Walahi Anis akasuman jedhee 💔💔🥹🥹😢😢😢 akuma numiri hatan san ishis hatani dhabamsisan jedhe qalbi kiyati😢😢malif yo jete ishin wan hin tahin hin qabdu isaf jechaa ama akamiti dhifte demti re hedun shake namatu ishi dhokse jiraa 💔💔🥹🥹😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhifamaa maqaa Rabbittin kakaatun hin ulfaatu Namni akkata itti mallaaqa argatuf wan hin dalaagne hin qabu umaata walii galten wan barbaade dalaaguf kakuun hin barbaachisu dhifamaa garuu Dhimmi kun Soba ta'u isa akkanumatti ilalte hin bektu😂
Inshallah Rabi ha mulisuu 😢😢😢😢 Anilene wly sumaya fi Umar shaken jiraa Umar qaba sera jala ulicha gafadha qabatii qixaxa Umar gafadha ❤wly Rabin naf ha dhiisu garu✅
Wolwrwb ❤wobiii koo baga nagaa dhuftee rabin sii haa qarqaruu garalafesaa nama Anaa iiiiiii wani na dhibee ati kesaa hin batuu Jara Kana kesa Ani lubbu ketifuuu sifiii sodadhee wobi ko❤❤
Dhugaa rabbi mucan kun nama garidha rabbin bakka gudadhan sii haa gahu ❤❤❤❤❤
Walahi Anis akasuman jedhee 💔💔🥹🥹😢😢😢 akuma numiri hatan san ishis hatani dhabamsisan jedhe qalbi kiyati😢😢malif yo jete ishin wan hin tahin hin qabdu isaf jechaa ama akamiti dhifte demti re hedun shake namatu ishi dhokse jiraa 💔💔🥹🥹😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa keeti😢
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaa keti Shaku wan garidha
Dhifamaa maqaa Rabbittin kakaatun hin ulfaatu
Namni akkata itti mallaaqa argatuf wan hin dalaagne hin qabu umaata walii galten wan barbaade dalaaguf kakuun hin barbaachisu dhifamaa garuu
Dhimmi kun Soba ta'u isa akkanumatti ilalte hin bektu😂
Wobiyyee jabaadhuu saidoo cinaa dhaabbadhu saidon baayee miidhameera
Wabbiii wa wr wb akkii Jechaa jirtuu likidhaa jabadhuu
Dhugaa wabbii atumaf jedhee rabbiin bakka jirtuu haa mulisuu
Gondariraa sihirii ittii godhuu hin dhaban rabbiin fayaa qofa haa godhuu
Inni argeo 🙄🤔🤔🤔
Baye baye sijaln nulee bika iraa jalalii maduu sanira ❤❤❤I love you bro ♥️ ❤️ 💖 💕 💗 💓 ♥️ ❤️
Wabii atii hini arinii ni argamtii guyaa rabii Jedheee ayuu rabii lubu ke ha eguu giftikoo 😢garaa na nyatee ayuu ❤❤Ormoo ko ilmaa kesanii sabona fakii lencaa kanaa jajabesaa lakii itii robsaa gudisaa ilmaa kesanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagan dhufte qalii rabbin Nagan Haa Galchu Nutu Dhiphane Isin fana wanuma jennu walalee😢😢😢
@@HadhaKooTube hadhoo koo
Wobii obii koo rabinii.kesaa.sii haa basuu.Ayunii bayee balagedhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Dhiisii waqayyoo dhugaa yaa baasuu waabii kenyaa omaa mitii rabbiin jiraa hin sodatiinii ❤❤😢
Wabii yokan bilbilaa eraa fudhanii ayiiiiiiiiiiiiii rabiin eshee wolin haa tahuu 😢😢😢garaa naa nyatee dhugaa rabii
Maqaa yesuun malidha wabii ko wan garii mitii bilibila sani kesaa kolafa oso tane afuraa hamaa wayitii Haa ifatamuu aboo uuufuu lokishi bilibila santin barabadaa👈👈
Wabiyyee kkoo😢😢😢😢 🎉🎉🎉🎉🎉Abshiiri Jabadhuu dhugakee Raabbiin haabbsuu😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉
Nafxanyaatu ayyuu dhaabamsise lafaa isaan jiraan nagaan hin jiru waaqayyoo sif haa birmaatu ayyuukoo😢😢
Wl wr wb wabiyyee dhifamaa guddaa obboleessaa kiyya atii sirrittii of egii namnii gaarii yaduu gaarii hin argatuu qulqulluu yeroo hundaa boruu ta'ee muldhata Rabbii siihaa eguu ayyullee Rabbii haa mulisuu inshaallaa hordoftonnii wabii du'ayii godhaa mee Rabbii nagaa haa busuu
Yaa Rabbi muchayyo tana nagyyan galich yaa Rabbi muchayyo tana nagayan gara mana isheetti deebiisi 🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Wlh rabnii isinii yaa gamchisuu argamisisee malii fatnanii aknaa ayuu imaa,jaltee mitii wlh waa raktee ❤❤
Maatii naa tahaa rabbii Aduniyaa fii Akiraa isinii haa gamachisuu
Dhugaakee jetee❤❤❤❤❤ garuu intaalonii kunii siimiteetii atti garuu garam garamidha wobi
Ati dhugaa baribadaa dhugan sii haa baribaduu dhuga rabbitti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Inshallah Rabi ha mulisuu 😢😢😢😢 Anilene wly sumaya fi Umar shaken jiraa Umar qaba sera jala ulicha gafadha qabatii qixaxa Umar gafadha ❤wly Rabin naf ha dhiisu garu✅
Wlh ATI nama garii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Absolutely bro that’s why I’m saying you are right may Allah protect her?
Jabadhuu dhugaa guyaa haraa sifii sadii guyaa wolii biratii aragee jenanii bayyee gamadee ❤❤
Sumayyaa sanaa sirritti qoraadha isheedhumaatu waa irraan gahee tahaa. Nafxanyaan hin amanamtuu😢😢😢
ድራማ ብሆንም ወድጄዋለሁ ምክንያቱም
በስተመጨረሻም አዩ መጥፋቷ በጣም አሰመረው ሡመያ ናአዩ ይመቸቹ😂
Dhugaa keeti woyuma rakkattee Ayyuun
Wolwrwb ❤wobiii koo baga nagaa dhuftee rabin sii haa qarqaruu garalafesaa nama
Anaa iiiiiii wani na dhibee ati kesaa hin batuu Jara Kana kesa Ani lubbu ketifuuu sifiii sodadhee wobi ko❤❤
Absiiri Leecaa koo rabbiin biraa haa jiratuu isha Allah
Yaa rabii kiyaa malumaa lataa wobii cinaa dhabadhuu isnù malii kesaa jirtii lataa maltuu isii mudatee😢😢😢😢😢😢
Akkanati yaaduu kee gaarumaa kee rabbi keeryirii haa tasisuu ❤
jabadhuu muranooni kee baredaa dhiraa jechuuni kana. Jabadhuu woliti debis kana ka godhee umar fi Sumayaa Anis akkasuma shakee wly
Dhugaa kee jettee ansii sumayya fii godanya ishee sanii shakkee😢😢😢😢
Yaa ummataa shakkii dhisaa ummannii pirank nurattii dalagaa jiranii Ayyuun tik tok irraa utalaa jirtii tik tok isii jalaa senaa lalaa
Wabii qalii namaa ati nuf jiraadhuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
lookeeshinaan lallamee bilbila isii sana essaa akka jirtuu lallaa
Wabii ati nufi jiraadhuu qali nama ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Rabbii.fumataa.isii.haa.kenuu❤❤❤.ishaalaa
Eeyeen wabii bekamadhaa sumayaa faatuu waa ittii gosisee micayii akasitiii gagateee sani bekaa baduu uuu Ayyuu too😭
Anis isa shakee beki akka isin mana bate baduf irra dalagan
Wly anu duraa soba see amma shakkee jiraa jiraachuu isaatuu 😢😢😢😢
Wabbii ani kan shaku umara tu ukkaanse ta'a Ayyuun rakkaate ta'a
❤❤❤❤❤❤❤habibii bagaa wolumaanuu asgenyee
Waaleeykumsala Woraamaathulha Wobaaraakaathuu naagaayaa ❤❤❤❤❤❤
Qalii namaa 👍🥰🥰💗💗
Ayyuu siriidhuma waatiini xuqaaniimalee saidoo jibiitee biiraa deemtee jedhee inamaanuu Ayyuu koo oromo koo rabiin nagaanii maatii keetii siiyaa gaalchuu Wly garaa nagubatee 😭😭😭
Nulee bayee si jalna bro ko ❤❤❤❤
Bag asa gesee lubu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Wowww jabaadhuu dhugaa garuu badee ishee dhugaadhamoo
Waan ishee Rakkisee Waaqummatu Bekka Waaqi ishee Wojjiin haata'u dhugaa😢😢
❤❤❤❤❤.dhugakeetii
Welcome wabii ilmaa dhirraa❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuuuufffffff mucaatin lubbu. Jirti. Garu yaa rabbi
Obbolewani matii Nafii taa isinii jaladhaa ❤
Yaa wobbii dukkana qarbii gaaltuu hin sodaattu wollaahi billaahi ati quba qabda isini nama harka isaatti nyaate dhuge harkii isaarra nyaattani qofaani isini haa nyaatu😢😢😢
yaa waqayoo malooo micoo taanaa muliisiiii❤❤❤❤❤❤
Wl As wr wb jabadha wobii nama gaarii dha ati maasha Allah amshir hundii keessanu woronii ayyuu barbadatani
Garuu Rabiiin haa mulisuu sababa Badee qofaa baruu male Saidii waliin jirachu isi hin fedhu Kamifuu Rabiiin dhugaa kesaan haa basuu
Mubekoo rabbiikooo sihaaa eguu qalliikoo abshiir rabbiiin haqakee haa basuuu wly
Sayid Dhugadhumaan Micayyoo tana Maqa dha'uu hin qabu jaalatee Jala batee Badee Kanaf Maqadhuma Italaa kana hin wamina
Wabii omamitii uduidaraa jabadhuu wani uduma osii dadaii idaraa
dhamaasani basaani malee mucaayooni suni jabduu turtee Namaaa kana dalguu mitti Saido irrati😢
Wabii ayyun harka kafalate fakkata garuu rabbiitu beeka wahin tuqanis 😢😢
Dhugaa keeti summayaafi Umar rabbi isan hin dhiisin
Uuuuuuuuuuuufff rabbiin si haa qulquleessuuu.mubee biyyaa sumayaan jirtu biyyaa sirriitti siriii itti godhaani
Abaan sanagaa cubuu sagalin du aa jedhanii wly waan bayee keessaa Nama gashaa rabbin ishee hagashuu balan ishee nama heduu midhutii jiraa abshir wabii qalii Nama 😢😢😢
Galatoomii sanyii koo ❤❤😢😢😢dhugaa keetii ❤❤❤😢😢😢
Maati naftaaa umata qaashxii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Baga bade baga bade rabbii isii hin debisine
🎉🎉.aminii..aminii
Tamaa mimorii hatetuu hatee ayyullee 😢😢
Galtomii qalii kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍💯💯💯
Oromon keenaa qulquludhaa oso isin ofiraa hin bekiin Ammaarii isiin gaalaafatee Naamitiin ittii qophoftee Isii dhaabamsiftee sumayamaa😢😢😢😢😢😢😢
Waleykumsalaam Warahmatullahi Wabarakatuhu wabiiko ❤❤❤❤
Asittii dhuftanii hin wacinaattii tele demaattii bilbilicha jipi'eessittin akka isheen barbaadamtu godha
❤❤❤❤❤❤ mashalatii atii walhii jabadhuu wabii oromoo ko
Wallah intallii sumayan jedhan san nafxanyadha wallah isuman shakke anii
Aswrwb jabadhuu akumaa kanti itii fufii oke ❤❤❤
Ws Wr Wb
Wabii koo ❤oromummaf heddu si jaladha
Rabbi nagaa haa argamsisuu😢
Summaya jirreenya ishii balesitani kamii gammachu
Yaa rabii yaa Allah furmaanii harkakeeti
Dhugaa ketii jabafha soqaa🎉🎉
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa baredadhaa ❤❤❤❤❤❤
Nafxanyaa hin amanina summaya fi umarii gafadhaa 😢😢😢
Dhugaa jeetee
Umarima qoradh mee isuum Mira rakoni jiraa😢😢😢😢
Wabii koo ati nama gaariidha maaliif si dararan
Rabbin nagyan haa galchuu😢😢😢😢 subahan allh
Wabii ko qalii ko anii washakee sumya fi umra hatnii dhoksuu dandaanii bekii me umra san qoradhuu siritii😢😢😢
Jabaadhu hadara rabii saido higaatiina😢😢😢😢
Jabdhuu rabbii sii gargaruu atii nama garii muranfi ijano kee ituma fufii ayuu rabb ha mulisuu
❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu wabii gara lafesaa keenaa❤❤❤
Ani ammoo warruma ishee shakka maatii isii 😢
Wlwrwb ati nama gudda yaada bareedduu kaasste rabbiin ammallee beekumsa kana siifa kennu ❤
Dhugaa bayyee namaa gadisisaa 😢
Rabbiin wan jabatee isinni haa lafisuu ❤❤❤
Rabbiin lubbuu ishii nagaya haa godhu ani waan ishiitti waa hojjatamee butamte natti fakkaatti😢😢
Yaa rabbi nagaya godhi😢😢
Baga. Nagayanii. Dhuftee
W❤❤❤❤
Wabii Ayyuun tik tiko irrati argee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Waqayyoo isin waajiin haa jiratuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤
Dhugaa rabiin heduu nama yachisaa rakoni wayii isii mudatuu nii malaa saidoo heduu jaalatii akaa hasoftitii Akamiti jalaa badii homa isii mudatee tani alahualamii rabiin haa mulisuu inshalaa😢
Ani Akka kooti yoon yaaduu osoo sumaaya fi umarii harkaa keessaa qabatani ykn saargidhan duraa ykn saargidhaan boodaa waan kana rawwaachu ni dandaa'u jeedhen yaada Amma moo guyyaa cidhaa ishee sanati Akka esheen mana gaadi baatu maaliti bekkaan sanuu sa'ati7ti lammaaf moo ergaa balbaali cuufa ta'ee maali barbaacha kophaa eshe alati gaadi baate? Akka nuyi bekkinuti dubaari guyyaa cidhaa ishee baate baadu miti kophaa eshetu alati gaadi hin baatu kaanafu kuni hojjii sumayasi miti hojjii umaris miti hojjii keetis miti isin hundumtuu laffati waali shakkituu taari akkumaa ati waan beeku hin qabu jeetu kana isaanile bekkuu dhissu dandaa'u ana moo akka naati fakkataatuti Ayyuun offi dursitee waan hundumaa waan mijjeefate naati fakkataa kuni rakkumaa esheti maale rakkoo nama kamitiyuu miti waaqayyoo dhiphinaa keessaan laale ishee haa muldhisuu
Ani akkuma ati hin miidhamne qofa barbaada
Yoo ayyuun deebi'uu didde jaartii biraa fuudhuun isaa hin oolu waan ta'eef ati qofa fayyaa nuuf ta'i
Dhugaaketii mom tube fi sumayyaatuu sihirrii itti godhe biyyaa baseee warriii yamanii sihirridhan wal dhamasa jiruu anile kanan shakkee rabbiiin naf haa dhisuuu
Sumayaan sihrii ittii godhitii yaa raabii😢😢😢dhifamaa naf godhii mal jenaa ree😢😢😢
Ayyiiiiii 😭😭😭😭😭wayiin xuqaniijiruu
Lafa isheenjirtuttii
Waaqayyoo ishee haeguu
Ayuun harakka namatiin fidhante kaa kana mara dalage sumayya namicha fira keeti saan harakka keessa qaba namitti fira sumayya sanille shakki gudda qaba namotta shakkite mara isaniitu qoraatuun diraqama waan ta’eef ykn woroota fingfine keessa dalagaan namota heduttu jira Akkuma kana namota dhabamaan qorataani basaani isaani itti godhi wolahi hima galti dharii bakka hin geetu dhugaan hin qaldhati malee hin cittu rabbin ifajje tee lafaati hin gatiin wolahi