Mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa
Gafiin koo yaroo heduuu yadee yan kiyaa hogaa heduu yadee dadhabee ani biyaa ormaa jiraa sudii arabiya taka lafa olee beekuu dalagu malee garuu na galmaa gayu didee nafii milkayuu didee Ama taa Lata mee deebi anii maqani kiyaa iskandar aliyii jedhama idoo dhaloo t kiyaa daadoo harargee baha
Mashaa Allaaah bagaa as nuf dhuftee An heduu hasawakee jaladhaa garuu sigargachu dandanyee fb irratiin si argaa giza ijolee tiptoe ke gadhisaa jajabadhuu wan gariraa jirtaa Rabbiin sihagargaruu🥰☝
Masha allah rabbi itti sii ha dabalu @sababi an si eebbisuu danda,ef nama waa beekuu ka akkanaa qabaachuu kiyyatti akka nama OROMOO tokkotti na boonsa jabaadhu goota keena
Waan RABBIIN sin goone ilmi nama sin godhu dhugaa irra of duuba hin deebin jazaa kanke RABBII irra akkata MashaaAlallh
Rabbi bakka ati yaaddeen si haa gayu
Maash allaha rabbi sirraa haajaalatu obbolessa kiyya qaalii rabbi nuuf sihaadhiisu bekumsa kanacaalaa rabbisiif haadabalu rabbi bakkayaadden sihaagahu jabaadhu jajjabeko namni sihordofu Bahara walakkatti yodonirra kufehu abdihinmuratu ergan sihordofu
eegale abdimuranna waanjamu numan dhise wallahi tanaafu nuufjabaadhu
Dhugaa jette jabaadhu rabbi sihaa gargaaru
Natu Sii gafattee Afani Oromoo qofani malif dalagda jedhe thanks bro Debi kiyafi
Wwwww mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah obolesaa kenyaa kannaa haa gudifanuu ijolee oromoo like ittii robsaa sabscirabi godhunii haa jajabesinuu
Dhiira gaafa xiiqii ilma sabaa baga dhalatte gadameessa haadha tee haa jiitu.
Baga Kenya taate qalii koo ❤❤❤❤❤❤
Mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa alalla tabarakala mashaa
Ati nuuf qaalidha jabaadhu
In sha Allah rabbii sii haa milkeessu Habiibi
jabadhu itifufi hidandessa dhuga rabbii
Ijolee oromo kotaa mati nafii taa saniyawni ko woli haa gudifinuu ❤💚❤
Rabiin Sihaa Garagaru
Gafii Qaba Quran Hangam Qarate
Ati nama cimadhaa kanafuu jabbadhu si irraa wan bayy'ee barbaacha jira dhugaa rabbii wan yadee siif haguutu leencaa keenyaa
Mashaallh Jabadhu Rabiin Siraha jalatu Kesatu Gadii Fagenyan wee Soda Rabbii
Obolesaakenyaa rabiin, yadafi muradakeh, sif hagutu, gorsiikee, bay ee, barnotaa gudaa namaf, kena, ega rabin wanumaa, atii feteehundaah, sif guteeh, sihaa, gamachisu,
Good 👍💯 ✔️ jabaa nama jabaadhu barnootaa nuufi ta.aa yaada gaarii nufii dabarrasuu kee Galatoomii gorsa Kee hedduu namati tollaa 👍
Dhugaa rabbii wani akkan oromoon dalaguu heduu itti gamada ani Afaan waraa kaniti dhagefadha ni dhagaa obboleyaan kenfi yade turee
Wallaahi billaahi baay.ee baay.een si dinqisifadha heddun si jaaladha rabbiif jecha ammoo beekumsa kee kana rabbiin siif haa dabalu jabaadhu leenca keenya ilma qilxuu
Wooow maal namni akkatti haasowni isaa tolu dhugaa rabbii bakka guddaa akka geessus abdiin qaba❤❤❤
masriin dhirri dhufuun nii danda.amaa maloo naf himi adaraa rabbii
Maash.alaaa Maash.alaaa Maash.alaaa Maash.alaaa Maash.alaaa Maash.alaaa
Ijaraa haafi biraa kiiyaa
Ishaa allha rabii yeroo dhiyotii koyoo kee galman gahe madrakaratis sii arkuf jiraa
Maasha allh maasha allh maasha allh jaabadhu waahedu nubarsifte anii gaafiin qaba haadha fii Abban kee lubun jiirani yoo jiratan Abban kee ykn haadhake joolumakee mal sif dhamu mee wan barnota nuufta,u nuf dhamii
Dhugaa jetee wolayii musxafaan waan heduu nama barsisaa jabadhu nuusii waa heduu sirra baranee
Mashalla rabbiin siif haa laafisuu waan atii yaade olti rabbiin siif haa guutuu
RABBIIN bakka yaadeen sihaa gahu
Dhugaa jetee lecaa kenaa Gaallani kee Bilisumaa Hatayuu nujiradhuu jabakenaa kena Raabiin umiri sihadheresuu ❤💚💐🐅❤💚💐🐅
Rabbiin Umrii kee sif haa dheresu insha galatomi baayy'ee tokko namati tola barumsi kee rabbii sihaaya milkesu
Jabadhuu rabbiin sii haa gargaruu dhugaa rabbii wan heduu sira baradhaa uffi nuu barsisuu ketifis galatomii
Mashaa Allaah mashaa Allaah ijrahafa qashxii nama qalii mashaa Allaah mashaa Allaah ijrahafa qashxii
Rabbiin biyyatti si haa deebisuu
Insha Allahu jedi bakka yade nigesaa
Rabbi sihaa milkeesu
Masha Allah masha Allah rabbiin beekkumsa kee kana irrati rabbiin dacha dachadhan sif haa dabalu jabadhu
Mashaa Allah jabaadhu gorsikee bayyee qalbii nama seenaa
Rabbiin Akka yaade olitti sihaa milkeesu Jabaadhu Hamtuun sin Argiin ❣
Gafiin koo yaroo heduuu yadee yan kiyaa hogaa heduu yadee dadhabee ani biyaa ormaa jiraa sudii arabiya taka lafa olee beekuu dalagu malee garuu na galmaa gayu didee nafii milkayuu didee Ama taa Lata mee deebi anii maqani kiyaa iskandar aliyii jedhama idoo dhaloo t kiyaa daadoo harargee baha
Mashallh mashallh mashallh tabarakallh
Masha allha bayyeen sii kabaja jecha kee irraa wana bayyeen barradhe galatomii baga oromoo tatee
Bayyee si diqisifadhaa Si jalladha qalii oromoo jiradhuu humurii dheraa
Mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa
Mashaa Allaaah bagaa as nuf dhuftee An heduu hasawakee jaladhaa garuu sigargachu dandanyee fb irratiin si argaa giza ijolee tiptoe ke gadhisaa jajabadhuu wan gariraa jirtaa Rabbiin sihagargaruu🥰☝
Kan akka keetii kana rabbi nuuf haa baay'isu
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Rabbiin siiraaha jaalatuu
Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh Maashalalh ❤
Rabbiin yaadaa muraada kee siif haa guutu.
Si haa milkeessu siin jenna.
Dhugamaan yaada akkaan nama hawatu dhiyeessita.
Ani hanga gara tiktok kanaa dhufee waa'ee isaa hordofuu eegale reef torbaan gaha.
hanga eegale kana keessatti namoota yaada gaarii dabarsan heddu argus Viidiyoolee kee guyyaan 3 hanga 5 daawwadha.
Itti fufi.
Mashaa Allah mashaa Allah
Kan yaddeef kilkkayii
Jabadhuu
Qalii
Obboleessakoo guddaa namatti waantoluuf .baay'ee baay'ee sittigammade jabaadhu.karaafuulakeejiru.imalagaarii.
Guddisii yaadi ni injifattaa.
Milkahi yaa fayyalessa Nama rabbi si ha milkkessu jabadhu namni wan garii hojetu hangam turule milkahun isa hin oluu
Masha Allah obbolesa rabbii jaabadhu jajabadhu gorsii kee gorsa guddadha anaf akka kooti,heddun si jaaladha !!
Mashaa Allah rabbii bekumsa sif ha dabalu
Jabadhuu sanyii ofi
Mashaa allah bayyee galatomii nuf jiradhuu wan bayyee siira baree
Nuuf jiradhu yomille qaali namaa 💯♥️💯
Jabaadhu hedduu nu fayyadu jirta wly alh eega rabbiiti😍
Jabadhu Habibi koo Wan garira jirta
Addara kottu kara you tube s hojjedhuuu maashallah habibi baayee tokko namati toltaaaa
Mashaa Allah oboolleesaa kenyaa qallii rabbii siiraa haa jallaatuu jabadhuu
INSHAA ALH RABBIN SII HA MILIKESUU
www Masha Allah nuuf jiraadhu
Jabadhu jajabe koo ilma oromo qali❤💚❤
Mashaallaa mashaallaa jzk
Gurbaa ka dhuga baayee sii jaladhuu dhuga tube keeti soqqa ture dhuga rabiii 😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Dhugaa bayyeen sii diqisiifadhaa
Ijji hamtuun sin argin.bakka yaadden sihaa gayu Rabbiin
Rabbiin siif haamilkeessu
Rabiii yadaaa muradaaa keee siii haaa gutuuu inashalaaaa
Rabbii sii haa milkeesuu inshaallah
Birraa kiyyaa annii walahii dhuggaa annii akkaa malee sii jaladha jechaa kee iraa wa heduu baredhaa bakkaa yaddee rabbii sin sin ha gahuu
Rabi si haa milakesu my brother
Mucan kana gudisuu qabnaa yaa oro koo👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣jabba ufii Abatuu jabefataa 💪💪💪💪💪💪💪💪
Jabbadhu rabbin sii wojii haa jirtuu 🥰🥰🥰
Masha Allah Masha Allah bekkaa oromoo
Inshaa allah nii milkkoftaa abshir ☝☝☝☝☝☝
Birjyaa yadaa jabdhaa nugorsa jirtaa hgafetejirdhuu nutii siqabnaa rabiwajin haga fete jirdhu ❤❤❤❤❤❤
Maashaalla tabaarakallaa rabbiin sirraa haa jaalatu
Rabbii sihaa milikesuu qalii nana
Wwwow baayy'ee galaatomi baarumaa guddaa of keessaa qaba jabaadhu
Maasha Allaah .gorsa baayyee namaaf dabarsita jabaadhu ani tiktok irra yeron gale jechake qofan dhageffadha.rabbi sihaa milkeessu.dubbin ati dubbattu.hundi dhugaarratti hundaa 'e.jabaadhu.komentii jara nama .arrabsuu.sittin dhaga amini. Akka nama hin arginetti bira darbi.kan .sijajjabessanu qofa dubbisi.sammuumke .fayyaa hata' u.insha allaah nimilkoofta.
Rabii si ha milkesuu qalii❤❤❤❤❤❤
inshaa allh duai siif gona
Wwwooo saanyii jeechootaa gagaarii namaa barsiisftaa baayyee gaatomii
Birraa Abdii Umattaa Ormoo Nuf Jajabadhuu Wan Hedduu Sirraa Baranee
Inshaallaa rabbii sii haa wofaqu
Bayye sidiqqisiffadhe waheddu sirrabaradhee
Mashaa Allah Jabdhuu qaxii
Masha allah rabbi itti sii ha dabalu
@sababi an si eebbisuu danda,ef nama waa beekuu ka akkanaa qabaachuu kiyyatti akka nama OROMOO tokkotti na boonsa jabaadhu goota keena
Dhugaa rabbii atii nama jabadha
Maashshaallah tabarakllah
Wly rabii yadafii muradaa kee siif haa gutuu
Mashaa Allah Masha Allah jabaa kenyaa jabadhu🌹
walahi atii nama jabadhaa jabadhu lenca kiya
Rabii yada murada kee bakan siiha gayuu sanyii
Iti jabadhu
Brother kiyya Qalii
Wallaahii hedduu sii dinqisiifadhaa jabaadhuu waan bektuu irraa nuuf qoodii
Jabaa namaa umrii nuuf dheeraadhu gorsaa keenya si jaalana❤
Mati tahe iti jiraa
Iti jabadhu
Mashaa mashaa Allah nuffii jirdhuu ❤💚❤💯
Birraa obbolessa kiyya qaali jabadhu