradhu Jarattini akka ijashe sirra hin bufane jajabadhuu💪💪💪❤💚❤🤙🤙🤙🤙
Danikoo waqayyoo sii haa tiskuu❤
Daanii nama cimaa ammallee jiraadhu❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo iddoo Adeemtutii Egguumsii isaa siifanaa yaa taa'u
Goshi heddun sii rajefadhe heddun sii dinqisifadhe🤙😒😢😢❤💚❤
Danii ❤
Hamaa sittii haa qabu, Adda argadhu!!
Namuu osoo akkas dammaqaa ta'ee...
Ammmeen Ammeen Ammeen ebbifamaa dachaa dachaan ebbifamaa 🙏🙏🙏📖💯✅
Daanii nuu jiraadhu♥️♥️
Waan ofii jabadhuu.
Silasi biyyi lafa nama dhugaa dubaatu hin jallatu atimo akka kanati dhugaa dubbacha hafi karaadeema eebbifami
Danii hin jedhin
Daani’eel jedhi
Miidiyaa irraa akka jirtuu beeki
Ilmaa sabaa waqni umurii kee ha dheeressu
Darbii jiradhuu danikoo
👍👍👍👍
😢😢😢😢❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
😭😭😭
Jabbaa Oromoof Oromian qabduu
Sahatti dheereessitaam maliif nuuf foyyeessii
Bvv
Dhiisii sii qofamiti kani demuu waqayotuu sii wali demaa ammayuu waqayo dinaa kee jalaa sii yaa basuuuu