Amazing music ❤❤❤ I think Zeynu was wallo kamise native. But he did amazing 🎵 for Jimma repeatedly. Bulchiisni magaalaa jimmaa mucaa kana badhaasuu qaba.
From his first Jimma traditional hit, Bontu Jimma, to this latest release, Zeynu continues to capture the essence of Jimma's music beautifully. A true master at his craft, he has once again delivered a captivating Jimma traditional song that does not disappoint. Thank you zeynu 🙏🏼
My frequency is tuned to the extreme; resonates with a vibrant energy that transcends the ordinary. It’s a musical journey that captivates the soul and elevates the spirit. The rhythm pulsates through the air, a testament to the rich cultural tapestry of Jimma. Each note is a brushstroke painting a soundscape as lush and diverse as Ethiopia itself. This song is not just heard; it’s felt-an experience that lingers long after the last chord fades. Thank you for sharing this auditory gem that vibrates with passion and authenticity. Mudhii qabaaf tolu yoo dhommoqun arga!
Baga nagaan dhufte Zeynu sagalee fi jechootni inni baasu qulqullina qabu jabaadhu album guutuu sirraa eegna manni muuziqaa fi artistoonni oromoo bira dhaabbadhaa
Zeeynuu koo sagalee Kee dharranne Baga nuuf deebitee❤❤❤❤❤❤❤❤
Jallattoonni aartii Oromoo Zeeynuu biraa dhabbadhaa adaara🙏🙏🙏🙏🙏🙏
My all time favorite artistZM❤❤❤❤
Amazing music ❤❤❤ I think Zeynu was wallo kamise native. But he did amazing 🎵 for Jimma repeatedly. Bulchiisni magaalaa jimmaa mucaa kana badhaasuu qaba.
From his first Jimma traditional hit, Bontu Jimma, to this latest release, Zeynu continues to capture the essence of Jimma's music beautifully. A true master at his craft, he has once again delivered a captivating Jimma traditional song that does not disappoint. Thank you zeynu 🙏🏼
Warri Akka Koo sirbi kun sitti tole like godhi
Sagalee kiliiloo kee kana yaadee ture baga nagayan dhufte insha Allah rabbin fayyaa kee duriitti sihaa deebisu zeinu koo
Dhukkubsatee akkas huqqatee edaa?😢😢❤
Bareduu ilmaa walloo Qashtii nama bareduu sagalee Dammaa Nuf jiradhuu me🎉🎉🎉❤❤
Jimma warra sanyii mootii🎉🎉 big love and respect
Zenuun wallodha
Jimma Abbaa Jifaar, Biyya Jaalalaa!
My frequency is tuned to the extreme; resonates with a vibrant energy that transcends the ordinary. It’s a musical journey that captivates the soul and elevates the spirit. The rhythm pulsates through the air, a testament to the rich cultural tapestry of Jimma. Each note is a brushstroke painting a soundscape as lush and diverse as Ethiopia itself. This song is not just heard; it’s felt-an experience that lingers long after the last chord fades. Thank you for sharing this auditory gem that vibrates with passion and authenticity. Mudhii qabaaf tolu yoo dhommoqun arga!
oromo namaa kaan biraa dhabadha baayee dhukubaa jiraa 😢😢😢
Ufiiiiiiiiiiii nidhukuba😢
baga nagaan deebite zeynu keenya, artistooni oromoo qindeessitoonni muuziqaa jajjaboom mucaa kana bira dhaabbadha ❤
Nama cima ijoollee Warqituu isaa tokko dha ati jabadhuu Zenyu
Wwwwwo Sirba aja'ibaa Oromoo Artist kanaa jajjabeessa diina isaa jidduu ta’ee safuufi addaa uummata Oromoo tiksee har'aa gaheera kanafuu jabeeffadhaa ❤❤
Walahii ergaa sibikuu bahee kaan Birla dhagahuu Nottingham hin toluu qalii kenyaaa❤❤❤❤
Sagaleen kee gurratti hin quufamu bareedinni qabeenya Oromiyaa ijitti hin quufamu Leenca koo ilma warqituu......!
❤❤❤ I love all your music
Thank you so much for your lovely music
Zeynuu kenyaa bagaa dhuftee❤❤❤❤❤❤❤❤❤gootaa sanyii warqiituu.❤
zeynu the best afaan oromoo musician i love your music
Wow baga nagahaan dhuftee leenca koo ilma warqituu❤❤❤❤❤
Wow i love thies music❤🎉❤ nuyi oromo bayee sinjaledha❤🎉❤🎉 Wow OROMO music!!!
Amazing lyrics and melody come on Zenu
Iam from Canada very attractive song oromic music
What amazing music,❤ I love oromo music and I'm listening always... wer'e Joollee Abbiyyoo...
From Madagascar ❤
ZEYNUKO WOW WHAT A SONG🎉🎉 ትችላለህ ❤❤❤❤❤❤
Sirba hedduu bareeduudha jabaadhu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Nuuf jiraadhuu oro sanyii koo
Baga jiraatte Leenca Sabaa.ati mallattoo cichoominaati. Sabboonummaankee orma keessa jiraachuu keen hin daangofne. Bahirdaar keessa taa'anii Oromoo fi Oromiyaa leellisuun hangam akka ulfaatu isuma akkakee argetu beeka. Ati garuu garaa osoo hin hirin orma keessa teessee eenyummaa Kee labsite. Proud of you hambaa gootittii worqituu. Oromoon si jaalata. Jabaadhu. Rabbiin fayyaa keetti si deebisee maatii Keen Wal si haa garsiisu. Love you Zeeynuu kiyya. gumaachikee inni ammaas adduma. natti toleera. Jiraadhu, umrii harraagessaa siif hawwa goota kiyya.
Welcome our precious one 🎉❤❤❤❤ yadamtettam
we thankyou ,,, musian zeynu mahbub ,,, konjo zaema ,,, mashallah ,, aba , jeafar ,, aba , jeafar ,,,.
Woow bayee guraatti mi'aawa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Weelluu bareedadhaa Zeyinuu Jabaadhuu Leencaa koo.
Welcome Sanyi Koo Sirba Wallotis Sirraa Egaa jirra Mee like shaer ✍️❤❤️
Thanks alot Zeynu jimmaa sirriitti waan ibsiitef Wallagaa irraa
Welcome back zeynuu nice song
Garuu maal tahe lataa nii dhukubsataa fakkata energy isaa gadii buhe jiraa akka durii saan mitti i hope he’s ok
Warraa sanyii mootii bagaa gammadan burtukana koo bunaa Ananii❤❤😘😘😘
Boontuu jimma
Burtukaanakoo❤❤❤❤
Wowow sirbaa isaa kanani duraani iyuu dhagahee Hin Quffuu Qalibee Nama fudhaa sagalee isaa nufi jiradhu Rabbin si haa eguu❤❤❤❤❤
Zeynuko nufejeradu nuyi oromoo baye sinejaledha!!!❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow,kan jimmaa atumti qofti sirbi.....you've been missed,good to see you
Wow Wellisaa cimaa kanaa jabeeysaa Oromoo koo❤❤
Zeeynuu jimmaa jaalatee mo
Sirba jimmaa kan sirbu jaalatuu
Garuu jaaladhee baa'yyee namatii tolaa jabadhuu qaxalee kenyaa ❤❤❤❤❤
Baga nagaan deebitee dhufte Zeenuu abbaa sagalee dammaa🎉❤
From india i love oromo misic galatoomaa
Baga nagaan dhufte Zeynu sagalee fi jechootni inni baasu qulqullina qabu jabaadhu album guutuu sirraa eegna manni muuziqaa fi artistoonni oromoo bira dhaabbadhaa
zeenuukoo qaalii oromoon qabdu nuuf jiraadhu❤❤❤ilma sabaaf jiraatu❤❤❤ rabbi jiraachusee Wal nuhaa agarsiisu🤲🤲
Woww nuuf jabaadhu sanyii warqituu❤❤
Wow welcome zeynu mahbub ❤❤
Zeyenu Abbaa sagalee nuuf jiraadhu ❤
Well come ❤❤❤❤❤❤luubuuukoo
Nama kabajaan maluuf zeynuu koo jabaadhu!
My Sonsa jaalala music 🎶 ❤ i love jimma culture & jimma people ❤
Wow!! What a music every thing wel done
ZEENUU best oromoo musician good sound
❤❤❤❤❤❤❤ nuu jiradhuukaa mubako
Zeynuu jabaa keenya baga nagaan gara jimmaa dhufte. si jaalanaa. jabaadhu!!!
Wow mashallaah baay'ee namati sagalee isaa akka kiloollee sun♥️♥️🙏🙏
Wow zeynu bro ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome back with best choice Zeeyinuu keenya sanyii warqituu hojii bareedadha rabbiin fayyaa siif yaa kennu😍😍
Namni na dura view godhe hin jiruu 🎉🎉❤
Qaalii koo bayye baredaa jabadhuu ❤❤❤
Best of best zeyinuye go up ❤❤❤❤
Wwww baayyee das jedhan zehnu❤❤❤❤
Bayee sijaladhaa wlh bilahii❤❤❤❤❤❤
Yeroo jalqabaaf hojii mootummaaf gara Jimmaa deeme gaafan qaxaramu jaalalli ijaa akkuma na qabeen sirba Boontu Jimmaa jedhu gadhiifte ergasii ati anaaf eenyuyyu ni caalta. Waaqayyo Baga fayyise kanan si gahe irra deebisee ammas madaa Koo bara sanii tutuqaa jirta.
Really I love U❤
Zeynuun mana hidhaa turemoo Essa bade.....artist sirba ajaiba qabu ta'ee hagana baduu Isaa waggaa saddeetii oliif
እንኳን ደህና መጣህ ዘይኗችን። የምርጦቹ ምርጥ
Woww garu mal tate uqatee mo ija koti gais in uqane ❤❤❤❤
wow baayyee namatti tola!sagalee miidhagaa!!
Wow welcome to jimmaa ilove you jimmaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤
The Next oromic songs legend zeynu kegna we love you ❤❤❤
Welcome Back legend Zeeynuu🎉 si iyyaafachaan baheyyu!
Baga Deebite Abba Sagalee Kiilolee❤
Baga nagaan deebiitee artiistii keenya jaallanu zeynu Muhbub
👌 it's a great music
Welcomee zeenuu bagaa nagahaan nuf debitee bayee badeeturee
Haadho too Zeynuu maaliif huqqatte❤❤❤
Hin dhukubaa 😢😢
Welistoota oromo karumma dingde osoo cimsinee sirbota Africa fi adunyaa qixxa ilalamu 😢😢😢
Kawuseriye bareeduu sarbo koo gifti worraa jimmaa ❤
Spetial song atti nama jabadha
Zeynuu nama Jabaa waan bareedadhaan dhufte.
❤❤❤❤❤❤!!!
Welcome back Zeynu!!
Baga fayyite adhoo koo baay,ee natti tolta ❤❤❤❤
Well come come back Zeyinu ❤
Ijoollee Jimmaa isin jaaladha Baale irraa ❤
Here's the legend
Very cool song!💚
Awwwww welcome back Zeynu keeny!
Well come back, Zeynu❤❤❤❤❤
Welcome brother long time
Baga hidhaa baate. Mana hidhaattii sidararuun dogoggora ture. Jabaadhu.
Jiituu badhaatu biyya jimmaa🎉🎉🎉❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Qaliwon maltu Ama shamaran Jimmati dhufaa ❤❤
Zeyinu koo sagalee kee...🔥🔥🔥
wow amezing baayee bareeda ❤
Uuuuuffff Sagalee Damma godhiiii atiiii lubbuuumaam
Hayyuu koo baga nagaan dhufte,👌🏻👌🏻🥰🥰
Well come ❤❤❤❤❤❤luubuuukoo naa jiradhuyee
Zeynu koo jabaa keenya❤🎉❤
Weelluun baay'ee jaalladhe keessa tokko, keessattu sirboota as dhiyoo kanaa keessa ❤❤❤
anadhufu jeneraa❤❤❤🎉🎉🎉