Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Galatoomaa!Kun Faaruu cidhaa ajaa’ibaati!
ruclips.net/video/aIt12-yFpYc/видео.html
Namni kana hojjate, harki kana qajeelche haa eebbifamu, ameen !
Baay'ee namatti tola dhugaa waaqayyoo isin haa eebbisu faarfannaa cidhaa wangeela fi aadaadhan faayyaamee❤
❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
Ani jaalladheera 😁🥰🥰🙏🏿 Eebbifamaa
Akkan yaadda'e miti Yesuusumaan faarfate Henook. And it's Biblical! Xinnoo ragadi namoota lamaan ragadamtu sun rakkoo fidinnaa
Baga milkoomte,Baga sif deebifame Wakjiraa keenya
Aadaa wallagga koo akkatii bareedu eebbifama .
Sagalee Waaqayyoo ti Kan faarfatame waqni dachaa is in ha ebbisu
Woo woo,gafa kiya kana male hni farfadhu❤❤
Woowww taa,e refuu baay'ee namatii tola waqaayyoon isinaa ebbisuu ❤❤❤❤
Faarsaan oromoo gara aada oromoo dhuunfate yesuusif ragadamuutti guddachuusaa jaalladheera baayee. Jajjabeeffamuu qma ❤❤❤
Baayyee jaaladhera. Sababa farfaana kana lamaata fuudhu kooti.
Dhugaa bayee namati toltuu ebbifaama ijjoollee yesus❤❤❤❤
Its so great! Dhugaadha baay'ee bareeda. Akkasitti ilaa utuu kan waaqayyooon ibsu jecha ati dubbaatuudha malee sirba fakkaachuu miti. Akkasitti aadaa fi amantaan akka wal duukaa deemuu danda'uu agarsiisuu keessaniif guddaa galatoomaa. Waaqni isin haa eebbisu!
Dhugaa goftaa lamafaan cidhaa godhee farfadhaa❤❤😍
Eebbifama Kan duraa silaaf iyuu gaaffii natti ta'e turem ,namni waan hojjettu hundummaaf gatii Isa hin argaata !
Wow wow Amazing God Blessing all Amen
Iraa debine cidha godha Faruq bareda❤
Waaqayyo isin haa eebbisu dhugaa baayyee namatti tola
Waaqayyoo isin haa ebbisuu faruu baay'ee namatti tolu dha
eebbifama warri hin fuunemmoo ittiin gaa'ela yaadadha!
Bagaa dhugaan sii galtee wakjookooo❤❤❤❤
Baay`ee namatti tola, Faarfannaan cidhaa heedduun hin jiru ture amma kunoo afaan ofiin gammachuu cidhaa irratti faarfachuuf- ta`e reefu! EEBBIFAMI!😍
Ayyaana isaa isiniif haa baayyisu, baayyeen jaalladhe an.
Maloo guyyaa gaa'eelaa koof kottaa hundi keessan adaraa hin haafinaa🥰😍👏👏👏
❤❤❤🎉🎉
Sirbamooo farfannaa moo sirba+farfannaa namaaf hin galu
It’s amazing really Warri hojjetee beekamuu dadhabe yoomiyuu qeeqee beekamuuf yaalunsaa waanuma baratamedhaa isin isaanif gurra hin kenninaa. Sareeen duruu waccii gaalli inuma deemaa. Hojii dinqiidha 👏👏👏👏👏👏
Hojii bareedadha, warri itti hirmaattan hunduu eebbifama
Jabaadhu! Yeroo hojii Waaqayyoo hojjettu gatiin Kee baasii ati Faarfannaatti baaftee mitii. Gatiin Kee guddaa dha. Innis tilmaama hin qabuu.This comment is directly for Assefa(Wakjira Tube)
Ulfaadhu!
Farfannaa baredaa garuu ragadaa sanii akishii biratii osoo jijirmee baredaa
baay'ee bareeda gooftaan isin haa eebbisuu
Ebifamaa dhugaa bayee jaladhee
ajab ajab dhugaa hojii addaati eebbifamaa
wau Wau baayee Baaredaa
WOW oromo cultural namatti tola bagan oromoo ta'e😍😍😍😍
Faaruu ergaa guddaa of keessa qabuufi adda keenyas nutii argiisaasa ebbiiffaama❤💓❤
Ameen eebbifamaa waaqayyo dachaa isin haa eebbisu
Warri beesxee nama sodaachuu yoo dhiistanillee waaqayyoon sodaadhaa. Eejjituu fi inaaftuun beesxee caaltu hin jirtu.
Ijollee keenyaa hojii sirrii namatti tola🙏🙏🙏
hojii quubsaa ta'edha kun eebbifamaa!
Waaqayyoo si haa eebbisu
Baay'ee bareeda. Eebbifamaa.
uffff !!!!! SIMBIRROO YAA MARII SHAASHAA🙍♀️🙍♀️🙍♀️🙍♀️🙍♀️🙍♀️
Woow waaqayyo isin haa eebbisu baayyee namatti toltu❤.
baga siif gadhiisani bro
Ebbiifamaa ittin naa gahi yaa Waqqayyoo ❤❤❤❤❤
❤🎉ebifaamaa i lovet
Ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa dachaa dachaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
❤❤❤❤wowowowo dhuga ebbifamaa ta'ee refuuu uuffee❤
Bareedadham dhugaa jallaadheera
Wooww baay'ee namatti tola eebbifama
Wawwoo eebbifamaa ijoollee gooftaa. warroonni commentiimmoo sagalee waaqayyoo giddu galeessa hin godhanne ykn sirbadha jechaa jirtan kun dursa macaafa qulqulluu dubbisaati comment kennaa malee callistanii waan hin beekne hin dubbatiinaa.dhugaa dubbachuuf harka caalu macaafa qulqulluu keessaati faarfatani.kanaaf warri callistanii comment kennitani dursa dhugaaf afuuraan macaafa qulqulluu dubbisaa.kanan xiqqo dogoggora qaba jedhee yaadu shubbisadha
Wawoo bayyee namatii tolaa jiradhaa
woww 10Q all of them As i think it done for as this appreciated for it!!!!!.
Wowo ebifamaa marti kesanuu🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
Amazing jiraadhu
Wwwwooooww heduu jalaadheraa dhugaa eebbifamaa 🎉❤❤❤
Woww hojii adaatti kun dhugaa ebbifamaa dachaa🎉
Wow God bless you
Jabaa kenyaa jabadhuu
wow what a great music is it!may God bless you!
Ayyaanni isiniif haa baay'atu
Ililililililililili ililililililililili ililililililililili ulffaadhu Yesuus ☝️
Namatti tola. Eebbifamaa. Anoo ergan Faarfannaa kana dhagaheehoo nan gaabbe, ka'een irra deebiin fuudha. 😀😀😀😀😀😀
Wow eebbifaamaa namatti tola baayyee 🥰🥰🥰
Qooda qarshii iraatti wal dhabdanii hangana wal lafafuurra achumatti dubbii kkeesan fixachuu qabdu turtan
Wantaa hinbeene hin hasaini. Yerro , horii hamami aka fudhatu betaa farfana toko hojechun? Wanta siridhaan sirii jechu dogogoran dogogora jechuun dirqama. Malee hatuu urursunii hinbarbachisu
Kunfaaruu cidhaa ajaa'abaati!!
Amazing dhugaa eebbifmtteetta❤❤❤❤
Ashuuuuu....👏👏👏👏👏 Ebbifamaa martinuu
Ta'e reefuu amazing
🔥Finally🔥❤️🌳
Hopefully Touch by Henok George. Nama ajaibaa “Ta’ee Reefuu” Eebbifamaa.
Faarfannaa cidhaa bareedaadha!
Maloo Kun ajaaiba❤
AMEEEN AMEEEN AMEEEN EEBBIFAMAA DACHAA 🙏 🙏 ❣️ 💗 💚 💓 🥰 🥰
Wow wow...May God bless you all.
Baayyee bareedaadha.
WOWW ebifamaa
In love 🥰 god belss you ❤
Ameeeeeeen ameeeeen❤❤❤❤❤🎉🎉🎊🎊🎊❤❤❤❤❤
Kun faarfannaama ta'uu hindanda'u! xxxxx
Sinmaltuusidhibegoftattitolankankebekii
😂😂😂
Eebifama
Ani nama keessi koo bayye midhame mee ijoleen waqqaayyo naf kadhadha😢
TA'E REEFUU❤️💪
Hojii addaa Ulfaadha ❤❤❤🙏🙏🙏
Amazing 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Wow jallanerra
Eebbifami Eebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🙇🤲☝️❣️❣️❣️❣️❣️😭😭😭🤲🤲🙇
❤❤wakjira KO ♥️
EeLelelelelelelelel ❤❤❤❤
Bless you
Wow I love ❤
My Love songs my sisters jiibadhaa ❤❤❤❤
Gaariidha itti muddaa
Ameeen Ameeen 👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏
Eebbifamaa 🙏🙏
Eebbifamii
Naf hin gallee sirba moo muziqadhaa dhugaa
Wow! Beeksisa isaa yeroon argu xiqqo mufadheen ture sirba waan fakkaatuufGaruu, guutu isaa yeroon dhaggeeffadhu baay'ee namatti tola. Gara sirbaatti siiqus maqaan waaqayyoo keessatti waamameera darbeemmoo, dhaloonni bara kana sirbatti yeroo baay'ee waan fiignuuf kan akkasii dhaggeeffachaa waaqayyoon galateeffachuu akka dandeenyuuf nu gargaara eebbifamaaDeeggarsa arganne jettaniimmoo Sirfannaa akkasii hin baay'isiina jechuun dhaamsakooti😊
Eebbifamaa!
Galatoomaa!
Kun Faaruu cidhaa ajaa’ibaati!
ruclips.net/video/aIt12-yFpYc/видео.html
Namni kana hojjate, harki kana qajeelche haa eebbifamu, ameen !
Baay'ee namatti tola dhugaa waaqayyoo isin haa eebbisu faarfannaa cidhaa wangeela fi aadaadhan faayyaamee❤
❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
Ani jaalladheera 😁🥰🥰🙏🏿 Eebbifamaa
Akkan yaadda'e miti Yesuusumaan faarfate Henook. And it's Biblical! Xinnoo ragadi namoota lamaan ragadamtu sun rakkoo fidinnaa
Baga milkoomte,Baga sif deebifame Wakjiraa keenya
Aadaa wallagga koo akkatii bareedu eebbifama .
Sagalee Waaqayyoo ti Kan faarfatame waqni dachaa is in ha ebbisu
Woo woo,gafa kiya kana male hni farfadhu❤❤
Woowww taa,e refuu baay'ee namatii tola waqaayyoon isinaa ebbisuu ❤❤❤❤
Faarsaan oromoo gara aada oromoo dhuunfate yesuusif ragadamuutti guddachuusaa jaalladheera baayee. Jajjabeeffamuu qma ❤❤❤
Baayyee jaaladhera. Sababa farfaana kana lamaata fuudhu kooti.
Dhugaa bayee namati toltuu ebbifaama ijjoollee yesus❤❤❤❤
Its so great! Dhugaadha baay'ee bareeda. Akkasitti ilaa utuu kan waaqayyooon ibsu jecha ati dubbaatuudha malee sirba fakkaachuu miti. Akkasitti aadaa fi amantaan akka wal duukaa deemuu danda'uu agarsiisuu keessaniif guddaa galatoomaa. Waaqni isin haa eebbisu!
Dhugaa goftaa lamafaan cidhaa godhee farfadhaa❤❤😍
Eebbifama
Kan duraa silaaf iyuu gaaffii natti ta'e turem ,namni waan hojjettu hundummaaf gatii Isa hin argaata !
Wow wow Amazing
God Blessing all
Amen
Iraa debine cidha godha Faruq bareda❤
Waaqayyo isin haa eebbisu dhugaa baayyee namatti tola
Waaqayyoo isin haa ebbisuu faruu baay'ee namatti tolu dha
eebbifama warri hin fuunemmoo ittiin gaa'ela yaadadha!
Bagaa dhugaan sii galtee wakjookooo❤❤❤❤
Baay`ee namatti tola, Faarfannaan cidhaa heedduun hin jiru ture amma kunoo afaan ofiin gammachuu cidhaa irratti faarfachuuf- ta`e reefu! EEBBIFAMI!😍
Ayyaana isaa isiniif haa baayyisu, baayyeen jaalladhe an.
Maloo guyyaa gaa'eelaa koof kottaa hundi keessan adaraa hin haafinaa🥰😍👏👏👏
❤❤❤🎉🎉
Sirbamooo farfannaa moo sirba+farfannaa namaaf hin galu
It’s amazing really
Warri hojjetee beekamuu dadhabe yoomiyuu qeeqee beekamuuf yaalunsaa waanuma baratamedhaa isin isaanif gurra hin kenninaa. Sareeen duruu waccii gaalli inuma deemaa.
Hojii dinqiidha 👏👏👏👏👏👏
Hojii bareedadha, warri itti hirmaattan hunduu eebbifama
Jabaadhu! Yeroo hojii Waaqayyoo hojjettu gatiin Kee baasii ati Faarfannaatti baaftee mitii. Gatiin Kee guddaa dha. Innis tilmaama hin qabuu.This comment is directly for Assefa(Wakjira Tube)
Ulfaadhu!
Farfannaa baredaa garuu ragadaa sanii akishii biratii osoo jijirmee baredaa
baay'ee bareeda gooftaan isin haa eebbisuu
Ebifamaa dhugaa bayee jaladhee
ajab ajab dhugaa hojii addaati eebbifamaa
wau Wau baayee Baaredaa
WOW oromo cultural namatti tola bagan oromoo ta'e😍😍😍😍
Faaruu ergaa guddaa of keessa qabuufi adda keenyas nutii argiisaasa ebbiiffaama❤💓❤
Ameen eebbifamaa waaqayyo dachaa isin haa eebbisu
Warri beesxee nama sodaachuu yoo dhiistanillee waaqayyoon sodaadhaa. Eejjituu fi inaaftuun beesxee caaltu hin jirtu.
Ijollee keenyaa hojii sirrii namatti tola🙏🙏🙏
hojii quubsaa ta'edha kun eebbifamaa!
Waaqayyoo si haa eebbisu
Baay'ee bareeda. Eebbifamaa.
uffff !!!!! SIMBIRROO YAA MARII SHAASHAA🙍♀️🙍♀️🙍♀️🙍♀️🙍♀️🙍♀️
Woow waaqayyo isin haa eebbisu baayyee namatti toltu❤.
baga siif gadhiisani bro
Ebbiifamaa ittin naa gahi yaa Waqqayyoo ❤❤❤❤❤
❤🎉ebifaamaa i lovet
Ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa dachaa dachaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
❤❤❤❤wowowowo dhuga ebbifamaa ta'ee refuuu uuffee❤
Bareedadham dhugaa jallaadheera
Wooww baay'ee namatti tola eebbifama
Wawwoo eebbifamaa ijoollee gooftaa. warroonni commentiimmoo sagalee waaqayyoo giddu galeessa hin godhanne ykn sirbadha jechaa jirtan kun dursa macaafa qulqulluu dubbisaati comment kennaa malee callistanii waan hin beekne hin dubbatiinaa.dhugaa dubbachuuf harka caalu macaafa qulqulluu keessaati faarfatani.kanaaf warri callistanii comment kennitani dursa dhugaaf afuuraan macaafa qulqulluu dubbisaa.kanan xiqqo dogoggora qaba jedhee yaadu shubbisadha
Wawoo bayyee namatii tolaa jiradhaa
woww 10Q all of them As i think it done for as this appreciated for it!!!!!.
Wowo ebifamaa marti kesanuu🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
Amazing jiraadhu
Wwwwooooww heduu jalaadheraa dhugaa eebbifamaa 🎉❤❤❤
Woww hojii adaatti kun dhugaa ebbifamaa dachaa🎉
Wow God bless you
Jabaa kenyaa jabadhuu
wow what a great music is it!
may God bless you!
Ayyaanni isiniif haa baay'atu
Ililililililililili ililililililililili ililililililililili ulffaadhu Yesuus ☝️
Namatti tola. Eebbifamaa. Anoo ergan Faarfannaa kana dhagaheehoo nan gaabbe, ka'een irra deebiin fuudha. 😀😀😀😀😀😀
Wow eebbifaamaa namatti tola baayyee 🥰🥰🥰
Qooda qarshii iraatti wal dhabdanii hangana wal lafafuurra achumatti dubbii kkeesan fixachuu qabdu turtan
Wantaa hinbeene hin hasaini. Yerro , horii hamami aka fudhatu betaa farfana toko hojechun? Wanta siridhaan sirii jechu dogogoran dogogora jechuun dirqama. Malee hatuu urursunii hinbarbachisu
Kunfaaruu cidhaa ajaa'abaati!!
Amazing dhugaa eebbifmtteetta❤❤❤❤
Ashuuuuu....👏👏👏👏👏 Ebbifamaa martinuu
Ta'e reefuu amazing
🔥Finally🔥❤️🌳
Hopefully Touch by Henok George. Nama ajaibaa “Ta’ee Reefuu” Eebbifamaa.
Faarfannaa cidhaa bareedaadha!
Maloo Kun ajaaiba❤
AMEEEN AMEEEN AMEEEN EEBBIFAMAA DACHAA 🙏 🙏 ❣️ 💗 💚 💓 🥰 🥰
Wow wow...May God bless you all.
Baayyee bareedaadha.
WOWW ebifamaa
In love 🥰 god belss you ❤
Ameeeeeeen ameeeeen❤❤❤❤❤🎉🎉🎊🎊🎊❤❤❤❤❤
Kun faarfannaama ta'uu hindanda'u! xxxxx
Sinmaltuusidhibegoftattitolankankebekii
😂😂😂
Eebifama
Ani nama keessi koo bayye midhame mee ijoleen waqqaayyo naf kadhadha😢
TA'E REEFUU❤️💪
Hojii addaa Ulfaadha ❤❤❤🙏🙏🙏
Amazing 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Wow jallanerra
Eebbifami Eebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🙇🤲☝️❣️❣️❣️❣️❣️😭😭😭🤲🤲🙇
❤❤wakjira KO ♥️
EeLelelelelelelelel ❤❤❤❤
Bless you
Wow I love ❤
My Love songs my sisters jiibadhaa ❤❤❤❤
Gaariidha itti muddaa
Ameeen Ameeen 👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏
Eebbifamaa 🙏🙏
Eebbifamii
Naf hin gallee sirba moo muziqadhaa dhugaa
Wow!
Beeksisa isaa yeroon argu xiqqo mufadheen ture sirba waan fakkaatuuf
Garuu, guutu isaa yeroon dhaggeeffadhu baay'ee namatti tola. Gara sirbaatti siiqus maqaan waaqayyoo keessatti waamameera darbeemmoo, dhaloonni bara kana sirbatti yeroo baay'ee waan fiignuuf kan akkasii dhaggeeffachaa waaqayyoon galateeffachuu akka dandeenyuuf nu gargaara eebbifamaa
Deeggarsa arganne jettaniimmoo Sirfannaa akkasii hin baay'isiina jechuun dhaamsakooti😊
Eebbifamaa!