Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Warri akka koo Gilgaala Jaalalaa jaalattan ❤Like godhaa Sagalee bareedaa, walaloo qindaawaa, yeedaloo mi'aawaa, beat ammayyaawaa wajjiin Wow wow wow 👌 😮😮😮
Absolutely magnificent! Superb work by a superb shining star, Andu. Horii Buli!
RATE 10/10 ⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
ገበየው ቢሞት ተተካ ባልቻ መድፍ አገላባጭ ብቻ ለብቻ ማለት ይሄ ነው 👏👏👏
♥️♥️እውነት ነው ♥️
Ayyaantuu hurry up we are waiting for you ❤❤❤❤❤ maal akkan dhaga'uuf deemu Waaqni haa beeku Anduu koo maal akkan siif ta'un wallaalee milkaa'i ammayyuu ayyaanomtuu koo❤❤❤guyya akka kee ta'uun qaba jedheen carraaqaa jira naaf buli leenca koo
🎉🎉🎉🎉🎉🎊 Masterpiece music gilgala jaalalaa..siin boone siif boone wow🎶🎶🎶
Amazing voice! Amazing melody! Amazing lyrics!
This one is different and I loved it. Galatoomi ATI nama qaaliidha nuf
What a collab between Andy and Melodist Nahom mukriya!! Jechoonni tokko hafne!!❤❤❤
Wow, hundumtuu baay'ee namatti tola hunda oli
Of duuba hin deebi'u jechaan si tilmaamee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Lencaa koo bagumaa hirriyaa ke ta.e atis hiriyyaa koo tate qalii koo
Jecha liqeeffadhuu❤❤❤❤❤❤❤ unique and other step
Mee namni gammade, gammachuu manakootti haa facaasu❤❤ anduu🎉🎉
Bayyee galatoomaa warii hojii kana irrati hirmattaan
Ulfinakoo sansakaa mana kootiiSi argadheen jiraadhe akka mootii..... Haadha Faayaatiif
Ammaafaa lubbuu nuu keesaa batee❤❤hifaanee
Leenca nama umrii nuf dheeradhu 💥💥
Ayoo koo hirkookoo jechaa hiinqabuu❤❤❤❤ለውዷ እናቴ ሁሉ ነገሬ ነሽ❤❤❤ good luck anduu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gilgaala jaalalaa
Wowowo bagaa waqaayyoo si gargaree 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Jabba Oromo qabdu 🎉🎉 congratulations 👏👏👏👏👏👏🎉🎉🎉
Ennuma ko affera re andu ko Baqqa me issin hundu na aferama warri gigaala namati tatan
1:33 "Wow you are first modern artist in Ethiopia" Anduu keenya umrii nuuf dheeradhu!
what about gutu abera???
@@Messay2012 Gutu Abera is also eldest.I love and admire both of them foremost.
Nu boonsite Anduu nuuf jiraadhu hamtuun sin argiin
bro koo hojii ajaibat baga milkooftee maalee wan jedhu qabu perfect👌👌👌👌
maaloo like itti robsa
Anaa dhufuu leenca keenya❤
Cool man 🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤baga dhalatte umrii nuuf dheeradhu
Waaaaaaaaaaaw oromoo koo💗💗💗💗💗💗💗💗👌👌👌👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪
Andu Sirboota mimiidhagoo nuuf kennite. Gilgaalli jaalalaa garuu hunda keessaa adda. Nama Jabaa!
Wooow sagalee,yeedalo ajiaba baay'ee nama tolaa
Egaa mee egaa meejaalalaan dhibbamee😢Wooow jabaa abbaa sagalee kilollee anduu koo❤
Leecaa Oromoo nufii jiradhuu
i watched all the songs and i really loved this one❤ good job Andualem Gosa👏 big FAN😅
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa baayyee bareeda.
Waaaaaaw anaa dhufu🎉
ምርጥ ስራ amazing !!
Mootii wallistoota ❤❤❤❤
Leecnaa oromoo jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Wow that's br album number 💯%100🎉 ni dandessa Anduuyyee
Wow what a amazing sound like oromo music I am from America
Anduu! Jabaadhu baay'ee namatti tola
Wow that’s awesome anduu keenyaa Nuuf jiraadhuu 🙏🥰
Bayye Barreda. ❤❤❤
Guuyyaa guttu Dhaggeeffadhee qufuu dadhabee bar ❤❤ ''Si filachuutiin waanan caroomee, ...............................................................................muziqaa hin quufamiin Gurra koof arjoomee''
Waaqayyo siif haa laaffisu
10/10❤
Ajaaaaab leencca oromoo nuuf jiraadhuu
Wow mi'aan jechootaa jecha nama dhabsiisa🥰
Jabadhu amalee jabadhuu qalii ilmaa Abaa gaada 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa milkoftee Hadhoo Koo Nuufi jiradhuu 🥰🥰🥰🥰
Baay'ee sirboota Ajaa'ibaati!
jabadhuu dhugaa ketii❤❤❤❤❤❤❤❤
የሰው ደስታ የሚያስደስታችሁ በሙሉ 5k አስገቡኝ ስወዳችሁ♥♥♥♥♥♥
Jabaadhu jabaa keenya ❤❤
Wow 💋💋💋 Anduu ❤❤❤ das jedhaa nuf jiradhuu
Wow amazing voice keep it up bro ❤
Aduualamii gosaa yokanii tokkummaa gosaa
Ega meee egaaa mee jaalalaan dhibame egaame
Bayyee Namaa tti tola 👌💙😍🎵
bagaa nagan dhuftee andualem lencaa koo
1st Comment Na Badhaasi Andua❤❤❤
Always the best andu 10/10
Sirba bareedadha jabaadhu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaa keenna jabeeffadha🎉🎉jiraadhu
Artisti keenya jabadhu baga keenya taatee
Amazing 🎉🎉🎉🎉, thanks a lot.
1ffaa ❤
ለንተ አስተያየት ለመስጠት ዘግይቼ ሊሆን ይችላል ዘፈኑን በደንብ አጣጥሜው አስተያየት ለመስጠት እንደሆነ ይታሰብልኝ ገና ከመውጣቱ 5 ደቂቃ ላይ የአበደ አልበም ነው ከማለት የኔ መዘግየት ይሻላል። ግን ቃል የለኝም ኦሮምኛን እወዳለሁ ግን አልሰማም ሙዚቃ እንደዚህ ነው የማትሰማውን ማውራት ማትችለውን ቋንቋ እንደገባክ አድርጎ ይከነክንካል በስተመጨረሻ የአጫሉን ምትክ ስሳገኘን በመጀመሪያ እግዚያብሄርን ከዛ የወለዱክን ማህፀን እናመሰግናለን።✋
Power of andu
kam dhagahe kam dhisuu wow
Ann dhufuu Leencaakoo ❤❤
Wow 🔥👌andu
gilgaala jaalalaa baayyeen jaaladhee
Sadarka muziqaa oromoo bayyee deeme
Nahar anduu from UAE visit new music Oromo Jabadhuu sagalee kilollee kanaan ittii jabadhuu ok
Wayooo dafeka😳😳😳😁😁🏃
Lubu kenya kan oromo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eegaamee egaamee🎷🎷🎷
Amezing music❤❤❤❤❤
Wawuu hundaa tolaadha ati ❤❤❤❤❤
Woww❤❤❤❤
Aanduu koo 🎉🎉🎉
Sirrba kana bayen jaladhe❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
የዚ የሙዚቃ አጨዋወት እዲሁም ቅንብሩ ለጆሮ ግቡ በሆነ መልኩ የተሠራ ስራ ነው ¯_________በጠበኩ ልክ ነው ያገኝሁ አንዷለም በርታ ከዚህም የተሻለ መስራት ትችላለህ
Kolfa keetin halkannu naaf ifeerra❤
Anduu ni dandessa ❤❤❤
Welcome my bro
Wowww amizig ❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee namatti tola❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Jaaba nama❤❤❤❤
This one is dope ❤❤
God job ❤🎉
Si qabna ❤
Guddaa oromoo
Dafaa kaa
Ann dhuufuu leecaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉dafii kaa luubuu nutiu dhersiin 🎉🎉🎉💯💯❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️
Warri akka koo Gilgaala Jaalalaa jaalattan ❤
Like godhaa
Sagalee bareedaa, walaloo qindaawaa, yeedaloo mi'aawaa, beat ammayyaawaa wajjiin
Wow wow wow 👌 😮😮😮
Absolutely magnificent! Superb work by a superb shining star, Andu. Horii Buli!
RATE 10/10 ⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
ገበየው ቢሞት ተተካ ባልቻ መድፍ አገላባጭ ብቻ ለብቻ ማለት ይሄ ነው 👏👏👏
♥️♥️እውነት ነው ♥️
Ayyaantuu hurry up we are waiting for you ❤❤❤❤❤ maal akkan dhaga'uuf deemu Waaqni haa beeku Anduu koo maal akkan siif ta'un wallaalee milkaa'i ammayyuu ayyaanomtuu koo❤❤❤guyya akka kee ta'uun qaba jedheen carraaqaa jira naaf buli leenca koo
🎉🎉🎉🎉🎉🎊 Masterpiece music gilgala jaalalaa..siin boone siif boone wow🎶🎶🎶
Amazing voice! Amazing melody! Amazing lyrics!
This one is different and I loved it. Galatoomi ATI nama qaaliidha nuf
What a collab between Andy and Melodist Nahom mukriya!! Jechoonni tokko hafne!!❤❤❤
Wow, hundumtuu baay'ee namatti tola hunda oli
Of duuba hin deebi'u jechaan si tilmaamee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Lencaa koo bagumaa hirriyaa ke ta.e atis hiriyyaa koo tate qalii koo
Jecha liqeeffadhuu❤❤❤❤❤❤❤ unique and other step
Mee namni gammade, gammachuu manakootti haa facaasu❤❤ anduu🎉🎉
Bayyee galatoomaa warii hojii kana irrati hirmattaan
Ulfinakoo sansakaa mana kootii
Si argadheen jiraadhe akka mootii..... Haadha Faayaatiif
Ammaafaa lubbuu nuu keesaa batee❤❤hifaanee
Leenca nama umrii nuf dheeradhu 💥💥
Ayoo koo hirkookoo jechaa hiinqabuu❤❤❤❤ለውዷ እናቴ ሁሉ ነገሬ ነሽ❤❤❤ good luck anduu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gilgaala jaalalaa
Wowowo bagaa waqaayyoo si gargaree 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Jabba Oromo qabdu 🎉🎉 congratulations 👏👏👏👏👏👏🎉🎉🎉
Ennuma ko affera re andu ko
Baqqa me issin hundu na aferama warri gigaala namati tatan
1:33 "Wow you are first modern artist in Ethiopia"
Anduu keenya umrii nuuf dheeradhu!
what about gutu abera???
@@Messay2012
Gutu Abera is also eldest.
I love and admire both of them foremost.
Nu boonsite Anduu nuuf jiraadhu hamtuun sin argiin
bro koo hojii ajaibat baga milkooftee maalee wan jedhu qabu perfect👌👌👌👌
maaloo like itti robsa
Anaa dhufuu leenca keenya❤
Cool man 🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤baga dhalatte umrii nuuf dheeradhu
Waaaaaaaaaaaw oromoo koo💗💗💗💗💗💗💗💗👌👌👌👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪
Andu Sirboota mimiidhagoo nuuf kennite. Gilgaalli jaalalaa garuu hunda keessaa adda.
Nama Jabaa!
Wooow sagalee,yeedalo ajiaba baay'ee nama tolaa
Egaa mee egaa mee
jaalalaan dhibbamee😢
Wooow jabaa abbaa sagalee kilollee anduu koo❤
Leecaa Oromoo nufii jiradhuu
i watched all the songs and i really loved this one❤ good job Andualem Gosa👏 big FAN😅
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa baayyee bareeda.
Waaaaaaw anaa dhufu🎉
ምርጥ ስራ amazing !!
Mootii wallistoota ❤❤❤❤
Leecnaa oromoo jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Wow that's br album number 💯%100🎉 ni dandessa Anduuyyee
Wow what a amazing sound like oromo music I am from America
Anduu! Jabaadhu baay'ee namatti tola
Wow that’s awesome anduu keenyaa Nuuf jiraadhuu 🙏🥰
Bayye Barreda. ❤❤❤
Guuyyaa guttu Dhaggeeffadhee qufuu dadhabee bar ❤❤ ''Si filachuutiin waanan caroomee, ...............................................................................muziqaa hin quufamiin Gurra koof arjoomee''
Waaqayyo siif haa laaffisu
10/10❤
Ajaaaaab leencca oromoo nuuf jiraadhuu
Wow mi'aan jechootaa jecha nama dhabsiisa🥰
Jabadhu amalee jabadhuu qalii ilmaa Abaa gaada 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa milkoftee Hadhoo Koo Nuufi jiradhuu 🥰🥰🥰🥰
Baay'ee sirboota Ajaa'ibaati!
jabadhuu dhugaa ketii❤❤❤❤❤❤❤❤
የሰው ደስታ የሚያስደስታችሁ በሙሉ 5k አስገቡኝ ስወዳችሁ♥♥♥♥♥♥
Jabaadhu jabaa keenya ❤❤
Wow 💋💋💋 Anduu ❤❤❤ das jedhaa nuf jiradhuu
Wow amazing voice keep it up bro ❤
Aduualamii gosaa yokanii tokkummaa gosaa
Ega meee egaaa mee jaalalaan dhibame egaame
Bayyee Namaa tti tola 👌💙😍🎵
bagaa nagan dhuftee andualem lencaa koo
1st Comment Na Badhaasi Andua❤❤❤
Always the best andu 10/10
Sirba bareedadha jabaadhu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaa keenna jabeeffadha🎉🎉jiraadhu
Artisti keenya jabadhu baga keenya taatee
Amazing 🎉🎉🎉🎉, thanks a lot.
1ffaa ❤
ለንተ አስተያየት ለመስጠት ዘግይቼ ሊሆን ይችላል ዘፈኑን በደንብ አጣጥሜው አስተያየት ለመስጠት እንደሆነ ይታሰብልኝ
ገና ከመውጣቱ 5 ደቂቃ ላይ የአበደ አልበም ነው ከማለት የኔ መዘግየት ይሻላል። ግን ቃል የለኝም ኦሮምኛን እወዳለሁ ግን አልሰማም ሙዚቃ እንደዚህ ነው የማትሰማውን ማውራት ማትችለውን ቋንቋ እንደገባክ አድርጎ ይከነክንካል በስተመጨረሻ የአጫሉን ምትክ ስሳገኘን በመጀመሪያ እግዚያብሄርን ከዛ የወለዱክን ማህፀን እናመሰግናለን።✋
Power of andu
kam dhagahe kam dhisuu wow
Ann dhufuu Leencaakoo ❤❤
Wow 🔥👌andu
gilgaala jaalalaa baayyeen jaaladhee
Sadarka muziqaa oromoo bayyee deeme
Nahar anduu from UAE visit new music Oromo
Jabadhuu sagalee kilollee kanaan ittii jabadhuu ok