31/01/2025 injifannoo Cululuuqaa WBO Hidhaa Ajjeechaa reebichaa oloolaa Mootummaa Bilsiginnaa oofu
HTML-код
- Опубликовано: 8 фев 2025
- injifannoo Cululuuqaa WBO Hidhaa Ajjeechaa reebichaa oloolaa Mootummaa Bilsiginnaa oofu irratti haala ganfa afriikaa impaayeeratti muddama ganfa afriikaatti mudate tarkaanfii irree fi gachanni Waraana Bilisummaa Oromoo WBO'n torbee kana Cichoominaa kaayyoo irbuu milkeeysuuf zooniilee Waraana cufa keessatti fudhachaa jiru injifannoo boonsaa WBO'n godina lixaa Wallaggaa Aanaa mana Sibuu ganda Adooroo Tobbaraa bakka gabaa Facaasaa jedhamu keessatti osoo waraanni faashistii pp namoota nagaa hiraarsuutti jirtu irraan ba'uun tarkaanfii irratti fudhate ari'ee duubatti deebisee jira
Yooyaa jalawaan qalii ilmaan oromoo baga nagaan dhuftaan
❤❤❤🎉🎉
Go WBO Jalee Maroo Dirbsa king 👑👑 oromia good 👍👍 public health oromia freedom fighters Good Evening Dandi Elmo And NATO Lami Freedom fighters Activist group Number one from oromia WBO Jalee Maroo Dirbsa king 👑👑👑 oromia