Wly hedunu si jaladha wabii ko Rabin na olitii si ha jalatuu wly 🥹🤲☝️ ta aka ketii sif ha kenu Rabin inshallah 🖤😭🤲☝️ wly Rabin argadha bakadha ❤W 💔🥹 obolesa ko❤
Onneen qulqulluun yeroo hunada ni miidhamti😢 Abshir ati obsi Mee Atumti Rabbira of kaayi Rabbiin haadha mana Waan hundaan Bareede siif kenna Rabbiin inshallah ☝️❤️
Wabiiyee wantii hunduu aka hara kana mitii kanafuu samukee hin dhiphisin malloo Addaraa kun wan darbudhaa Hal kan dheratuu laf tii bariuu hin oluu kanafuu kan rabbii sif qophese hinumaa jirtii Abshiirr qalif garrii Namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wabii akka koo warri jaallatan miidhamuu isaa warri hin feene mee likee❤Wabii abshir jabaadhu jaallallee ishee si jaallattu siifaa kennu
Ameeen kukuuu❤
Waqaayyoo sif haa keenuu obbolesaa kaan ofi fedhee
Annii sini jalladha abishirii nanii jalatuu ishii inni boyinitii
Uuuuuuuu fffff misikinaa wobin Abshir Rabinkan jalalaa betuu sifi hakenuu❤❤❤❤
Dhugaa video kunii naatii dhagahamee Annii kan siin jedhuu mee duraa boqonaa jalala ammaf osoo dhiiftee ergaa jalale iraanfatee Suutuumaan durbartii jalala beektuu osoo jalatee bareedaa dhalaan hardha ofii tultee garaa furduuraafiilee siif taatuu jalali keessattii kabajaf namusni jiraachuu qaba saanuu yeroo amma kana keessattii jalala qoosuun gaarii miti kanaf Attii ayyuun waan naa dhiiftee heerumtee anniilee dirqamaanii nama jalachuu qaba miti haadha takka jeelaa durbartii 10 oliituu jiraa kanaf dhiisii nama jalala siif beeknee hin jalatanii Amshiirii tee lafumaa jirtii taa rabbii sii qoodee
Wabii kenyaa bagaa nagani dhuftee kanii atii jalatuu fi kani si jalatuu rabii si ha kenuu Wabii kanaa bagaa ilmaa Ormoo taee sababii isa namaa wa hundaa iraa Bareduu me maltuu iraa fokisaa Ormoo ilmaa kesanii jajabesaa lakii sheri itii robsaa gudisaa haboo atii ijaaa hamtuu iraa hafii malee malii jedhaa jabaa Ormoo nu jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Thnks hannichoo❤
Absher wabiiiii @@Wabii-j4r
Wabi osso akkan sii Jaaladhu beyte silaa 😢😢😢😢@@Wabii-j4r
Nadubee eshii 😢😢😢❤❤❤
Abshii qalii Kiyaa 🥰🥰🥰
Wabi wan gamachu male wan gada nuti hin fidin 😢😢😢Nu SI jalana wan tef gada ke argu hin barbanu❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Dhiirii gafaa sii jalaa dhabatee siif kabalamuu dadhabaa siitii hin fakkatiin kabajaa waan siif qabuufii 😢😢
Wly hedunu si jaladha wabii ko Rabin na olitii si ha jalatuu wly 🥹🤲☝️ ta aka ketii sif ha kenu Rabin inshallah 🖤😭🤲☝️ wly Rabin argadha bakadha ❤W 💔🥹 obolesa ko❤
Onneen qulqulluun yeroo hunada ni miidhamti😢 Abshir ati obsi Mee Atumti Rabbira of kaayi Rabbiin haadha mana Waan hundaan Bareede siif kenna Rabbiin inshallah ☝️❤️
Dubartumaa daraa dibatuu yoo fudhuu dhiftee sii wayyaa daraa sana bittii jechuu ishiyuu hin dandessuu boruu
Umamaa ofin bonnaa mee shamaran kenyaa
,,😂😂😂😂 dhugaa keeti
Uuuuuuuuuufi ya rabbii kiyaa wabii rabbii jabinaa ufii si ha kenuu dhalnii hadhaa jalaa saglii walhii atii ti isii caltuu wa hundanii argshuu dadetaa abdii hin murnii rabbii iraa amshrii obboleessa ko ❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢dhisii biraa demii boruu istii gabee debaa atii garuu bakaa sanii katee jirtaa amshrii amshrii
Wabii obsaa qabesaa namaa garii dhaa worii jetani like.rabbii taa akkaa ati jalatuu sii Haa hiruu
ishi yero duraa Ababoo malif balaa 🍃 iraa chichirtee re🥰bala🍃 walin 🌿iraa baredaa 💐💐💐💐💐💐💐garuu akasitis ni baredaa barechite jirta m hedu ababo jaladha ani💔🥹😢😭⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️🌹🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🌱🌱🌱🌷🌷🌷🌷🌱🌷🌱🌷🌱🌷🌱🌷🌱♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Tanaa mikaaphii bichaa maal irraa godhaa yadumaa mucaa faayyaa jaaladhuu silaa gotee😌😌😌
Akkaa duraa ayuun ajoftuun godhaa turtee Hala filmiitin ibsee malee tana jalatee miti
Wabiiyee wantii hunduu aka hara kana mitii kanafuu samukee hin dhiphisin malloo Addaraa kun wan darbudhaa Hal kan dheratuu laf tii bariuu hin oluu kanafuu kan rabbii sif qophese hinumaa jirtii Abshiirr qalif garrii Namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuf wobii koo waa rabii sii qodee hin dhabduu qalii namaa amshir homaa mitii rabii waa ufii jalatuu sif haa qoduu worqii sii haa kenuu rabiin taa iraa kesaan qamaa qalbiin bareduu sif haa kenuu taa qamaa qalbin bareduu😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Yaa rabbii garaa nama nyataa wlh rabbii tanii si jaalatuu si kabajiitu sifi haa hiruu obboolessaa koo ❤❤❤❤❤
Uuuuufffff yaa jalala wan nama gotu yaa rabbii nama Akkanati na jalatu naf keni 😭😭😭😭💔💔💔💔💔
Waallahi atii Abbaa fetee caltaa ❤❤
Abshiir 😢 amalaa qabesaa baredaa ilmaa oromo ❤
Itti nuuf dabalii wabiiyee part 2 dirmaa👍👍👍👍💪💪💪💪💪😮😮😮😮😮
Dhugaa bayee nati dhagamee gatii ati bastee waqayoo nama ebaa sif haa kenuu hadhoo koo❤❤❤❤😊
Ayizoo wud wodime ❤❤❤❤❤❤ waqayoo akka gara kee sii hin dhabu❤❤❤❤❤
Wl wr wb Miskiina Koo 💔 Rabbiin Nama Si Jaallatu Nama Ati Jaallatuu Siif Haa Kennu 💔🥲
Abshiri namaa sii jalatu rabini sifi haa basuu❤❤❤❤😢
Wollahi ani mucaa kana bayeen jaladhaa rabbiin sihaa milkesuu ❤❤❤❤
Alahmdlilah masahalla ati nama går wantatef namagari arkata ❤❤❤😂❤😂
Senaa garaa namaa nyatudha ❤❤❤😢😢😢abshirii wabii ♥️♥️
Walahi wabiyee qali Kiya abshiri duranu nama jalatani argatuin ni ulfataa anii basi tokoo male sii wajin jiradha yoo Rabin jedhe baqaa Wani darabe dhisi kaa dhufuu yadi anii wanu hudumarayu sifi jiraa atumani fayani nafi jiradhu yoo dadesi lakofsaa ke nafi maxasi
😂😂😂😂😂😂😂
Hhhhhhh
Tun ofi isheeyu jaartiidha sii argateeti moo ree sanu bareeduu amalaa hin qabduu foqeen tun
Uuuuu Wabii Rabbii taa Ayuu caaltuu sif haa kenu Rabbii dadaayaadhaa Wabi kena qali nama si jaladhaa dhugaani Amshirri ❤❤❤❤❤❤
Kan ofii jallatee si jalachisee sis jallachisuu rabbiin ofii maraxee sifa kenuu abshiir ❤
Senaa namaa gadisisuu walahi 💔💔💔💔💔💔🥹🥹🥹😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Akka gaariitti ibsee mubee ugaa God job👍👍
Wabii hayyuu nama Rabbii waan atii jaalatu mitti kaan sifi jaalatee sifi Haa keenuu ❤😢
Atii baredaa kanaa nadhoon maliif si jibitii 😂😂😂😂😂😂❤❤🎉
@@MmMm-up8yt waan gaafi nati ta'ee dubattee 😁😁😁
Baaye garaa nama boreessaa uuuuuffff jalalaa❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Uuufff amshiir ta sii jalaatu rabbii sifii haa kenu wly❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyoo kan ati jallattu fi kan sijallattu siif haa kennuu wabii keenya jabaadhu hojii kee itti fufii hojadhuu jabaa namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wabii kenyaa atiikoo waraqi dhiratii walahi walahi walahi ❤❤❤❤❤
Ws wr wb 😢an jalqaba arge bayye rifadhe😢
Wallahi waabii asumarati erggan argge baay,een jalaadhe garuu mal taqama namni qalbin isa bakka tokko jiruu jalala biraa fudhalchun hin ulfata ishi jedhee fudhachusa waniin shakkuf 😢of kessati qabadheeeman ijaan si lalaa
Waaqaayoo keenii Kee taate siifi haa kopheesuu Oboleesaa koo jaabadhuu🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Dhugaa hin sehina mucaan actara filmiiti
Of course😅
Wabbii jabadhuu jalachunis jalatamunis akkasuma jibunis jibamunis wanumaa jabadhuu tole jabaa nama ta'i 💪
Uuuuuufff wabiikoo 💔bayee garaa na nyateee dhugaaa💔❣️😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢Abshirii rabinii isinii haa jabesuu ❤❤❤❤
Attii barrerdaa mucaa qacalee kanaa isii si dhabee maalee attii isii hin dhabanee dhuaan sii himaa Ani
Abshir wabee koo wallaahi rabbiin taati jaalattu siif haa kennu inshaallaa rabbiin hin danda'aa
Tanaa dulatii dhisii biraa demii waqaa wabii damaa fetee yoo jalatee atii lafaa dhufaa malatu si ciqee😢😢😢😢
Atti malif dhalaa si jibtiii atti baredadhaa nama garifakataa😂😂😂
Wayinee ananii hadhoo koo Abshiir ❤❤❤❤❤
Abshii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ hadhookoo malii abdii hin kutiini❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshiru qalii kiyaa ❤❤❤
Wlhi rabbin nama dhugan si jalattu sif haa keenu❤❤🎉🎉
Kottu bakka issi siif bu'aa wlh jalalee hin qabu❤❤
Best vido wobii itti nuu daanbalii❤❤❤
walayi animo bayen si jaldha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤adunyaa dawara
Obsii yeroo eggatee dhufa waanti hunduu
Rabiiin isiin hin dhisu wlh gochi issin siraati dayadee kunii fuduura issii bayee egaa
Tuni sirra guddoodhayyuu firraa dhiisi bboo tish of hin tuffachiisin jala deddeemtee😢
Kaanii sii jallaatuu rabiin siifihaakenuu ❤❤
Wobi KO Abshire Ani moo sin jaladhaa 😂❤🎉🎉🎉
Ya obolewani kiya waye ayufi ini kesa darbani be nama baka buse sena ibsachu jira😢😢😢😢😢
Amshiir Rabiin jiraa garaa hin kutatinii tan tana caltuu Rabiin si haa kenuu ishaalaa ❤️❤️ ❤️ ❤️ ❤️ 😢😢😢😢
Rabbin Dubarti saliha sif Haa kenu😢sile Dhira saliha si Haa tasisu rabbin insha alhha abshir kunis hin darba🎉
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 waalahi onneen na cabee uuuuuuuuuffffffff rabbii taa ofi jalatuu siif haa kenuu😢😢😢😢😢
Wobii.qalii.namaa.homaa.mitii.godhii.rabiinii.kaa.sii.jalatuu.fi.ka.atii.jalatuu.rabii.sii.haa.basuu❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Wobii Abshirii atii Obsa qabaadhu Rabbi akka namaa miti waanta eef Rabbimoo Kan ati jireenya keessatti itti gamaddee ittiin boontee jiraattu siif kenna inshaa Allaah
Wl wr wb abboo qalbii nuu caabasinii you tube jette dubarati guutee😢😢
Rabiin wan garii sifii haa kenuu biro 😢😢❤
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuf 😭😭😭 dhugaa mucani kuni namaa nagayati
Waabii baqaa wa,e ishee of keessaa ballessuu yaalii maaloo dhugaa bayyaa,e gara na nyattee obblessa koo atti kannaf seena kallessa dagadhuu wqyo kaan ishee dachaa
100 calatuu sii haa keenuu❤
Yaa wobii bilbilaa kee naa ergii Rabbii jedhii😢😢😢Kuwait 🇰🇼 iraa si dawacharaa garuu heduu hamileen naa cabee ido kee bu.ee😢😢😢uuuuffffff anatuu bakàa si bu.aa
Tuniii.jartii.sif.tatuù.😅😅😅😅😅😅😅😅
Abshiir Qaxaleekoo rabbii jiraa 😢😢😢😢😢🎉❤❤❤
Woyiiiii abishirii sifiisi rabbi jira 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Kotu waliin dalagnna yaa qaali nama❤
Ati Jaallatamaadha ❤❤❤❤ Garuu
Abshiri Wabii koo😢❤
Mucaan kun na marara waani beeku😢
Garaa na baada yoo ati gadditu hin gaddin W..ye
Mucaa da.aimaa akka kee laladhu dulotuma argitetee hin seninii😢
Laman kesanu kiji bota mal malaton isin ira jiru qubelan 😂😂😂😂😂❤
Dirmaa barredaa ittii fufuu ergaa guddaa qabaa 😅😅😊😊😊
Waaye isaa dhiisa rabbumatu siif hin qoodinii ati ilma mislimaati
yaa Wabii koo Abshiir jadhii 😢❤❤❤❤❤❤
Senaa namaa gadisisuu walahi❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭
Abshiri wobi jabadhu 😍😍😍
Ijoollee ani obn irraatti dirama osso hojatani issin arginee 😂 dahabe abdalla atti ni qabda mitti kadhima😂😂🤔
Abshiir ❤❤❤ bareedaa Koo ❤❤
Yaa wabii kenaa rabbiin wanii ofii jalatuu siif haa qodduu wontii rabbii siif qodee lafumaa jiraa abshirii aka atii fetutii tanii sii fetu rabbii siif haa qoduu inshaallaah rabbiin amo nama midhamee tokko midhaa iraa gafa tokko bilisaa basaa Kanafuu abshirii jedhii my brother 😢😢
😂😂😂🎉🎉Congratulations 😂😂😂😂
dhugaa nin booyee abish😢😢
Wabi ati muca daima tuni gudodha shamara xoqo baye jira😎🤣🎉🥰💞🖤
Ee dhuga keti
Wabii qalii nama ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Filimaa akkanaa shiisi firraa😊
Abshiir my brother rabbiin siif jira
❤❤❤❤❤❤❤. Kottu. Siif. Jiraa. 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Oso nama akka ketii natii qabee kunis qabadha wly bilahii. Anii garuu onee koo qululudha garuu kanii anatii dhituu onee tiyaa midha anii ammoo onee nama midhuu jaladhuu onee nama egaa😢Abshir rabbii kannii sii jalatuu nufii yaa hiruu ❤
You tube gudfachuu jetanii wani hin tatnee. Hin hojatinaa. Subanalaa.
Ani bakkasa dhiphadhee garuu 😢😢😢😢ufee argama jalallaa 😢😢😢
Abshir Abshir atiiii in kaadhaatiiniii kaan siiikaadhaaa dhuufaa inshallah oboleesaa keenyaa gaaf toko siiikaadhaatuu 👈👈👈👈👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wabii abbaa Jaalala dhugaa❤❤❤
Ana janajanii wobii kesanii kotuu ok😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤wabii jabadhuu anuu sijiraa
Wlwrwb wabii isilama edaa❤❤❤